OS tech solutions
2.17K subscribers
134 photos
3 videos
138 files
262 links
Download Telegram

Interneetii yeroo fayyadamnu uf eeggannoo akkamii gochuu qabna???


https://orosoftblog.blogspot.com/2018/07/uf-eeggannoo-internet-irratti-godhamuu-qabu-orosoft.html
👍4🔥1
Psiphon Pro Premium 273.apk
22.4 MB
#Psiphon Pro PREMIUM

facebook dabalatee marsaawwan hidhaman app VPN kana fayyadamuun banuu dandeessu.

@orosoft #repost
1
OS tech solutions pinned «Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !! 👇👇👇👇👇 https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo»
🏆 🏆 🏆 🏆 🏆 🏆 🏆
Badhaasa kuufama Teelee miseensota chaanaalii kanaaf!
@orosoft

Kuni badhaasa haala kanaan chaanaalii kanaratti adeemsifamu kan jalqabaati. Badhaasicha namoota 3 torban torbaniin kan badhaasnu taha.

Dorgommii torban kanaa :
👉 app “Ororo Dictionary” bilbila keessanirratti banuun erga screenshot gootanii suuricha maxxansa kana jalatti lakkoofsa bilbilaa keessan wajjiin post gochuudha. namoota lamaan dursanii comment godhaniifi nama tokko kan dhumarratti comment godhe ni badhaasna.

Badhaasa 1ffaa : 1GB + daq 140 kan ji’aa
Badhaasa 2ffaa : 500MB+ daq 140 kan ji’aa
Badhaasa 3ffaa : 400MB kan torbanii

Hubachiisa :
Badhaasni kun hanga dilbata ganama sa’aa 2:00 kan turuudha.

Carraa gaarii.
@orosoft
11👍4
Dorgommiin marsaa 1ffaa xumurameera.
=====
Badhaafamtoonni torban kanaa :
=====
1ffaa : Abdi. J
2ffaa : Roba
3ffaa : Liberal
baga gammaddan.

=====
Dorgommiin itti aanu yoomiifi akkam akka ta'e dursinee kan isin beeksisnu ta'a.

@orosoft
Mosaajjiiwwan Uummataa
👍153
🌳🌳🌳🌳🌳🌳
NAMOONNI KUMA 20,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !!
🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !!
👇👇👇👇👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
👍11
🌳🌳🌳🌳🌳🌳
NAMOONNI KUMA 25,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !!
🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !!
👇👇👇👇👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
👍5
🔠🔠🔠🔠🔠 🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🅰️🔠🔠
🖤❤️🤍 🖤❤️🤍

🌳🌳🌳🌳🌳🌳
NAMOONNI KUMA 50,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !!
🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !!
👇👇👇👇👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍113
==========
SEERLUGAA
==========

Seerlugaa fooyyee haaraa kana ammuma haaromfadhaa.
---
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.seerlugaa
👍176
🔠🔠🔠🔠🔠
🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠🅰️🔠🔠
🖤❤️🤍 🖤❤️🤍

🌳🌳🌳🌳🌳🌳
NAMOONNI KUMA 50,000 OL APP KANA FAYYADAMAA JIRU !!
🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Galmee jechoota Afaan Oromoo fi Afaan Ingiliizii namni hundi bilbilasaarraa qabaachuu qabu !!
👇👇👇👇👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
10👍5
AI ykn Artificial intelligence akka malee odeeffamaa/trending ta'ee jira. keessattuu suuraawwan AI'n maddisiifaman miidiyaalee hawaasaa garaa garaa irratti akka malee trend ta'aa jiru.

Dhaabbanni AI models kanneen duuba jiru "Open AI" jedhama. dhaabbatichi bara 2015 Elon Musk, ceo sam altman fi namoota biroon hundaa'e. moodeelonni "Chat GPT" fi "Dall -E" jedhaman beekkamtii guddaa argataniiru. ChatGPT'n chatbot gaafiiwwan garaa garaaf deebii deebisu yommuu ta'u, DALL-E'n immoo barreeffama fayyadamtoonni kennan irratti hundaa'uun suuraawwaan maddisiisa.

Suuraawwan armaan olitti argitan kunneen DALL-E dhaan kan maddisiifaman yommuu ta'u, barreeffama an kenneef "A beautiful Ethiopian Oromo woman dressed in white clothes with red and black stripes." barreeffama jedhurraa ka'uudhaan kan naaf maddisiiseedha.

Isinis model kanneen fayyadamuuf gara
https://chat.openai.com
deemuudhaan account keessan banattanii fayyadamuu dandeessu. ChatGPT 3.5 tola fayyadamuu dandeessu. DALL-E garuu account keessan gara GPT-4 upgrade gochuun fayyadamuu dandeessu. DALL-E Tola fayyadamuuf immoo gara
https://bing.com/images/create/ deemuun eenyummee microsoft'n seentanii fayyadamuu dandeessu.

share gochuun hiriyoota keessan biraan gahuu dandeessu.

@orosoft
mosaajjiiwwan uummataa.
👍146🔥1