Dirree ispoortii
91 subscribers
68 photos
8 videos
1 file
25 links
Kayyoon Keenya garee kana kessatti Wal iyyaafachuu barnoota gara garaa waliifkennuudha
Download Telegram
Gaarummaan ati har'a hojjattu Galaa kee borii siif ta'a. Kanaaf Jal'ina lafa kaa'ii waan gaggaarii qofa facaafadhu!

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ImaltuuGuddinaa
@ImaltuuGuddinaa
@ImaltuuGuddinaa
FUULDURA OFII QAJEELCHUU
โ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธ

"Gufuun guddiina kee olaanaan, dadhabbiina kee kaleessan of takkaluukeedha."
************
Heeddun keenya jijjiramu kan dadhabnuu oolmaa keenyaa kaleessa, hanqina keenya kaleessa, Of boonsuu keenya kaleessa irraa kan ka'ee har'a irraa dhaabbannee boruuf jijjiirama fidu dadhabna.

Kaleessi guyyaa biraati guyyaa du'ee awwalamee kanaaf nutis turtii kaleessa hojjeenne gaariis haa ta'u hamaa guyyiichumaf dhiisnee darbuu qabna.
*****
Har'ii garuu guyyaa biraati, guyyaa bakka buusaa hin qabnedha. Guyyaa kanaa qofaa keenyaa argannee osoo hin taanee namoota biliyoona 7 ol ta'aan waliinni, garuu turtii fi haallii guyyaa kanaa keessaatti rawwannee dabarruu galmee dhuunfaa keenyaarratti nuuf barreeffama.
Kana jechuun guyyaan nuuf kennamu kan waliinii yoo ta'uu turtii nutii guyyatti sanaatti rawwaannuu immoo kan dhuunfaa keenyaati.
*****
Kanaafuu guyyaa har'aa siif laatamuu kaleessan hin madaaliin, dirqama guyyaan sun sirraa barbaaduu jireenya keef buusii darbii. Yeroo har'aa kee akkeekan rawwatuu deemsi kee inni boru immoo siif qajeela.

Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ImaltuuGuddinaa
@ImaltuuGuddinaa
@ImaltuuGuddinaa
Aaa

Hin addaannee addeessu
Hin fakkaannee fakkeessu
Dhugaadhaan 'shira' jedhu
Du'aadhaan jira jedhu!
~
Ajaa shittoo dibanii
Sitti qabanii urgeessu
Du'aa jiraachisanii
Jiraammoo ni ajjeesu
~
Kaleessa fuuldura godhanii
Dhaadannoodhaaf dhiheessu
Dur durii amma jedhanii
Isa harraammoo fageessu
~
Ni ajjeesan ni ajeessan
Jireenyaaf urgaa hafarsu
Daba daddaba keessaa
Gubbarri sirrii joorsu
~
Suutuma dhaabbii santu
Qoree sirra dabarsaa
Gaafuma ofirraa bartu
Gadhee garaan shakamsaa!
~~
ยฉShamil N Mohammed
@dhwalaloo
hiriyaakoo chaayinaa tokkoon jireenyi baay'ee hammaateera hanqaaquun tokko birrii 10 buddeenis akkasuma dabaleera jennaanin yoo maal naan jedhe gaariidha๐Ÿ˜‚.....
...
...
..
..
hantuutni kornesii keessan irra didichuufi bararoon mana keessan keessa jiru kan keessan mitimoo maaliif birrii baasta๐Ÿคทโ€โ™‚๐Ÿšถ ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
..
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
@lammihaaraa
@lammihaaraa
Forwarded from Burqaa Ispoortii (โ–‘ร–bsaMilliโ–‘)
โœ…Taphoota Kilaaboonni Itiyoophiyaa iratti hirmaataan.

๐Ÿ”ตGulaallii tapha shaampiyoons Liigii Afriikaa

โฐXummurame
Faasiil Kanamaa 2-2 Al Hilaal

๐Ÿ”ตGulaalli tapha waancaa koonfedereshiini Afriikaa

URA 2-1 Buna Itiyoophiyaa

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (โ–‘ร–bsaMilliโ–‘)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
โšฝ๏ธGoolii Sayidoo Mane 90+2'

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (โ–‘ร–bsaMilliโ–‘)
โœ…Tapha Primer liigii Inglaand

โฐxummuramera
Livaarpuul 3-0 Liids
โšฝ๏ธM. Saala 20'
โšฝ๏ธFabinho 50'
โšฝ๏ธMane 90+

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Seenaa Jimjimoo (FREE JAWAR)
"โ“„โ“‚โ“ƒ
Tamsaasa OMN gama saatalaayitiin argachuu hin dandeenye worra jettaniif

OMN haala salphaa taโ€™een ethio sat wajjiin walirratti eelee tokkoon argachu ni dandeenya.
Jalqaba diishiin keenya NILESAT jira yoo ta'e, gara bahaatti ykn gara ethio-sat naannessina, san booda jalqaba irratti ethio-sat dalagna erga quality ethio-sat arganne booda eelee keenya jabeesinee hiina, san booda immo frequency OMN 12073 v 25000 diikodarii ykn finder keenya irratti galchina,
Achii booda immoo eelee keenya fiixee isa qabannee gara gadii ykn gara gubaa qabna, achi booda quality n haala gaariin dhufa. Erga san booda LNB lammata irratti shiboon hiine haala salphaan OMN/ETHIO-Sat fi free sport channel argachu dandeenya."

Odeessa Dabalataa Argachuuf Link Kana Banuun Join Godhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
http://telegram.me/seenaajimjimoo
Forwarded from Etana Habte (FREE JAWAR)
Mootummaan Ameerikaa fi warri Dhihaa xiyyeeffannoo Itoophiyaarratti godhan jabeessuutti jiru. Haa tahu malee ammas yaaddoon isaanii guddaan lola gama kaabaati. Sochii qabsoo Oromiyaa keessaa ammatti gurra kennuufii waan barbaadan hin fakkaatu. Nutis akka baay'ina keenyaatti bakka itti tilmaamamuuf malle hin geenye. Sagaleen Oromoo polotikaa Itoophiyaa keessatti gaaddisa kaabaatiin dhokataa jira. Kun akka tahu kan godhe ammoo sadarkaa duraatti diinummaa OPDO ti. Oromoon garaa tokkoon bakka tokko dhaabatee fedhaa fi diddaa isaa ifatti akka hin mul'ifanne kan gufuu guddaa tahe OPDO dha. Hayyota Oromoo saba kana walitti qabanii deemaa turan hidhaatti naqee diinota waliin dhaabachuun akka sabni kun burjaaja'u godhuuf sa'aa 24 guutuu 'Shanee, shanee' jechuun kan eeboo qaratee nurratti bobba'e diina fagoo osoo hin taane isuma afaan keenya beeku. Hanga kun fala hin argannetti dhibeen Oromoo kan dafee fayyuu miti. Yeroon yeroo burjaajii osoo hin taane yeroo akka Oromootti garaa tokkoon gootota bosonaa fi gootota Qaalittii waliin dhaabatanii dha. Qabsaayota saba kana ifatti baasuuf gatii hadhooftuu kafalaa jiran gananii diina isaanii waliin shubbisuun cubbuu dhiifama hin qabnee dha. Yeroon hamtuun kun gaafa dabarte wal gaafachuuf jirra!
Forwarded from Etana Habte (FREE JAWAR)
Yaa jarana!
Yeroon kun yeroo rafnu miti. Akka ummata laalaa hamtuu jala jiruutti yeroo sagaleen keenya cimee dhagahamuu qabu keessa jirra. Kana gochuuf ammoo dirqama hoggansaa kan qabu jaarmayaalee siyaasaa Oromooti. Barri akka aktivistiitti ummata hiriiraa fi mormii fakkaatoof kakaafnu amma waan hojjetu natti hin fakkaatu. Sababni isaas aktivistiin matayyaadhaan yaada isaa dubbata malee yaada jaarmayummaan itti amaname harkaa hin qabu. Mata mataan waamichi godhamu ammoo burjaajii dhalchuu, qoqqoodama uumuu fi diinaaf qaawwa banuu malee bu'aa milkaahaa hin qabaatu. Qabsoo aktivistummaan godhame keessatti garuu qoodni Jawaar Mohammad iddoo addaa qaba. Namni hundis Jawar tahuu hin danda'u. Akkasuu tahee garuu injifannoon qabsoo aktivistummaan argannee turre sunuu jaarmayaa hidhataa fi ijaaramaa jabaa kan injifannoo sana tiksu dhabuu keenyarraa nurkaa saamame. Kan itti cabee, itti dhiigee halkanii fi guyyaa hojjete nuhi. Kan injifannoo sana saamee ekeraa Miniliki boollaa baasee nurratti shuume ammoo kan biraati.

Amma jaarmayummaan jabaachuu qaba. Amma WBOn qooda dachaa bahachuu danda'a. Hidhatee loluu qofa osoo hin taane hoggansa siyaasaas kennuutu irraa eegama. Akkuma beekamu hogganoonni siyaasaa Oromoo jajjaboon guuramanii mana hidhaa jiru. Kanaafuu WBOn dirqama jaarmayummaa dhuunfatee ABO bakka bu'uudhaan KFO waliin kallattii Oromoof malu agarsiisuutu irraa eegama. Ummanni keenyas kallattii hoggansi isaa kennu hordofuun dirqama irraa eegamu bahuuf of haa qopheessu. Nutis lallaba sana gad jabeessuun qooda keenya ni baana!
Haa dammaqnu!
Haa warraaqnu!
Lama kufnee hin cabnu!
Forwarded from Burqaa Ispoortii (โ–‘ร–bsaMilliโ–‘)
โœ…Taphoota guyyaa har'a.

๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟPrimer Liigii Inglaand
08:00|| Wolviis fi Birentford
11:00|| Norwiich fi Waatfoord
11:00|| Barniley fi Arseenal
11:00|| Man Siitii fi Sawuzhaampiten
11:00|| Livaarpuul fi Kiristaalpalas
01:30|| Astoonvilaa fi Evaarteen

๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡นSeeriyaa Itaalii
10:00|| Jenowa fi Fiyoorentina
01:00|| Intarmilaan fi Boolonyaa
09:45|| Salartiin fi Atlaantaa

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธLaaliigaa Ispeen
09:00|| Riyoo Vayakano fi Heetaaffe
11:15|| Atleetiko Maadriid fi Bilbaa'o
1:30|| Elchee fi Levaante
4:00|| Alavees fi Osaasunaa

๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ทLiigii Faaransaay
12:00|| Libs fi Liil
4:00|| Ityeen fi Bordo

๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ชBondasliiga Jaarmaan
10:30 | Belefild fi Hofaniyem
10:30 | Ogisbarg fi Monchegladbah
10:30 | Bayer Munik fi Bochum
10:30 | Meenz fi Firayburg
01:30 | Koleny fi RB Lepzish

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (๐ˆ๐›๐ซ๐ข๐ฌ๐ก ๐ˆ๐˜๐ˆ ร˜ล•รถ๐Ÿ“ณ)
Tapha Laliga Ispeen Torbbee 5ffaa

โฐXummurame'
Selta Viga 1-2 Kodiz
โšฝ๏ธMina 65' โšฝ๏ธLozano 38'
โšฝ๏ธIspino 44'

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (๐ˆ๐›๐ซ๐ข๐ฌ๐ก ๐ˆ๐˜๐ˆ ร˜ล•รถ๐Ÿ“ณ)
๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTapha Premier League Torbbee 5ffaa

โฐ 81'
Wolves 0-2 Barniford
โšฝ๏ธToni (p) 28'
โšฝ๏ธMibuemo 34'

๐ŸŸDirree Moliniyukus

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (๐ˆ๐›๐ซ๐ข๐ฌ๐ก ๐ˆ๐˜๐ˆ ร˜ล•รถ๐Ÿ“ณ)
Hiriira Kiristaal palaas

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (๐ˆ๐›๐ซ๐ข๐ฌ๐ก ๐ˆ๐˜๐ˆ ร˜ล•รถ๐Ÿ“ณ)
Forwarded from Burqaa Ispoortii (๐ˆ๐›๐ซ๐ข๐ฌ๐ก ๐ˆ๐˜๐ˆ ร˜ล•รถ๐Ÿ“ณ)
Hiriira Manchester City

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (๐ˆ๐›๐ซ๐ข๐ฌ๐ก ๐ˆ๐˜๐ˆ ร˜ล•รถ๐Ÿ“ณ)
Forwarded from Burqaa Ispoortii (๐ˆ๐›๐ซ๐ข๐ฌ๐ก ๐ˆ๐˜๐ˆ ร˜ล•รถ๐Ÿ“ณ)
Forwarded from Burqaa Ispoortii (๐ˆ๐›๐ซ๐ข๐ฌ๐ก ๐ˆ๐˜๐ˆ ร˜ล•รถ๐Ÿ“ณ)
๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTapha Premier League Torbbee 5ffaa

โฐ Xummurame'
Wolves 0-2 Barniford
โšฝ๏ธToni (p) 28'
โšฝ๏ธMibuemo 34'

๐ŸŸDirree Moliniyukus

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (๐ˆ๐›๐ซ๐ข๐ฌ๐ก ๐ˆ๐˜๐ˆ ร˜ล•รถ๐Ÿ“ณ)
๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟPrimer Liigii Inglaand

Boqonnaa'

Norwiich 1-1 Waatfoord
Barniley 0-1 Arseenal
Man Siitii 0-0 Sawuzhaampiten
Livaarpuul 1-0 Kiristaalpalas

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii