Sof Omar Tech Academy
440 subscribers
38 photos
1 video
1 file
32 links
🚀 Sof Omar Tech Academy is the first modern tech school—offering both in-person and online education—committed to teaching technology in Afan Oromo and empowering the next generation of creators, developers, and innovators.

Visit : www.sofomar.online
Download Telegram
Sof Omar Tech Academy
Sagantaa Orranteeshinii ! Sof Omar Tech Academy. 1. Website Development 2. Graphic Designing 3. American English Barnoota sadan kana fageenya irraa ( Oonlaayiniidhaan ) barachuuf namoonni galmooftan hundinuu, Guyyaa har'aa galgala keessaa Sa'atii 3 irratti…
‼️‼️ - Attention all

1. #Website_Development
2.
#Graphic_Designing
3.
#American_English

♻️ Namoonni Barnoota Sadan asii olii kana irratti galmooftan hundinuu galagala kana sa'atii 3 irraa eegalee Oorranteeshinii waan kenninuuf, akka irratti hirmaattan kabajaan isin beeksifna. Namni galmaa'ee garuu liinkiin orranteeshiniin itti kennamu hin argatin gara keessaatiin nu qunnamaa : 👇

👉 @sofomar_contact ykn
👉
@sof_omar_academy_bot

Ykn karaa bilbilaatiin : +251961219838
Nu qunnamaa.
Sof Omar Tech Academy
https://t.me/+HdUe-ONjd6E3ZDBk
Orranteeshiniin Eegalmee jiraa seenaa !
🔥42
💡 Sof Omar Tech Academy

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍3
Namoota Orientation Jalaa dabreef --- Liinkii asii gadii kana banaa :


👉 https://t.me/+HdUe-ONjd6E3ZDBk

Gaaffii dabalataa yoo qabaattan :

@sofomar_contact
@sof_omar_academy_bot
0961219838
1👍1
Class Time Table :

💡 Sof Omar Tech Academy :

#Website_Development galgala kana eegala.
#American_English boru galgala eegala.
#Graphic_Designing guyyaa Roobii eegala.


Kilaasiin Sa'aatii 3 irratti eegala. Liinkiin Live ittiin seentan guruuppii kilaasii Keessan irratti isiniif ergama. Yeroodhaan irratti argamaa.

Namoonni galmee marsaa tokkoffaa irratti koorsii sadan kana galmooftan kan Kaffaltii hin xumurin - hanga guyyaa boruutti kaffaltii keessan xumuruun gara guruuppii barnootaatti dabalamaatii barnoota keessan hordofaa isiniin jenna.

Nu Qunnamuuf :
@sofomar_contact

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍1🔥1
💡 Sof Omar Tech Academy

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍2
💡 Sof Omar Tech Academy

🎉 American English Class - Galgala kana sa'atii 3 irraa eegala.

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
💡 Sof Omar Tech Academy

Galagala kana ( May 14, 2025 ) :

* Website Developement fi
* Graphic Designing Class ni jira.

-> Sa'aatii 3 irraa eegala.

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍31
💡 Sof Omar Tech Academy

Galagala kana ( May 15, 2025 ) :

* American English

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍4
💡 Sof Omar Tech Academy

Galagala kana ( May 18, 2025 ) :

* Website Development
* Graphic Designing
* American English

-> Sa'aatii 3 irraa eegala.

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
1
💡 Sof Omar Tech Academy

Galgala kana ( May 19, 2025 ) :

* Website Development fi
* Graphic Designing Class ni jira.

-> Sa'aatii 3 irraa eegala.

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍31
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
💡 Sof Omar Courses :

The First Ever Most Comprehensive Afan Oromo Tech Courses.

sof-omar.com
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
3🔥2👍1
💡 1446...

🎉 Eid Mubarak !

@SOFOMAR_COURSES
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
6🙏2
Forwarded from Sof Omar Courses
💡 sof-omar.com

Launching tomorrow !
-----> June 10, 2025
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
1
Sof Omar Courses - E-Learning Platform

"Learning a skill has never been easier!"

Website boru launch goona ( sof-omar.com ). ONLINE irratti fageenya irraa - Live Class barachuudhaaf - namoota ifaa fi internet connection gaarii hin qabne barumsa irraa yeroo hedduu waan gufachiisuuf karaa irra gaarii ta'e qopheessaa jirra.

Karaa qohpeessine kanaan namni baratu faayidaalee armaan gadii argata :

1. ifaa fi internet connection gaarii dhabuun barumsa kana barachuu irraa isa hin gufachiisu ( dagessu ).

2. Yeroo barbaadetti barachuu waan danda'uuf, Barumsa lamaa fi achii ol al-tokkotti fudhachuu danda'a.

3. Timetable fi schedule ofii baafateen barachuu danda'a.

4. Koorsii hundaafuu telegram group kophatti waan qophaa'uuf, Yeroo gaaffi gaafachuu barbaaddetti telegram group qophaa'e irratti gaafachuu ni danda'a - telegram group irratti namoota waliin baratu wajjiin collaborate gochuu ni danda'a.

5. Barumsa haala gaariin akka hubatuuf quiz garagaraa waan qophaa'uuf - achirratti quiz dalaguu ni danda'a - full video course qofa osoo hin taane resource dabalataa garagaraa kan isa gargaaru kan akka pdf fi slide achirraa argachuu danda'a...

6. Namoonni koorsiilee keenna fudhatan hedduun barattoota waan ta'aniif Gatii salphaa ta'een barsiifna - kunis namni tokko koorsii hedduu akka fudhachuu danda'uuf carraa bana.

7. Dhuma irratti final project dalaguudhaan - Certificate of Completion ni argata. Dabalataanis koorsii barate fayyadamuudhaan akka hojii eegalu ykn ammoo tarkaanfiin isaa kan itti aanu maal akka ta'uu qabu akka hubatuuf guidance tokko tokko ni kennina.

# Full Video Course + Telegram Q&A ( Video guutuu step by step nama barsiisu qopheessaa jirra ) - dabalataanis namni gaaffi qabu, gaaffii isaa yeroo barbaadutti akka gaafachuu danda'uuf telegram group koorsii hundaafuu qophaa'e jira.

Faayidaalee kana fi kana fakkaatan ni argata jechuudha.

( Biyya keennatti Live Class barachuudhaaf - ifaa fi internet connection heddu rakkisaadha ).

Garuu, karaa nuti qopheessine kanaan dandeetti dabalataa kan dijitaalaa barachuu irraa wanti nama gufachiisu ( daangessu ) hin jiru jechuudha.

Barataan, hojjataaniifi hoji barbaadaanis - yeroo isaa mijatutti barnoota kana fudhachuu danda'a.

@SOFOMAR_COURSES
sof-omar.com

[ The First Ever most Comprehensive Afan Oromo Tech Courses Marketplace ]
🔥41