D. Irra deebi'uun omishanii fayyadaman
β€5π1
05 QORUMSA SAAYINSII WALIIGALAA KUTAA 8FFAA BARA 2016 05
1. Kanneen armaan gadii keessaa safartuwwan mala aadaatiin qaamolee fiizikaalaa safartamoo safaruuf gargaaran isaan kamidha ?
A. Madaala hangaa, ulee meetiraa, biikarii
B. Takkuu, xaasaa, dhunduma,tarkaanfii
C. Siliindarii safaraa, sararatuu, teermoomeetira
D. Ulee meetiraa, kubbaayyaa, faana
2. Maloota qorannoo saayinsawaa keessaa malli dhugummaa mala dhahiinsa tokkoo mirkaneessuuf raawwatamu isa kami?
A. Yaada xumuraa kennuu C. Yaalii gaggeessuu
B. Daawwannaa D. Ragaa qaacceessuu
3. Yuunitoota armaan gaditti kennaman keessaa yuunitootaa safartamoo diriirfamoo kanneen ta'an isaan kamidha?
A. MΒ³, s, Kg/mΒ³ C. s, M, A
B. MΒ², N, Kg/mΒ³ D. MΒ³, s, A
4. 10,000,000 m gara kiiloo meetiraatti yoo jijjiiramu isa kam ta'a?
A. 1Γ 10Β² km C. 1Γ 10β΄ km
B. 1Γ 10Β³ km D. 1Γ 10β· km
5. Siliindarii safaraa bishaan 50.00cmΒ³ of keessaa qabu tokko keessa dhagaa xiqqaan yommuu buufamu qabeen bishaanichaa gara 75.00 cmΒ³ tti yoo kan dabalu ta'e qabeen dhagaa kanaa hammam ta'a?
A. 20.00 cmΒ³ C. 50.00 cmΒ³
B. 25.00 cmΒ³ D. 75. 00 cmΒ³
6. Kanneen armaan gadii keessaa qaamolee safaratamoo fiizikaalaa diriirfamoo ilaalchisee sirrii kan ta'e kami?
A. Qaamolee fiizikaalaa bu'uuraa irraa shallaggiin kan argamaniidha
B. Qaamolee fiizikaalaa kallattiin safaramuu danda'aniidha.
C. Yuuniitoota bu'uuraa ofii isaanii kan qabaniidha.
D. Qaamolee fiizikaalaa yuunitii malee ibsamaniidha.
7. Kanneen armaan gadii keessaa chaarjii sadhatawaa pirootoonii kan ta'e kami?
A. -1.602 Γ 10-ΒΉβΉ C C. -1
B. + 1.602 Γ 10-ΒΉβΉ C D. +1
8. Kutaalee qaama atoomii keessaa niwukilasii ilaalchisee sirrii kan ta'e kami?
A. qaama atoomii bakka bal'aa qabatee argamuudha.
B. qaama atoomii hanga baay'ee xiqqaa qabuudha.
C. qaama atoomii bakka hangi atoomii itti kuufamee argamuudha.
D. qaama atoomii suudoo chaarjii negaativii ofkeessaa qabuudha.

β€5π₯1
GAAFFII QORUMSA XUMURA BARNOOTA SADARKAA GIDDU GALEESSAA (1ffaa) KUTAA 8ffaa BARA 2016β€οΈπππΉπ· pinned Β«Gaaffii Beekumsa Walii Gala/General Knowlagdeπππππ 1. Gaarreen gurguddoon Aafrika sababa gadsigigaachu lafaatiin uumaman keessaa tokko kan ta'e kami? A.Kilimanjaaro B. Ras dashen C. Tullu diimtu D. Ru'anzoori 2. Baakteeri'aan hangam takkati wal hora ? A.β¦Β»
Tenks my bro
π3π2

Note:- GADAA KUTAA 8ffaa Bara 2017.
* Utubaalee Bulchiinsa Sirna Gadaa
1. Sirna Lub-Danneessa.
2. Tartiibaa Gulantaa Dhalootaa.
3. Seera.
4. Saglan Yaa'ii Boorana.
* Sirna Bulchiinsa Gadaa Qaama Aangoo Ifa Ta'e Qaba.
1. Qaamni Seera Tumee Labsu (Gumii)
2. Qaamni Seera Rawwachiisu (Aduloota)
3. Qaamni Seera Hiiku (Yuuba)
* Sirni Gadaa Wantoota Lamaaf Bakka Guddoo Kana Isaanis:-
1. Seera ittin bulufi
2. Aangoon daangaa qabachuudha.
* TARTIIBA GULANTAA UMRII DHALOOTA
γSirni Gadaa Adeemsa Dhaloota Gulantaa Umriin Ija'aree Itti Gahoomsu Qaba
γGaheefi Itti-Gaafatamummaan Akkuma Gulantaalee Luba Gadaa Dabaluun Dabalaa Deema.
0. Guduruu Ijoollee Osoo Abbaan Isaani Gulantaa Doorii Hin Ga'in Dhalate @ABBAAN RAABAADHA.
1. Dabballee 0-8 = Doorii
2. Gaammee Xixiqqaa 9-16 = Gadaa
3. Gaammee Gurgudda = Yuuba 1ffaa 49-56
4. Kuusaa = Yuuba 2ffaa 57-64
5. Raabaa = Yuuba 3ffaa 65-72
6. Doorii = Yuuba 4ffaa 73-80
7. Gadaa = GADAMOOJJIIDHA.
Hub:- LAKK KAN BARA'E KUN UMRII GULANTAA ABBAATI FI IJOOLLEETIπ
π©βπ GOGEESSOTA GADAA SHANAN (5)
1. MELBAA.
2. MUUDANA.
3. KIILOLEE.
4. BIIFOOLEEFI
5. MICHILEEN, KAN DHUMAATIβοΈβοΈβοΈβοΈ

π₯°3β€1π1π₯1
Akkuma Suura Asiin Oliiti Ibsametti Guyyaan Qorumsa Kutaa 6ffaa Fi 8ffaa Bara 2017 Bekamera Kanaafu Barattooni Keenya Kan Kutaa 6ffaa Fi 8ffaa Guyyaa Hanga Isiniif Hafetti Fayyadamuun Of Qopheeysu Qabdanii
1. @JABAADHA QO'ADHA πͺβοΈ
BARI BARA MILKI ISINIIF HA TA'Uπ€²π€²π€²π€²π©βππ©βππ©βππ©βππ©βππ§βππ§βππ§βππ¨βππ¨βππ¨βππ¨βπ

β€1
Share Share Waliif Godha Baratooni Barnoota Babareeda Irra ArgataniπͺπΉπͺπΉπͺπΉπ
π―6
GAAFFII QORUMSA XUMURA BARNOOTA SADARKAA GIDDU GALEESSAA (1ffaa) KUTAA 8ffaa BARA 2016β€οΈπππΉπ· pinned Β«Gaaffii Beekumsa Walii Gala/General Knowlagdeπππππ 1. Gaarreen gurguddoon Aafrika sababa gadsigigaachu lafaatiin uumaman keessaa tokko kan ta'e kami? A.Kilimanjaaro B. Ras dashen C. Tullu diimtu D. Ru'anzoori 2. Baakteeri'aan hangam takkati wal hora ? A.β¦Β»
GAAFFII QORUMSA XUMURA BARNOOTA SADARKAA GIDDU GALEESSAA (1ffaa) KUTAA 8ffaa BARA 2016β€οΈπππΉπ· pinned Β«06 QORUMSA BARNOOTA HAWAASAA KUTAA 8 FFAA BARA 2016 06 C. Daandiin daldala garbaa cufamuu D. Waraanni addunyaa 2ffaan eegaluu 41. Qabsoo ummanni Afrikaa sirna kolonii irratti gaggeesse keeessaa kan milkaa'e ummata___ qofa. A. Seenegaal C. Gaanaaβ¦Β»
calanqoo-lolaa-2024-05-15-64400.pdf
1.4 MB
Oromia Education Bureau
Admission Card
Grade βΈ
1. YEAR 2016 E.C
2. MANA BARUMSA CALANQOO LOLAA
Admission Card
Grade βΈ
1. YEAR 2016 E.C
2. MANA BARUMSA CALANQOO LOLAA
β€2
Taa amma ergii
π₯°3
GAAFFII QORUMSA XUMURA BARNOOTA SADARKAA GIDDU GALEESSAA (1ffaa) KUTAA 8ffaa BARA 2016β€οΈπππΉπ·
Taa amma ergii
Si Qofaafin Keeysaan Eerga
π3