OS tech solutions
2.17K subscribers
134 photos
3 videos
138 files
262 links
Download Telegram
Moosaajjii basaastuu/Spyware
Sooftweerii basaastuun odeeffannoowwan nama dhuunfaa yookiin dhaabbataa beekkumsa isaaniin ala qaama sadaffaa biroof kan ergu dha.

-SQL Injection
Mala koodii SQL fayyadamanii deetaawwan gara garaa kanneen database keessa jiran argachuuf qarqaaruudha. innis bakka <input> jiru yookiin kallattimaan linkii keessatti galchuun raawwatama.

farda tiroojaanii/Trojan horse
Gosa sooftweerii gaarii hin ta'in garuu gaarii uf fakkeessee taa'uudha. sooftweerii nama fayyadu kan biroo irraa adda baasuun ni ulfaata. sooftweeriin kun gocha ufii itti kaanaan miidhaa guddaa qaqqabsiisuu danda'a.

Qinqanii/Virus
qinqaniin sagantaa yookiin ajaja kompiitaraa ufii isaatii uf baay'isu kan miidhaa gara garaa qaqqabsiisuudha. vaayresiin kompiitaraa saganteessitoota/hatuuxxeewwan dandeettii cimaa qabaniin kan barraa'uudha.

Dadhabina/Vulnerability
Dadhabina yookiin qaawwa neetworkiin yookaa sagantaan tokko qabu jechuudha.

Raammoo/Worms
worm kan jedhamu vaayresii kompiitaraa miidhaa guddaa hin qaqqabsiisne garuu ufumaan uf baay'isee memory keenya nu jalaa guutuu danda'uudha.

Cross site scripting (XSS)
dadhabina heddumminaan marsariitii keessatti argamuudha. inni kun haakaroonni iskiriiptiiwwan gara garaa fayyadamuun marsariitii keetti waa erguun amala addaa kan qabsiisaniidha.

-Zombie drone
kompiitara kee kan qaama qofaan si bira jiru, namoota/haakaroota biroof hojii gara garaa raawwatu jechuudha.

Itti fufnuu ?
๐Ÿ‘4๐Ÿ”ฅ1
Galmee jechoota Afaan Oromoo kan jechoota 50,000 qabu kana buufadhaa itti fayyadamaa !
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
โค3๐Ÿ‘1
OS tech solutions pinned ยซGalmee jechoota Afaan Oromoo kan jechoota 50,000 qabu kana buufadhaa itti fayyadamaa ! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororoยป
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://kiilolee.com/2022/10/23/english-afaan-oromoo-dictionary-ororo-app/
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Forwarded from Stickers Bot
Stats for the sticker set Nagaa by @orosoft:

Usage today: 3
Installed today: 1
Removed today: 0

Usage yesterday: 64
Installed yesterday: 0
Removed yesterday: 1

Total usage: 361359
Total installed: 28289
Total removed: 4713
(Total โ€“ since 12 pm UTC, 09/17/2015)

To get stats for a particular day, month or year, send me a message in the format MM/DD/YYYY, MM/YYYY or YYYY.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
โค1๐Ÿ‘1
Seenaa Dr Artist Alii Birraa kan Abbaa Urjiitiin barraahe asirraa dubbisuu dandeessu.
๐Ÿ‘‡
https://orosoftblog.blogspot.com/2022/11/ali-birra-bio.html
โค2๐Ÿ‘2
MALOOTA ITTIIN SHAMARRAN HAASOFSIISAN ASIRRAA DUBBISAA ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://orosoftblog.blogspot.com/2022/05/maloota-ittiin-shamarran-haasofsiifnu.html
โค4๐Ÿ‘2
Galmee jechoota Afaan Oromoo kan jechoota 50,000 qabu kana buufadhaa itti fayyadamaa !
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororo
โค2
OS tech solutions pinned ยซGalmee jechoota Afaan Oromoo kan jechoota 50,000 qabu kana buufadhaa itti fayyadamaa ! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororoยป
๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ
Oromo Hip Hop music collection - part 1
๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ
https://youtu.be/uChrYjpqJJE
โค4
OS tech solutions pinned ยซNamoonni 2500 ol App kana fayyadamaa jiru. Isinis fayyadamaa !! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://play.google.com/store/apps/details?id=app.orosoft.ororoยป
Seerluga Afaan Oromoo baruuf kiilolee.com filannoo jalqabaati !!
โค7
Listen to, share and download any Oromo music here ๐Ÿ‘‡
@oromo_music_bot
@oro_mp3
โค4
Namoonni facebook page fi telegram channel miseensota baay'ee qabu qabdan nu waliin hojjadhaa. Ji'aan qarshii 10,000 fi sanaa ol argachuu dandeessu !! Asirraan nu qunnamaa @OFeedbackBot
๐Ÿ‘10โค3