Forwarded from Fursaan Media
#Ramadaaniyyaat...
#رمضانيات...
Kutaa6⃣ffaa
#Namoota_sooma_furuun_hayyamamuuf
1⃣Nama dhukkubsate
👉🏽Yoo dhibeen ka isa hinjifattu taate guyyaa san furee guyyaa biraa deebisa (qadaa kafala)
👉🏽Yoo nama dhibee irraa fayyuun isaa hin kajeelamne tahe sooma furee guyyaa furu hundaa muskiina nyaachisa.
2⃣Nama Imala deeme
👉🏽Nama imala baheef sooma furuun isaa hayyamamee jira yoo soomuu dandahee soomes bareeda yoo kan hin dandeenne tahee fures bareeda guyya fure kana qadaa ni deebisa.
3⃣ Nama maanguddoome
👉🏽Namni yoo maanguddoome humna ittiin soomu waan hin qabneef guyyaa sooma fure hundaa ni nyaachisa sooma deebisuun isaarra hin jiru .
قال إبن عباس رضي الله عنه "رخص للشيخ الكبير أن يطعم عن كل يوم مسكينا ولا قضاء عليه"
4⃣ Dubartii Ulfaa fii Hoosistu.
👉🏽Dubartiin ulfaa fii hoosistu lubbuu isiitiifii daa'ima garaa qabdu irratti yoo sodaatte sooma ni furti gaafa sooma soomuun isii miijjaahe guyyaawwan furtee san deebisaa Miskiina tokko nyaachisti
5⃣Dubartii dhiiyni dhalaatiifii dhiiyni ji'aa irra jiru.
👉🏽Dubartiin dhiiynii dhalaatiifii dhiiyni ji'aa ( Laguun ) irra jiru sooma ni furti guyyaa qulqullooyte qadaa deebisti.
Itti fufa...
Kutaa7️⃣ffaa
Wantoota Ramadaana keessa dalaguun sirraa eeggamu
Mata duree jedhuun nu eegaa.
Obboleeyyan keessaniif Share godhaa
@Fursaan_Media
@Fursaan_Media
http://t.me/Fursaan_Media

Telegram
Fursaan Media
« وَمَنْ أَحْسَنُ قَوْلًا مِمَّنْ دَعَا إِلَى اللَّهِ وَعَمِلَ صَالِحًا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ الْمُسْلِمِينَ »
Da'awaa, barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna hordofaa.