Forwarded from Visit Sof Omar
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Google Docs
Galmee Sof Omar Tech Academy
π Sof Omar Tech Academy β Tajaajila Barnoota Tekinooloojii Sadarkaa Addunyaa Afaan Oromootiin yeroo jalqabaatiif !
Telegram : https://t.me/sof_omar2
Galmaa'uudhaaf Odeeffannoo as gadii kana guutaa.
Iddoon qabnu murtaa'aa waan ta'eef ammuma galmaa'aa.
Telegram : https://t.me/sof_omar2
Galmaa'uudhaaf Odeeffannoo as gadii kana guutaa.
Iddoon qabnu murtaa'aa waan ta'eef ammuma galmaa'aa.
@sofomar_contact
nu qunnamaa.
Galmeen Marsaa 2ffaa Ganna irratti ykn immoo Ji'a tokko booda waan eegaluuf, Barnoota keessan ganna irratti fudhachuu ni dandeessu.
π Kilaasiin ji'a sadi'iif kan turu yommuu ta'u, Namoota kaffaltii ji'a sadi'ii al tokkotti duraratti kaffalaniif 20% ni hir'isna.
@sofomar_contact
@sof_omar_academy_bot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π8β€3
Mana Barnoota Teckinooloojii Sadarkaa Idil-Addunyaa Afaan Oromootiin Yeroo Jalqabaatiif.
1. Website Development
2. Mobile App Development
3. AI in python programming
4. Graphic Designing
5. Video Editing
6. Social Media Marketing
7. American English
https://forms.gle/NUoqEWdgPNheASH87
https://t.me/sofomar_contact
https://t.me/sof_omar_academy_bot
@sof_omar2 @sof_omar2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Guyyaa tokko qofatu hafe !
1. Website Development
2. Graphic Designing
3. American English
Namoonni hanga ammaatti hin galmaa'in ammuma galmaa'aa.
https://forms.gle/NUoqEWdgPNheASH87
Gaaffii ykn Yaada yoo qabaattaan karaa kanaan nu qunnamaaπ:
π @sofomar_contact
π @sof_omar_academy_bot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π7
Sagantaa Orranteeshinii !
Sof Omar Tech Academy.
1. Website Development
2. Graphic Designing
3. American English
1. Sof Omar Tech Academy'n maali, Eessatti argama - introduction ?
2. Barnoota gosa kam kennitu ?
3. Barnoonni haala kamiin kennama ?
4. Kaffaltiin maal fakkaata ?
5. Torbanitti guyyaa meeqa baratama ?
6. Barumsi kun yeroo hangamiif tura ?
7. Dhuma irratti Certificate ni kennituu ?
8. Barumsa Technology kana eennutu barachuu danda'aa ?
9. Oonlaayinii irratti barachuuf maaltu nu barbaachisa ?
10. Other Digital Skills kan jedhu hoo maali ? Fi kkf.
...
Nu Qunnamuuf :
@sofomar_contact
@sof_omar_academy_bot
+251938350004
Official Telegram Channel :
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€4π2π1
Sof Omar Tech Academy
Sagantaa Orranteeshinii ! Sof Omar Tech Academy. 1. Website Development 2. Graphic Designing 3. American English β
Barnoota sadan kana fageenya irraa ( Oonlaayiniidhaan ) barachuuf namoonni galmooftan hundinuu, Guyyaa har'aa galgala keessaa Sa'atii 3 irrattiβ¦
βΌοΈβΌοΈ - Attention all
1. #Website_Development
2. #Graphic_Designing
3. #American_English
β»οΈ Namoonni Barnoota Sadan asii olii kana irratti galmooftan hundinuu galagala kana sa'atii 3 irraa eegalee Oorranteeshinii waan kenninuuf, akka irratti hirmaattan kabajaan isin beeksifna. Namni galmaa'ee garuu liinkiin orranteeshiniin itti kennamu hin argatin gara keessaatiin nu qunnamaa : π
π @sofomar_contact ykn
π @sof_omar_academy_bot
Ykn karaa bilbilaatiin : +251961219838
Nu qunnamaa.
1. #Website_Development
2. #Graphic_Designing
3. #American_English
β»οΈ Namoonni Barnoota Sadan asii olii kana irratti galmooftan hundinuu galagala kana sa'atii 3 irraa eegalee Oorranteeshinii waan kenninuuf, akka irratti hirmaattan kabajaan isin beeksifna. Namni galmaa'ee garuu liinkiin orranteeshiniin itti kennamu hin argatin gara keessaatiin nu qunnamaa : π
π @sofomar_contact ykn
π @sof_omar_academy_bot
Ykn karaa bilbilaatiin : +251961219838
Nu qunnamaa.
Sof Omar Tech Academy
https://t.me/+HdUe-ONjd6E3ZDBk
Orranteeshiniin Eegalmee jiraa seenaa !
π₯4β€2
Namoota Orientation Jalaa dabreef --- Liinkii asii gadii kana banaa :
π https://t.me/+HdUe-ONjd6E3ZDBk
Gaaffii dabalataa yoo qabaattan :
@sofomar_contact
@sof_omar_academy_bot
0961219838
Telegram
Sof Omar Tech Academy - Discussion
Youβve been invited to join this group on Telegram.
β€1π1
#Website_Development galgala kana eegala.
#American_English boru galgala eegala.
#Graphic_Designing guyyaa Roobii eegala.
Namoonni galmee marsaa tokkoffaa irratti koorsii sadan kana galmooftan kan Kaffaltii hin xumurin - hanga guyyaa boruutti kaffaltii keessan xumuruun gara guruuppii barnootaatti dabalamaatii barnoota keessan hordofaa isiniin jenna.
Nu Qunnamuuf :
@sofomar_contact
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π1π₯1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Galagala kana ( May 14, 2025 ) :
* Website Developement fi
* Graphic Designing Class ni jira.
-> Sa'aatii 3 irraa eegala.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π3β€1