SOF UMAR MEDIA
6.72K subscribers
359 photos
9 videos
54 files
1.18K links
Trustworthy source of airdrop, technology, cryptocurrency news and latest information.as well as tips for crypto trading around the world..
Barnoota Hojii Online,technology argchuf http://m.youtube.com/channel/UC0MUdx_qjAXyJzvdHOFnAHw?sub_confirmation=1
Download Telegram
Guys bilbilaa SAMSUNG Qabdu?bilbillii kessan samsung tanan dhabuu kessaan dursaa dafaa sirreffadhaa.akkata itti sirreffatani fi update haraawa SAMSUNG ONE UI 7 Bilbiloota argatan guutuu vidiyoo kana kessatti ni ilaala.guutuu isaa link arman gadii tuquun dawwadha.

⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️📱📱📱⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/6wuZykiFpF8
One_UI_7_with_Android_15_List_of_Eligible_Galaxy_Devices_Samsung.pdf
82.9 KB
Guutuu bilbilaa Update ONE UI 7 Argatan as kessaa argatuu
🏦 Guy's Tiktok irrattii guyyaa tokkon Dollaraa $100,000 Hojjachuu ni dkndessuu.obbollewwaan Yunivarsitii Garagarraa irraa ebbifamtaan bagaa gammadan Congra.Vidiyoo kanan vidiyoo adda addaa irratti react ni gonna.wajjiin taphannaa wajjin wal irraa baranaa turtii garaa nuu wajjiin taasisaa.
Guutuu isaa link armaan gadi tuquun dawwadha.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/cHRbspgjOfs
📲 Guys of eggannoo godha.Password Social media Billiyoona 16 ol database irraa hattamee jira hackerootan.Isaniis
1.Password Apple
2.Password Email
3.Password Facebook
4.Password Bankii
5.Password Paypal
6.Password Binance
7.Password Bybit
8.Password Okx
9.Password Bitget
10.Password Telegram Wallet fi.k.k fakkatan hattameera.kanaf of eganno gochuu qabdan vidiyoo gababduu tana kessatti ilaala.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

https://youtube.com/shorts/qTH3onK31zA?feature=share
📲📱 Guys Bilbillonni Samsung Fi IPhone Wal-dorgommi irraa jiruu.Updatd haarawa baasa jiruu.vidiyoo kanan warronni bilbillaa samsung fi iPhone qabdan itti fayyadama.of egannoos godha.guutuu isaa link armaan gadii tuquun dawwadha.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/WBk7zdZmix8
🏦 Guys YouTube irraa qarshii 32,000 ol hojjacha jira.hangaa ammatti immoo qarshii 270,000 ykn $3850 ol hojjadhera.isiniis hojjachuu dandessuu.dhugummaa online irraa qarshii hojjachuun ni danda'amaa.Guutuu vidiyoo kana kessatti ni ilaala.dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

https://youtu.be/X_-p58q4zsw
➡️ Guys Telegram account Kessaan akka guutumman Guttutti dhabuu dandessan beektuu.Mee guutuu isaa link armaan gadii tuquun dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/Q6tshOJBAWs
▶️ Guys App kana irraa Dollar $10-$100 Hojjachuu Dandessuu.itti fayyadamni appicha akkumma telegramatii.link armabn gadii tuquun bufadha.Code isiniif ka'eetii fayyadamuu dollar dabaalata,argachuu dandessuu.

➡️CODE➡️OQV739

➡️App Link➡️➡️
link https://join.conso.tg/share.html?code=OQV739
Samsung ONE UI 7 With Android 15.docx
18 KB
Bilbilotaa ONE UI 7 Argatan
SAMSUNG ONE UI 8 BETA PROGRAM.pdf
68 KB
Bilbiloota ONE UI 8 BETA Argatan
🏦📲 Forex Trading akkamitti hojjatan?akkatti success full tahu dandessan? yoo akkamitti hojjatan qarshii gaarii hojjachuu dandessaan guutuu isaa link armaan gadii tuquun dawwadha.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/ZLP0sExioY8
🏦📲 Guys App Kana irraa Dollar $10-$100 Hojjachuu Dandessuu.Akkata Itti Hojjatan Link kana tuquun ilaala
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️-⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/JeNBWHlBkGc
▶️ Guys App kana irraa Dollar $10-$100 Hojjachuu Dandessuu.itti fayyadamni appicha akkumma telegramatii.link armabn gadii tuquun bufadha.Code isiniif ka'eetii fayyadamuu dollar dabaalata,argachuu dandessuu.

➡️CODE➡️ OQV739

➡️App Link➡️➡️
link https://join.conso.tg/share.html?code=OQV739
📱🏦 Akkata,Telegram Irratti Qarshii hojjatan vidiyoo kanan nii ilaala.Ji'atii Qarshii 5,000-10,000 hojjachuu dandessuu yoo jabatanii hojjatan.
Guutuu isak dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️


▶️ https://youtu.be/O5ja2OE2HRs
📲Oduu Gammachisaa: Rakkowwaan Media Haawasa Hundaa Sirreffachuu Namoota Barbadaniif:Kafaltii Muraasan Isiniif Sirressuuf Qophidha.
📱 Taajajillii Nutii Kenninuu:
1.Rakkoo Youtube Hundaa
  ➡️ Youtube Monetization Apply Gochu
   ➡️ Rakkoo AdSense
   ➡️ Youtube Review
   ➡️ Profile Fi Banner Youtube Sirressuu
    ➡️ Akkata,Subscriber fi Sa'atti Itti Argatan Gorsa  Fi Setting Sirreffatan
     2.Rakkoo Tiktok,Imo,Telegram,Fb,Email Fi WhatsApp Guutumman
   3.Crptocurrency Adda Adda Bituu Fi Gurgurru
   4.Wallet Adda adda banuu fi isiniif Sirressuu
   5.Gorsaa Hojii Online fi.k.k.f
  
Attention: Namonni Hojachifachuu Barbadan:
1.Sa'atiin Hojii Ganama 2:00Am-12:00
➡️ Galgalaa 2:00Pm-5:00Pm
2.Kafaltii Rawwachuu.Osoo Kafaltiin hin rawwatiin Hojiin hin egalamuu

🤲 Galmaa Yaade Gahuuf Tattafadhuu!


🙏Taajajilaa kenyaa wan fayyadamtaniif Galatooma🙏

For More Information:
📲 +251910174714
Telegram:  @moheoro40
📲 Update Haarawa Bilbilaa Samsung One UI 7 Fi One UI 8 Beta Warronni Update gootan,Setting Bilbilaa Kessan Irratti Sirreffachuu Qabdan 20.
➡️ Bilbilaa kessaan yeroo dheera itti fayyadamuuf
➡️ Security Bilbilaa kessanii epuu
➡️ Charjii bilbilaa yeeroo dheera tursisuuf
➡️Appilikeshinaa hunda karaa salphan fayyadamuuf
➡️ Ifni Bilbilaa akka ijaa kessan midhaa irran hin genyeef
➡️Wantaa barbadan interneetii irra karaa salphaan argachuu k.f.k.f ni argatuu.
Guutuu Vidiyoo⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/kXkYs2-GGwY
▶️ Seeraa Youtube Haarawa ( YouTube Policy Updates 2025) YouTube Channel Namoota Bay'ee Ittin Cuufamuu.of eggannoo gochuun amma.seerii kun youtube namoota bay'ee cuufuf deema sirreffadha.guutuu isaa video kana kessaa argatuu.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/wblpMxy95wk
▶️ Akkata Bybit account itti banatan vidiyoo har'aa kessatti ni ilaala.bybit account kan isinif yaaduuf:
1.Virtual Master Card Bafachuuf
2.Cryto irraa kawwachuuf Dollara,Ton ,USDT,Bitcoin fi k.k.f irra kawwachuuf
3.P2P irratti Airdrop fi cryptocurrency barbadaan qarshii Itiyoophiyaatin bitachuu fi Gurgurrachuu
4.Project Airdrop hojjatan tokko yeroo list tahe as irratti bafachuu fi gurggurachuuf
Guutuu vidiyoo kana ilaaluu dandessuu
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

https://youtu.be/6RlQSv2nNt4
📲 Guys Akkam Jirtuu?
Battery Bilbilaa Kessanni Setting Fixaan Kan Ofirraa Cufuu Qabdan isiniif qabadhee dhufeera.
Setting Kannen Ofirraa cuufun Umrii Baatirii bilbilaa kessannii dheressuu dandessuu.
Kana qofaa mitii Battery bilbilaa kessanii Forjiidi Akka hin tane fi Orginaalumma qabatee akka itti fufuu taasisuu.sirreeffadha!⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/UkFgsogdeOo