RUUBE TECH
7.91K subscribers
37 photos
9 files
25 links
Welcome to @Ruube_tech ! Simplifying tech, solving problems,airdrop $ crypto and guiding you through the 
digital world. Let's dive in!!

Ceo = @R4679_46
Download Telegram
Channel created
Akkana Tahuuniis Jirti ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜‚

Akkam Jirtan Traders, Guyyaa arraa Namni AKkana Tahe Qofti..๐Ÿ˜ญ
โค4
๐ŸŒ OpenAI marsariitii/Weebsaayitiu hiika afaanota haaraa Hojii eegalchiise jira.

OpenAI akka Google Translatetti, jechoota ykn barruu afaan tokko irraa gara afaan biraatti hiikuuf marsariitii gargaaru haaraa Hojiirra oolchee jira.

๐Ÿ”— Linkii:
๐Ÿ‘‰ chatGPT.com/translate

๐Ÿ“ Afaan Oromoo ykn Afaan Amaaraa yoo taโ€™e immoo Filannoo โ€œDetect languageโ€ jedhu filachuun, sana booda barreeffama barreessun ykn copy gochuun fayyadamuu dandeenya. Marsariitiin sun ofumaan afaan barreessine adda baasee nuuf hiika.

Yaalaa itti fayyadamaa๐Ÿ‘
โค3
๐ŸŒ FreeToolr โ€“ Bakka Online Tools Hunda Itti Argattan

Website kana irratti Online Tools hedduu bakka tokkootti bilisaan argachuu dandeessu๐Ÿ‘‡

๐Ÿ”ง PDF Tools
โ€“ PDF jijjiiruu, walitti makuu, xiqqeessuu

๐Ÿ–ผ Image Tools
โ€“ Suuraa jijjiiruu, qulqulleessuu, xiqqeessuu

โœ๏ธ Content Tools
โ€“ Barreeffama gabaabsuu, jijjiiruu, barreessuu

๐Ÿ“ˆ SEO Tools
โ€“ Website akka salphaatti argamu gochuuf

๐Ÿ’ป Developer Tools
โ€“ HTML, CSS, JSON fi kkf

โž— Calculators
โ€“ Herrega adda addaa

๐ŸŒ Website:

๐Ÿ‘‰ https://freetoolr.com/

๐Ÿ“Œ Addatti barattootaaf, content creator fi developerโ€™ootaaf baayโ€™ee fayyada!

๐Ÿ‘‰ Seeniitii fayyadamaa ๐Ÿ‘
โค2
๐Ÿ” Cyber Security MAALI?

Cyber Security jechuun teknooloojii, seeraa fi mala fayyadamuun
โžก๏ธ kompiitara, bilbila, network fi daataa
โžก๏ธ weerara dijitaalaa (cyber attack) irraa eeguu jechuudha.

Inni akka:

~Namni seeraan ala systema hin seenne

~Daataan hin hatamne

~ Systema akka hin cabsine
taasisuuf hojjata.

๐ŸŽฏ KAAYYOO Cyber Security
Cyber Securityโ€™n wantoota 3 ijoo eeguu qaba (CIA Triad jedhama):

1๏ธโƒฃ Confidentiality (Iccitii)
โžก๏ธ Odeeffannoo kee namoota hin eeyyamamneef akka hin argamne taasisuu
Fkn: password, odeeffannoo baankii

2๏ธโƒฃ Integrity (Sirrummaa)
โžก๏ธ Daataan akka hin jijjiiramne, hin haqamne eeguu
Fkn: lakkoofsi maallaqaa baankii akka hin jijjiiramne

3๏ธโƒฃ Availability (Argamummaa)
โžก๏ธ Yeroo barbaachisaa taโ€™etti system sirnaan akka hojjatu
Fkn: website baankii yeroo hunda banuu dandaโ€™uu

๐Ÿ’ฃ WEERARA CYBER GOSOOTA ISA
๐Ÿ”ด 1. Hacking
โžก๏ธ Sirna kompiitaraa seeraan ala seenuu

๐Ÿ”ด 2. Virus & Malware
โžก๏ธ Programming (Sagantaa) kompiitara miidhu
Fkn: virus, trojan, spyware

๐Ÿ”ด 3. Phishing
โžก๏ธ Email, SMS ykn link sobaa erguun password hatuu
Fkn: โ€œBaankiin kee rakkoo qaba, as tuqiโ€

๐Ÿ”ด 4. Ransomware
โžก๏ธ Daataa cufuun maallaqa gaafachuu

๐Ÿ”ด 5. DDoS Attack
โžก๏ธ Website akka hin hojjanne gochuu

๐Ÿ›ก๏ธ GOSOOTA Cyber Security
1๏ธโƒฃ Network Security
โžก๏ธ Network (Wi-Fi, Internet) eeguu
Fkn: Firewall, VPN

2๏ธโƒฃ Application Security
โžก๏ธ App fi software miidhaa akka hin qabaanne gochuu

3๏ธโƒฃ Information Security
โžก๏ธ Daataa (file, database) eeguu

4๏ธโƒฃ Endpoint Security
โžก๏ธ Bilbila, laptop, PC eeguu

5๏ธโƒฃ Cloud Security
โžก๏ธ Daataa cloud irratti kuufame eeguu

๐Ÿ”‘ AKKAMITTI OF EEGNA?
โœ”๏ธ Password jabaa fayyadami
Jecha gabaabaa hin fayyadamin

Lakkoofsa, qubee fi mallattoo walitti maki

โœ”๏ธ Antivirus & Firewall fayyadami
โœ”๏ธ Software update godhi
โœ”๏ธ Link hin beekamne hin banin
โœ”๏ธ Backup daataa kee godhi
๐Ÿง‘โ€๐Ÿ’ป Cyber Security Barachuun carraa
Hojiiwwan argamuu:
โ—Cyber Security Analyst

โ—Ethical Hacker

โ—Network Security Engineer

Barachuuf:
โ–ช๏ธŽNetworking (dursa)

โ–ช๏ธŽLinux basic

โ–ช๏ธŽCyber attack & defense

Tools akka: Wireshark, Kali Linux

โœจ GABAABUMATTI
Cyber Security = Nageenya jireenya dijitaalaa keenya eeguuf nu fayyada.
โค1๐Ÿฅฐ1
โœBasic to Advanced Windows shortcuts.

1. Basic & Everyday Shortcuts (Must-Know)
โšซCtrl + C = Copy
โšซCtrl + V = Paste
โšซCtrl + X = Cut
โšซCtrl + Z = Undo
โšซCtrl + Y = Redo
โšซCtrl + A = Select all
โšซCtrl + S = Save
โšซCtrl + P = Print
โšซCtrl + F = Find / Search
โšซCtrl + N = New window / document

2. Window & App Control (Power User)
โšซAlt + Tab = Switch between open apps
โšซAlt + F4 = Close current app
โšซCtrl + Shift + Esc = Open Task Manager
โšซWindows + D = Show / hide desktop
โšซWindows + L = Lock your PC
โšซWindows + E = Open File Explorer
โšซWindows + I = Open Settings

3. File Explorer Shortcuts
โšซCtrl + Shift + N = New folder
โšซDelete = Delete file (Recycle Bin)
โšซShift + Delete Delete permanently
โšซAlt + Enter = File properties
โšซF2 = Rename file
โšซCtrl + Mouse scroll = Zoom icons

4. Screenshot & Recording Shortcuts.
โšซPrtSc = Screenshot (clipboard)
โšซAlt + PrtSc = Screenshot active window
โšซWindows + PrtSc = Save screenshot automatically
โšซWindows + Shift + S = Snipping Tool (best)
โšซWindows + Alt + R = Screen recording (Xbox Bar)

5. Browser Shortcuts (Chrome, Edge, Firefox)
โšซCtrl + T = New tab
โšซCtrl + W = Close tab
โšซCtrl + Shift + T = Reopen closed tab
โšซCtrl + Tab = Next tab
โšซCtrl + L = Focus address bar
โšซCtrl + + / - = Zoom in / out

6. Text Editing Shortcuts
โšซCtrl + Backspace = Delete whole word
โšซShift + Arrow keys = Select text
โšซCtrl + Arrow keys = Jump by word
โšซCtrl + Shift + Arrow = Select by word
โšซCtrl + Home / End Go top / bottom

7. Advanced Windows Shortcuts (Creator Level)
โšซWindows + X = Power menu (Admin tools)
โšซWindows + V = Clipboard history
โšซWindows + . = Emoji panel ๐Ÿ˜Ž
โšซWindows + Tab Task View
โšซWindows + Ctrl + D = New virtual desktop
โšซWindows + Ctrl + โ† / โ†’ = Switch desktops

8. Emergency / Fix Shortcuts
(When something freezes.)
โšซCtrl + Alt + Delete = Security options
โšซCtrl + Shift + Esc = Force open Task Manager
โšซAlt + Space โ†’ M = Move stuck window

#Cholletech #Shortcuts #Computerewindowshortcuts
โค1
๐Ÿ” #SAFETY_ALERT | #ParentalControl | #DigitalSafety

๐Ÿ“ต Bilbila keenya irratti qabiyyee barbaachisoo hin taane fi ijoollee xixiqqoon ilaaluu hin qabne Adult / Explicit Website ta'an bilbila keenya irratti akka hin banamne fi qabiyyee hin malle ๐Ÿšซ akka hin daawwanne gochuuf tartiiba salphaa kanaa gadii fayyadamnee sirreessuu dandeenya! ๐Ÿ‘‡

๐Ÿ”’ 1๏ธโƒฃ Bilbila guutuu irratti (Private DNS)

โš™๏ธ Settings โ†’ Connections

โš™๏ธ More connection settings

โš™๏ธ Private DNS

๐Ÿ“ Private DNS provider hostname Kan jedhu irratti jecha kana barreessaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ”น adult-filter-dns.cleanbrowsing.org
๐Ÿ”น family.adguard-dns.com

โœ… Dhuma irratti save goona

๐ŸŒ2๏ธโƒฃ Chrome Browser irratti

๐ŸŒ Google Chrome banuu
โš™๏ธ โ‹ฎ โ†’ Settings
๐Ÿ” Privacy and security
๐Ÿ”ฝ Use secure DNS
๐Ÿ‘‰ Choose another provider
๐Ÿ‘‰ Custom
๐Ÿ‘‰ Clean Browsing (Family Filter) jedhu filanna

๐ŸŽฏ Kana gochuun:
โœ… Adult Content fi website ijoolleen daawwachuu hin qabne bilbila keenya irratti akka hin mulสผanne gochuu dandeenya.
โค1
๐Ÿ”” Akkaawuntii Baankii keessan Fayda ID waliin wal-qabsiiftanii jirtuu?

Bakka jirtan irraa ta'uun karaa online akkaawuntii baankii keessan Fayda Digital ID waliin wal-qabsiis (Harmonization) dandeessu โœ”๏ธ

โš ๏ธ Hubachiisa:
Rakkoon sirna (system congestion) guyyootaaf tures amma furameera. Kanaaf, maamila baankii taatanii filachuun, lakkoofsa Fayda keenyatti lakkoofsa 16 (FAN/FCN) fayyadamuun Fayda ID keessaan waliin wal-qabsiisuu ni dandeessu.

๐Ÿ’ธ Liinkii Baankiiwwan:

๐Ÿ’ธ Zemen Bank
๐Ÿ‘‰ https://fayda.zemenbank.com

๐Ÿ’ธ Hijra Bank
๐Ÿ‘‰ https://apps.hijradigital.com/fayda/v2

๐Ÿ’ธ Hibret Bank
๐Ÿ‘‰ https://services.hibretbank.com.et/fayda

๐Ÿ’ธ Berhan Bank
๐Ÿ‘‰ https://nationalidharmonization.berhanonline.et:9095/fayda-login

๐Ÿ’ธ Addis Bank
๐Ÿ‘‰ https://fayda.addisbank.com.et

๐Ÿ’ธ Bank of Abyssinia
๐Ÿ‘‰ https://cs.bankofabyssinia.com/fayda_connect

๐Ÿ’ธ Awash Bank
๐Ÿ‘‰ https://fayda.awashbank.com

๐Ÿ’ธ Coop Bank Oromiyaa
๐Ÿ‘‰ https://my.coopbankoromiasc.com/harmonization

๐Ÿ’ธ Commercial Bank of Ethiopia (CBE)
๐Ÿ‘‰ https://cbefayda.cbe.com.et/

๐Ÿ’ธ Oromia Bank
๐Ÿ‘‰ https://obfayda.oromiabank.com/

๐Ÿ’ธ Wegagen Bank
๐Ÿ‘‰ https://fayda.wegagenbanksc.com.et/harmonization

๐Ÿ’ธ Nib Bank
๐Ÿ‘‰ https://fayda.nibbank.com.et/

๐Ÿ’ธ Tsehay Bank
๐Ÿ‘‰ https://fayda.tsehaybank.com.et/FAYDA/home

๐Ÿ’ธ Siinqee Bank
๐Ÿ‘‰ https://fayda.siinqeebank.com:7443

๐Ÿ’ธ ZamZam Bank
๐Ÿ‘‰ https://fayda.zamzambank.com.et

๐Ÿ’ธ Amhara Bank
๐Ÿ‘‰ https://fayda.amharabank.com.et
โค3
๐Ÿšจ Oduu Hatattamaa

Baankiin Biyyoolessaa Itiyoophiyaa daldala kirpitoo P2P Birrii irratti raawwatamu seeraan ala taโ€™uu beeksise.

Akka ibsa baaseetti, hayyama baankii malee Birriiโ€™n daldalli P2P hin hayyamamu. Gabaan kirpitoo jijjiirama olaanaa, hannaa fi gowwoomsaaf saaxilamaa waan taโ€™eef ummanni akka of eegu gorfameera.

Baankiin NBE dambii sirrii qopheessuuf hojjechaa jira; hanga sanatti daldala P2P Birriidhaan akka irraa fagaattan waamicha dhiyeesseera.

Karaa NBE
โค3
โœ… Akkam Jirtu FAM
โœ… Guuyyaa har'aa immoo website bareedaa nama affeeruu qofaan haga $9 (1600 ETB) ol kaffalu isiniif fideera
๐Ÿ”— Ammuma link gadiitiitiin seenuun Galmaa'aa
๐Ÿ”— Eegaluuf โžก๏ธ
https://k1oP3q.atescy.top/#/register?ref=615882

@ruube_tech
@ruube_tech
โค2