Solomon Debele Lemi
47.8K subscribers
8.94K photos
2 videos
101 files
2.78K links
Hamma Lubbuun jirtutti Abdii Hin kutiin
በህዎት እስካሌ/ሌሽ ድረስ ተስፋ ኣትቁርጥ/ጪ
Don't give up as long as you live
Download Telegram
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Odeeffannoo 🙏
#National ID Ethiopia

Qormaata Ba'u dhaabbilee barnoota olaanoo fudhachuuf haalli dursaa itti fayyadama waraqaa eenyummaa dijitaalaa (digital ID) taasifamuun isaa ni beekama.

Faayidaawwan barbaachisoo namoonni eebbifaman beekuu qaban:

➫ Lakkoofsi faayidaa yoo dhabdan ykn bade *9779# bilbiluun irra deebitanii erguu dandeessa.

➫ Odeeffannoo sirrii hin taane yeroo galmee haaromsuuf marsariitii ID Biyyoolessaa Itiyoophiyaa id.gov.et/update seenuun ykn appilikeeshinii mobaayilaa Fayda "Fayda ID" jedhutti seenuudhaan salphaatti haaromsuu ni dandeessu jedhu.
Maddi: Tikv.U
Horroo Guduruu Wallaggaa
Muuxannoo:0 year
Baayyina:25
Galmeen:4-15/9/2017
Bakki Galmee: Waajjira Fayyaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa tti galmaa'uu dandeessu.
Qulqullinaan Ilaaluuf
https://t.me/solomondabale2023
Yuunivarsiitii Salaalee
Gita hojii: Technical Assistance
Waliif Qoodaa🙏💟
# Qajeelfama Hojmaata fii Raawwatiinsa Carraa Hojii Uumuu

👉 Bitootessa 2017 irraa eegalee hojiirra kan oole.
Waajjira CHUO Godinaalee 21f
Waajjira CHUO Magaalota 22tiif qophaa'e dha.