Payoneer mastercard akkamitti baafachuu dandeenya?
🟢 🟢 🟢 🟢 🟢
Jalqaba gara payoneer.com imaluun ykn app payoneer buufannee sign up goona. Passport dirqama isin barbaachisa. Address isaa bakka amma jiraattan galchitu!
Erga account banannee booda, gama address verification deemna. Step baay’ee ulfaataan isa kana. Gama sadiin verify gochuu dandeenya:
- bank statement ❌
- utility bill ❌
- rental agreement ✅
👉 Bank statement: inni kun transaction account keetirratti raawwatame kan tarreessuudha. Bank statement biyya keenyaa yeroo heddu address hin qabu, yookiin odeeffannoo gahaa tahe ufirraa hin qabu waan taheef payoneer hin fudhatu. Kanaafuu an kana recommend hin godhu.
👉 Utility bill : kun kaffaltii bishaanii, ibsaa fi tajaajiloota hawaasaa gara garaaf isin kafaltaniidha. Inni kunis biyya keenyatti yeroo heddu address ofirraa waan hin qabneef, an kanatti isin hin gorsu.
✅ rental agreement : inni kun walii galtee mana kiraa isiniifi nama mana isinii kireesse jiddutti ta’uudha. Biyya keenyatti document kireeffachuu kee ibsu yeroo baay’ee hin mallatteeffamu, walii galteedhaan ta’a. Nuti garuu payoneer’iif jennee walii galtee kana afaan ingiliffaan qopheessinee ittiin address verify godhachuu dandeenya.
Akkamitti ?
➡️ document kun kan ji’a sadi darbe ta’uu hin qabu.
➡️ maqaa kee(kireeffataa), maqaa kireessaa, iddoo argama manichaa, mallattoo keefi kan kireessaa ofirraa qabaachuu qaba.
➡️ hammamiif akka mana san keessa jiraachuuf deemtuufi walii galtichi turtii hangam hangamiin akka haaromfamu ibsamuu qaba.
➡️ ji’aan qarshii meeqa akka kafaltuufi manichi hangam akka bal’atu ykn kutaalee meeqa akka qabu ibsamuu qaba.
➡️
🟢 DIRQAMA mana kireeffachuun isinirra hin jiraatu. Document sobaa address keessaniin wal simu hojjattanii ittiin approve gochuu dandeessu.
✔️ Documenticha isiniif yaabbisa. Garuu edit gochuu qabdu. Bakkeewwan isin barbaachisan mallattoo diimaan dibee isinitti garsiisa.
🔘 documenticha barbaadduu? Like’n nu garsiisaa mee 👍
Jalqaba gara payoneer.com imaluun ykn app payoneer buufannee sign up goona. Passport dirqama isin barbaachisa. Address isaa bakka amma jiraattan galchitu!
Erga account banannee booda, gama address verification deemna. Step baay’ee ulfaataan isa kana. Gama sadiin verify gochuu dandeenya:
- bank statement ❌
- utility bill ❌
- rental agreement ✅
👉 Bank statement: inni kun transaction account keetirratti raawwatame kan tarreessuudha. Bank statement biyya keenyaa yeroo heddu address hin qabu, yookiin odeeffannoo gahaa tahe ufirraa hin qabu waan taheef payoneer hin fudhatu. Kanaafuu an kana recommend hin godhu.
👉 Utility bill : kun kaffaltii bishaanii, ibsaa fi tajaajiloota hawaasaa gara garaaf isin kafaltaniidha. Inni kunis biyya keenyatti yeroo heddu address ofirraa waan hin qabneef, an kanatti isin hin gorsu.
✅ rental agreement : inni kun walii galtee mana kiraa isiniifi nama mana isinii kireesse jiddutti ta’uudha. Biyya keenyatti document kireeffachuu kee ibsu yeroo baay’ee hin mallatteeffamu, walii galteedhaan ta’a. Nuti garuu payoneer’iif jennee walii galtee kana afaan ingiliffaan qopheessinee ittiin address verify godhachuu dandeenya.
Akkamitti ?
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍24❤7
OS tech solutions
Payoneer mastercard akkamitti baafachuu dandeenya? 🟢 🟢 🟢 🟢 🟢 Jalqaba gara payoneer.com imaluun ykn app payoneer buufannee sign up goona. Passport dirqama isin barbaachisa. Address isaa bakka amma jiraattan galchitu! Erga account banannee booda, gama address…
Dokumentichi isa kana
📌 📌 📌
Rental agreement template for payoneer 👇
➖ ➖ ➖
https://www.scribd.com/document/694997193/payoneer-rental-Agreement
Rental agreement template for payoneer 👇
https://www.scribd.com/document/694997193/payoneer-rental-Agreement
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍7❤2
OS tech solutions pinned «Dokumentichi isa kana 📌 📌 📌 Rental agreement template for payoneer 👇 ➖ ➖ ➖ https://www.scribd.com/document/694997193/payoneer-rental-Agreement»
Jechoota akka Crypto mining, Tapswap, hamster, Airdrop, Notcoin fa’a dhageessanii jirtu ta’a. Dhuguma maallaqa argamsiisu moo yeroo gubuudha?? Waa’ee jara kanaa bal’inaan baruu feetuu?
(👍) = like 25 booda bal’inaan isiniif maxxansina.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍47❤8
Airdrop maali?
Akka promotion/advertisement’tti ilaaluu dandeenya.
@orosoft
Fakkeenyota airdrop kana duraa:-
@orosoft
Amma immoo telegram airdrops jiran:-
Fakkeenya Hamster(HMSTR) dhiheenya kana pre sale’dhaan kucoin fi gate.io irratti token 5000 doolaara $0.369’n gurguramaa ture.
Kan biraa immoo kun fulltime job miti! expectation keessan gad buusuun yeroo boqonnaa qabdanitti qofa hojjadhaan dhaamsa kooti.
@orosoft
Gaafiiwwan keessan maxxansa kana jalatti comment keessan barreessuun gaafachuu dandeessu.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍17❤1
🔥Baga Gammaddan Bilbila keessaniin Carra qabeessa qofaafi Namoonni Carraan kun isin gahe baga gammaddan Link gadii namoota muraasaaf hojjata carraa keessan yaalaa.
👇👇👇👇👇
https://bit.ly/3vl73v
👇👇👇👇👇
https://bit.ly/3vl73v
🤑BLUM, NOT coin’tti aanee, Airdrop baay'ee abdachiisaa ta’eedha.
Blum: Binance Labs, BNB Chain, fi CoinMarketCap’n deeggaramuudha. Airdrop kun kanneen biroo irraa kan adda isa taasisu, namoonni projecticha duuba jiran kan beekkamaniidha.
Gareen cimaan kun muuxannoo guddaa qaba. Airdrop kun dhuma waggaa irratti (ji’a 4 asitti) qoodamuu danda’a jedhamee shakkama.
Isinis linkii kanaan seentanii, game salphaa kana taphachuun kennaa kana qoodachuu dandeessu.
https://t.me/BlumCryptoBot/app
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤4👍3
NAMOONNI KUMA 50,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !!
Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !!
👇👇👇👇👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Google Play
English Afaan Oromo Dictionary - Apps on Google Play
70k+ English - Afaan Oromo words with fast search and quizzes.
❤7👍1
OS tech solutions pinned «🌳 🌳 🌳 🌳 🌳 🌳 🔤 🔤 🔤 🔤 🔤 🔤 🔤 🔤 🔤 🔤 🔤 🔤 🔤 🔤 🔤 🌳 🌳 🌳 🌳 🌳 🌳 NAMOONNI KUMA 50,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !! 🌳 🌳 🌳 🌳 🌳 🌳 Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !! 👇👇👇👇👇 https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo»
Guyyatti $100 ol argachuuf bilbilaaf interneetii qofa si barbaachisa. Ammuma app kana buufadhuu hojii eegali.
👇👇
https://is.gd/AlVX89
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🔥4
Challenge haaraa maallaqa argamsiisu, qopheessinee jirra. Innis namoota gara garee @redpixelgroup add gochuun kan qarshii ittiin argattaniidha.
Rate : Namoota 4f, qarshii 1 kan isiniif kafallu ta’a.
Kafaltiin gaafa qarshii 50 fi sanaa ol ta’e isiniif kafalama.
Akkaataa hirmaannaa keessanii irratti hundaa’uun qarshiin dabalataa kan isiniif kafalamu ta’a.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍5🔥5❤2
OS tech solutions pinned «⚡️ ⚡️ ⚡️ ⚡️ ⚡️ ⚡️ Challenge haaraa maallaqa argamsiisu, qopheessinee jirra. Innis namoota gara garee @redpixelgroup add gochuun kan qarshii ittiin argattaniidha. Rate : Namoota 4f, qarshii 1 kan isiniif kafallu ta’a. Kafaltiin gaafa qarshii 50 fi sanaa ol ta’e…»
OS tech solutions
Badhaafamaan jalqabaa kunooti. Isinis ammuma hiriyoota keessan gara @redpixelgroup add gochuun badhaafamaa.
🔥5❤4
Dogs har’a gabaaf dhihaate. Gatiin Dogs tokkoo, doolaara $0.0013779 dha. Kana jechuun namni dogs 100,00 qabu doolaara $136.79 argata akka jechuuti. Isin dogs meeqa argattan?
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍8
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤5
Badhaafamaa har’aa!
Isinis Hiriyoota keessan gara garee @redpixelgroup add gochuun badhaafamaa!!
Isinis Hiriyoota keessan gara garee @redpixelgroup add gochuun badhaafamaa!!
👍5🔥1