SOF UMAR MEDIA
7.27K subscribers
430 photos
11 videos
54 files
1.37K links
Trustworthy source of airdrop, technology, cryptocurrency news and latest information.as well as tips for crypto trading around the world..
Barnoota Hojii Online,technology argchuf http://m.youtube.com/channel/UC0MUdx_qjAXyJzvdHOFnAHw?sub_confirmation=1
Download Telegram
Faransaay biyya jalqabaa Gebbaa adunyaa gara marsaa itti anutti dabarte tatee jirti.Taphaa Waancaa Addunyaa Qaxar 22ffaa Faransaayii fi Deenmaark tapha garee isaanii lammaffaa taphataniiru. Faransaay Deenmaark 2 fi 1n injifachuun qabxii ishee gara 6tti ol guddiste jirti. Bu'aa kana hordofuun Faransaay biyya jalqabaa uggura kana keessatti makamte. Daqiiqaa 61ffaa fi 86ffaa irratti Kiiliyaan Mbaapeen goolii injifannoo Faransaay galcheera. Daqiiqaa 68ffaa irratti goolii tokkicha Deenmaark mo'amuu irraa hin baraare Andreas Christensen galche.
Odeeffannoon Wayitaawaa fi Barnoota Teknolojiin wal qabatee bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa Sof-Umar App irraa yoo argachuu feetan:
=======Social Media====
▶️ Amir Media Youtube Channel:
https://youtube.com/channel/UCx8-6brfUkFael4ia9muBpA

▶️ Sof Umar App Youtube channel: https://youtube.com/c/SOFUMARAPP

▶️ Facebook page: https://www.facebook.com/sofumarapp40/

▶️ Telegram: https://t.me/Amirmedia4
Waancaa Addunyaa kanaan Afrikaan Morookoon injifannoo ishee jalqabaa Beeljiyeem 2 fi 0n injifatteetti. Biyyi Kaaba Afrikaa, Morookoon tapha kana irratti dorgomaa cimaa taatee mul’atte, boqonnaa booda goolii Abdulhamid Sabriil fi Zakaariyaa Abuklaal galchaniin Beeljiyeem irratti injifannoo murteessaa galmeessiteetti.
Senegaal booda Morookoon biyya Afrikaa waancaa addunyaa injifatte yoo ta'u, kanaan duras garee kanarraa qabxii afur fudhachuun carraa darbuu ishee guddiftee jirti. Beeljiyeem garee kanaan qabxii sadii waan qabduuf garee kanarraa darbuuf taphoota itti aanan eeguun dirqama ta'a.
Tapha garee ja'a wal fakkaatuun Kirooshiyaan galgala sa'aatii tokkotti Kaanaadaa waliin, Ispeen ammoo galgala sa'aatii 4tti Jarmaniin Jarmaniin waliin taphatti.
Odeeffannoon Wayitaawaa fi Barnoota Teknolojiin wal qabatee bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa Sof-Umar App irraa yoo argachuu feetan:
=======Social Media====

▶️ Sof Umar App Youtube channel: https://youtube.com/c/SOFUMARAP
Tapha waancaa addunyaa har'aa irratti Ingilizii Senegaalin 3 fi 0n injifachuun gara marsaa itti anutti darbite.

Imala baayyee eegamaa kan turte Senegaal galgala kana Ingilaandiin fashalaa'eera. Bu'aa kana hordofuun amma Morookoon bakka bu'aa Afrikaa qofa tatee haftee jirti.
Taphaa walakkaa nusaatiin Ingilizii fi Faraansay wajjin morkaatuu.

Odeeffannoon Wayitaawaa fi Barnoota Teknolojiin wal qabatee bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa Sof-Umar App irraa yoo argachuu feetan:
=======Social Media====
▶️ Amir Media Youtube Channel:
https://youtube.com/channel/UCx8-6brfUkFael4ia9muBpA

▶️ Sof Umar App Youtube channel: https://youtube.com/c/SOFUMARAPP

▶️ Facebook page: https://www.facebook.com/sofumarapp40/

▶️ Telegram: https://t.me/Amirmedia4

Instagram: https://www.instagram.com/@moheone

▶️ Tiktok: https://vm.tiktok.com/ZMLHLufD6/

◀️◀️◀️ For more Info Subsscribe and Follow my social Media▶️▶️▶️
Taphaa wancaa adunyaa 22ffaa Kuwatar irratti Ademsifama jiruun, Morocco fi Faransayii har'aa galgalaa sa'atii 4 irraa kasee waliin falmatuu tapha walakka xumuraaf.
Gamaa biratiin Taphatotni Kilaabi PSG'f waliin taphatan Kylian Mbappe Fi Acraf Hakmiin biyyaa isanittif taphaa wancaa xumuraf waliin falmaatu.

Afrikaa moo Awuroppatuu mo'ata?
Kyliam Mbappee moo Acraf Hakim mo'ataa?
Morocco moo Faransayituu injifaata?
tilmaama kessan yaada nuuf kenna?
Moroccoof carra garii!

Odeeffannoon Wayitaawaa fi Barnoota Teknolojiin wal qabatee bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa Sof-Umar App irraa yoo argachuu feetan:
=======Social Media====
▶️ Amir Media Youtube Channel:
https://youtube.com/channel/UCx8-6brfUkFael4ia9muBpA

▶️ Sof Umar App Youtube channel: https://youtube.com/c/SOFUMARAPP

▶️ Facebook page: https://www.facebook.com/sofumarapp40/

▶️ Telegram: https://t.me/Amirmedia4

Instagram: https://www.instagram.com/@moheone

▶️ Tiktok: https://vm.tiktok.com/ZMLHLufD6/
▶️ Baatirii Bilbilaa Kessanii Yeroo Dheraaf Tursiisuuf Link Kana Tuquun Dawadha⬇️⬇️

https://youtu.be/4A66y7JboYg

◀️Appicha As Tuquun Bufadha⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://apkpro.bbcko.com/pixoff-battery-saver/
◀️Haala Midhagaa Taheen Suuraa Kessanii Edit Godhuuf | How To Edit Photos | Link Kana Tuquun Dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

https://youtu.be/XXkv6HkOJEA

👉Appicha As Tuquun Bufadha⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

https://apkpro.bbcko.com/remove-bg-remove-image-background-automatically/
Faransaay Morookoo 2 fi 0'n injifachuun waancaa addunyaa xumuraaf darbite

Tapha walakkaa xumuraa waancaa addunyaa Qaxar galgala kana sa'aatii 4:00 PM irratti Istaadiyeemii Al Beetiitti taphatame xumurame jira. Kanaan Faransaay garee Afrikaa Morookoo qabxii 2 fi 0n injifachuun xumura waancaa addunyaa Qaxar keessatti gaggeeffama jirun tapha xumuraf darbu ishee mirkaneefate jirti. Gooliiwwan injifannoo Faransaay daqiiqaa 5ffaa irratti Tiyoo Hernaandeez, daqiiqaa 79ffaa irratti ammoo Koloo Muwaaniin galchaniiru. Bu'aa kana hordofuun Faransaay Wiixata dhufu tapha xumuraa irratti Arjentiinaa waliin taphatti. Kaleessa galgala tapha walakkaa xumuraatiin Arjentiinaa Kirooshiyaa 3 fi 0n injifachuun gara xumuraatti darbite.
Akkaataa Safisaa wfi fi data inteernetii kessanii akka isiniif dabaluu godhuu itti dandessan ⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
◀️ Haala Saffisa Wfi Fi Data Interneetii Kessanii Dachaan Dabaluu Dandeessan
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://youtu.be/TscoQKQ2cak
◀️ Akkaataa Mana Kessaan Tessanii Bilbilaa Kessaan qofaan hojii itti barbaadachuu itti dandeessan Baruuf Vidiyoo Kana dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://youtu.be/Wes8CaewxrI