Forwarded from Riyaad usmael/رياض بن إسماعيل/ (Riyaad usma'il/ ራያደ ኡሰመእል/رياض بن إسمعل)
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️✅✅✅✅Jimaan keenya saraara diimadha
❤1
Forwarded from FMC Afaan Oromoo
Yuunivarsiitiiwwan eebbifamtootaf qormaata ba’umsaa Adoolessa 3, 2015 eegalee ni laatu
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Yuunivarsiitiiwwan wiirtuwwan qormaataa Yuunivarsiitii mootummaatti kaadhimamtoota eebbifamtootaaf qormaata ba’umsaa Adoolessa 3 - 13, 2015 kan laatan ta’uu beeksise.
Eebbifamtoonni Dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa irraa qormaata ba’umsaa bara 2015 fudhachuuf galmaa’an wiirtuuwwan qormaataa Yuunivarsiitiiwwan mootummaatti akka fudhatan ibeera.
Barattoonni qormaata seeraa ba’umsa bara 2014 irratti qabxii darbiinsaa hin argatin hafan, yeroo walfakkaatutti wiirtuuwwan qormaataa Yuunivarsiitii mootummaattis qormaata fudhachuu kan danda'an ta’uu himameera.
Ministeerri Barnootaa qormaata ba’umsaYuunivarsiitii kana laachuuf qophii adda addaa taasisaa tureera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Yuunivarsiitiiwwan wiirtuwwan qormaataa Yuunivarsiitii mootummaatti kaadhimamtoota eebbifamtootaaf qormaata ba’umsaa Adoolessa 3 - 13, 2015 kan laatan ta’uu beeksise.
Eebbifamtoonni Dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa irraa qormaata ba’umsaa bara 2015 fudhachuuf galmaa’an wiirtuuwwan qormaataa Yuunivarsiitiiwwan mootummaatti akka fudhatan ibeera.
Barattoonni qormaata seeraa ba’umsa bara 2014 irratti qabxii darbiinsaa hin argatin hafan, yeroo walfakkaatutti wiirtuuwwan qormaataa Yuunivarsiitii mootummaattis qormaata fudhachuu kan danda'an ta’uu himameera.
Ministeerri Barnootaa qormaata ba’umsaYuunivarsiitii kana laachuuf qophii adda addaa taasisaa tureera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Forwarded from Riyaad usmael/رياض بن إسماعيل/ (Riyaad usma'il/ ራያደ ኡሰመእል/رياض بن إسمعل)
karoora haaraatti bakki masjiidaaf isinii qophaa'e kana" jedhanii bakka bu’aa dhiheessanii mariifi wal hubannaadhaan ijaarsa magaalichaa keessatti masjinni akka ijaaramu godhanii dubbii fixuu hin barbaanne. Wanti isaan qabatamaan hojjataa jiran amantichaafi Muslimootaaf kabaja xiqqoollee osoo hin agarsiisin masjiidota diiguutti seenan.
Gaafa haala kana hubattuufi yeroo qabatamaanis sochii nama gaddisuusu kan masjiidota hedduu Magaalaa Shaggar keessa jiran jumlaan diiguuf godhamu ilaalte, dhimmichi gaaffii seera qabeessummaa osoo hin taane, [namoonni manneen irraa diigamaa jiran irra caalaan Muslimoota ta’uus ilaalcha keessa galchuudhaan] dhimmichi shira Masjiidotaa fi Muslimoota magaalaa Shaggar keessaa qulqulleessuuf godhamaaru isaan jalaa fakkaateera.
Kana galmaan gahuun dachii Itoophiyaa keessatti gonkumaa waan hin yaadamneefi Magaalaan Shaggar Masjidaa fi Muslimoota of keessaa qulqulle

Forwarded from Burqaa Ispoortii (Moera Thé Blues)
✅ Taphoota guyyaa har'aa!
📬 Piriimiyerliigii Ingilaand
04:00 🔰 Niwukaastil Leesteer Siitii waliin
📬 Seeri A Xaaliyaanii
01:30 🔰 Roomaa Salertna waliin
03:45 🔰 Empoli Juventus waliin
Youtube Burqaa Ispoortii
👇👇
http://bit.ly/3ovsQLl
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii

❤4👎2
Mobile Earn is the #1 marketing network. With over $14 million paid to 300k members, Mobile Earn lets regular users make money with social media and friends! https://mobile-earn.beauty/916127001641/?s=tg
mobile-earn.beauty
mobile-earn.beauty - This website is for sale! - mobile earn Resources and Information.
This website is for sale! mobile-earn.beauty is your first and best source for all of the information you’re looking for. From general topics to more of what you would expect to find here, mobile-earn.beauty has it all. We hope you find what you are searching…
https://t.me/iQuizMaster_bot/iQuizMaster?startapp=5131006835
Do quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who click our Mini App will get 10 US dollars.

Telegram
iQuizMaster
What if you have a chance of a million pounds? You may want to know how strong you are and how much money you can win. Come and participate! ! !
❤3🔥2