SENNAA UMATAA OROMO
1.99K subscribers
98 photos
4 videos
305 links
Fedhii fii hawwiin channali kennyaa seenaa,aaddaa,duudhaafi,safuu ummata oromoo dhalootara dhalootati dabarsudha
Oromoon ummata aadaa, duudhaa, seenaafi ooltee bultee gabbataa qabuudha.
Download Telegram
Gaafii:- Bu’uura kanarraa kaatanii hojii hojjettan irratti firiin hojii keessanii maal fakkaataa?

Ob.Almaayehu:- Seenaa sobaa barreessitooti sirnoota dabranii nuratti barreessa turanifi gaafi uummata Oromoo deebisneerra.

Oromon jarraa 16ffa keessa Afrikkaa bahaa akka ture mirkaneessineerra..
Maddi keenyaa maalif akka barbadame ibsineerra .
Ummati kun bara kam akka gargar qoodame addaan baafanneerra.
Uummati kun jaarraa 5 ffa fi 6ffa Itiyoophiya kessa akka ture ragaan agarsiifneerra.
Uummattooti fuula guraachaa,kibba lixaa, jiraataa turan kan akka Beejjaa,Koonsoo,Afaar,Geedi’oo,Sidaamaa kkf yoo fudhanne kan gar gar qoodaman yeroo dhiyoo ta’uusaa miirkaneeffanneerra.
Karaa afaaniitiinis garaa garummaan yoo boodarratti dhufellee fakkeenyaaf Afaan Soomaalee, Afaan Oromoo waliin hamma tokko walfakkaata. Akkasumas, Haddiyyaan, Kanbaataan,tibba kan akka qoodaman hin eeramne. Garuu Afaan Oromoo wajjin walfakkaattii qabu.
Egaa kunniin hunda kitaaba seenaa uummata Oromoo hanga jaarraa 16ffaa barreessine keessatti ibsineerra.
Gaafii:- Kayyoon ketaaba seena Oromoo hanga jaraa 16ffaa maal ture?

Obo.Alamaayehu:- Kaayyoon guddaa, kitaaba kanaa seenaan Oromoo essaa ka’ee eessa akka jiraataa ture ibsudha. Kun ammoo daguungora seena barreessitoota sirnoota dabraniif deebi kenuu qofa osoo hintaane,waan dhugaa ta’e barressuu Keenyadha.
Gaafii:– Qabiyyeen kitaabichaa maalture?

Al.Hayile:- Dursi hidda lattiin Oromoo;

Qubsuma Oromoo kaabaa,Keessumaa Oromoo ta’aanii hidda isaanii kan hin beekne addan baafachuf
Qubsuma Oromoota kaabaa hanga kibbaa dhihaa, hanga bahaa jiru hidda walitti dhufeenya isaanii qorachuudhaan ibsudha
Fkn:- Daamaat,Walqoofi,Walloon, Goojjam kesssa

Garasuun – Tuutti ta’ee hiddi gadaa Ituudha
Walloo yoo qoratan, Raayaa. Rayyaa yoo qoratan Maccafi Tulama kessatti ramadama.
Booranni walloo keesa jira, Booranni kanaaf Oromoota isaan kaanirra gargar deeme.

Inni biraa qubsuma isaati. Maddi Walaabuu aadadhaan Oromoota hunda wal qabsiisa.Oromooti warri gargar bahan kunniin bara sana keessa achi turan.
Barreessitooti seenaa sirnoota dabranii,”Soochin Oromoo kaabaa gara kibbatti godhe, osoo ittifamuu baatee,silaa naanno amma irra jiraaturra dabree,Ertiraa ce’ee,galaana diimaa keessa gala ture”jedhanii kan barreessan tilmaama isaaniiti malee yaada (seenaa) Oromtichaa miti.

Wallitti bu’iinsa kaabaa keessatti Giraanyi Mahaammad amantii Musiliimaa babaldhisuuf Kiristaanota waliin lolli waraanaa godhame akka ragaatti fudhanna.Oromoon Raayyaas sababa kanaan gariin waaqeffataa (sirna gaddaa), garrin Musliima, gariin ,Kirstaan ta’ee, iddoo sadditi qoodame. Oromummaan Rayyaa amammoo, kuushoti kaabaa gara kibbaatti yeroo socho’an iddoosaa durii irratti haafee, of ta’ee kan jiraachaa jiru, hidda Oromoodha.
Gaafii:- Tamsai’inni uummata Oromoo gara kabaa kun maal nuu eeraa?

Ob.Alamaayyoo:- Tamsai’inni uummata Oromoo, Afrikaa baahatti soochii kushidha.Dur durii weerara guddaatu Afriikaa bahaatti gagefamaa ture. Pershiyanotin , Griikoti, Roomanooti Tuurkoti Otumaaniifi Arabooti miidhaa guddaa qaqqabsiisaa turan.Sababa kanaan deemsi kush yeroo weerara sana kaabaarraa gara kibbatti deebi’e.

Musliimonniifi Kirstaanonni yeroo falmii weerara Giraanyii Mohamed, kushooti baayi’inaan kaabaarraa gara kibbatti gadi socho’an.Moototni kan akka Libnadingiliifi Galaawudiiyoosfaa wajjin lola waraanaa heddu gaggessan.Booda Oromoon werara kana ofirraa qolachuuf labsii duula waraanaa “Dina baasaa!”jedhuun ka’uudhaan weerartoota ofirraa faciisudhaaf qaween of gurmeessanii “ goosatti deebi’aa! Araddaa keetti deebi’i” jedhamee labsamee, soochi Oromoo durii kan bara haaromsaa sun kaabaa kibbatti malee kibbaa kaabatti mitti.

Egaa akkuma kanaan bara sana soochiin uummata Oromoo kaabaa gara kibbaatti ture jechuudha. Bara mootichi Taklahayimaanot Qaalluu ajjese, gara Booranatti deeman. Bara jara 17ffaa irratti, muuda deemanii fudhachu eggalan.Kaayyoon adeemsa kanaa kessi Qaalluu barbachadha.Tibbi sun tibba aadaafi Afaan Oromoo irratti duulli adeemsifamedha.

Yeroo Kiristaanummaafi Islaamummaan itti duulan Oromoon Raayyaa bakka amma jiraataa jiru Tigiraayi ammaa kessati haafe. Nanoo Amaaraa kessaammoo Oromoon Kamseetti haafe.
Gaafii:- Akka qorataa seenatti Oromoo Raayaa irratti wanti hojjettan jiraa?

Ob.Alamaayehu:-Eeyee.Oromon Raaya dhaloota Kushi. Duris,hardhas Rayyan Oromoodha.Raayyaan goosota gara kudhanii qaba. Abbaan Marawwa. Maccafi Tulami Marawa.Marawwi kun ammoo yeroo dubbii humtuufi rakkoon tokko naannoo isaanii irratti dhufu lolee kan deebisudha.Raayyaan Waajjiraatirraa hanga Hinxaallootti jira. Walakaan Raayyaa citee Ertira kess jera.Hogganaan uummata naannoo sanaa Bahira Nagaash Dorii kan jedhamu Oromodha. Ilmi isaa Yisaaq Doori jedhama.Yisihaaq Doorii kun dularatti du’e.Hoogganaan uummataa gara biraanimmoo Garaad Jiloo kan jedhamu Raayaadha.

Oromoon Raayyaa yeroo ammaallee hora Ashangeetti safuu qaba.Aadaansaas jira. Rayyaa ammallee roobi yoo dhabame, hora Ashngiti bahee roobni akka roobuf waaqasaa kadhata.

Raayaa nuf goosota Oromoo keessaa tokkodha. Rayyan bara jaarraa 17ffa keessa ofiin of bulchaa ture.Mootichi Raayyaa kan Kifla Iyesuus jedhamu kalacha godhatee, Indartaa bulchaa ture.Rayaan of danda’ee hojii qonnaan kan buludha. Rayyan quufnaan kaabi quufe jechuudha.
SADAN SOODDOO

Sooddoon Ilma Daaccii ,Ilma Tuulamaa damee Booranaa kan Ilma Oromooti. Tuulamni Ijoollee sadii qaba ture isaanis Daaccii, Bachoo fi Jillee dha. Yeroo mara namooti hedduun gaafa maqaa Sooddoo jedhu dhagayan akka qomoo biraatti kan ilaalan keessumaayyuu akka qomoo Guraageetti kan ilaalan hedduu dha. Sooddoon ijoollee sadii godhatee lafasaa maqaasaatiin moggaafatee irra jiraachaa ture. Sadan ijoollee sooddoo; Odituu,Ummeefi Liibanjedhamu. Isaan kana warri har’a sadan sooddoo jedhamuun beekaman. Lafti Sooddoo naannoo Oromiyaa Shawa kibba lixaatti argama . Aanoti Sooddoo , aanaa bachii ,aanaa Walisoo aanaa tolee, aanaa bu’ii qarsa maalimmaan fi soddoo daachii yemmuu ta’u karaa ba’aatiin Maqii dugdaa karaa kibbaatiin aanaa bu’iitiin daangeffama. Akkuma armaan olitti ibsuuf yaalle Sooddoon ilma daaccii yeroo ta’u Daacciin Ilmaan sadii godhate sadan sana keessaa inni tokko Sooddoo dha. Isaan kaanimmoo Galaaniifi Aboo jedhamu. Goototni ilmaan Oromoo lakkaa’amanii hindhuman. Isaan keessaa akka fakkeenyaatti Taddeesee birruu, Abdiisaa Aagaa Waaqoo Guutuu Oliiqaa Dingilii fi kan kana fakkaatan yeroo mara kaafna. Goototi kun egaa Ilmaan Oromoo fi lafa Oromiyaa naannoo adda addaarratti kan dhalatan ta’uun beekamaadha. Akkuma kana ilmaan Oromoo damee tuulamaa warra sadan sooddoorraa goototi dhalatanis hedduudha. Isaan keessaa yeroo mara maqaan isanii akka biyyoolessaatti kan ka’uuf akkuma gootota Oromoo yeroo adda addaatti goottummaasaaniitiin beekamanii fi Xaaliyaanii biyya isaanii wareeruuf dhufte lafa isaaniirraa calaasuun kan bekaman warra dame tuulamaa ilmaan sadan sooddoo keessaa hedduu maqaa dhayuun ni danda’ama. Duula Xaaliyaanii 1ffaa fi 2ffaa irratti kan hirmaateefi Duula Maqaleefi aduwaarratti gootummaa agarsiiseen kan beekamtii guddaa argatan keessaa kan maqaansaa akka biyyoolessaatti waamamu Baalchaa Safoo (abbaa nafsoo) damee Tuulamaa ilma Oromoo hidda sooddoo ta’uunsaa beekamaa dha. Baalchaan Bulchaa naannoo sidaamoo fi boodammoo Harar ta’uun tajaajilaa tureera. xaliyaaniin lafa abbaa isaanii weeraruuf dhufnaan biyyaa calaasuun beekamanii guddaa kan qabudha. Baalchaan soorama ba’ee utuu jiruu Xaaliyaaniin deebitee biyyaa weerartee jennaan waggaa 73ffaasaatti biyyi koo ormaan booji’amuushee taa’ee hin ilaalu jechuudhaan xaaliyaaniitti duulee duularatti lubbuunsaa dabarteetti. Isa qofaas miti gootota lafti sooddoo biqilchite Baqqalaa wayyaa Obsees isa tokkodha . maqaasaatiin manni barumsaa finfinnee keessatti moggafamee yaadannoof jira. Kan biraan G/maariyaam Gaarii Godaanas akkuma kana Lise G/maariyaam “timihirti bet” jedhamee maqaasaatiin yaadannoof moggaafamee jira , egaa Goototi sadan sooddoo hedduudha kan akka Dj Ganamee Badhaanee, Fituwararii Merdaasaa Gadaa,Fituwraarii Taddesee Gananame Qenyi azmach Bayyanee Guddataa Awaash akka akka fakkeenyaatti ilaaluu dandeenya. Sooddoon lafa abbaasaa Oromoorra kan jiraatuuf aadaa fuudhaa fi Eerumaa aadaa gammachuu aadaa boo’ichaa aadaa sirna Gadaa kan qabu yeroo ta’u saba oromummasaatiin boonudha. Goototi armaan olitti maqaasaanii dhoofne kun egaa ofiifi saba isaaniirra darbanii lafa fagoo deemuudhaan akka Itiyoopiyaatti seenaa isaan gabasan kan irraanfatamu miti. Itti dabalees yeroo lamaaf piresideentii Itiyoopiyaa ta’uun kan filamaniif waggaa kudha lamaaf kan biyyattii bulchaa turan kabajaa Dooktoraa kan ta’an obbo Girmaa W/Giorgisis ilmaan sadan sooddoo Oromoo keessaa isaan tokko dha. Ilmaan Sooddoo gootummaan isaanii karaa hedduu kaasuu dandeenya isaan keessaa gootummaa misoomaatiin maqaan isaanii kan dhayamu hedduutu jira. Keessumayyuu finfinnee keessatti Gamoo gurguddaa ijaaruun daldala adda addaa irratti hirmaatanii kan jiran fi misooma biyyattii saffisiisaa kan jiran hedduutu jiraa.
Kana qofaas miti jaalala lammiisaaniitiif qaban agarsiisuuf Hospitaala haati maaliif duuti jedhu fi dhalloti dhufu qaroomee biyya isaaf bu’aa ta’uu akka danda’uuf mana barumsaas kan ijaarame gootota misoomaa kaanaani. Warri sadan sooddoo akkuma Oromoota naannoo adda addaarra jiraatanii sirna gadaatiin bulu yeroo ammaa kanas Odaa kallachaa isa laga uraagoo qarqaratti argamu jalatti sirna gadaa isaanii gaggeeffatu.
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
📍TOP 10 channels in Oromia that you must join📍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@orosarcasm
kofla yoo barbaadde ilkaan kee qofa qulqullessi nutti dabalami.

@oromotech
To know about technology in Afaan oromo

@OromoDJ
Sirboota harawa, kan waggaa 30 dura, Cidha, Hip hop fi kkk ni argattu

@taphafaanoromoo
Bacoo fi qosaa

@oromoimages
Images that are related to oromo are posted in this channel
📷 📷 📷 📷 📷

@aktechstream
Odefannoo technology fi bohartii adda addaatiif

@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo

@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf

@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together

@Gadaapublisher
All in one

@ispoorti
Oduu fi wa'ee sportii, tamsaasa kallatti ni argattu

@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti

@JIRRA_JIRTU
odefannoo garagaraa fi Bashananaaf

@scholarship2
To get information about scholarships.


⚫️⚫️⚫️🔴🔴🔴⚪️⚪️⚪️
Powred by
💀@oromiapromobot

📢@oromiapromotion
Mahbuuba uffata loltuu dhiira yeemmu uffattu. Bara 1837 A.L.A
Mahbuuba kuttaa lammafaa

Akkaata intalli Oromoo kuni gabaa gabroota kana keessa galuu dandeesse gaafi namoota hedduu ta’u danda’a. Seenaa Mahbuuba akka qoratameetti akkasumas akka isheen dubbateetti. Yeroo isheen waggaa saddeet turte sanatti naanno isheen itti dhalattee sana jeequmsaatu ture, jeequmsa kana keessatti obboleewwan ishee kan dhiira fi abban ishii akkasumas manni isaani ibiddaan kan gubame ija ishiitin raga baate. Yeroo kanattii Mahbuuba fi obboleetti ishii harka daldaloota gabroota jala seenan. Daldalootni kuniis Mahbuuba fi obboleetti ishii gara magaala Gondar Kaaba Ixoophiyaatti imalchiisan. Achittii gabaa gabrootaatu ture. Gabrootni naannolee Kibbaa biyyaatti irra fidan hunduu magaala Gondariirra gara Suudanitti geefamaa turan. Sudaan irra immo gara Biyyaa Masriitti kanneen geefaman keessa Mahbuuban ishee tokko dha. Imala kana gidduutti iddoon obboleetti ishii baddee beeku baatus yeroo sanatti Oromoota hedduu yookan immo warrootni Afaan ishii beeku hedduu wajjiin turte. Jaarra 19ffa keessatti gabrootni biyyaa Ixoophiyaarra dhufan lakkoofsan gara kuma diigdami shan (25,000) tilmaamama, hedduunsaani kibbaa biyyattiirra fidan. Kanneen keessa Oromootatuu baayyata. Warroota asirra biyoota Awroopa, fi Hindiitti kanneen gurguraman baayye dha.

Biyyaa Masriitti, Hermann erga Mahbuuba bitate booda ishee waliin biyyoota garaagara deeme. Yeroo kanatti Mahbuuban umrii wagga 10 – 12 gidduu taatus, bilchina sammuu fi akkaata amala ishii yoo ilaalan nama hojjaan madaalamuu mitii. Kanarra kan ka’e, Hermann jaalala Mahbuubatin booji’ame. Biyyaa Jarmaniitti haadha manasaa wajiin wal yaa hiikani iyyuu, Mahbuuba wajjiin akka niitii lammaffaa walii-wajjiin jiraata ture. Adeemsa isaa keessatti biyyyoota kannen akka Felestiin, Suuriya, fi Istanbuul(Turkii), Mahbuuba wajjiin deeme. Biyyoota kana keessa intala kana qabatee wajjiin deemu waan sodaatef, uffata loltuu dhiira uffisee wajjiin deema ture.
Yeroo jarri Awroopha seenan, turtii yeroo muraasa booda Magaala Budapest biyyaa Hangarii keessatti Mahbuuban cuuphamte turte. Achirra immo magaala Viyeena biyyaa Awustriyaa seenan. Ilmii warra mooti Hermann Von Puckler kuni Mahbuubaan qondaalota ol’aanotin wajiin barsiisu yaale. Ilaalcha qondaalota kana waan sodaatef, “isheen intala Mooti biyya Absiniyaa dha guddifachuuf biyya kana fidee”, jechuu dhan ummata goyyoomse. Mahbuuban akka aada fi afaan biyyattii barattuu mana barnoota magaala Viyeena sanatti galche. Hawwii afaani waan qabduuf ji’oota muraasa keessatti afaan Itaalii barachuu fi dubbachuu dandeesse.

Turtii muraasa booda biyyaa Awustriyaarra gara biyya Jarmanitti imalanii deeman. Biyya Awustriyaatti kabajaa dhaan haa jiraatan iyyuu, biyyaa Jarmaniitti garuu Hermann intala gurraacha jaalachuunsaa baayyee kan qeeqama ture. Keessattu haada mana Hermann kan durii, Mahbuuba akka biyyaa Jarman hin seenne barbaada turte. Isheen masara mooti seenuun safuu biyyatti cabsuu dha akka ta’e ilaalama ture. Ilmi warra mooti kuni immo tasuma ilaalcha namoota fi qeeqni inni argataa ture jaalala inni Mahbuubaf qabu dabalaa dhufe malee hin hir’anne. Haati mana Hermann kan durii utuu qeeqtu jaalala isaani kanarratti hinaafte harka kennattee dhiifte.
Bara 1840, Mahbuuban biyyaa Jarmanii erga seente booda nama Oromoo kan akka ishee harka gabrootan gurgurame tokkoon wal barte. Nama Oolshu Aaga kan jedhamuun erga wal baranii booda maqaan ishii kan warri ishii itti moggaafte Bilillee ta’u ishii Oolshuutti himatte. Iddoo isheen iitti dhalattee ofbarte immo Gumaa(Jimmaa) jedhamti jettees himatte. Yeroo kanatti Oolshuun weedduulle garagaraa fi Seenaa tokko tokko Bililleerra barreesse galmeesse
Masara warra mooti Puckler. Bililleen Masara kana keessatti Bara 1840 boqatte.
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
📍TOP 10 channels in Oromia that you must join📍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@orosarcasm
Channel Afan Oromoo hangafticha. kofla yoo barbaadde ilkaan kee qofa qulqullessi nutti dabalami.

@oromotech
To know about technology in Afaan oromo

@OromoDJ
Sirboota harawa, kan waggaa 30 dura, Cidha, Hip hop fi kkk ni argattu

@taphafaanoromoo
Bacoo fi qosaa

@oromoimages
Images that are related to oromo are posted in this channel
📷 📷 📷 📷 📷

@aktechstream
Odefannoo technology fi bohartii adda addaatiif

@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo

@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf

@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together

@Gadaapublisher
All in one

@ispoorti
Oduu fi wa'ee sportii, tamsaasa kallatti ni argattu

@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti

@JIRRA_JIRTU
odefannoo garagaraa fi Bashananaaf

@orosoft
App fi odefannoo technology

@scholarship2
To get information about scholarships.


⚫️⚫️⚫️🔴🔴🔴⚪️⚪️⚪️
Powred by
💀@oromiapromobot

📢@oromiapromotion
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
📍TOP 10 channels in Oromia that you must join📍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@orosarcasm
Channela Afan Oromoo hangafticha, kofla yoo barbaadde ilkaan kee qofa qulqullessi nutti dabalami.

@oromotech
To know about technology in Afaan oromo

@OromoDJ
Sirboota harawa, kan waggaa 30 dura, Cidha, Hip hop fi kkk ni argattu

@taphafaanoromoo
Bacoo fi qosaa

@oromoimages
Images that are related to oromo are posted in this channel
📷 📷 📷 📷 📷

@aktechstream
Odefannoo technology fi bohartii adda addaatiif

@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo

@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf

@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together

@Gadaapost
All in one

@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti

@JIRRA_JIRTU
odefannoo garagaraa fi Bashananaaf

@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa

@orosoft
App fi odefannoo technology

@orodope
All in one

@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif

@scholarship2
To get information about scholarships.

@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.


⚫️⚫️⚫️🔴🔴🔴⚪️⚪️⚪️
Powred by
💀@oromiapromobot

📢@oromiapromotion
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
📍Amazing channels in Oromia that you must join📍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@orosarcasm
Channela Afan Oromoo Guddicha, kofla yoo barbaadde ilkaan kee qofa qulqullessi nutti dabalami.

@Afranqallo
Seena jarraa 10_21ffa ni argattu
@Beekumsaaf
Wa'ee Artii fi Beekumsa wali galaa

@oromotech
To know about technology in Afaan oromo

@OromoDJ
Sirboota harawa, kan waggaa 30 dura, Cidha, Hip hop fi kkk ni argattu

@taphafaanoromoo
Bacoo fi qosaa

@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu

@oromoimages
Images that are related to oromo are posted in this channel
📷 📷 📷 📷 📷

@aktechstream
Odefannoo technology fi bohartii adda addaatiif

@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo

@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf

@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together

@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti

@JIRRA_JIRTU
odefannoo garagaraa fi Bashananaaf

@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa

@orosoft
Sooftweerota Afaan Oromoo, oduuf odeeffannoo technology fi barnoota gara garaaf"

@orodope
All in one

@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif

@scholarship2
To get information about scholarships.

@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.


⚫️⚫️⚫️🔴🔴🔴⚪️⚪️⚪️
Powred by
💀@oromiapromobot

📢@oromiapromotion
Barnoota amaanta muslima
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
📍Amazing channels in Oromia that you must join📍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@orosarcasm
Channela Afan Oromoo Guddicha, kofla yoo barbaadde ilkaan kee qofa qulqullessi nutti dabalami.

@Afranqallo
Seena jarraa 10_21ffa ni argattu
@Beekumsaaf
Wa'ee Artii fi Beekumsa wali galaa

@abene_sport
Oddefanoo Ispoorti Biyya kessa Fi
Alaa ni argaatu

@oromotech
To know about technology in Afaan oromo

@OromoDJ
Sirboota harawa, kan waggaa 30 dura, Cidha, Hip hop fi kkk ni argattu

@taphafaanoromoo
Bacoo fi qosaa

@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu

@oromoimages
Images that are related to oromo are posted in this channel
📷 📷 📷 📷 📷

@aktechstream
Odefannoo technology fi bohartii adda addaatiif

@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo

@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf

@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together

@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti

@JIRRA_JIRTU
odefannoo garagaraa fi Bashananaaf

@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa

@orosoft
Sooftweerota Afaan Oromoo, oduuf odeeffannoo technology fi barnoota gara garaaf"

@orodope
All in one

@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif

@scholarship2
To get information about scholarships.

@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.

@Yanepiizii
Barnoota Amantaa Muslima


⚫️⚫️⚫️🔴🔴🔴⚪️⚪️⚪️
Powred by
💀@oromiapromobot

📢@oromiapromotion
oromia promotion:
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
📍Amazing channels in Oromia that you must join📍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

@orosarcasm
Channela Afan Oromoo Guddicha fi Official kan tahe. kofla yoo barbaadde ilkaan kee qofa qulqullessi nutti dabalami.

@Afranqallo
Seena jarraa 10_21ffa ni argattu
@Beekumsaaf
Wa'ee Artii fi Beekumsa wali galaa

@oromoDJ
Sirboota Harawa fi Kan waggota 30 dura ni argattu, Ali Birraa, Adam Harun, Halloo dawwe.......

@abene_sport
Oddefanoo Ispoorti Biyya kessa Fi Alaa ni argaatu

@oromotech
To know about technology in Afaan oromo

@taphafaanoromoo
Bacoo fi qosaa

@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu

@oromoimages
Images that are related to oromo are posted in this channel
📷 📷 📷 📷 📷

@aktechstream
Odefannoo technology fi bohartii adda addaatiif

@orosoft
Software Afan oromoo oduuf odeffannoo Teeknolojii fi Barnoota gara garaa

@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo

@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf

@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together

@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti

@JIRRA_JIRTU
odefannoo garagaraa fi Bashananaaf

@Seenaajaalalaa
Seena gababaa wa'ee jaalalaa

@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa

@orodope
All in one

@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif

@scholarship2
To get information about scholarships.

@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.

@Yanepiizii
Barnoota Amantaa Muslima

@Bariichannel
Oduu fi Bashanana garagaraaf

@kitaabaqulqulluu
Barnoota Amantaa

@orosport
Oduu isportii

@oromobeauty
Suraalee mimidhagoo

@Jechootajaallaanqabsoo
Jarraa abba gadaa, Waqoo gutu , Tadasse birruu......

@njegraphics
Graphics and pictures

@all_express_in_Ethiopia
Shopping online
📌📌📌📌📌📌📌📌📌📌📌📌📌
Powred by
💀@oromiapromobot

📢@oromiapromotion