AI ykn Artificial intelligence akka malee odeeffamaa/trending ta'ee jira. keessattuu suuraawwan AI'n maddisiifaman miidiyaalee hawaasaa garaa garaa irratti akka malee trend ta'aa jiru.
Dhaabbanni AI models kanneen duuba jiru "Open AI" jedhama. dhaabbatichi bara 2015 Elon Musk, ceo sam altman fi namoota biroon hundaa'e. moodeelonni "Chat GPT" fi "Dall -E" jedhaman beekkamtii guddaa argataniiru. ChatGPT'n chatbot gaafiiwwan garaa garaaf deebii deebisu yommuu ta'u, DALL-E'n immoo barreeffama fayyadamtoonni kennan irratti hundaa'uun suuraawwaan maddisiisa.
Suuraawwan armaan olitti argitan kunneen DALL-E dhaan kan maddisiifaman yommuu ta'u, barreeffama an kenneef "A beautiful Ethiopian Oromo woman dressed in white clothes with red and black stripes." barreeffama jedhurraa ka'uudhaan kan naaf maddisiiseedha.
Isinis model kanneen fayyadamuuf gara
https://chat.openai.com
deemuudhaan account keessan banattanii fayyadamuu dandeessu. ChatGPT 3.5 tola fayyadamuu dandeessu. DALL-E garuu account keessan gara GPT-4 upgrade gochuun fayyadamuu dandeessu. DALL-E Tola fayyadamuuf immoo gara
https://bing.com/images/create/ deemuun eenyummee microsoft'n seentanii fayyadamuu dandeessu.
share gochuun hiriyoota keessan biraan gahuu dandeessu.
@orosoft
mosaajjiiwwan uummataa.

π14β€6π₯1
AI seenaa biraa keessa jira. hojiin artistootaa fi gulaaltota suuraa AI kanneeniin Waan dhuunfatame isinitti hin fakkaatuu? bara 2023 kana ai kun addunyaa akka malee raasaa ture. sadarkaa yaada sammuu kee keessa jiru ai'chatti himtee sekondoota muraasa keessatti suuricha siif maddisiisu irra geenyeerra. maal suuraa maddisiisuu qofa, gama sagalee, ppt, design fi kanneen biroos kan hojjatan hedduutu jira.
Fakkeenyaaf:
β suuraawwan dhugaa fakkaatan uumuu.
fkn: Dall-e
β sagalee nama tokkoo kan nama biroon jijjiiruu, voice swap.
fkn: voice.ai
β haasaa nama wajjiin taasisuufi deebii deebisuu
fkn: chatgpt
β presentation hojjachuu
fkn: tome.app
β sagalee fi meeshaalee muuziqaa gargar baasuu
fkn: moises.ai
β haasaa gara barreeffamaatti (transcription) jijjiiruu, live irratti
fkn: otter.ai
β dogongoroota seerlugaa adda baasuu
fkn: grammarly
β code barreessuu
fkn: github copilot
β automation
fkn: zapier
β design
fkn: midjourney
babal'inni ai namoota heddu hojii dhabsiisuun isaa waan hin oolle . waan gara fuulduraatti ta'u wajjumaan ilaalla.

π19β€7
Namoonni telegram premium qabdan chaanaalii kana boost gochuuf linkii kana fayyadamuu dandeessu.
https://t.me/orosoft?boost
https://t.me/orosoft?boost
Telegram
OROSOFT TECHNOLOGIES
Boost this channel to enable it to post stories.
β€4
AI(artificial intelligence) maal akka taβe viidiyoo kana keessatti balβinaan ibsameera. Daawwadhaa. ππ
https://vm.tiktok.com/ZM6adanrq/
https://vm.tiktok.com/ZM6adanrq/
π5
Waaβee Tesla Cybertruck quba qabduu?
Konkolaataan kun boca rog sadee kan qabuufi konkolaataawwan kanaan dura oomishaman irraa bifa addaan kan dhufeedha.
Bulletproof ykn qalawii rasaasaa kan dhoorku/hin seensisne yoo taβu, fully electric/ guutuun guututti chaarjii electrikaan hojjata. Balbala afur, iddoo meeshaa itti feβan balβaa, screeniiwwan akka daawwitiitti tajaajilan, goommaa afran al takka marfaman kan bakka xinnoo keessatti marfachuu salphisan fi saffisa hanga 210km/hr taβe qaba. Ammatti maallaqa $61,000 - $100,000tti tilmaamama.
Dhaabbata teslaβn kan oomishame yoo taβu dhaabbatichi kan namoota hedduuti. Haa taβu malee βElon muskβ share guddaa qaba.
Viidiyoon balβinaan akka hojjatamuuf 30 likes(π) booda ni hojjatama.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π21β€5π₯3
Forwarded from Stickers Bot
Stats for the sticker set Nagaa by @orosoft:
Usage today: 3
Installed today: 0
Removed today: 0
Usage yesterday: 69
Installed yesterday: 6
Removed yesterday: 2
Total usage: 388637
Total installed: 30352
Total removed: 5176
(Total β since 12 pm UTC, 09/17/2015)
To get stats for a particular day, month or year, send me a message in the format MM/DD/YYYY, MM/YYYY or YYYY.

OS tech solutions
β Sticker
Sticker kanneen erga hojjannee waggaa 8 fi jiβa 5 guutee jira. Siβa 388,637 ol itti fayyadamameera. Ammayyuu nama 30,000 oltu feβatee itti fayyadamaa jira.
@orosoft
Mosaajjiiwwan uummataa!
@orosoft
Mosaajjiiwwan uummataa!
π7
Akkuma barreeffama gara suuraatti jijjiiruun dandaβame amma ammoo barreeffama gara viidiyootti jijjiiruun dandaβameera. Open AI moodeela SORA jedhamu irratti hojjachaa jiru. Moodeelichi viidiyoo hamma sekondii 60 maddisiisuu dandaβa.
https://www.linkedin.com/posts/openai_generated-by-openais-text-to-video-ai-model-ugcPost-7163959936975138816-SFah?utm_source=share&utm_medium=member_ios
https://www.linkedin.com/posts/openai_generated-by-openais-text-to-video-ai-model-ugcPost-7163959936975138816-SFah?utm_source=share&utm_medium=member_ios
Linkedin
Introducing Sora, our text-to-video model. | OpenAI
Introducing Sora, our text-to-video model.
Sora can create videos of up to 60 seconds featuring highly detailed scenes, complex camera motion, and multiple characters with vibrant emotions.
Weβll be taking several important safety steps ahead of makingβ¦

π2β€1
This article was written by ChatGPT, and the picture was made using DALL-E.
https://orosoftblog.blogspot.com/2024/02/mastering-art-of-cryptocurrency-trading.html
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Blogspot
Mastering the Art of Cryptocurrency Trading: Simple Strategies for Success
Master cryptocurrency trading with simple strategies for success. Start small, diversify, and manage risk effectively.
π6