SOF UMAR MEDIA
7.25K subscribers
427 photos
11 videos
54 files
1.36K links
Trustworthy source of airdrop, technology, cryptocurrency news and latest information.as well as tips for crypto trading around the world..
Barnoota Hojii Online,technology argchuf http://m.youtube.com/channel/UC0MUdx_qjAXyJzvdHOFnAHw?sub_confirmation=1
Download Telegram
▶️ Warronnii Ethio Telecom Kardii Kessaan Hattuun Isiin Rakkisee Furmaata Isaa,Karaa ittin sirreeffatan.guutuu baarnoota kana vidiyoo armaan gadii tuquun ilaala.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/1vwEt3FHJJk
▶️ Guys Akkam Jirtuu?
💰Qarshii kessaan karaa Baankii Fi Midiyallee Hawaasa irrattii karaa online irratti akka Hattammaa jirtan beektuu? Bay'een kessaan akkamitti online irratti qarsii hattamna akkasummas Baankiin akkamitti nuu hattuu danda'aa jechuu dandessuu.
Guutuu Vidiyoodhan daaqiqa murasaa booda nuu egaa🙏
▶️ Qarshii Kessaan karaa baankii fi Online irratti hattamaa jirtuu.akkamatti? karaa ittin irraa of eguu dandenyuu hoo? Guutuu vidiyoo kana kessatti ni ilaala.
Link arman gadii tuquun dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/Z6xSXw9LK30
📱💵 Ji'aan Hojii Online Afur Qarshii 20,000-50,000 Argamsisaan,Vidiyoo kana kessatti ni ilaala.Guutuu barnoota kana link armaan gadii tuquun dawadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/pY_P6w3dhBA
▶️ Akkta,Data Bilbilba Kessanii Dachaan Akka isiniif Turuu gochuu dandessaan video kana kessatti ni ilaala.Guutuu isaa link kana tuquun dawwadha.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/zDrUhhPpCaU
▶️ Akkata Bitget Wallet Account Itti banatan vidiyoo kanan ni ilaala.kessattuu cryptocurrency irratti trade gochuu,dollar bafachuuf akkasumas cryto walirraa bituu fi gurgguruuf hedduu isiin fayyada.guutuu isaa link kana tuquun ilaala.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/abPFwLAod8Q
▶️ Guys Vidiyoo har'aa Wa'ee Artificial intelligence AI Ykn Sammuu Nam-tochee jechuun maliidha? Fayidaa fi midhaa artificial intelligence maaliidha? akkamitti artificial intelligence irra qarshii argachuun ni danda'ama? Gaffilee kannen vidiyoo kana kessatti deebii ni argatuu.guutuu isaa dawwachuuf link armaan gadii tuquun dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️https://youtu.be/CoPCEOD_qgQ
🙏 App Karoora Bellamatiif isiin qarqaruu.As tuuqun bufadha.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

https://play.google.com/store/apps/details?id=chaskaforyou.apps.remindme
▶️ Bilbiloota Samsung Update Haarawa One UI 7 Ji'aa June Argatan ni ilaala.Akkasummas Hojii Online Namonnii Hattammaa Jiran Guutuu Vidiyoo kanattio Ni ilaala.Guutuu isaa link armaan gadii tuquun dawwadha.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/s0N9lDYbszA
📲 Akkata Tiktok Irratti Qarshii Hojjatanii Fi Tiktok Irrattii Follower Guddaa Argatan Guutuu Vidiyoo Kana Kessatti Ni Ilaala.
Guutuu Isaa Link Armaan Gadii Tuquun Dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️https://youtu.be/3MTH2LdkWPg
📱💵 Bilbilaa Kessaan Qofan,Telegram Irratti Karalee Shan(5) Ji'atti Qarshii 5,000-50,000 Hojjachuu Dandeessan.Vidiyoo Kanan karaa ittin qarshii telegrama irra hojjatan ni ilaata.guutuu isaa dawwachuuf link armaan gadii tuqa
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/Rg3IkGfFLOw
▶️ Telegramaa Code erguu Didee fi password isaa dagataan akkata itti deebiffatanii argachuu dandessan ni ilaala.guutuu vidiyoo tana ilaaluun irraa fayyadama.guutuu isaa link arman gadii tuquun dawwadha.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️


▶️https://youtu.be/bysGfpo8uhs
Telegram (3) (2).apk
76.4 MB
📲 Applikeeshinaa Telegram Sirri Kanatti Fayyadamaa.
📱 Rakkoo itti fayyadama Midiyak Hawaasatiin Amerikaan Visa Bartoota Dhorkitee.Dabalataan Immoo Lammilee biyoota 12 Gara Amerikaa Akka hin seene dhorkitee jirtii.
Guutuu Oddeffannowwan Kannen Vidiyoo kana Kessatti ni ilaala.dawwachuuf link arman gadii tuqa
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️https://youtu.be/yWw97E0_n9A
Guy's Hoteela Maqaa Youtube Kenyaa Kana Akkamitti Ilaaltan?
▶️ Good Morning my family's? Mee Vidiyoon akkamii akka isiniif hojjattamuu barbaduu.yaada kessan nuu qoda.
📲 Bilbilaa,Mobayil Banking Fi Password Account Garagaraa hattamuu dandessuu.Of eganno furmaata isiin gochuu qabdan vidiyoo kanan ni ilaala.guutuu isaa link armaan gadii tuquun dawwadha.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

▶️ https://youtu.be/OBaP2P-lYZY