Sof Omar Tech Academy
440 subscribers
38 photos
1 video
1 file
32 links
🚀 Sof Omar Tech Academy is the first modern tech school—offering both in-person and online education—committed to teaching technology in Afan Oromo and empowering the next generation of creators, developers, and innovators.

Visit : www.sofomar.online
Download Telegram
Sagantaa Orranteeshinii !
Sof Omar Tech Academy.


1. Website Development
2. Graphic Designing
3. American English


Barnoota sadan kana fageenya irraa ( Oonlaayiniidhaan ) barachuuf namoonni galmooftan hundinuu, Guyyaa har'aa galgala keessaa Sa'atii 3 irratti Orientation waan kenninuuf hundi keessanuu akka argamtan kabajaan isin beeksifna.

⚡️ Orientation har'a kenninu irratti qabxiilee asii gadii kana gabaabinaan ni mari'anna.

1. Sof Omar Tech Academy'n maali, Eessatti argama - introduction ?
2. Barnoota gosa kam kennitu ?
3. Barnoonni haala kamiin kennama ?
4. Kaffaltiin maal fakkaata ?
5. Torbanitti guyyaa meeqa baratama ?
6. Barumsi kun yeroo hangamiif tura ?
7. Dhuma irratti Certificate ni kennituu ?
8. Barumsa Technology kana eennutu barachuu danda'aa ?
9. Oonlaayinii irratti barachuuf maaltu nu barbaachisa ?
10. Other Digital Skills kan jedhu hoo maali ? Fi kkf.

...

Gaffilee keessan hundaaf deebii ni kennina. Gaaffii qabdan hunda saganticharratti gaafachuu ni dandeessu.

🚀 Guyyaa : Sanbata - Caamsaa 2, 2017 ( Saturday - May 10, 2025 )

🚀 Sa'aatii : Galgala keessa sa'atii 3 tti eegala. ( sagantaa gabaabaa waan ta'eef yeroodhaan seenaa ).

🛫 Guyyaa fi Sa'aatii jedhame kana irratti - Online Meeting gabaabaa goona. Namoota galmaa'an hundaaf liinkiin sagantaa ittiin seenan ni ergama.

Nu Qunnamuuf :

@sofomar_contact
@sof_omar_academy_bot
+251938350004

Official Telegram Channel :

💡 Sof Omar Tech Academy
📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
4👍2🎉1
Sof Omar Tech Academy
Sagantaa Orranteeshinii ! Sof Omar Tech Academy. 1. Website Development 2. Graphic Designing 3. American English Barnoota sadan kana fageenya irraa ( Oonlaayiniidhaan ) barachuuf namoonni galmooftan hundinuu, Guyyaa har'aa galgala keessaa Sa'atii 3 irratti…
‼️‼️ - Attention all

1. #Website_Development
2.
#Graphic_Designing
3.
#American_English

♻️ Namoonni Barnoota Sadan asii olii kana irratti galmooftan hundinuu galagala kana sa'atii 3 irraa eegalee Oorranteeshinii waan kenninuuf, akka irratti hirmaattan kabajaan isin beeksifna. Namni galmaa'ee garuu liinkiin orranteeshiniin itti kennamu hin argatin gara keessaatiin nu qunnamaa : 👇

👉 @sofomar_contact ykn
👉
@sof_omar_academy_bot

Ykn karaa bilbilaatiin : +251961219838
Nu qunnamaa.
Sof Omar Tech Academy
https://t.me/+HdUe-ONjd6E3ZDBk
Orranteeshiniin Eegalmee jiraa seenaa !
🔥42
💡 Sof Omar Tech Academy

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍3
Namoota Orientation Jalaa dabreef --- Liinkii asii gadii kana banaa :


👉 https://t.me/+HdUe-ONjd6E3ZDBk

Gaaffii dabalataa yoo qabaattan :

@sofomar_contact
@sof_omar_academy_bot
0961219838
1👍1
Class Time Table :

💡 Sof Omar Tech Academy :

#Website_Development galgala kana eegala.
#American_English boru galgala eegala.
#Graphic_Designing guyyaa Roobii eegala.


Kilaasiin Sa'aatii 3 irratti eegala. Liinkiin Live ittiin seentan guruuppii kilaasii Keessan irratti isiniif ergama. Yeroodhaan irratti argamaa.

Namoonni galmee marsaa tokkoffaa irratti koorsii sadan kana galmooftan kan Kaffaltii hin xumurin - hanga guyyaa boruutti kaffaltii keessan xumuruun gara guruuppii barnootaatti dabalamaatii barnoota keessan hordofaa isiniin jenna.

Nu Qunnamuuf :
@sofomar_contact

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍1🔥1
💡 Sof Omar Tech Academy

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍2
💡 Sof Omar Tech Academy

🎉 American English Class - Galgala kana sa'atii 3 irraa eegala.

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
💡 Sof Omar Tech Academy

Galagala kana ( May 14, 2025 ) :

* Website Developement fi
* Graphic Designing Class ni jira.

-> Sa'aatii 3 irraa eegala.

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍31
💡 Sof Omar Tech Academy

Galagala kana ( May 15, 2025 ) :

* American English

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍4
💡 Sof Omar Tech Academy

Galagala kana ( May 18, 2025 ) :

* Website Development
* Graphic Designing
* American English

-> Sa'aatii 3 irraa eegala.

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
1
💡 Sof Omar Tech Academy

Galgala kana ( May 19, 2025 ) :

* Website Development fi
* Graphic Designing Class ni jira.

-> Sa'aatii 3 irraa eegala.

📱 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍31
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
💡 Sof Omar Courses :

The First Ever Most Comprehensive Afan Oromo Tech Courses.

sof-omar.com
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
3🔥2👍1
💡 1446...

🎉 Eid Mubarak !

@SOFOMAR_COURSES
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
6🙏2
Forwarded from Sof Omar Courses
💡 sof-omar.com

Launching tomorrow !
-----> June 10, 2025
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
1