Forwarded from Addis Ababa Education Bureau (Abebe Chernet)
Beeksisa!
28/11/2017 A.L.I.
Xiyyeeffannoo mootummaan damee barnootaaf kenne bu'uureffachuun bulchiinsa magaalaa Finfinnee keessatti manneen barnootaa bultii addaa lama (2) hundeeffamanii giddu gala qaroominaa ta'anii tajaajila kennuurratti argamu.
Waan ta`eef, Bara Barnootaa 2018tti Barattoota Kutaa 7ffaa fi Kutaa 9ffaa Mana Barumsa Bultii Barattoota Dubaraa Iteegee Mananittiifi Mana Barumsa Bultii Barattoota Dhiiraa Galaanitti simatee barsiisuuf hojiilee qophii haal-duree xumuree jira.
Barattoonni Manneen Barnootaa kanneenitti barachuuf fedhii kan qabdaniifi Bara Barnootaa 2017 tti Kutaa 6ffaafi Kutaa 8ffaa Qormaataa akka guutuu Biyyaatti kenname Qabxii Giddu-galeessaa(Avereejii) 80 fi sanaa ol kan galmeessiftan Adoolessa 29 hanga haggayya2/2017 A.L.I.tti qofa Toora Filannoo Miidiyaa Hawaasaa Biiroo Barnootaan ibsamee irratti Karaa Marsariitiin(Online) http://bs.ministry.et
kan galmaa`uu dandeessan ta`uu isin beeksisaa; Qormaanni Seensaa kutaa 9ffaa Haggayya6/2017fi kutaa 7ffaa Haggayya7/2017A.L.I tti kan kennamu yammuu ta'u bakka isaa yeroo itti aanu kan ibsinu ta'uu ni beeksifna.
Biiroo Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee

β€1
Forwarded from Biroo Barnootaa Oromiya(BBO)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Akkuma Asiin Olitti Agartanitti
:- GALMEEN BARATTOOTAA HAGAYYA 20 BARA 2017 JALQABA YKN NI EEGALAπGALATOOMA KANAAFU BARATOONI Meeshaale Galmee Kardii fi Maatii Keeysan Fiddani Akka Glmooytan
. Waajjira Barnootaa Aanaa Meettaatu Gabaaseπ

GAAFFII QORUMSA XUMURA BARNOOTA SADARKAA GIDDU GALEESSAA (1ffaa) KUTAA 8ffaa BARA 2016β€οΈπππΉπ· pinned Β«Akkuma Asiin Olitti Agartanitti :- GALMEEN BARATTOOTAA HAGAYYA 20 BARA 2017 JALQABA YKN NI EEGALAπGALATOOMA KANAAFU BARATOONI Meeshaale Galmee Kardii fi Maatii Keeysan Fiddani Akka Glmooytan . Waajjira Barnootaa Aanaa Meettaatu GabaaseπΒ»
π
°kkasumaas Baruu Fi Barsiisuun Fulbana 5/2018 Ni Eegala
1. Baratooni Baga Barnoota Fi Hiriyaa Keeysaniin Walitti Isin Dachaase ykn Deebitan

Forwarded from Humna Ofii
Jireenyi karaa salphaa miti.
Yeroo tokko tokko wanti ati hawwitu si irraa fagoo fakkaata. Garuu namni obsaan hojjetu fi abdii hin kutanne dhuma irratti milkaaβa.
Harβa yoo ulfaate, bor ni salphata. Harβa yoo hin milkoofne, bor yaalii biraa godhi. Wanti guddaan yeroo fudhata.
Kanaaf: abdii hin kutin, gara fuulduraatti tarkaanfadhu.

β€2
Forwarded from Hulu Bingo
π€ Invite & Earn
Share link and earn 20 ETB per referral!
π Your Link:
https://t.me/HuluBingoZoneBot?start=NGPCTP

Telegram
Hulu Bingo
α αα α αα α°α¨ααα α¨α α α α¨α’αα αα αα«αα» α¦α³!
π₯°1