ASTU Students' Union
5.79K subscribers
1.3K photos
90 videos
34 files
350 links
This is the official channel of Adama Science and Technology University Students' Union.
Download Telegram
πŸ’ƒπŸ’ƒπŸ’ƒ


πŸ“NAFLET HOTEL
πŸ“… April 25

#Ladies_night
#Naflet_Hotel


@gc2017_su
@gc2017_su
😒7😭7πŸ‘1πŸ”₯1πŸ‘1
Forwarded from Injifannoo T Urgeessaa
Yooyyaa nageenyi keenya isin haa qaqqabu

Platform garaa garaa fayyadamuun dhimmoota hawaas diinagdee irratti:
1. nuyi dargaggoonni maal fakkaannaa?
2. eessa jirraa?
3. addunyaan eessa jirti?
4. haalii keessaa jirru haala addunyaan amma keessa jirtu walii kan wal simatudhaa?
5. dorgomtoota ta'uuf maal gochuu qabnaa?
6. xiyyeeffannoo keenya maal ta'uu qabaa?
7. dandeettiiwwan nu barbaachisaan isaan kamidhaa? Haala kamiin guddifachuu dandeenyaa?
8. rakkoo dinagdee akkamitti furuu dandeenyaa?
9. dargaggoonni keenya akkamitti humna dinagdee fi teeknoloojii cimaa ta'uu danda'uu?
Mata dureewwan kanneen fi kanneen biroo irratti, akkasumas haalota ittin dargaggoonni keenya humna, beekumsa, dandeettii fi ogummaa isaanii itti guddifachuu danda'aniifi itti fayyadamuu danda'an irratti namoota muxxannoo qaban waliin #platform irratti wal arginu mijeessaa waan jirruuf akka nu hordoftan kabajan isin gaafanna.

Yeroo dhiyyootti karaa #online sagantaa gabaabaa waan qabnuuf nu hordofaa!

Youtube: https://www.youtube.com/@5GadaaOdaa?sub_confirmation=1


@gadaaodaa5
πŸ‘12❀2
ASTU Students' Union pinned Β«Yooyyaa nageenyi keenya isin haa qaqqabu Platform garaa garaa fayyadamuun dhimmoota hawaas diinagdee irratti: 1. nuyi dargaggoonni maal fakkaannaa? 2. eessa jirraa? 3. addunyaan eessa jirti? 4. haalii keessaa jirru haala addunyaan amma keessa jirtu walii…»
Nagaan keenya bakka jirtanitti isin haa qaqqabu.

Akkuma kana dura beeksisaa turre 5GO’n sagantaa marii qopheessee jira.
Dhimmoota garagraa:
5GO’n maaliidhaa?
Kaayyoo fi muldhanni 5GO’n maaliidhaa?
Akkamitti dargaggoota gargaaruu danda’aa? fi kkf irratti hubannoo fi marii ni gaggeessina.
Bakka: Online https://t.me/gadaaodaa5?videochat=2e63d63d436b183021
Guyyaa: Boru Sanbata Xiqqaa(Saturday), Ebla (April) 26, 2025 G.C
Yeroo: Halkan sa'aatii 3:00-4:00tti

Hubachiisa: Yeroon mari’annee yeroon xummurra. Yeroo kabajuu amaleeffannaa godhanna.

@wisetechnology
πŸ‘4
ASTU Students' Union pinned Β«Nagaan keenya bakka jirtanitti isin haa qaqqabu. Akkuma kana dura beeksisaa turre 5GO’n sagantaa marii qopheessee jira. Dhimmoota garagraa: 5GO’n maaliidhaa? Kaayyoo fi muldhanni 5GO’n maaliidhaa? Akkamitti dargaggoota gargaaruu danda’aa? fi kkf irratti…»
For All Non-Cafe students,

We have informed the concerned body about the issue you have suffering for the concerned body and they told us they will facilitate ASAP.

#Student affairs
#Non_cafe
@student_Union1
πŸ‘20
Happening Now

Training on Film making by YANG INSTUTUTION

πŸ“Student Union Hall

@Student_Union1
@Student_Union1
πŸ”₯4
NOTICE
Students who are interested in becoming Parlama Members for the 2018 E.C

πŸ“… April 29 on Tuesday for All departments
&
πŸ“…April 30 Wenesday for all Freshman Students

The Election Board is Fully prepared to come to every class and section.

#Election_Board


Remember!

If you encounter any problems and have question regarding the Election process you can inform student union Executives or you can also ask by inbox.

@student_Union1
@student_Union1
πŸ‘5❀1
attention all students‼️‼️

This is to inform you that tomorrow, Tuesday, April 29th, attendance in the classroom is mandatory for all students, regardless of whether they have a scheduled class or not. It is important that everyone is present, as a group of Members of Election boared will be visiting your respective class.

This is a significant opportunity for those who aspire to become members of Parliament, and it is crucial that interested sudents demonstrate their commitment by attending.

Your presence will not only reflect positively on you as individuals but also on the university as a whole.

Therefore, we kindly urge all students to be punctual and present in their respective classrooms throughout the day.

Your cooperation and professionalism are highly appreciated.

#student_union_election_board


@student union
@student union
😭6πŸ‘5
MoU is Signed

Mattu University and Adama Science and Technology University (ASTU) signed a consultancy service contract agreement. As per the agreement, ASTU will redesign and supervise the Network, and Data Centre Project which was started at Mattu University seven years back, but couldn't be completed because of the disagreement between the university and the former contractor. The project also involves the construction of Smart Classes.
πŸ‘7❀3
πŸ”΄πŸŸ πŸŸ‘πŸŸ’πŸ”΅πŸŸ£πŸŸ€βšͺοΈβš«οΈπŸ”΄πŸŸ πŸŸ‘πŸŸ’πŸ”΅πŸŸ£πŸŸ€βšͺ️⚫️
Get ready for a vibrant color day with joy! 🎨 Tomorrow, May 2nd, at 10 AM local time, we're celebrating Color Day!

Expect a burst of vibrant hues and good vibes. ✨ Don't forget to wear your brightest outfits!

Let's make it a day to remember! πŸ˜„ See you there! πŸ‘‹

Date : May 2
Time : 10LT
Place: Amphi


#Color_day
#Gc
@student_ Union1
πŸ”₯8πŸ‘3❀1😒1
Attention for all student ❗️❗️

We would like to remind all students who have any complaints to submit them in writing by tomorrow at 5:00 PM (LT) at B302 R6.

Note: We will not accommodate students who come outside the specified time and date.


#student union election board office
❀1
Forwarded from 5GO
πŸŽ™ Sagantaa Marii Sanbata Xiqqaa!
Ebla 25 galgala sa'aatii 3:00 irratti dhiyaadhaa!

Boontuu Fufaa keessummaa keenyadha.
πŸ‘©πŸ½β€πŸ’» Software Engineer | AI Research Assistant | MSc AI Student

Boontuun #Intership ishee University of Michigan tti hojjette. Yeroo dhiyootti dhaabbata AI, furmaata AI baankotaa fi dhaabbileef dhiyyeessuu hundeessaa jirti. Dhaabbata A2SV keessa hojjechaa turte.

Boontuun qorannoo AI, Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa irratti xiyyeeffate irratti dammaqinaan hirmaachaa turteetti. Workshopii addunyaa kan akka Black in AI fi WiNLP 2023 irratti kan hirmaatte yoo ta’u, waraqaawwan dhiheenya kana maxxanfaman lama irrattis gumaachiteetti.

Kottaa dargaggeettii kana irraa baradhaa!

Isin hin darbiin!

πŸ—“ Sanbata Xiqqaa, Ebla 25, 2017
πŸ•˜ Galgala Sa'aatii 3:00 irratti.
πŸ”— Karaa: https://t.me/gadaaodaa5?videochat=d55e50f13ce8264cf6

πŸ’¬Gaaffii Boontuu gaafachuu barbaaddan @InjifannoooTU

Join:
Channel: t.me/gadaafOdaa
Group: t.me/gadaaodaa5
Youtube: https://www.youtube.com/@5GadaaOdaa?sub_confirmation=1
πŸ‘7
Forwarded from ASTU General
πŸ“’ Campus Cleaning Volunteer Service – You're Invited!

Dear University Students,

Join us for a University Cleaning Volunteer Service and be part of the movement to keep our campus clean, neat, and united!

πŸ—“ Date: May 7
⏰ Time: 12:00 PM – 2:00 PM (Morning session)
πŸ“ Location: ASTU

Let’s come together in the spirit of teamwork to make a positive impact on our environment.
All students are highly welcome β€” your presence makes a difference!

Let’s clean it up and lift each other up! πŸ’ͺ🌿

Students Union
ASTU GENERAL
πŸ‘11
Forwarded from 5GO
πŸ‘4
ASTU Students' Union pinned Β«Daqiiqaa muraasa booda sa'a 3 irrattiπŸ‘‡ https://t.me/gadaaodaa5?videochat=d55e50f13ce8264cf6 Join: Channel: t.me/gadaafOdaa Group: t.me/gadaaodaa5 Youtube: https://www.youtube.com/@5GadaaOdaa?sub_confirmation=1Β»