โโBor galgala Bishooftutti #Keekiyyaa_Badhaadhaa Albama CD isaa haaraya ni eebbisiisa.
Irreecha bara 2012 baga geessan jechaa Eebba Albama #WARRA_KAM Gaafaa jala bultii irreecha hora harsadii gaafa 24/1/2012 Hoteela Hiwootitti gaafa fi gaafa 25/1/2012 immoo isteediyeemii magalaa bishooftutti ni geggeefamaa.
Irraa hin hafinaa!!

Harmee...
Enyuuti si jijjiruu
Enyuun sii maddalu
Rabbi tokko malee
Hin jiruu kaan si naaf
Caluu umrii koora
Kutee umrii kaan keeti
Sif haa dabballuu
Armee atii jijjiraa
Hin qabduu si duraa
Biyyeen anaa nyaatu
Yoo abban manaa koo
Du, ee dhiraa biraatiin
Eruumaa yoo ilmoon
Koo dutee ilmoo kaan
Biraan argadhaa
Yoon obbollessa koo
Dhabbe obbollessa biraa
Situ naaf keenaa
Yoon si dhabbe garuu
Esaayu si nargadhuu
Siraa fogoon jiraa argee
Si dhungadhuu dhugan
Sin jedhaa atii jijjiraa
Hin qabduu
Harmee olmaa keetu
Ulfaate ji, aa sagaal
Gutuu garaati naa batee
Ergaan dhalaadhees
Naa guddisuuf bay, ee
Dhammatee anaa.
Naa guddiisuf waan
Hedduu tattee qoraaf
Aduu osoo hin jeedhin
Anaa naa guddiftee
Harmee
Maalumaa sin jedhu
Maqaan sif mogasaa
Urjii koo moo aduu
Koo sin jedhu lakki.
Harmee kunii sitti
Xiqatta mee maaluma
Sin jedhuu lataa?
@anuma bakkaa
Guddan gahuuf alkanif
Guyya dhammata anaa
Nyachisuf atoo dararmata
Yoo mataan naa dhukkube
Bay, ee rifataa anaa
Dhukkubu dhalaa koo
Jeete of jeela naa kewwata
Yoon nama biraatti fokkiftu
Ta, ees atii na mararfataa
Anaa naa jiraachisuuf
Lubbu keetu ni keennita
Namnii akka kee naa jaalatu
Aduunya kanaara jiraa lataa
Harmee koo tiruu koo
Koo yaddese anaa guddifte
Asiin naa geesse wal arguu
Hin oluu gafaa guyyan
Geesse sumaan yadda
Ta, uus halkanis yoon
Cisee yaddumma keetu
Anaa naa irarsee
Nan dhufaa hin shakkin
Gafaa yeroon gesee
Silaa olmaa kee kanfalee
Hin xummuru naf jiraadhu
Hadhaa koo yaa tiruu
Kaan akka kee naaf ta, uu
Gonkomalee hin jiruu
Cabba koo cabdee
Dhukkubba koo
Dhukkubsaate anaaf
Jechaa daraaramtee
Anuuma guddisuf
Arsaa hedduu kanfaalte
Jiruu kee dhiftee jiruu koo
Jiraate ofi kee dagatee.
Anaa midhagsiitee
Dagadheen seete waan
Atii naaf tatte isaa anaaf
Jetee agaabu kee bultee
Hin dagadhu hadhaa koo
Waan atii naaf tatee
Arsaa heddu kanfaleen.
Si kununfadhaa waan
Hundda dhiseen
Si qofaaf jiraadhaa
Dhugaan sin jedhaa arme
Kuniimo waadaadhaa
Nagaa naaf ta, ii hedduun
Si jaaladhaa
.
Harmee.......
Enyuuti si jijjiruu
Enyuun sii maddalu
Rabbi tokko malee
Hin jiruu kaan si naaf
Caluu umrii koora
Kutee umrii kaan keeti
Sif haa dabballuu
Armee atii jijjiraa
Hin qabduu si duraa
Biyyeen anaa nyaatu
Yoo abban manaa koo
Du, ee dhiraa biraatiin
Eruumaa yoo ilmoon
Koo dutee ilmoo kaan
Biraan argadhaa
Yoon obbollessa koo
Dhabbe obbollessa biraa
Situ naaf keenaa
Yoon si dhabbe garuu
Esaayu si nargadhuu
Siraa fogoon jiraa argee
Si dhungadhuu dhugan
Sin jedhaa atii jijjiraa
Hin qabduu
Harmee olmaa keetu
Ulfaate ji, aa sagaal
Gutuu garaati naa batee
Ergaan dhalaadhees
Naa guddisuuf bay, ee
Dhammatee anaa.
Naa guddiisuf waan
Hedduu tattee qoraaf
Aduu osoo hin jeedhin
Anaa naa guddiftee
Harmee
Maalumaa sin jedhu
Maqaan sif mogasaa
Urjii koo moo aduu
Koo sin jedhu lakki.
Harmee kunii sitti
Xiqatta mee maaluma
Sin jedhuu lataa?
@anuma bakkaa
Guddan gahuuf alkanif
Guyya dhammata anaa
Nyachisuf atoo dararmata
Yoo mataan naa dhukkube
Bay, ee rifataa anaa
Dhukkubu dhalaa koo
Jeete of jeela naa kewwata
Yoon nama biraatti fokkiftu
Ta, ees atii na mararfataa
Anaa naa jiraachisuuf
Lubbu keetu ni keennita
Namnii akka kee naa jaalatu
Aduunya kanaara jiraa lataa
Harmee koo tiruu koo
Koo yaddese anaa guddifte
Asiin naa geesse wal arguu
Hin oluu gafaa guyyan
Geesse sumaan yadda
Ta, uus halkanis yoon
Cisee yaddumma keetu
Anaa naa irarsee
Nan dhufaa hin shakkin
Gafaa yeroon gesee
Silaa olmaa kee kanfalee
Hin xummuru naf jiraadhu
Hadhaa koo yaa tiruu
Kaan akka kee naaf ta, uu
Gonkomalee hin jiruu
Cabba koo cabdee
Dhukkubba koo
Dhukkubsaate anaaf
Jechaa daraaramtee
Anuuma guddisuf
Arsaa hedduu kanfaalte
Jiruu kee dhiftee jiruu koo
Jiraate ofi kee dagatee.
Anaa midhagsiitee
Dagadheen seete waan
Atii naaf tatte isaa anaaf
Jetee agaabu kee bultee
Hin dagadhu hadhaa koo
Waan atii naaf tatee
Arsaa heddu kanfaleen.
Si kununfadhaa waan
Hundda dhiseen
Si qofaaf jiraadhaa
Dhugaan sin jedhaa arme
Kuniimo waadaadhaa
Nagaa naaf ta, ii hedduun
Si jaaladhaa
.
Harmee.......
Irreechi Hora Finfinneetti waggaa 150 booda kabajamaa jira
Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee Waggaa 150 booda yeroo jalqabaatiif haala adda ta'een kabajamuu eegalee jira.
Ayyaana kanaaf namoonni jala bultiidhaan godinaalee Oromiyaa adda addaarraa dhufan hedduun isaanii addabaabayii masqalaa fi bakka Irreechi itti kabajamu fuullee bulan.
Barii saatii saddeet irraa eegaluunis bakka irreefannaa kana seenuuf hiriiraa akka turan riipportaroonni BBC achitti argaman mirkanneefataniiru.
Qeerroo fi foollenis poolisii tumsuudhaan sakatta'iinsi bakka hedduutti taasifamaa ture gargaaraa turan.
Oromoonni miiliyoonaan lakkaahaman ayyaana kanarratti argamanii irreefachaa kan jiran yoo tau hanga ammaatti ayyaanichi haala nagaa fi bareedaa ta'een kabajamaa jira.
Helikooptarris naannoo ayyaanni Irreechaa kuni itti kabajamurra naanna'uun waraqaa baga geessanii bittinsaa ture.
Namoonni ayyaanicharratti hirmaatanis, aarsaa cimaa sabni Oromoo waggoota darban keessa kanfaleen Irreechi hora Finfinnee deebi'uutti gammaduu himan.
Ayyaanicha bifa nagaan kabajuuttis hedduu akka gammadan dubbatan.

โ ๏ธODUU SIMBIRTUUโ ๏ธ
โ ODP Guyyaa Haraa Walga'ii Ariifachisaa Wamee Jiraa Sababni Isaa.......
๐ธOUR PRIMUER SPONSER๐ธ
๐ผWamiichaa Bilbilaa Kessanii Farfaanan Yookiin Wantoota Garaa Garaa Midhegfachuu Yoo Barbaadan Nuttii Dabaalama๐ฌ
๐ฅChannaliiwwan Afaan Oromoo Aadaa Fi Enyuuma Ummaataa Oromoo Ibsuu Danda'aan Kana Join Gochuu Odeefanoowwan Garaa Garaa Argaadha
๐Powered By
โ๏ธABPROMOTION
๐For Any Promotionโ ๏ธ
๐MELAL

Beeksisa Ariifachiisaa
#Taatota_Ni_Barbaadna
Fiilmii Naadaa Pictures Leeqaa Film Production Waliin ta'uunAs Magaala Finfinneetti Hojjetuuf Taatota Ni Barbaadna.
Iddoo Jireenyaa:- Finfinnee
Saala:- Dubara
Umurii:- 25-27
Hojjachuu warreen barbaaddan maqaa, lakk.bilbilaa, iddoo jireenyaa keessan barreessun suura dhaabii lama waliin erguun galmaa'aa
Sanbata Xiqqaafi Guddaa Screeen Test waan Jiruuf dafaa Galmaa'aa.
Odeeffannoo dabalataafi galmaa'u
+251926761099 @Kaachaalluu
+251988735287 @Knegn

Forwarded from Walaloon Jaalala (ยฅdnk ยฎ Kachu)
#Jaamboo_Jootee
Leza Award kaleessa galgala irratti adeemsifameen sirba qeenxee bara kanaa ta'uun filatameera. Badhaasichas harka Tashome Sisay Irraa fudhateera.
Baga Gammadde JJ
@Walaloon_Jaalala
Leza Award kaleessa galgala irratti adeemsifameen sirba qeenxee bara kanaa ta'uun filatameera. Badhaasichas harka Tashome Sisay Irraa fudhateera.
Baga Gammadde JJ
@Walaloon_Jaalala
โโBadhaasa Odaa 3ffaa (3rd Oda Award) Finfinneetti gaggeeffamera.
Dhaabbata Maltimiidiyaa Bashaatuu Tolamaariyaam fi Biiroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaan kan qophaa'e badhaasni Odaa yeroo 3ffaaf Onkololeessa 7/2012 magaala Finfinnee Hoteela Sharaatan Addisitti haala ho'aa ta'een gaggeeffame. Dameewwan 18'tin kaadhimamtoota 65 badhaasichaaf dorgomaniiru.
Badhaasni Odaa Aartii fi Artistoota Oromoo jajjabeessu irratti shoora ol'aanaa taphataa jira. Sagantaalee waggoottan lama darban gaggeeffaman irratti ogeessota 120 oliif beekkamtii fi badhaasa kennameera.
Baranas badhaasni Odaa 3ffaa kan bara 2011 Finfinneetti gaggeeffameen dameewwan 18'tin injifattootni ifa ta'aniiru. Isaanis:
1.Sirba qeenxee filatamaa - Yoosan Getaahun
2.Qindeessaa Muuziqaa cimaa - Anteeneh Tafarraa
3. Albama filatamaa - Baallii (Galaanaa Gaaromsaa)
4.Weellistuu haaraa - Margituu Warqinaa
5.Sirba ammayyaa filatamaa - Jaamboo Jootee
6.Wallee cimdii filatamaa - Jireenyaa Shifarraa fi Hawwii H/Yesuus
7.Weellistuu cimtuu - Maqdas Mallasaa
8. Kilippii Muuziqaa filatamaa - Muquxxaayee (Leencoo Gammachuu)
9.Fiilmii filatamaa - Miixuu
10.Taatee dubartii cimtuu - Zinnaash Olaanii (Fiilmii Miixuu)
11.Taatee dhiiraa cimaa - Soolan Admaasuu (Fiilmii Miixuu)
12. Sinimaatograafii filatamaa - Saamu'eel Addaamuu (Fiilmii Gatii Maatiirraa)
13. Gulaalaa Viidiyoo cimaa - Amansiisaa Ifaa 14.Iskiriiptii Fiilmii filatamaa - Fiilmii Gatii Maatii (Dagginnat Olqabaa)
15. Daayrektara cimaa - Biqilaa Asfaaw (Fiilmii Miixuurraa)

โโLooreet Tsaggaayee G/Madin ykn Roobaa Qawweessaa eenyu?
Looreet Tsaggaayeen bara 1928 Shawaa Lixaa naannoo Ambootti dhalatan. Barreeffama og-barruutiif jaalala qabaachuu kan agarsiisan mana barnootaa sadarkaa 1ffaatti jedhama.
Umurii isaanii waggaa 16'n mana barumsaa Jeneraal Wiinget kan Ingiliizin deeggaramu erga galanii ammoo dandeettii aartii isaanii
haalaan guddifachuu jalqaban.
Bara 1959 ammoo Ameerikaa., Kutaa Biyyaa Chikaagoo, Yuunivarsiitii Blackstone School of Law'tti carraa barnootaa argachuun deeman.
Booda gara biyyaatti deebi'uun Tiyaatira Biyyaalessaa dursuun hojii isaanii itti fufan.
Bara mootummaa Dargiis itti aanaa Ministira Aadaa fi Turizimii tahuun yeroo gabaabaaf kan hojjetan yoo tahu hundeeffama muummee Tiyaatiraa Yuunivarsiitii Finfinnee keessattis shoora olaanaa bahataniiru
jedha odeeffannon waa'ee isaanii toora interneetii Wikipedia irraa arganne.
Looreet Tsaggayeen hamma du'aan bara 1998 boqatanitti hojiilee gurguddoo biyya keessaa fi alatti isaan beeksise hojjetaniiru.
Og-barruu Itoophiyaa keessatti kabajaa Looreetummaa isaan
gonfachiise; hayyuu argachuu danda'anidha.
Looreet Tsaggaayee Gabramadihin walaloo, tiyaatira, taphoota gaggabaaboo fi dhedheeraa, diraamaa fi daayireektarummaan hayyuu
haalaan beekaman turan.
Waa'ee ateetee, sirna Gadaa, qaroomina ilmaan Kuush, galma AbbaaGadaa, Awash, Markaatoo, IIffaa, Abuna Pheexroos, Odaa, hojiilee Sheekispiir (Haamleetii fi Oteelloo), hojiilee jireenya ilma namaa, jibba, jaalala, gadda fi gammachuufi kaanis barreessaniiru.
Looreet Tsaggaayen walaloowwan isaanii afaan Amaaraa fi afaan Ingiliziin barreessuun maxxansiisaniiru.

Forwarded from Walaloon Jaalala (Keya A)
Muree mureetan ijaara
Yoo kosorruun mana taate
Maal ta'eetanuu aaraa
Jarroo mataarra na yaatee
Jaartiin ganda abbaa disaasaa
Dubbattee dubbii dhoksaa
Amman ofirraa si yaasa
Quufakee maalsaan obsaa
Hin geeraru mararoo
Sirbeen garaakoo kuta
Waanan yaade dubbadheen
Marrookoollee itti buta
Allaattiin cilaaloorraa
Gaaraa gungumaa buutee
Akka waan humna qabduu
Lafayyuu hankaattee duute
Marroonkoo dubbii qaba
Yoon dhiises maal abbaasaa
Obseera hamma obsaa
Amma sirran bobbaasa
Hin tuqin hiree kiyya
Gombisaa koollee hin horfin
Jaalladhee qofaan taane
Gowwaa na seetee hin kolfin
Naaf dabarti barrillee
Sodaakee hin gatantaru
Ayyaantuu hedduun qaba
Sobakee sirraa hin baru
Qorra gaara walaluu
Darbeera ciniinnadhee
Har'as ittin wallaalu
Doorsisakee rifadhee
Nan jiraadha gootomee
Pherphersa abbaa keetii
Gadhee waliin taphannaan
Har'umee nama seeti
Marroonkoo egaa gaheera
Nan dubbadha bilisaan
Akka durii irran darbu
Quufa kankee callisaan
Gati siyaasa dharaa
Hin gowwomsin haadhakoo
Akkasitti yoo deemte
Siif hin gaddu yaadikoo
Akuukkuutti himatanii
Basaastuun diina horsiisti
Afuuftuutti himatanii
Dubbii nama corsiifti
Ekeraan erga yoomii
Lubbuun keessaa wixxiftee
Sobduun gaaf-meeqa kaatee
Roorroo nurraa facciftee
Suma wayya #kutanno
Marroon barris kan keeti
Waaqni maqaakee ol-kaase
Gootummaakee akeekeeti.!
โโ via @AbdiMegersa
@Walaloon_Jaalala
Yoo kosorruun mana taate
Maal ta'eetanuu aaraa
Jarroo mataarra na yaatee
Jaartiin ganda abbaa disaasaa
Dubbattee dubbii dhoksaa
Amman ofirraa si yaasa
Quufakee maalsaan obsaa
Hin geeraru mararoo
Sirbeen garaakoo kuta
Waanan yaade dubbadheen
Marrookoollee itti buta
Allaattiin cilaaloorraa
Gaaraa gungumaa buutee
Akka waan humna qabduu
Lafayyuu hankaattee duute
Marroonkoo dubbii qaba
Yoon dhiises maal abbaasaa
Obseera hamma obsaa
Amma sirran bobbaasa
Hin tuqin hiree kiyya
Gombisaa koollee hin horfin
Jaalladhee qofaan taane
Gowwaa na seetee hin kolfin
Naaf dabarti barrillee
Sodaakee hin gatantaru
Ayyaantuu hedduun qaba
Sobakee sirraa hin baru
Qorra gaara walaluu
Darbeera ciniinnadhee
Har'as ittin wallaalu
Doorsisakee rifadhee
Nan jiraadha gootomee
Pherphersa abbaa keetii
Gadhee waliin taphannaan
Har'umee nama seeti
Marroonkoo egaa gaheera
Nan dubbadha bilisaan
Akka durii irran darbu
Quufa kankee callisaan
Gati siyaasa dharaa
Hin gowwomsin haadhakoo
Akkasitti yoo deemte
Siif hin gaddu yaadikoo
Akuukkuutti himatanii
Basaastuun diina horsiisti
Afuuftuutti himatanii
Dubbii nama corsiifti
Ekeraan erga yoomii
Lubbuun keessaa wixxiftee
Sobduun gaaf-meeqa kaatee
Roorroo nurraa facciftee
Suma wayya #kutanno
Marroon barris kan keeti
Waaqni maqaakee ol-kaase
Gootummaakee akeekeeti.!
โโ via @AbdiMegersa
@Walaloon_Jaalala
Artiistiifi qabsawaa Oromoo kabajamaa fi jaallatamaa Ibraahiim Adam(Faffacaanee) yeroo ammaa kana baayyee irrafatame rakkachaa jira. Yeroo rakkisaa sana keessatti Uummata keenya Oromoof sagalee ta'aa tureera. Namni akkas qabsawaa ture kunoo har'a rakkatee rakkoo keessa jira. Gaafa du'an walii bo'uurra gaafa lubbuun jiran wal gargaaruu wayya.
Ani obboleessi kee
Lataa ilmi Qana'ii
Gadi qabeen sitti hima
Gadi qabii dhaga'i...
"Hin ta'u" jedhii didi
Afaan qabi gomattuu
Tokkummaa kee kaleessaa
Hin sharafiin homattuu!
Kaleessa:
Waan akka dhagaa jabaatu
Sukkuumtee daakuu hin goonee?
Harka kee qullaa baatee
Taankiifi rasaasa hin moonee?
Tulluu sobaan dhaabbate
Buqqiftee hin gangalchinee
Warra iddoottin si galcha jedhe
Ati iddootti hin galchinee?
Har'a:
Walirra faffagaachuuf
Maaf uuruu dheerafatta?
Dhiiga kee gedderta moo
Hidda kee kuttee gatta?
Utuma ooltee hin buliin
Galmee seenaa awwaaltee?
Tokkummaan kee diigamnaan
Akka cabdu wallaaltee?
Lakkii adda hin faca'iin
Akka ilmoolee bofaa
Waaqaa gaditti kan si kabachiisu
Tokko ta'uu kee qofa!
Lataa ilmi Qana'ii
Gadi qabeen sitti hima
Gadi qabii dhaga'i...
"Hin ta'u" jedhii didi
Afaan qabi gomattuu
Tokkummaa kee kaleessaa
Hin sharafiin homattuu!
Kaleessa:
Waan akka dhagaa jabaatu
Sukkuumtee daakuu hin goonee?
Harka kee qullaa baatee
Taankiifi rasaasa hin moonee?
Tulluu sobaan dhaabbate
Buqqiftee hin gangalchinee
Warra iddoottin si galcha jedhe
Ati iddootti hin galchinee?
Har'a:
Walirra faffagaachuuf
Maaf uuruu dheerafatta?
Dhiiga kee gedderta moo
Hidda kee kuttee gatta?
Utuma ooltee hin buliin
Galmee seenaa awwaaltee?
Tokkummaan kee diigamnaan
Akka cabdu wallaaltee?
Lakkii adda hin faca'iin
Akka ilmoolee bofaa
Waaqaa gaditti kan si kabachiisu
Tokko ta'uu kee qofa!
Chaanaalii keenya YouTube Subscribe gochuun video garagaraan Bohaaraa.
Subscribe
Subscribe
Like
Share
https://www.youtube.com/channel/UCQuyOqnWwJ1NASS7LkBy5iQ
Subscribe
Subscribe
Like
Share
https://www.youtube.com/channel/UCQuyOqnWwJ1NASS7LkBy5iQ
YouTube
Kaachuu
Baga Nagaan Dhuftan Jaalattoonni Aartii Afaan Oromoo Subscribe gochuu hin dagatinaa
Welcome To New Generation Art World
#Subscribe #Share
Welcome To New Generation Art World
#Subscribe #Share