SOF UMAR MEDIA
7.27K subscribers
430 photos
11 videos
54 files
1.37K links
Trustworthy source of airdrop, technology, cryptocurrency news and latest information.as well as tips for crypto trading around the world..
Barnoota Hojii Online,technology argchuf http://m.youtube.com/channel/UC0MUdx_qjAXyJzvdHOFnAHw?sub_confirmation=1
Download Telegram
◀️ App Haaraa Shabaka Bilaasha Haala Gaariin Isiniif Hojjetu Link Kana Tuquun Dawwadha⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

https://youtu.be/_K6FOprNbR8

◀️◀️ Appicha As Tuquun Bufadha⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://bbcko.com/download-free-shabaka-5-for-free/
◀️ App Shabaka Bilaasha Akka Garitti Isiniif Dalaguu Link Kana Tuquun Dawadhaa

https://youtu.be/UVHCq-fmPmY
▶️ Akkaataa Account Tiktok Ittin Gubuu Dandeessan Link Kana Tuquun Dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

https://youtu.be/iOWggYqvdG0
▶️ Battery Bilbilaa Kessanii Yeroo Dheeraa Tursiisuuf Wantaa Godhu Qabdan Link Kana Tuquun Dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

https://youtu.be/wKuxFpXKpL4
Akkaataa Lakkoofsa Telegramaa Kessani Ittin Jijjiru Dandeessan Link kana Tuquun Dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

https://youtu.be/erB01fQenzA
Ummanni Kirstaanaa Hundii Kessannu Bagaa Gessan.Ayyaana Gaarii!!
Bilisoomneerra‼️
= = = = = = = = =
🌻Dinnoota Kenyaa Garaan Gubate
==========================
Oromoon bilisoomeera yeroo jechaa turre, waan waggaa 27'f irra turre, hardhammoo waanirra jirru waan argineef malee maraanneetu miti. Oromoon hardha dachii isaa irratti kabajaan bahee galu kun kaleessaa kan du'aa tureef maqalee ykn gonder deemeetu miti. Asuma magaalaa isaa irratti ajjeefamaa, ari'amaa ture. Hardha garuu bu'aa qabsoo isaatiin jijjiirama argateen nagaa fi boqonnaan jiraachaa jira. Irreechi waggaa 150'f magaalaa finfinnee irraa dhorkame waan oromoon biyya bulchuuf waggaa 4 f magaalaa funfinnee irratti kabajamee jira. Kun bu'aa qabsoo fi bilisoommaa oromoo hin ibsu yoo ta'e anatu machaa'e. Oromoon bilisoomeera. Gantuu fi yartuun ormaaf ergamtummoo baraanuu hin bilisoomtu‼️

Sof Umar App
👉Haala Password Wfi Barbaadanii Argachuu Itti Dandeessan | How To hack Wfi Password | Guutuu Isaa Link Kana Tuquun Dawadhaa⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://youtu.be/QY8MgfVPgSE



👉Appicha As Tuquun Bufadhaa👉https://bbcko.com/wifi-passwords-instabridge
👉Akkaataa Account Telegraama Keesan Osoo Hin Gubatin Lakkoofsa Bilbilaa Itti Jijjiiruu Dandeessan
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://youtu.be/sue4IdkcsLQ
◀️ Akkaataa Lakkoofsa  Bilbilaa Email  Kessanii Itti Jijjiratan ⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

https://youtu.be/fhVdCZkyu_o
Sirni gaggeessaa reeffa Artistii Alii Birraa boruu raawwata

Onkololeessa 28, SOF UMAR APP(Leenca Baada Baalee)- Sirni gaggeessaa reeffa Artisti Alii Birraa guyyaa boruu kan raawwatu ta’uu Koreen Waloo Biyyaalessaa beeksise.

Sirni gaggeessaa kunis Finfinnee Addabaabayii Michummaatti kan raawwatamu ta’uu eereera.

Boruu sa’aa 2:00 irraa eegalee reeffi mana jireenyaa isaa Bishooftuurraa gara Finfinnee dhufuun sirni gaggeessaa gootaa fi kabajaa kan raawwatamuuf ta’uu korechi ibsa kenneen himeera.

Sirni awwaalchaa isaas bakka dhaloota isaa Dirree Dawaatti kan raawwatu ta’uun ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama Irratti : https://t.me/Sofumarapp

Yuutyuubii Sof umar app: https://youtube.com/c/SOFUMARAPP

Feesbook:https://www.facebook.com/profile.php?id=100004484266748

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Iraan 2 fi 0 Weelsin mo'atee

Iraanoonni injifannoo tokkoo ol injifataniiru. Weels michuu biyyoota dhihaa kan taate yoo ta'u,, lammiileen Iraaniin haleelamtee mo'amte. Kubbaan ergaa hedduu of keessaa qaba. Garuu ciminni bu'uura. Iraan immoo qabxii hiika qabu kaasuun warra dhihaa aarsite.
Sof Umar App
Odeeffannoon Wayitaawaa fi Barnoota Teknolojiin wal qabatee bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa Sof-Umar App irraa yoo argachuu feetan:
=======Social Media====
▶️ Amir Media Youtube Channel:
https://youtube.com/channel/UCx8-6brfUkFael4ia9muBpA

▶️ Sof Umar App Youtube channel: https://youtube.com/c/SOFUMARAPP

▶️ Facebook page: https://www.facebook.com/sofumarapp40/

▶️ Telegram: https://t.me/Amirmedia4

Instagram: https://www.instagram.com/@moheone

▶️ Tiktok: https://vm.tiktok.com/ZMLHLufD6/

◀️◀️◀️ For more Info Subsscribe and Follow my social Media▶️▶️▶️