SARON TUBE
187 subscribers
33 photos
137 links
Channel kana irrati waan barbadaa beksifachu dandeessa. Keessan nuu qunamaa. https://t.me/joinchat/UxcAHELvgsYzNjJk
Download Telegram
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Addunyaa kana irraati wanti nama miidhu.qabeenya dhabuu osoo hin taanee.kaayyoo fi mul'ataaa  dhabuudha...

Mucaa kana keessatti qabeenya isaa,mmoo mul'ataa isatuu argammaa jira??

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/kaayyoo-fi-mulata/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Namni Waaqayyoon sodaatuu cubbuu hin qabu jechuu mitti.

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/sodaa-fi-yaadoo-kan-addunyaa-kanati-tahe-sodaa-waaqayyoo-calaa-sodaa-biyyaa-lafaa-keessaa-jirachuudha/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Muka tokkittii irraa ija kibriitaa kumaatamatu tolfama. Kibriita ija tokkittiidhaan garuu bosona mukkeen miliyoona qabutu gubatee baduu danda’a

.https://yerooifaa.com/sammuu_kee_milkaainaan_soori/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Namni baayyee ol si kaaseef ati ol hin baatu
Namni gad si buuseefis ati gadi hin buutu.
Kan sirraa eegamu ati of beekuudha

https://yerooifaa.com/gatiin-mulata-kee-warra-mulata-qaban-biraattl-guddadha/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
dhugaa siti himu Namni YKN Hiriyyaan si jaallatu siif du’a otoo hin tanee siif kabalamuu danda’aa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/waanti-cubbuuti-nama-geessuu-inni-guddaan-hiriyyaa-sobaati/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
warra seexanni ija qabetu kaadhimummaa gaa'ela godhan malee kaadhimummaan gaa'ela miti. 
barnootaa Aja'ibaa tokkoo Argtuu guutuu isaa seenaa Dubbisaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/kaadhimummaan-gaaela-miti-seeraan-hubadhuu/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Waaqayyoo gaafa hin Ceetaa jedhuu Rakkina irra utaalta jedhaa miti
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/dhoksaa-milkaauu/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Namnii Baay’een Boruu Boruu otto jedhaani jiireenyii isanni bollaa keessaa tahee jira! Amma yeroo qabduu kanati gammadii,
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/yeroo/