Forwarded from Seenaa Jimjimoo (FREE JAWAR)
"ⓄⓂⓃ
Tamsaasa OMN gama saatalaayitiin argachuu hin dandeenye worra jettaniif
OMN haala salphaa ta’een ethio sat wajjiin walirratti eelee tokkoon argachu ni dandeenya.
Jalqaba diishiin keenya NILESAT jira yoo ta'e, gara bahaatti ykn gara ethio-sat naannessina, san booda jalqaba irratti ethio-sat dalagna erga quality ethio-sat arganne booda eelee keenya jabeesinee hiina, san booda immo frequency OMN 12073 v 25000 diikodarii ykn finder keenya irratti galchina,
Achii booda immoo eelee keenya fiixee isa qabannee gara gadii ykn gara gubaa qabna, achi booda quality n haala gaariin dhufa. Erga san booda LNB lammata irratti shiboon hiine haala salphaan OMN/ETHIO-Sat fi free sport channel argachu dandeenya."
Odeessa Dabalataa Argachuuf Link Kana Banuun Join Godhaa 👇👇👇
http://telegram.me/seenaajimjimoo

Forwarded from Etana Habte (FREE JAWAR)
Mootummaan Ameerikaa fi warri Dhihaa xiyyeeffannoo Itoophiyaarratti godhan jabeessuutti jiru. Haa tahu malee ammas yaaddoon isaanii guddaan lola gama kaabaati. Sochii qabsoo Oromiyaa keessaa ammatti gurra kennuufii waan barbaadan hin fakkaatu. Nutis akka baay'ina keenyaatti bakka itti tilmaamamuuf malle hin geenye. Sagaleen Oromoo polotikaa Itoophiyaa keessatti gaaddisa kaabaatiin dhokataa jira. Kun akka tahu kan godhe ammoo sadarkaa duraatti diinummaa OPDO ti. Oromoon garaa tokkoon bakka tokko dhaabatee fedhaa fi diddaa isaa ifatti akka hin mul'ifanne kan gufuu guddaa tahe OPDO dha. Hayyota Oromoo saba kana walitti qabanii deemaa turan hidhaatti naqee diinota waliin dhaabachuun akka sabni kun burjaaja'u godhuuf sa'aa 24 guutuu 'Shanee, shanee' jechuun kan eeboo qaratee nurratti bobba'e diina fagoo osoo hin taane isuma afaan keenya beeku. Hanga kun fala hin argannetti dhibeen Oromoo kan dafee fayyuu miti. Yeroon yeroo burjaajii osoo hin taane yeroo akka Oromootti garaa tokkoon gootota bosonaa fi gootota Qaalittii waliin dhaabatanii dha. Qabsaayota saba kana ifatti baasuuf gatii hadhooftuu kafalaa jiran gananii diina isaanii waliin shubbisuun cubbuu dhiifama hin qabnee dha. Yeroon hamtuun kun gaafa dabarte wal gaafachuuf jirra!
Forwarded from Etana Habte (FREE JAWAR)
Yaa jarana!
Yeroon kun yeroo rafnu miti. Akka ummata laalaa hamtuu jala jiruutti yeroo sagaleen keenya cimee dhagahamuu qabu keessa jirra. Kana gochuuf ammoo dirqama hoggansaa kan qabu jaarmayaalee siyaasaa Oromooti. Barri akka aktivistiitti ummata hiriiraa fi mormii fakkaatoof kakaafnu amma waan hojjetu natti hin fakkaatu. Sababni isaas aktivistiin matayyaadhaan yaada isaa dubbata malee yaada jaarmayummaan itti amaname harkaa hin qabu. Mata mataan waamichi godhamu ammoo burjaajii dhalchuu, qoqqoodama uumuu fi diinaaf qaawwa banuu malee bu'aa milkaahaa hin qabaatu. Qabsoo aktivistummaan godhame keessatti garuu qoodni Jawaar Mohammad iddoo addaa qaba. Namni hundis Jawar tahuu hin danda'u. Akkasuu tahee garuu injifannoon qabsoo aktivistummaan argannee turre sunuu jaarmayaa hidhataa fi ijaaramaa jabaa kan injifannoo sana tiksu dhabuu keenyarraa nurkaa saamame. Kan itti cabee, itti dhiigee halkanii fi guyyaa hojjete nuhi. Kan injifannoo sana saamee ekeraa Miniliki boollaa baasee nurratti shuume ammoo kan biraati.
Amma jaarmayummaan jabaachuu qaba. Amma WBOn qooda dachaa bahachuu danda'a. Hidhatee loluu qofa osoo hin taane hoggansa siyaasaas kennuutu irraa eegama. Akkuma beekamu hogganoonni siyaasaa Oromoo jajjaboon guuramanii mana hidhaa jiru. Kanaafuu WBOn dirqama jaarmayummaa dhuunfatee ABO bakka bu'uudhaan KFO waliin kallattii Oromoof malu agarsiisuutu irraa eegama. Ummanni keenyas kallattii hoggansi isaa kennu hordofuun dirqama irraa eegamu bahuuf of haa qopheessu. Nutis lallaba sana gad jabeessuun qooda keenya ni baana!
Haa dammaqnu!
Haa warraaqnu!
Lama kufnee hin cabnu!

Forwarded from Burqaa Ispoortii (░ÖbsaMilli░)
✅Taphoota guyyaa har'a.
🏴Primer Liigii Inglaand
08:00|| Wolviis fi Birentford
11:00|| Norwiich fi Waatfoord
11:00|| Barniley fi Arseenal
11:00|| Man Siitii fi Sawuzhaampiten
11:00|| Livaarpuul fi Kiristaalpalas
01:30|| Astoonvilaa fi Evaarteen
🇮🇹Seeriyaa Itaalii
10:00|| Jenowa fi Fiyoorentina
01:00|| Intarmilaan fi Boolonyaa
09:45|| Salartiin fi Atlaantaa
🇪🇸Laaliigaa Ispeen
09:00|| Riyoo Vayakano fi Heetaaffe
11:15|| Atleetiko Maadriid fi Bilbaa'o
1:30|| Elchee fi Levaante
4:00|| Alavees fi Osaasunaa
🇫🇷Liigii Faaransaay
12:00|| Libs fi Liil
4:00|| Ityeen fi Bordo
🇩🇪Bondasliiga Jaarmaan
10:30 | Belefild fi Hofaniyem
10:30 | Ogisbarg fi Monchegladbah
10:30 | Bayer Munik fi Bochum
10:30 | Meenz fi Firayburg
01:30 | Koleny fi RB Lepzish
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
🏴Primer Liigii Inglaand
08:00|| Wolviis fi Birentford
11:00|| Norwiich fi Waatfoord
11:00|| Barniley fi Arseenal
11:00|| Man Siitii fi Sawuzhaampiten
11:00|| Livaarpuul fi Kiristaalpalas
01:30|| Astoonvilaa fi Evaarteen
🇮🇹Seeriyaa Itaalii
10:00|| Jenowa fi Fiyoorentina
01:00|| Intarmilaan fi Boolonyaa
09:45|| Salartiin fi Atlaantaa
🇪🇸Laaliigaa Ispeen
09:00|| Riyoo Vayakano fi Heetaaffe
11:15|| Atleetiko Maadriid fi Bilbaa'o
1:30|| Elchee fi Levaante
4:00|| Alavees fi Osaasunaa
🇫🇷Liigii Faaransaay
12:00|| Libs fi Liil
4:00|| Ityeen fi Bordo
🇩🇪Bondasliiga Jaarmaan
10:30 | Belefild fi Hofaniyem
10:30 | Ogisbarg fi Monchegladbah
10:30 | Bayer Munik fi Bochum
10:30 | Meenz fi Firayburg
01:30 | Koleny fi RB Lepzish
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (𝐈𝐛𝐫𝐢𝐬𝐡 𝐈𝐘𝐈 Øŕö📳)
Tapha Laliga Ispeen Torbbee 5ffaa
⏰Xummurame'
Selta Viga 1-2 Kodiz
⚽️Mina 65' ⚽️Lozano 38'
⚽️Ispino 44'
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
⏰Xummurame'
Selta Viga 1-2 Kodiz
⚽️Mina 65' ⚽️Lozano 38'
⚽️Ispino 44'
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (𝐈𝐛𝐫𝐢𝐬𝐡 𝐈𝐘𝐈 Øŕö📳)
🏴Tapha Premier League Torbbee 5ffaa
⏰ 81'
Wolves 0-2 Barniford
⚽️Toni (p) 28'
⚽️Mibuemo 34'
🏟Dirree Moliniyukus

⏰ Xummurame'

Boqonnaa'
Norwiich 1-1 Waatfoord
Barniley 0-1 Arseenal
Man Siitii 0-0 Sawuzhaampiten
Livaarpuul 1-0 Kiristaalpalas

Norwiich 1-3 Waatfoord
Barniley 0-1 Arseenal
Man Siitii 0-0 Sawuzhaampiten
Livaarpuul 3-0 Kiristaalpalas

🏴 Tapha Premier League Torbbee 5ffaa
⏰Xumurame'
Aston Villa 3-0 Evarton
⚽️kash66'
⚽️Dinye 69'
⚽️Beyli 75'
🏟 Dirree Villa Park
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
⏰Xumurame'
Aston Villa 3-0 Evarton
⚽️kash66'
⚽️Dinye 69'
⚽️Beyli 75'
🏟 Dirree Villa Park
@BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Forwarded from Burqaa Ispoortii (𝐈𝐛𝐫𝐢𝐬𝐡 𝐈𝐘𝐈 Øŕö📳)
🏴Taphoota Primer Liigii Inglaand kaleessaa Tasifaman
⏰Xummurame'
Walves 0-2 Barniford
Norwiich 1-3 Waatfoord
Barniley 0-1 Arseenal
Man Siitii 0-0 Sawuzhaampiten
Livaarpuul 3-0 Kiristaalpalas
Astoon Villa 3-0 Evarton

✅Taatewaan guyyaa har'a galmaahaan.
👉Robart Lewaandowiskin taphoota Shaampiyoons liigii 70 iratti goolii 60 lakoofsisu daanda'era.
👉Barseloonan taphoota taasise lamaanu injifaatamu saatiin sadarkaa dhumaara ta'era.
👉Aleeks Teels taphata torbaffa lammi Braazil Maanchistarif goolii lakoofsise ta'u daanda'era.
👉Jorjinhoon tapha 150ffa Cheelsiif taasiseera.
👉Aleks Teles gooliisaa jaalqaba Maan Yunaayitdif lakoofsiseera.
👉Burunoo Farnaandez dorggommiwaan Awuroopaa iratti Maan Yunaayitidif taphoota 22 iratti goolii 12 yoo lakoofsisu 7 mijesse kennera.
👉Barseelonan walitti aansun tapha ramaddi yoo injifaatamu kun wagga 21 booda yero jaalqabaaf ta'un gaalmaaheera.
Hiriiba gaarii🙌
@CARCARSPORT @CARCARSPORT