Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Lola Tigraay: Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii 'yakki waraanaa raawwatamuu hin hafne' jedhe.
Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii ajjeechaan namoota nagaa Kaaba Itoophiyaa naannoo Tigiraayitti raawwatamuun gabaafame yoo mirkanaa'e ''yakka waraanaa ta’u mala'' jechuun akeekkachise.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==

Telegraph
Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii 'yakki waraanaa raawwatamuu hin hafne' jedhe - BBC News Afaan Oromoo
Getty Images Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii ajjeechaan namoota nagaa Kaaba Itoophiyaa naannoo Tigiraayitti raawwatamuun gabaafame yoo mirkanaa'e ''yakka waraanaa ta’u mala'' jechuun akeekkachise. Dhaabbatichatti hoggantuun dhimmoota mirga namoomaa Misheel…
Forwarded from Independent journalist (S&s Kamumine 4ever)
YouTube
Reports: ‘Massacre’ of civilians in Ethiopia’s Tigray region
Amnesty International on Thursday confirmed reports of a "massacre" of civilians in northern Ethiopia's Tigray region. "Scores, and likely hundreds, of people were stabbed or hacked to death in Mai-Kadra town in the South West Zone of Ethiopia's Tigray Region…
Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Rokkeettii Baahirdaar fi Gondaritti dhukaafameen naannoo buufataalee xiyyaaraa miidhan gahe
Rokkeettii gara magaalota gurguddoo naannoo Amaaraa Baahirdaar fi Gondaritti dhukaafameen naannoo buufataalee xiyyaaraa miidhaan gahuu koreen Labsii Yeroo Muddamaa raawwachiisu ibse.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Rokkeettii gara magaalota gurguddoo naannoo Amaaraa Baahirdaar fi Gondaritti dhukaafameen naannoo buufataalee xiyyaaraa miidhaan gahuu koreen Labsii Yeroo Muddamaa raawwachiisu ibse.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Telegraph
Rokkeettii Baahirdaar fi Gondaritti dhukaafameen naannoo buufataalee xiyyaaraa miidhan gahe - BBC News Afaan Oromoo
Rokkeettii gara magaalota gurguddoo naannoo Amaaraa Baahirdaar fi Gondaritti dhukaafameen naannoo buufataalee xiyyaaraa miidhaan gahuu koreen Labsii Yeroo Muddamaa raawwachiisu ibse. Haleellaan kun Sadaasa 13, 2020 halkan keessaa naannoo sa’aa 5 kan raawwatame…
Forwarded from Tikivia Official channel (S&s Kamumine 4ever)
YouTube
Rockets fired from Ethiopia's Tigray region hit Eritrea capital: govt source
Rockets from Ethiopia's northern Tigray region hit the capital of neighbouring Eritrea on Saturday, diplomats said, the latest indication that Ethiopia's int...
Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Rookeetiin Tigraay irraa furguggifame Asmaraa rukute.
Kaleessa galgala naannoo buufata xiyyaaraa Asmaraatti dhohiinsi meeshaa waraanaa guddaan dhagahamuu jiraattonni magaalaa Asmaraa BBC'tti himan.
Dhohiinsi kun kan uumame erga rooketiiwwan lamaa ol ta'an furguggifamanii magaalaa Asmaraa keessa qubatanii booda yoo ta'u, sababiin dhohiinsichaa fi miidhaan inni geessise garuu hanga yoona wanti beekame hin jiru.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Kaleessa galgala naannoo buufata xiyyaaraa Asmaraatti dhohiinsi meeshaa waraanaa guddaan dhagahamuu jiraattonni magaalaa Asmaraa BBC'tti himan.
Dhohiinsi kun kan uumame erga rooketiiwwan lamaa ol ta'an furguggifamanii magaalaa Asmaraa keessa qubatanii booda yoo ta'u, sababiin dhohiinsichaa fi miidhaan inni geessise garuu hanga yoona wanti beekame hin jiru.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Telegraph
Rookeetiin Tigraay irraa furguggifame Asmaraa rukute - BBC News Afaan Oromoo
Reuters Kaleessa galgala naannoo buufata xiyyaaraa Asmaraatti dhohiinsi meeshaa waraanaa guddaan dhagahamuu jiraattonni magaalaa Asmaraa BBC'tti himan. Dhohiinsi kun kan uumame erga rooketiiwwan lamaa ol ta'an furguggifamanii magaalaa Asmaraa keessa qubatanii…
Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Beenishaangul Gumuzitti haleellaa raawwateen namoonni ajjeefaman.
Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Matakkal Aanaa Dibaaxee Ganda Yaamxi keessatti haleellaa qaamolee hidhataniin raawwatameen jiraataan tokko fi poolisoonni naannichaa lama ajjeefamuu akkasumas bulchaan aanichaa madaa'uu Hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaa Obbo Mallasee Bayyanaa BBC'tti himaniiru.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Matakkal Aanaa Dibaaxee Ganda Yaamxi keessatti haleellaa qaamolee hidhataniin raawwatameen jiraataan tokko fi poolisoonni naannichaa lama ajjeefamuu akkasumas bulchaan aanichaa madaa'uu Hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaa Obbo Mallasee Bayyanaa BBC'tti himaniiru.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
Telegraph
Beenishaangul Gumuzitti haleellaa raawwateen namoonni ajjeefaman - BBC News Afaan Oromoo
Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Matakkal Aanaa Dibaaxee Ganda Yaamxi keessatti haleellaa qaamolee hidhataniin raawwatameen jiraataan tokko fi poolisoonni naannichaa lama ajjeefamuu akkasumas bulchaan aanichaa madaa'uu Hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii…
Forwarded from Golaa oromiya
Harra galgala hoo Eessa taa? Yaada nuf erga