OS tech solutions
2.17K subscribers
134 photos
3 videos
138 files
262 links
Download Telegram
OS tech solutions pinned ยซNamoonni 2500 ol App kana fayyadamaa jiru. Isinis fayyadamaa !! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororoยป
Seerluga Afaan Oromoo baruuf kiilolee.com filannoo jalqabaati !!
โค7
Listen to, share and download any Oromo music here ๐Ÿ‘‡
@oromo_music_bot
@oro_mp3
โค4
Namoonni facebook page fi telegram channel miseensota baay'ee qabu qabdan nu waliin hojjadhaa. Ji'aan qarshii 10,000 fi sanaa ol argachuu dandeessu !! Asirraan nu qunnamaa @OFeedbackBot
๐Ÿ‘10โค3
Shamarri takka si jaalachuu akkamiin beekta??
โคโคโคโคโค
https://orosoftblog.blogspot.com/2022/06/dubartiin-si-jaalattu.html
โค4๐Ÿ‘1
๐Ÿ‘5โค1
โญ๏ธโญ๏ธโญ๏ธโญ๏ธโญ๏ธ
Seerluga Afaan Oromoo baruuf kiilolee.com filannoo jalqabaati !!
๐Ÿ—ž๐Ÿ—ž๐Ÿ—ž๐Ÿ—ž๐Ÿ—ž
โค3๐Ÿ‘2
OS tech solutions pinned ยซโญ๏ธโญ๏ธโญ๏ธโญ๏ธโญ๏ธ Seerluga Afaan Oromoo baruuf kiilolee.com filannoo jalqabaati !! ๐Ÿ—ž๐Ÿ—ž๐Ÿ—ž๐Ÿ—ž๐Ÿ—žยป
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
App android kaffaltii barbaadan gara garaa haala salphaan buufachuuf website kana fayyadamaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://tech.kanapress.com
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
OS tech solutions pinned ยซNAMOOTA 3000 GEENYEERRA !! 3M fagoo miti ๐Ÿ˜ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororoยป
๐Ÿ‘2
๐Ÿ‘4
#orosoft #ororo
Orooroon fooyya'eera. fooyyee 1.2

Jechoota ~70,000 geenyeerra !!

** Maaltu fooyya'e?

** Moosaajichi Afaan Oromoo gara Afaan Oromoottis akka hiiku taasifameera.

** fuulli 'advanced search' haalaan hojjatameera. amma jechoota/himoota jecha isin feetaniin jalqaban, jecha sanaan xumuraman, gidduu isaaniirraa qaban tarree jechaa, tarree hiikaafi kkf keessa akka fedha keessaniitti barbaaduu isin dandeessisa.

** 'Bookmarks & history' fuulonni jedhaman ammaaf haqamaniiru. gara fuulduraatti deebi'uu danda'u.

** hanqinoonnii jiran hedduun furamaniiru.

** mosaajichi
en-om  jechoota 25,000+
om-en  jechoota 25,000+ fi
om-om jechoota 15,000+ walumaa galatti jechoota gara 70,000 uf keessaa qaba.

Ammuma fooyyeffadhaa.

https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
๐Ÿ‘5โค3
๐Ÿ”๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐จ๐ญ๐š ๐ฃ๐š๐ฃ๐ฃ๐š๐›๐จ๐จ ๐จ๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐ค๐š๐ง ๐ข๐ฃ๐จ๐จ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž ๐จ๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐š๐š๐ง ๐ช๐š๐›๐๐ฎ๐ฎ๐ง ๐›๐š๐ง๐š๐ฆ๐ž๐ž ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐ญ๐š ๐ข๐ฌ๐ก๐ž๐ž ๐ญ๐š๐ฃ๐š๐š๐ฃ๐ข๐ฅ๐š๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐ค๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง ๐ฆ๐š๐ช๐š๐š ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง๐ข๐ข ๐š๐ซ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ ๐š๐๐ข๐ข ๐ญ๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐š๐›๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐š๐š ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š ๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐š๐š!
Join & share for Oromo people!!!




1โƒฃ  ||- ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐ŸŽ๐ŸŽ๐Ÿ˜๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ

OROMO INSPIRE AFAAN OROMOO 22๐Š+
๐Ÿ‘†JOIN ๐Ÿ‘†

2โƒฃ  ||-๐Ÿ‘‡๐Ÿพโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ

QAROO JAALALA 13K+
๐Ÿ–•JOIN๐Ÿ–•



3โƒฃ  ||-๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐ŸŒ๐Ÿšจ

MIDDIYAA
GAADDISA SABAA  7.6K+
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†                ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†


 ๐Ÿ’ฅ4โƒฃ  ||๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡-โœ๏ธ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ

ERGAA BARREEFFAMAA 5.5K



๐Ÿ’ฅ5โƒฃ   ||-๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โœ๏ธ

JECHOOTA KAKA'UMSAA 5.5K


๐Ÿ’ฅ6โƒฃ  ||- COMPUTER SOLUTIONS   2K


๐Ÿ’ฅ7โƒฃ || NAN BARADHA 2K


8โƒฃ OROSOFT TECHNOLOGIES 2.5K
๐Ÿ‘3โค1