OS tech solutions
2.17K subscribers
134 photos
3 videos
138 files
262 links
Download Telegram
🟒🟒🟒🟒🟒🟒
Turing.com beektuu??

➑️➑️➑️➑️➑️➑️
Turing platform dhaabbata biiznasii remote software developers waliin wal qunnamsiisuudha. Dhaabbanni kanneen akka Open AI, pepsi, Reddit, disney fi dhaabbatoota of dhoksan kanneen akka Open AI dabalatee marsaa kanarraan remote software developers qacaru. Marsaa kana developers hedduutu fayyadama. Keessattuu namoonni remote software jobs bifa kontiraataan barbaadan turing filatu. Turing account erga banannee booda skill filannee challenge jiran erga darbinee booda hojiin siif barbaadamuu jalqaba. Interviews jiran booda contract isiniif gala. Sana booda hourly rate galchiteen siif kaffalama jechuudha. Yeroo hojii hojjattu tracking software kanneen akka β€œHubstaff” itti dhimma ba’ama.

βž–βž–βž–βž–βž–
Ammatti Ethiopia’n list of supported countries keessaa dhiheenya kana baafamtus eenyummee banachuun gaariidha. Namoonni software developer taatan eenyummee keessan uumachuu dandeessu.🟒🟒🟒

@orosoft
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘12❀4
Telegram’s new feature πŸ‘Œ
Payoneer mastercard barbaadduu??

Akkaataa itti baafachuu dandeessan isiniif hima, jalqaba like 20 !!
πŸ‘43❀4πŸ”₯4
Payoneer mastercard akkamitti baafachuu dandeenya?

🟒🟒🟒🟒🟒

Jalqaba gara payoneer.com imaluun ykn app payoneer buufannee sign up goona. Passport dirqama isin barbaachisa. Address isaa bakka amma jiraattan galchitu!

Erga account banannee booda, gama address verification deemna. Step baay’ee ulfaataan isa kana. Gama sadiin verify gochuu dandeenya:
- bank statement ❌
- utility bill ❌
- rental agreement βœ…

πŸ‘‰ Bank statement: inni kun transaction account keetirratti raawwatame kan tarreessuudha. Bank statement biyya keenyaa yeroo heddu address hin qabu, yookiin odeeffannoo gahaa tahe ufirraa hin qabu waan taheef payoneer hin fudhatu. Kanaafuu an kana recommend hin godhu.

πŸ‘‰ Utility bill : kun kaffaltii bishaanii, ibsaa fi tajaajiloota hawaasaa gara garaaf isin kafaltaniidha. Inni kunis biyya keenyatti yeroo heddu address ofirraa waan hin qabneef, an kanatti isin hin gorsu.

βœ… rental agreement : inni kun walii galtee mana kiraa isiniifi nama mana isinii kireesse jiddutti ta’uudha. Biyya keenyatti document kireeffachuu kee ibsu yeroo baay’ee hin mallatteeffamu, walii galteedhaan ta’a. Nuti garuu payoneer’iif jennee walii galtee kana afaan ingiliffaan qopheessinee ittiin address verify godhachuu dandeenya.

Akkamitti ?
➑️ document kun kan ji’a sadi darbe ta’uu hin qabu.
➑️ maqaa kee(kireeffataa), maqaa kireessaa, iddoo argama manichaa, mallattoo keefi kan kireessaa ofirraa qabaachuu qaba.
➑️ hammamiif akka mana san keessa jiraachuuf deemtuufi walii galtichi turtii hangam hangamiin akka haaromfamu ibsamuu qaba.
➑️ ji’aan qarshii meeqa akka kafaltuufi manichi hangam akka bal’atu ykn kutaalee meeqa akka qabu ibsamuu qaba.
➑️

🟒 DIRQAMA mana kireeffachuun isinirra hin jiraatu. Document sobaa address keessaniin wal simu hojjattanii ittiin approve gochuu dandeessu.


βœ”οΈ Documenticha isiniif yaabbisa. Garuu edit gochuu qabdu. Bakkeewwan isin barbaachisan mallattoo diimaan dibee isinitti garsiisa.


πŸ”˜ documenticha barbaadduu? Like’n nu garsiisaa mee πŸ‘
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘24❀7
OS tech solutions pinned Β«Dokumentichi isa kana πŸ“ŒπŸ“ŒπŸ“Œ Rental agreement template for payoneer πŸ‘‡ βž–βž–βž– https://www.scribd.com/document/694997193/payoneer-rental-AgreementΒ»
⚑️⚑️⚑️⚑️⚑️⚑️

Jechoota akka Crypto mining, Tapswap, hamster, Airdrop, Notcoin fa’a dhageessanii jirtu ta’a. Dhuguma maallaqa argamsiisu moo yeroo gubuudha?? Waa’ee jara kanaa bal’inaan baruu feetuu?

(πŸ‘) = like 25 booda bal’inaan isiniif maxxansina.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘47❀8
🐹🐹🐹🐹🐹🐹

Airdrop maali?

🐹🐹🐹🐹🐹🐹


🐹 Cryptocurrency keessatti airdrop jechuun kennaa tolaa jechuudha. Dhaabbanni tokko maallaqa dijitaalaa isaa gad lakkisuuf jalqaba fudhatama argachuuf kennaa inni fayyadamtootaaf tola kennu jechuudha.

⚑ Yeroo tokko tokko, saantima/token kana kan argattu galmaa'uu ykn qaama hawaasa onlaayinii murtaa'e tokkoo ta'uu qofaani. Yeroo tokko tokko namoota dursa galmaa’aniif kennama. Yeroo tokko tokko namoota game taphataniif kennama.

⚑ Dhaabbanni, pirojektichi xiyyeeffannoo hawwachuu fi namoonni maallaqa dijitaalaa isaanii haaraa kanaaf fedhii akka qabaatan karaa itti nama amansiisaniidha.
Akka promotion/advertisement’tti ilaaluu dandeenya.

@orosoft

Fakkeenyota airdrop kana duraa:-
➑️ Uniswap(UNI) - 2020 keessa UNI 400 namoota platform isaanii fayyadamaa turaniif kennee ture.
➑️ Stellar (XLM) - 2018 keessa blockchain.com wajjiin ta’uun XLM maallaqa doolaara miiliyeena $125 baasu fayyadamtootaaf tola kennee ture.
➑️ Decred (DCR) - 2016 keessa DCR 258,000 keessa fayyadamtoota duraa(early users)f kennee ture.
➑️ Algorand (ALGO), Notcoin fi kkf hedduutu ture.

@orosoft

Amma immoo telegram airdrops jiran:-
➑️Tapswap
➑️Hamster combat
➑️Blum
➑️YesCoin
➑️Catizen
➑️PixelVerse
➑️GemZ
➑️MemeFi
➑️HotWallet fi kkf

🐹 Erga waa’ee airdrop hubannee, waa’ee tap tap biyya keessa faca’ee kanas sirritti hubanne jedheen yaada.

πŸ“Œ tap tap waan gooneef qofa qarshii arganna osoo hin taane, dhaabbatichi wantoota heddu ilaaluun reward/token nuuf kenna malee coin miliyeena 2 hojjanneef miiliyeenota arganna jechuu miti. Hamster’s ta’ee tapswap tokko doolaara meeqaan akka list ta’u wanti beekame hin jiru.

Fakkeenya Hamster(HMSTR) dhiheenya kana pre sale’dhaan kucoin fi gate.io irratti token 5000 doolaara $0.369’n gurguramaa ture.

Kan biraa immoo kun fulltime job miti! expectation keessan gad buusuun yeroo boqonnaa qabdanitti qofa hojjadhaan dhaamsa kooti.

βœ”οΈ osoma jennu, Binance National ID’dhaan verify gochuu dandeessu.

@orosoft
Gaafiiwwan keessan maxxansa kana jalatti comment keessan barreessuun gaafachuu dandeessu.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘17❀1
Gatiin sharafa biyya alaa hamma ta’e ol dabalee jira.
❀9
πŸ”₯Baga Gammaddan Bilbila keessaniin Carra qabeessa qofaafi Namoonni Carraan kun isin gahe baga gammaddan Link gadii namoota muraasaaf hojjata carraa keessan yaalaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://bit.ly/3vl73v
πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘

πŸ€‘BLUM, NOT coin’tti aanee, Airdrop baay'ee abdachiisaa ta’eedha.

🐹🐹🐹🐹🐹

Blum: Binance Labs, BNB Chain, fi CoinMarketCap’n deeggaramuudha. Airdrop kun kanneen biroo irraa kan adda isa taasisu, namoonni projecticha duuba jiran kan beekkamaniidha.

Gareen cimaan kun muuxannoo guddaa qaba. Airdrop kun dhuma waggaa irratti (ji’a 4 asitti) qoodamuu danda’a jedhamee shakkama.

Isinis linkii kanaan seentanii, game salphaa kana taphachuun kennaa kana qoodachuu dandeessu.

https://t.me/BlumCryptoBot/app

πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘πŸ€‘
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀4πŸ‘3
🌳🌳🌳🌳🌳🌳

πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€
πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€

🌳🌳🌳🌳🌳🌳

NAMOONNI KUMA 50,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !!

🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀7πŸ‘1
OS tech solutions pinned «🌳🌳🌳🌳🌳🌳 πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€ πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€πŸ”€ 🌳🌳🌳🌳🌳🌳 NAMOONNI KUMA 50,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !! 🌳🌳🌳🌳🌳🌳 Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !! πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororoΒ»
⚑️⚑️⚑️⚑️⚑️⚑️

Guyyatti $100 ol argachuuf bilbilaaf interneetii qofa si barbaachisa. Ammuma app kana buufadhuu hojii eegali.
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://is.gd/AlVX89
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ”₯4
⚑️⚑️⚑️⚑️⚑️⚑️

Challenge haaraa maallaqa argamsiisu, qopheessinee jirra. Innis namoota gara garee @redpixelgroup add gochuun kan qarshii ittiin argattaniidha.

Rate : Namoota 4f, qarshii 1 kan isiniif kafallu ta’a.

Kafaltiin gaafa qarshii 50 fi sanaa ol ta’e isiniif kafalama.
Akkaataa hirmaannaa keessanii irratti hundaa’uun qarshiin dabalataa kan isiniif kafalamu ta’a.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘5πŸ”₯5❀2
OS tech solutions pinned «⚑️⚑️⚑️⚑️⚑️⚑️ Challenge haaraa maallaqa argamsiisu, qopheessinee jirra. Innis namoota gara garee @redpixelgroup add gochuun kan qarshii ittiin argattaniidha. Rate : Namoota 4f, qarshii 1 kan isiniif kafallu ta’a. Kafaltiin gaafa qarshii 50 fi sanaa ol ta’e…»
Badhaafamaa har’aa!
Isinis Hiriyoota keessan gara garee @redpixelgroup add gochuun badhaafamaa!!
πŸ”₯4