SOF UMAR MEDIA
8.49K subscribers
485 photos
15 videos
58 files
1.6K links
Trustworthy source of airdrop, technology, cryptocurrency news and latest information.as well as tips for crypto trading around the world..
Barnoota Hojii Online,technology argchuf http://m.youtube.com/channel/UC0MUdx_qjAXyJzvdHOFnAHw?sub_confirmation=1
Download Telegram
β–ΆοΈπŸ“²πŸ’Έ Oduu Gammachiisa Yutubaroota hundaaf: Youtube Seerota haarawa youtube channel kessan ittin guddiffatan,kafaaltii dabalataa ittin dachaan dabalachuu dandessan garagaraa hojii irra olchuufii.seerota kannen kunnoo dawwadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


▢️ https://youtu.be/B4TWt44lYHw
❀2πŸ‘1
β–ΆοΈπŸ’ΈπŸ“² Baga Gessan Hordooftootni Amantii Kiristaana hundii kessannuuπŸ™πŸ™
πŸ‘1
β–ΆοΈπŸ’ΈπŸ“² Website Jiruu Fi jireenya kessan jijjirruu danda'uu Ye Buna Hojjadha.Guys namoota bay'ee ittin jijjirraama jiraa daewadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/JPfhI9DViBo
❀3πŸ‘1
β—€οΈπŸ“² Guys Appiin kun bifaa harawaan akka gariitti Qarshii kafaala jira itti fayyadama.

Eegaluuf link armaan gadii fayyadamii.ibsaa guutuun galgalaa Youtube Channel Mohe oro irrattii naa egaa.

βœ… Invitation ID= 589119193

πŸ’ΈLink AppichaπŸ‘‰ https://os8.me/X7ThPt
❀8πŸ‘3
β–ΆοΈπŸ’Έ Akkata Website Qarshii Gudda Irraa Hojjatan YE BUNA.COM Account Isaa Banatanii Fi Verified tasiftaan.dabalatan akkamitti qarshii irra akka hojjatan video kana kessa ni argatuu.
Guutuu video isiin afferree jira
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


▢️ https://youtu.be/y3dKZUmUarg?si=GLPPr6SO1_F_DVMr
❀8πŸ‘1
β–ΆοΈπŸ“² Akkata AI Video Hojjatan afaan oromoo qofan ni ilaala.video kana mallaqa hojjachuu ni dandessuu itti fayyadama.guutuun video kunno
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


▢️ https://youtu.be/3E6JaExLHO0?si=wNrfLLeREBRChAx_
❀7
▢️▢️ Akkata AI Qofa Fayyadamuun Muziqaa mataa kessanii hojjachuu dandessaan beekumsa tokko malee ni ilaala guutuu dawwadha
βœοΈπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


▢️ https://youtu.be/5xWU5o3Rot0
❀9
▢️ 🏦+πŸ’° PayPal Account Kessan Account Bankii Wal Qunnamsisuu ni danda'amaa? akkamitti ni ilaala.PayPal Kessa CBE Connect akkamitti wal qunnamsiftan guutuu ni ilaala.guutuu video kunno dawwadha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/c2OhRAwtmhI?si=iFQMOszZSD1qJX3E
❀5
▢️ Diraama Qorichaa Jalaala Part 1 | Diraaman kun AI qofan hojjatamee.mee akkkamitti ilaaltan hordooftota koo partiin itti anuu gad haa lakkifamuu yaada kessan naa qooda galaatoma.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

▢️ https://youtu.be/KYLO-Jf3S5I
❀3
β—€οΈπŸ“² Guys Appiin kun bifaa harawaan akka gariitti Qarshii kafaala jira itti fayyadama.

Eegaluuf link armaan gadii fayyadamii.ibsaa guutuun galgalaa Youtube Channel Mohe oro irrattii naa egaa.

βœ… Invitation ID= 592932323
πŸ’ΈLink AppichaπŸ‘‰ https://os8.me/EjtbyQ
❀10😁3
β—€οΈπŸ“² Guys Appiin kun bifaa harawaan akka gariitti Qarshii kafaala jira itti fayyadama.

Eegaluuf link armaan gadii fayyadamii.ibsaa guutuun galgalaa Youtube Channel Mohe oro irrattii naa egaa.

βœ… Invitation ID= 592932323
πŸ’ΈLink AppichaπŸ‘‰ https://os8.me/EjtbyQ
▢️ Akkam Jirtu Hordooftotni YouTube Channelii Sof Umar App.Akkuma Beekamuu Kara YouTube kenyattiin Subscriber 134,000 ol horanne jira.duran dursee warronni na jajjabessa fi na deegara turtaan hedduu isiiin galateffadha!

Itti ansuun warronni naa xiqqessa,naa arabsaa,dandii koo nati cufa turtan hundinnu heddu isaan galaateffadha.Sababni isaas akka cime hojjadhu,namoota guufu naa tahan akka of jala kasuu fi dandii koo akka sirressuu, bu'aa bahii hunda obsa fi jabadhee akka hojadhuu wan naa tasiiftaniif heddu isiin kabajaa.isiin jalaadha.milkaa'inni kan dhufu kufatiidhan wan tahef hundii kessannu galaatoma.

Akkuma beekamuu torii media ani itti fayyadamuu lama qofa ture isaaniis YouTube Subscriber 134k ol qabu fi telegrama Subscribers 8.3K ol qabu qofan wal argaa ture.wal irra baracha ture wal deggaraa ture.amma immo kara tiktok akkasumas Facebook dhufuf jedha kanaf naa cina dhabbachuun naa qarqarraa naa deggara jechaa torii tiktok koo inni sirrii haarofni isaa kanadha kanaf, link armaan gadittin seenuun Follow,like ,share fi copylink gochuun naa jajjabbessaa.heddu isiin jalaadha.galaatoma!πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://tiktok.me/streak/ZS9U2cbVRf9CC-FtgDE/
❀5
Arifget flowpass (3).zip
242.4 KB
Google flow warronni isiniif hojjachuu dide extension kana bufachuun fayyadama.