OS tech solutions
2.17K subscribers
134 photos
3 videos
138 files
262 links
Download Telegram
Dorgommiin marsaa 1ffaa xumurameera.
=====
Badhaafamtoonni torban kanaa :
=====
1ffaa : Abdi. J
2ffaa : Roba
3ffaa : Liberal
baga gammaddan.

=====
Dorgommiin itti aanu yoomiifi akkam akka ta'e dursinee kan isin beeksisnu ta'a.

@orosoft
Mosaajjiiwwan Uummataa
πŸ‘15❀3
Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
🌳🌳🌳🌳🌳🌳
NAMOONNI KUMA 20,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !!
🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
πŸ‘11
🌳🌳🌳🌳🌳🌳
NAMOONNI KUMA 25,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !!
🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
πŸ‘5
πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ”  πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ…°οΈπŸ” πŸ” 
πŸ–€β€οΈπŸ€ πŸ–€β€οΈπŸ€

🌳🌳🌳🌳🌳🌳
NAMOONNI KUMA 50,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !!
🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘11❀3
==========
SEERLUGAA
==========

Seerlugaa fooyyee haaraa kana ammuma haaromfadhaa.
---
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.seerlugaa
πŸ‘17❀6
πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” 
πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ” πŸ…°οΈπŸ” πŸ” 
πŸ–€β€οΈπŸ€ πŸ–€β€οΈπŸ€

🌳🌳🌳🌳🌳🌳
NAMOONNI KUMA 50,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !!
🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀10πŸ‘5
AI ykn Artificial intelligence akka malee odeeffamaa/trending ta'ee jira. keessattuu suuraawwan AI'n maddisiifaman miidiyaalee hawaasaa garaa garaa irratti akka malee trend ta'aa jiru.

Dhaabbanni AI models kanneen duuba jiru "Open AI" jedhama. dhaabbatichi bara 2015 Elon Musk, ceo sam altman fi namoota biroon hundaa'e. moodeelonni "Chat GPT" fi "Dall -E" jedhaman beekkamtii guddaa argataniiru. ChatGPT'n chatbot gaafiiwwan garaa garaaf deebii deebisu yommuu ta'u, DALL-E'n immoo barreeffama fayyadamtoonni kennan irratti hundaa'uun suuraawwaan maddisiisa.

Suuraawwan armaan olitti argitan kunneen DALL-E dhaan kan maddisiifaman yommuu ta'u, barreeffama an kenneef "A beautiful Ethiopian Oromo woman dressed in white clothes with red and black stripes." barreeffama jedhurraa ka'uudhaan kan naaf maddisiiseedha.

Isinis model kanneen fayyadamuuf gara
https://chat.openai.com
deemuudhaan account keessan banattanii fayyadamuu dandeessu. ChatGPT 3.5 tola fayyadamuu dandeessu. DALL-E garuu account keessan gara GPT-4 upgrade gochuun fayyadamuu dandeessu. DALL-E Tola fayyadamuuf immoo gara
https://bing.com/images/create/ deemuun eenyummee microsoft'n seentanii fayyadamuu dandeessu.

share gochuun hiriyoota keessan biraan gahuu dandeessu.

@orosoft
mosaajjiiwwan uummataa.
πŸ‘14❀6πŸ”₯1
Channel photo updated
Logo keenya haaraa πŸ‘†
Jaalattanii?
❀21πŸ‘5πŸ”₯3
AI seenaa biraa keessa jira. hojiin artistootaa fi gulaaltota suuraa AI kanneeniin Waan dhuunfatame isinitti hin fakkaatuu? bara 2023 kana ai kun addunyaa akka malee raasaa ture. sadarkaa yaada sammuu kee keessa jiru ai'chatti himtee sekondoota muraasa keessatti suuricha siif maddisiisu irra geenyeerra. maal suuraa maddisiisuu qofa, gama sagalee, ppt, design fi kanneen biroos kan hojjatan hedduutu jira.

Fakkeenyaaf:

βœ… suuraawwan dhugaa fakkaatan uumuu.
fkn: Dall-e

βœ… sagalee nama tokkoo kan nama biroon jijjiiruu, voice swap.
fkn: voice.ai

βœ… haasaa nama wajjiin taasisuufi deebii deebisuu
fkn: chatgpt

βœ… presentation hojjachuu
fkn: tome.app

βœ… sagalee fi meeshaalee muuziqaa gargar baasuu
fkn: moises.ai

βœ… haasaa gara barreeffamaatti (transcription) jijjiiruu, live irratti
fkn: otter.ai

βœ… dogongoroota seerlugaa adda baasuu
fkn: grammarly

βœ… code barreessuu
fkn: github copilot

βœ… automation
fkn: zapier

βœ… design
fkn: midjourney

babal'inni ai namoota heddu hojii dhabsiisuun isaa waan hin oolle . waan gara fuulduraatti ta'u wajjumaan ilaalla.
πŸ‘19❀7
Namoonni telegram premium qabdan chaanaalii kana boost gochuuf linkii kana fayyadamuu dandeessu.

https://t.me/orosoft?boost
❀4
AI(artificial intelligence) maal akka ta’e viidiyoo kana keessatti bal’inaan ibsameera. Daawwadhaa. πŸ‘‡πŸ‘‡

https://vm.tiktok.com/ZM6adanrq/
πŸ‘5