SOF UMAR MEDIA
8.49K subscribers
485 photos
15 videos
58 files
1.6K links
Trustworthy source of airdrop, technology, cryptocurrency news and latest information.as well as tips for crypto trading around the world..
Barnoota Hojii Online,technology argchuf http://m.youtube.com/channel/UC0MUdx_qjAXyJzvdHOFnAHw?sub_confirmation=1
Download Telegram
β–ΆοΈπŸ’Έ Akkata Website Qarshii Gudda Irraa Hojjatan YE BUNA.COM Account Isaa Banatanii Fi Verified tasiftaan.dabalatan akkamitti qarshii irra akka hojjatan video kana kessa ni argatuu.
Guutuu video isiin afferree jira
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


▢️ https://youtu.be/y3dKZUmUarg?si=GLPPr6SO1_F_DVMr
❀8πŸ‘1
β–ΆοΈπŸ“² Akkata AI Video Hojjatan afaan oromoo qofan ni ilaala.video kana mallaqa hojjachuu ni dandessuu itti fayyadama.guutuun video kunno
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


▢️ https://youtu.be/3E6JaExLHO0?si=wNrfLLeREBRChAx_
❀7
▢️▢️ Akkata AI Qofa Fayyadamuun Muziqaa mataa kessanii hojjachuu dandessaan beekumsa tokko malee ni ilaala guutuu dawwadha
βœοΈπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


▢️ https://youtu.be/5xWU5o3Rot0
❀9
▢️ 🏦+πŸ’° PayPal Account Kessan Account Bankii Wal Qunnamsisuu ni danda'amaa? akkamitti ni ilaala.PayPal Kessa CBE Connect akkamitti wal qunnamsiftan guutuu ni ilaala.guutuu video kunno dawwadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/c2OhRAwtmhI?si=iFQMOszZSD1qJX3E
❀5
▢️ Diraama Qorichaa Jalaala Part 1 | Diraaman kun AI qofan hojjatamee.mee akkkamitti ilaaltan hordooftota koo partiin itti anuu gad haa lakkifamuu yaada kessan naa qooda galaatoma.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/KYLO-Jf3S5I
❀3
β—€οΈπŸ“² Guys Appiin kun bifaa harawaan akka gariitti Qarshii kafaala jira itti fayyadama.

Eegaluuf link armaan gadii fayyadamii.ibsaa guutuun galgalaa Youtube Channel Mohe oro irrattii naa egaa.

βœ… Invitation ID= 592932323
πŸ’ΈLink AppichaπŸ‘‰ https://os8.me/EjtbyQ
❀10😁3
β—€οΈπŸ“² Guys Appiin kun bifaa harawaan akka gariitti Qarshii kafaala jira itti fayyadama.

Eegaluuf link armaan gadii fayyadamii.ibsaa guutuun galgalaa Youtube Channel Mohe oro irrattii naa egaa.

βœ… Invitation ID= 592932323
πŸ’ΈLink AppichaπŸ‘‰ https://os8.me/EjtbyQ
▢️ Akkam Jirtu Hordooftotni YouTube Channelii Sof Umar App.Akkuma Beekamuu Kara YouTube kenyattiin Subscriber 134,000 ol horanne jira.duran dursee warronni na jajjabessa fi na deegara turtaan hedduu isiiin galateffadha!

Itti ansuun warronni naa xiqqessa,naa arabsaa,dandii koo nati cufa turtan hundinnu heddu isaan galaateffadha.Sababni isaas akka cime hojjadhu,namoota guufu naa tahan akka of jala kasuu fi dandii koo akka sirressuu, bu'aa bahii hunda obsa fi jabadhee akka hojadhuu wan naa tasiiftaniif heddu isiin kabajaa.isiin jalaadha.milkaa'inni kan dhufu kufatiidhan wan tahef hundii kessannu galaatoma.

Akkuma beekamuu torii media ani itti fayyadamuu lama qofa ture isaaniis YouTube Subscriber 134k ol qabu fi telegrama Subscribers 8.3K ol qabu qofan wal argaa ture.wal irra baracha ture wal deggaraa ture.amma immo kara tiktok akkasumas Facebook dhufuf jedha kanaf naa cina dhabbachuun naa qarqarraa naa deggara jechaa torii tiktok koo inni sirrii haarofni isaa kanadha kanaf, link armaan gadittin seenuun Follow,like ,share fi copylink gochuun naa jajjabbessaa.heddu isiin jalaadha.galaatoma!πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://tiktok.me/streak/ZS9U2cbVRf9CC-FtgDE/
❀5
Arifget flowpass (3).zip
242.4 KB
Google flow warronni isiniif hojjachuu dide extension kana bufachuun fayyadama.
❀2πŸ‘2
β–ΆοΈπŸ“²πŸ’Έ Part 1: Akkata Website YE BUNA.COM irraa qarshii gudda hojjatan ni ilaala.

Kutaa kana kessatti:,

βœ… Account Ye buna.com banachuu
βœ… Account isaa Verify tasiisuu
βœ… Akkata itti hojjatan

Kutaa 2ffaa guyyaa 2 booda gad isiniif lakkiisa.

▢️ Guys Mallaqa guddaa hojjatama jira irraa fayyadamaa.guutuu video kunno
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


▢️ https://youtu.be/kBB5DPljbdE?si=OQf1BeFqV2XGPLl4
❀4πŸ‘2
β–ΆοΈπŸ’ΈπŸ“² Bilbilaa kessan qofan yeroo free qabdanitti galii dabaalata hojjadha.
App arman gadii kana bufachuun itti fayyadama.

Akkata itti hojjatan
1.Appichan link tuquun bufadha,account banadha.
2.Invitation code fayyadama.
3.Task kessan hunda hojjadha.
4.Game garagaratuu jira filaadha daqiiqa 2f taphaadha.
5.Namoota afferaa qarshii bareeda argatuu.

Guutuun video akka isiniif hojjatamuu yoo barbaadan react godha.isiin qophessaa.

▢️ Invitation Code: 98315834

▢️ App LinkπŸ‘‰ Hey! Use my referral code 98315834 to earn 2500 coins on CashPlay! Download now: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.cash.cashplay.games.earnmoney.games.all
❀1
▢️ Akkata AI QOFAN Beeksisaa Qarshii 50,000-500,000 Itti Basuu Dandessan Ofii kessanii hojjachuu dandessan ni ilaala.guys dhabbata kessaniif,Omishaa kessan,account kessan fi service kennitaan salphatiin AI Qofan Beeksiisa hojjachun beeksifachuu dandessaan.

Karaa biratiin AI Qofan beeksiisa namootaf hojjachuu dandessuu guutuu video kunno πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


▢️ https://youtu.be/jShuW5u3BX8
▢️ Guys Email kessan tokko yoo hattaamee Account kessan:

βœ… Email
βœ…Tiktok
βœ… Facebook
βœ…Instagram
βœ… Account Bankii Gargaraa
βœ… Exchange Wallet
βœ… Paypal.....

Sababa Email kessa tokko hattameen Account hunda dhabuu dandessa.yeroo mallaqa gudda samamuu dandessaa.sana dura email kessan haala kana sirreeffadha.guutuu video dawwadhaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


▢️ https://youtu.be/XmH3EWGbVWI?si=juHAzv4m71UIjTTW
❀4