☑️ "Afrikaanotaaf gaafa ati duutee maallaqa walitti buusanii si awwaaluun baay'ee salphataaf; garuu otuu ati lubbuudhaan jirtu kaayyoo kee akka milkeessituuf maallaqa walitti buusanii si gargaaruun baay'ee itti ulfaata." #ROBERT_MUGABE
@Dubbisaan_Hayyuudha@orykn
@Dubbisaan_Hayyuudha@orykn
Forwarded from Burqaa Ispoortii (░ÖbsaMilli░)
✅Buruunoo Faarnaandeez midhaamni akka isa muudate gaabaafama jira.
Akka Oleeganar Soolshaayer dubaatetti tapha Livarpuul waaliin qaabaniif gahuunsaa shaakkisisaadha. Taphichaaf qaaqabuuf waanta daanda'ame hunda taasisaa jira.
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii

Harargee Lixaa Bookee
Suuran asirratti argitan tun bakka Yaadataan Eda itti ajjeefameedha.
Motorcycle/Doqdoqqeen tanuma inni itti imalaa ture yoo taatu konkolaatan ammoo kan Yaadataan erga mataa keessa dhahame itti bu'ee battalatti irra bahe ture.
_
Update
__
Dhiigni Ilmaan dhangala’ee hafuu hin qabu. Qaamni Dhiiga namaa dhuguu bare tohatamee tarkaanfin irratti fudhatmuu qaba.
Harargee Lixaa Aanaa bookee magaalaa Bookee Xiqqotti Eda galgala ajjeechaa suukannessaa muca nagayaa Yaadataa Mahadii jedhamu irratti raawwatametti dallanuudhan Ummanni magaalatti bahee mormuuf kanaan dabballeen manguddummaan sossobdee ummata akka hin fincille goote jedha maddi keenya. Garuu halkanuma edaa jara gocha san mucarratti raawwate san konkolaataa Ambulance fuudhanii akka miliqsan quba qabna. Tahus garuu har’a hogga Ummanni bahu rifaatun tohannee jirra jedhanii ummata sossobaa jiru. Dhaamsi ummata keenyaf qabnu, manneen murtii erga ajajaafi murtiin isaa hojirra ooluu dhiise oolee bulee jira. Kanaaf hanga jara Dhiiga mucaa sanii seeran ala akkasitti itti taphatan sana fuula keessan duratti adabbii isaaanin malu argatanitti abadan soba amma isiniin burjaajessuuf hafarsan kana hin fudhatinaa Jennaan.
Yaadadhaa!!
Torbaanuma kana keessa achuma harargee Lixaa Aanaa gammichiisitti Abbaan araddaa nama nagayaa ajjeese akkuma jara kanaa ija ummataa duraa miliqfamee ture. Hanga ammaa dhoksanii akkuma isin soban kanatti jara sanis sobaa jiran. Kanaaf jaarsummaan Dhiiga Ilmaan keenyaa dhoksuuf godhamtu kamuu fudhatama hin qabu.
Bilxiginnaan gocha suukanneessaa saba nagayaa irratti raawwachaa jirtuuf itti gaafatamti.

✅Taphoota guyyaa boru
🏴Pirimer Liigii Inglaand
08:30|| Cheelsii fi Norwiich
11:00|| Kiristaal Paalas fi Niwkaastil
11:00|| Evaartaan fi Waatfoord
11:00|| Liids Yunaayitd fi Wolviis
11:00|| Saawuz Haampiten fi Burniley
01:30|| Biraaytan fi Maan Siitii
🇩🇪Bondaasliiga Jaarmaan.
10:30|| Belefild fi Dortumand
10:30|| Muniik fi Hofaaniyeem
10:30|| Lepziing fi Gireterfurt
10:30|| Wolfisbarg fi Firaayburg
01:30|| Hertaa BSC fi Moncheglaadbah
🇪🇸 Laaliigaa Ispeen
09:00|| Vaalenshiyaa fi Maayorkaa
01:15|| Kaadiz fi Diportivo Alavez
01:30|| Elche fi Ispaanyool
04:00|| Atleetik Kilab fi Viyaariyaal
🇫🇷Liigii Faaransay
12:00|| Naants fi Kilermoont
04:00|| Liil fi Bireest
🇮🇹Seeriyaa Itaalii
10:00|| Saalarnitan fi Impoolii
01:00|| Saasulo fi Veeneziyaa
03:45|| Boolonya fi Intar Miilaan
@dirree Ispoortii@orykn

✅Oduu amma SkaySport baaseen Maanchistar Yuunaayitd Antooniyoo Koontee waaliin dubbii egaalaniiru.
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (░ÖbsaMilli░)
✅Taphataan daargageessi Baarseeloona Aansuu Faatiin jilba miila bitaa isaara midhaama isaa mudaaten dirree iraa akka fagaatu beekaame.
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
chiikii ko waliin konkolaataa keessatti utuu wal dhungachaa deemnuu tiraafikiin nu qabee anaan birrii 100 ishee birrii 200 adabee jennaan maalif ishee caalaatti adabde kan oofaa jiruhoo anadhaa jennaan
ishee kanaan duras akeekkachiiseen ture😂🤣
😂🤣😁share
°○○°●☆□♡Join Us @lammihaaraa ○°°♡●♧☆
........▪▪▪▪▪■●▪>☆☆

HUBADHU
❤❤❤❤❤️
💝 Namni nama sitti hamatu, siis akka hamatu beeki.
💝 Namaan yoo wal dhabde, siif dhiisu diduu isa miti, dhiisufi diduun kee akka sii miidhu beeki.
💝 Hir'ina nama yeroo haasoftu, isa kan kees yaadadhu.
💝 Namaan jaallatamuu miti, nama jaallachuu keetiin nama gaarii akka taatu hubadhu.
💝 Yoo of tuulte kan sii olii akka jiru, yoo of tuffatte kan sii gadii akka jiruu beeki, jidduma galeesatti jiraadhu.
💝 Dubbii madda isaa hin beekne hin odeessiin, jallattee nama jallistaa.
💝 Hiriyaa eenyumma isaa hin beekneetti hin dhiyaatin eenyummaa kee sii hirraanfachisa.
💝 Garaa keef jette maqaa kee hin balleessin.
💝 Aariin mufaati sitti fida.
💝 Ejji kufaati fida.
💝 Hiriyaa yoo sirraa nyaatu malee,yoo siif laatuu hin jaalanne hin abdatin.
💝 Nyaachuun dura akkuma harka dhiqattu, dubachuun duras itti yaadi. Callistee dubannaan, nama yookiin sii tuffachiisa.
💝 Fayyadama isa yoo beektee, waan sii miidhuutu sii gargaara, Hin beektuu yoo ta'e garuu ,inumtii sii fayyaduu sii miidha.
💝 Yemmuu rakkataaf waa laachuuf harkii kee hiixatu, Harkii rabbii sii gargaaruuf akka sitti hiixatu.
💝 Hin mamiin.
💝 Sooressa ilaaltee iyyummaa keef hin gaddiin, ittoon yoo si caale malee biddeenni tokkuma.
💝 Garaa baayisee nyaatu miti, sammuu bal'isee yaadu qabaadhu.

Jeneraalonni Oromoo waraana Biltsiginnaa keessa jiran carraa hedduu of dabarsan. Heerri isaan kakatanii ittiin muudaman gaafa ija isaanii duratti harka nefxenyaatiin ciramu callisanii ilaalan; lakkii xiixaa jennaan duudanii hafan. Gaafa Abiyyii fi nefxenyoonni saba isaanii gorra’u callisanii ilaalan, sirumaa hooggantoota ta’anii Oromiyaa keessa naanna’anii Oromoo ajjeesuu eegalan; lakkii dhiisaa, mormaa dubbadhaa jedhaan akka nama hindhageenyeetti dabarsan.
Kun hundi maaliif seetan? Ani nagaadha, homtuus ana bira hinga’u, jireenyikoos guutuudha; yoon dubbadhe garuu nanrakkadha, nanhidhama ykn nanajjeefama jedhanii waan amananiifi. Yaadni kun immoo sirnichi sirna nefxenyaa ta’us ani hamman sirna kana tajaajiletti homtuu ana irra hinga’u kan jedhu ture. Sirni nefxenyaa nuti tajaajillu uummata Oromoo gorra’us, hooggantootaa fi hayyoota Oromoo hidhus nuti hooggantoota waraanaa taanee teessoo sirnichaa waan tiksinuuf nukunuufta malee nu tuquu hindanda’u; Oromoo taanus Oromoo irraa addatti nuyaada jedhanii yaaduu irraa madda. Nefxenyaan haruu isaaniinis Oromoo jettee akkuma diina ofii ilaaltutti akka isaan hubattu hinbeekan. Wal’aaluun homaa miti, addababa’iitti itti himamnaanis gurra duuchatan. Amma inni kuunnoo jedhan kunoo jechuutti jijjiiramee, haalli isaan yaadanis garagalee jeneraalonni Oromoo waan Oromoo ta’an qofaaf gantoota jedhamanii yakkamuudhaan godinaalee kaabaa keessatti harka nefxenyootaan gorra’amaa jiru. Warri ajjeefamuu irraa oolan ammoo aangoo fi qawwee hiikkatanii salphinaan ari’amaa jiru; isaan kunis nagaan deebi’uu Waaqayyotu beeka. Loltootni lafoon ilmaan hiyyeessaa taatan kana ilaalaa dafaa maladhaa. Yeroon ammaa kun isin dabarraan deebitaanii argachuun isinitti ulfaataa. Qawwee diinni isin hidhachiise fudhaa obboloota keessan bosona jiranitti makamaa. Warri kaaba jirtanis billaan nefxenyaa osoo isin hin nyaatun faladhaa. Kana Oromoof qabsaa’uuf jettanii gootu mitii; of baraaruuf gootu.
#Abiy_Ahmed_is_a_war_criminal!
#Abiy_Ahmed_is_a_war_criminal!
#Abiy_Must_Go!

Forwarded from Burqaa Ispoortii (𝐈𝐛𝐫𝐢𝐬𝐡 𝐈𝐘𝐈 Øŕö📳)
Tapha Liigii Faransaayi Torbbee 12ffaa 🇫🇷
⏰Xummurame'
PSG 2-1 Lile
⚽️Markiyus 74' ⚽️David 31'
⚽️Maray 88'
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
⏰Xummurame'
PSG 2-1 Lile
⚽️Markiyus 74' ⚽️David 31'
⚽️Maray 88'
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
✅Kiristiyaano Roonaaldoon fi Jorjinaan yeroo dhihootti abbaa ijoolle lakku akka ta'an ifa goodhaaniru.
@man_united_oro_fan
@man_united_oro_fan
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 29 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The owner of this channel has been inactive for the last 5 months. If they remain inactive for the next 8 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The channel will remain accessible for all users.