Dirree ispoortii
91 subscribers
68 photos
8 videos
1 file
25 links
Kayyoon Keenya garee kana kessatti Wal iyyaafachuu barnoota gara garaa waliifkennuudha
Download Telegram
Forwarded from Burqaa Ispoortii (░ÖbsaMilli░)
Tapha Shaampiyoons Liigii

Xumurame
👉Bayer Munik 5-0 Dayanamo Keev

👉Benefika 3-0 Barselonaa

👉Juveentus 1-0 Cheelsii

👉Manchister Yunayitd 2-1 Vilariyaal

👉Salizbarg 2-1 Liil

👉Wolfisbarg 1-1 Siviyaa

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (░ÖbsaMilli░)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Goolii Ronaaldo 90+5

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
EBC'n HAAK GODHAME.

Feesbuukiin Ethiopia Broad casting coorporation (EBC) akka inni xallafame himameera.

Fuula sana irratti odeeffannoofi ergaan darbu kamuu dhaabbaticha hin ilaallatus jedhameera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA


📹YOUTUBE📹
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa

📚KITAABA BARATAA📚
@Student_Textbook
@Student_Textbook

📩Yaada📩
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
🏆Tapha Gulaalii Waancaa Addunyaa

Boqonnaa'
Lativiya 0 - 1 Nezarland
Jarman 0 - 1 Romaniya
Zayipars 0 - 1 Kiroshiya
Chek Ripablik 1 - 1 Welsa
Turki 1 - 1 Norowey

@orykn
Hardha Oduu Raajii issiniitti taatii jedhee Tilmaamee Tokko qabadhee dhufee Jira.

Maalinni jettaani Tilmaamuu dandeesan

Garee Awuroopaa Jalqaba Ijaaramee Beektuu?

Maree Kilabiin Jalqaba Ijaaramee Sheffield United dha. Innis akka Laakofsaa warra Awuroopaat Bara 1857 Kan ijaarameedha. Yeroo Inni ijaaramu Kilabiin yeroo Amma kana Awuroopaa keessaat Maqaan dhahamu Kun Hundi hin ijaaramne Ture.

Garuu Yeroo Amma kanatti Leenjisaa Gaarii Fi Abba qabeenyaa Gaarii dhabuu isaatiin Gara Shaanpiyoons Liigii gadi bu'ee @orykn
Taphattota amma taphachaa jiraan kessa taphattota garee biyaalesaaf goolii heddu lakkofsisaan.
@orykn
°○○°●☆□♡Join Us @lammihaaraa ○°°♡●♧☆
........■●>☆☆

dhiirri qoosaa nama kofalchiisu post godhee yoo baay'ate #like 100 argata durbi immoo "umuriinkoo 19 baga dhalatte naan jedhaa" qofa jettee #like 1000 ol argatti maaliifidha jedhee gaafannaan #jaal yoo maal naan jedhe gaariidha




umuriin 38 ta'anii waggaa 19ffaa kabajuu caalaa qoosaan maaltu jiraree🤣😂😂😂😂😂@orykn
Forwarded from Burqaa Ispoortii (░ÖbsaMilli░)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gooliin Roomeloo Lukaakuun Astoonvilaa iratti lakkofsise goolii bareeddu Cheelsii baatii fulbaana ta'un galmoofteerti.

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Atileetiin Oromoo kan biyya Neezerlaandiif fiigdu Siifan Hasan Atileetii cimtuu dubartii Awurooppaa bara kanaa jedhamte.

Atileetiin Neezarlaand dhalattuu Oromiyaa taate Siifan Hasan, Olompiikii Tookiyoo ji’oota muraasaan dura adeemsifame irratti meedaaliyaa sadii argatteetti.

Atileet Siifan Hasan wal-dorgommii Olompiikii Tookiyoo irratti fiigicha meetira 5000 fi 10,000‘nin warqii argachuufi dorgommii FBK Hengaloo Neezarlaanditti taasifameen riikardii meetira 10,000 cabsuudhaan atileetii bara kanaa Awurooppaa tahuun filatamte.

Siifan Hasan olompikii tokko irrattii gosa dorgommii fiigichaa sadiin medaaliyaa argachuun seenaa arma dura atileetonni kaan dalagan qooddachuu dandesseetti.

Fiigichi meetira 5000 gulaallii marsaa tokko, kan meetira 1500 ammoo gulaallii marsaa lama qaba. Siifan walumaagalatti Olompikii Tookiyoo irratti meetira 24,500 fiigde.

Akka ''silaa Siifan Hasan Olimpiika baranaa akka garee biyya tokkootti otoo galteetti tahe, gabatee medaaliyaa atileetiksii 11ffaa tahuun xumurti turte.''

Shaampiyoon Atileetiksii Addunyaa bara 2019tti dorgomameenis meetira 1500 fi 10,000 irratti warqii mo’achuun atileetii dhiiraanis dubaraanis ishee jalqabaa taateetti.

Madda atileetota bebbeekamoo Arsiitti kan dhalatte Atileet Siifan Hasan, umurii waggaa 13 osoo jirtuu bara 2008 koolugaltuummaan gara Daach kan imalte yoo tahu, bara 2013 lammummaa biyya Neezarlaand argatteetti.

Siifan Hasan, "yoo biyyi Oromoo Oromiyaan bilisoomte malee ani Itoophiyaaf nan fiiga jedhee hawwee hin beeku" jechuudhaan onnee uummata Oromoo keessaa jaalala guddaa horatteetti. Waltajjiilee dorgomii addunyaa hedduurrattis alaabaa Oromoo ol kaasuun mirmirsitee jaalala uummata Oromoo fi Oromiyaaf qabdu agarsiisaa turteetti.

Kana malees Siifan Hasan miidiyaalee addunyaa irratti cunqursaa sirni PP uummata biyyattiirraan ga'u ifatti mormaa turteetti.
🇪🇸Taphaa Laaliiga Ispeen

Xummurame
Baarseloona 3-1 Vaalenshiyaa
⚽️Faatii 13' ⚽️Gayaa 5'
⚽️Deepay 42'
⚽️Kutiinho 85'
@orykn
Tapha Shaampiyoons Liigii Awuroopaa

35'
Baarseloona 0-0 Daaynamo Keev

@orykn
🇪🇺 #UEFA_Champions_League 🇪🇺

📱 #Live_Updates

⌚️ 88'

Group E, Round 3

Benfica 0⃣-4⃣ Bayern Munich
⚽️ Sane 70' 85'
⚽️ Everton 80' OG
⚽️ Lewandowski 82'

🏟 Estadio Da Luz, Lisbon, Portugal

Group F, Round 3

Man United 3⃣-2⃣ Atalanta
⚽️ Rashford 53' ⚽️ Pasalic 15'
⚽️ Maguire 75' ⚽️ Demiral 29'
⚽️ Ronaldo 81'

🏟 Old Trafford, Manchester, England

Group H, Round 3

Chelsea 4⃣-0⃣ Malmö
⚽️ A. Christensen 10'
⚽️ Jorginho 21' 57'
⚽️ Havertz 48'

🏟 Stamford Bridge, London, England

Zenith 0⃣-1⃣ Juventus
⚽️ Kulusevski 87'

🏟 St. Petersburg Stadium, Saint Petersburg, Russia

@orykn
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Humna waaraan WBOtti makamanii leenji'aa turan eebbifaman.
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Humna Waraanaa haaraa Waraanni Bilisummaa Oromoo leenjisaa ture eebbisuun lolatti bobbaase!
☑️ "Afrikaanotaaf gaafa ati duutee maallaqa walitti buusanii si awwaaluun baay'ee salphataaf; garuu otuu ati lubbuudhaan jirtu kaayyoo kee akka milkeessituuf maallaqa walitti buusanii si gargaaruun baay'ee itti ulfaata." #ROBERT_MUGABE
@Dubbisaan_Hayyuudha@orykn
Forwarded from Burqaa Ispoortii (░ÖbsaMilli░)
Buruunoo Faarnaandeez midhaamni akka isa muudate gaabaafama jira.

Akka Oleeganar Soolshaayer dubaatetti tapha Livarpuul waaliin qaabaniif gahuunsaa shaakkisisaadha. Taphichaaf qaaqabuuf waanta daanda'ame hunda taasisaa jira.

@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Harargee Lixaa Bookee
Suuran asirratti argitan tun bakka Yaadataan Eda itti ajjeefameedha.
Motorcycle/Doqdoqqeen tanuma inni itti imalaa ture yoo taatu konkolaatan ammoo kan Yaadataan erga mataa keessa dhahame itti bu'ee battalatti irra bahe ture.
_
Update
__
Dhiigni Ilmaan dhangala’ee hafuu hin qabu. Qaamni Dhiiga namaa dhuguu bare tohatamee tarkaanfin irratti fudhatmuu qaba.
Harargee Lixaa Aanaa bookee magaalaa Bookee Xiqqotti Eda galgala ajjeechaa suukannessaa muca nagayaa Yaadataa Mahadii jedhamu irratti raawwatametti dallanuudhan Ummanni magaalatti bahee mormuuf kanaan dabballeen manguddummaan sossobdee ummata akka hin fincille goote jedha maddi keenya. Garuu halkanuma edaa jara gocha san mucarratti raawwate san konkolaataa Ambulance fuudhanii akka miliqsan quba qabna. Tahus garuu har’a hogga Ummanni bahu rifaatun tohannee jirra jedhanii ummata sossobaa jiru. Dhaamsi ummata keenyaf qabnu, manneen murtii erga ajajaafi murtiin isaa hojirra ooluu dhiise oolee bulee jira. Kanaaf hanga jara Dhiiga mucaa sanii seeran ala akkasitti itti taphatan sana fuula keessan duratti adabbii isaaanin malu argatanitti abadan soba amma isiniin burjaajessuuf hafarsan kana hin fudhatinaa Jennaan.
Yaadadhaa!!
Torbaanuma kana keessa achuma harargee Lixaa Aanaa gammichiisitti Abbaan araddaa nama nagayaa ajjeese akkuma jara kanaa ija ummataa duraa miliqfamee ture. Hanga ammaa dhoksanii akkuma isin soban kanatti jara sanis sobaa jiran. Kanaaf jaarsummaan Dhiiga Ilmaan keenyaa dhoksuuf godhamtu kamuu fudhatama hin qabu.
Bilxiginnaan gocha suukanneessaa saba nagayaa irratti raawwachaa jirtuuf itti gaafatamti.
Jahw
Taphoota guyyaa boru

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Pirimer Liigii Inglaand
08:30|| Cheelsii fi Norwiich
11:00|| Kiristaal Paalas fi Niwkaastil
11:00|| Evaartaan fi Waatfoord
11:00|| Liids Yunaayitd fi Wolviis
11:00|| Saawuz Haampiten fi Burniley
01:30|| Biraaytan fi Maan Siitii

🇩🇪Bondaasliiga Jaarmaan.
10:30|| Belefild fi Dortumand
10:30|| Muniik fi Hofaaniyeem
10:30|| Lepziing fi Gireterfurt
10:30|| Wolfisbarg fi Firaayburg
01:30|| Hertaa BSC fi Moncheglaadbah

🇪🇸 Laaliigaa Ispeen
09:00|| Vaalenshiyaa fi Maayorkaa
01:15|| Kaadiz fi Diportivo Alavez
01:30|| Elche fi Ispaanyool
04:00|| Atleetik Kilab fi Viyaariyaal

🇫🇷Liigii Faaransay
12:00|| Naants fi Kilermoont
04:00|| Liil fi Bireest

🇮🇹Seeriyaa Itaalii
10:00|| Saalarnitan fi Impoolii
01:00|| Saasulo fi Veeneziyaa
03:45|| Boolonya fi Intar Miilaan

@dirree Ispoortii@orykn