OS tech solutions
2.17K subscribers
134 photos
3 videos
138 files
262 links
Download Telegram
⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️
Seerluga Afaan Oromoo baruuf kiilolee.com filannoo jalqabaati !!
🗞🗞🗞🗞🗞
3👍2
OS tech solutions pinned «⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️ Seerluga Afaan Oromoo baruuf kiilolee.com filannoo jalqabaati !! 🗞🗞🗞🗞🗞»
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
App android kaffaltii barbaadan gara garaa haala salphaan buufachuuf website kana fayyadamaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://tech.kanapress.com
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
OS tech solutions pinned «NAMOOTA 3000 GEENYEERRA !! 3M fagoo miti 😁 👇👇👇👇👇 https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo»
👍4
#orosoft #ororo
Orooroon fooyya'eera. fooyyee 1.2

Jechoota ~70,000 geenyeerra !!

** Maaltu fooyya'e?

** Moosaajichi Afaan Oromoo gara Afaan Oromoottis akka hiiku taasifameera.

** fuulli 'advanced search' haalaan hojjatameera. amma jechoota/himoota jecha isin feetaniin jalqaban, jecha sanaan xumuraman, gidduu isaaniirraa qaban tarree jechaa, tarree hiikaafi kkf keessa akka fedha keessaniitti barbaaduu isin dandeessisa.

** 'Bookmarks & history' fuulonni jedhaman ammaaf haqamaniiru. gara fuulduraatti deebi'uu danda'u.

** hanqinoonnii jiran hedduun furamaniiru.

** mosaajichi
en-om  jechoota 25,000+
om-en  jechoota 25,000+ fi
om-om jechoota 15,000+ walumaa galatti jechoota gara 70,000 uf keessaa qaba.

Ammuma fooyyeffadhaa.

https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
👍53
🔍𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐣𝐚𝐣𝐣𝐚𝐛𝐨𝐨 𝐨𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐧 𝐢𝐣𝐨𝐨𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐨𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮𝐮𝐧 𝐛𝐚𝐧𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐢𝐬𝐡𝐞𝐞 𝐭𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐚𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚𝐚!
Join & share for Oromo people!!!




1⃣  ||- 👇🏾👇👇🎁🎁😍🔰🔰

OROMO INSPIRE AFAAN OROMOO 22𝐊+
👆JOIN 👆

2⃣  ||-👇🏾♥️♥️

QAROO JAALALA 13K+
🖕JOIN🖕



3⃣  ||-👇🏾👇🏾🌍🚨

MIDDIYAA
GAADDISA SABAA  7.6K+
👆👆                👆👆👆


 💥4⃣  ||👇👇-✍️💥💥

ERGAA BARREEFFAMAA 5.5K



💥5⃣   ||-👇🏾👇👇✍️

JECHOOTA KAKA'UMSAA 5.5K


💥6⃣  ||- COMPUTER SOLUTIONS   2K


💥7⃣ || NAN BARADHA 2K


8⃣ OROSOFT TECHNOLOGIES 2.5K
👍31
Forwarded from .
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
                   🌸             
                  🌸
                 🌸
              🌸🌸🌸🌸🌸🌸
                                       🌸
                                       🌸
                                      🌸
     🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸     
                        
YEEᖇOO TEE ᕼIᑎ GᑌᗷIᑎ

   𝗢𝗯b𝗼𝗹𝗲𝘀s𝗮 𝗸𝗼𝗼 𝘆𝗲𝗲𝗿𝗼 𝘁𝗲𝗲 𝘄𝗮𝗻𝘁𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝘁𝗮𝗮𝗻𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮t𝘁𝗶 𝗵𝗶𝗻 𝗴𝘂𝗯𝗶𝗻 𝘆𝗲𝗿o𝗼𝗻 𝗮𝘁𝗶 𝗮𝗺m𝗮 𝘄𝗮𝗮𝗻𝘁𝗮 𝗴𝗮𝗱𝗵𝗲e 𝗶𝗿𝗿𝗮t𝘁𝗶 𝗴𝘂𝗯𝗱𝘂 𝗸𝘂𝗻𝗶 𝗹𝗮m𝗺𝗮𝘁𝗮 𝘀𝗶𝗶𝗳 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶'𝘂.
𝗯𝗲𝗲𝗸𝗸𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗸𝗲𝗲 𝗴𝗮𝗯𝗯𝗶𝗳𝗮𝗱𝗵𝘂
𝘁𝗲𝗲𝗹𝗲𝗴𝗿𝗮𝗺𝗮 𝘆𝗲𝗲𝗿𝗼o 𝗴𝗮𝗹𝘁𝘂 𝘄𝗮𝗻𝘁𝗮 𝘀𝗶𝗶 𝗵𝗶𝗻 𝗳𝗮𝗮𝘆𝘆𝗮𝗻𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮𝘁𝗶 𝘆𝗲𝗿o𝗼 𝗸𝗲𝗲 𝗵𝗶𝗻 𝗴𝘂𝗯𝗶𝗻, 𝗰𝗵𝗮𝗻𝗲𝗹𝗼𝘁𝗮 𝘄𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮t𝘁𝘂 𝗸𝗮𝗻 𝗮𝗸𝗸𝗮 "𝗯𝗲𝗸𝗸𝘂𝗺𝘀𝗮 𝘄𝗮𝗮𝗹𝗶𝗴𝗮𝗹𝗮" 𝗸𝗮𝗮𝗻 𝗸𝗶𝘁𝗮𝗯𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗵𝗮𝘆𝘆𝗼𝘁𝗮 𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗳𝘂𝗱𝗵𝗮𝘁𝗮𝗺𝗲 𝗶𝘀𝗶𝗶𝗻𝗶𝗳 𝗱𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗲 𝗸𝗮𝗮𝗻𝗮 𝗷𝗼𝗶𝗻 𝗴𝗼𝗰𝗵𝘂𝗱𝗵𝗮𝗻 𝗶𝗿𝗿𝗮 𝗳𝗮𝘆y𝗮𝗱𝗮𝗺a𝗮𝗻 𝗶𝘀𝗶𝗻i𝗶𝗻 𝗷𝗲𝗱𝗵𝗮.
     💫 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗴𝗼𝗰𝗵𝘂u𝗳💫    
         💫 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗴𝗼𝗰𝗵𝘂𝗳💫
             ⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️

👇👇👇👇
JOIN ALL CHANNEL HERE!
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
❏ Enjoy & Stay Connected!
🔥3
#orosoft #safaricard
SafariCard Ethiopia
(Unofficial safaricom App)
---
A new android app for safaricom Ethiopia customers. we made it easier for you to check your balance, recharge account(for yourself or for someone), transfer balance, request call me back and buy packages. you don't need to remember USSD codes at all. the app will handle it for you. SafariCard supports 3 languages(English, Afaan Oromoo and አማርኛ). You can also choose your favorite theme.
---
Is there Safaricom simcard inside your phone? if so, I guess you need to have this app on your device :)

https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.safaricom
SafariCard Ethiopia

Namoonni simkaardii safaarikoom fayyadamtan App kana dirqama buufachuu qabdu. sababni isaa kaardii guutuuf, maallaqa nama biroof dabarsuuf, deebisii naaf bilbilii gaafachuuf, kuufama garaa garaa bituuf akkasuma haftee herregaa beekuuf karaan salphaan mosaajii kana fayyadamuudhaani.

Ammuma buufadhaa !!

https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.safaricom
👍8