Ethiopia to Europe Visa
152 subscribers
2 photos
1 link
Biyyoota deemuu dandeesaan keessaa:
Turkey
Belarus
Greek
t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Channel created
Namoonni biyyoota Europe guyyaa gabaabaa keessatti deemuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa....
1ffaa: @Belarus.... guyyaa 20 hanga 30 keessatti...
2ffaa:@Greek guyyaa 10 keessatti...
Kafaltiin erga biyya San seentanii booda...
3ffaa : @Turkey... kafaltiin parentiin cinaan... osoo hin deemin dura....
Hubachiisa... biyyoonni kunneen biyyoota Europe keessaa gurguddoo jedhaman kamuu seenuuf... dildila Akka taate hin dagatinaa....

Seenaa

https://t.me/qube_ee
Live stream started
Live stream finished (1 minute)
Gaafii fii ibsa yoo barbaaddan sa'aatii 3tti live nu eegaa
Live stream started
Live stream finished (34 minutes)
Belarus.......



Greek......


Turkey.........
Biyyoota Europe seenuuf yeroo ammaa dildila nuuf tahaniidha
Belarus... county in Europe.... biyyoota isheen daangeffamte asiin laaluu dandeessan
Ijoolleen hiriyyoota kootii torbee dabre.... Belarus seenanii achirraa Germany seenuu danda'anii jiru Alhamdulillaah.... carraa gaarii Rabbiin isin haa dhaabu....
Biyya tokko deemuu yoo barbaadde jalqaba information guutuu fudhachuu si barbaachisa.....
2ffaa Gps ykn map akkamitti Akka fayyadamtan sirritti beekuu qabdan.... achi booda dallaalaan nyaatamuu hin barbaachisu....
Warroonni eegaltan.... guyyaa eegalamu hanga isiniif ibsutti obsaan na eegaa...
akkuma itti fufnetti jirra