OS tech solutions
2.17K subscribers
134 photos
3 videos
138 files
262 links
Download Telegram
Forwarded from Odaa App Store
Ashamaa akkam jirtuu Fayyadamtoota app Oromoo Video music akkuma kanaan dura kilippotaa Afaan Oromoo harawa isin biraan ga’a turre amma immo dabalataan asuma app kana keessatti :oduu ,diramota garaagara kannen :OMN,OBN fi OBS fi video channelota garaagaraa irra app kana keessatti isiniif dhiyeessineerra ittin boharaa.
Application kana link armaan gadii kana irra argachuu dandeessu. share fi rate gochuu hin dagatiina.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gulelesoft.oromomusic
Akkaataa Design gara garaa Bilbila keenyaan hojjachuun danda'amu!
#orosoft #adobespark #sparkapp 👇👇
https://youtu.be/X3VSzlF4BRA
Forwarded from Odaa App Store
Sirboota Afaan Oromoo 5000+ ol kallattimaan asirraa dhaggeeffachuu dandeessu. Link kana irraa Dhaggeeffachuu dandeessu.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 http://www.ethiomusic.net/genre/oromiffa
Application kana keessatti hiriyaan keessan hagam dhibbantaadhan (percentage) akka isin jaallatuu beekuf kan isiin gargaaruu fi akkasumas jalalleewwan(michoonni),hiriyyonnii hagam akka isaan wal jaallatan dhibbantaadhan kan isaanitti agarsiisa bashannansiisudha fayyadamtoota app kana waan taatanif galatoomi isinan jaalladha!👇👇👇👇👇👇https://play.google.com/store/apps/details?id=com.kofiapps.lovecalculator
Forwarded from Odaa App Store
Aadaalee mimmiidhagoo Oromoonni ittin bekkaman kessaa inni tokko mammaaksa. Oromoonni dubbii cimsanii fi gabaabsanii fixuuf mammaaksatti fayyadamu.Enjoy Afaan Oromo Qoutes, Mammaaksa Oromoo and Oromo Proverb.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://play.google.com/store/apps/details?id=gulalesoft.mammaaksa.oromoo
Forwarded from Odaa App Store
Applicationii kana kessaatti Jechoota Hayyoota Oromoo
dubbatan isiniif dhiheessinerra
Ashamaa harka fuune jaalatamtoota fi kabajamtoota ilmaan oromoo. Applicationin kana kessaatti Jechoota Hayyoota Oromoo dubbatan isiniif dhiheessinaa. Appin kun Jechoota Jechoota Hayyoota Oromoo dubbatan gosoota heddu kan qabu yommuu ta’u , akkasumas Hayyoota Addunyaa garagaratiin kan dhiyaateedha.
Isaanis:-
-Jechoota Jawar Mohammed
-Jechoota Abiy Ahimed
-Jechoota Waaqoo Guutuu fi Jechoota Hayyoota Addunyaa dubbatan heddu kan of kessa qabudha.
👇👇👇👇👇👇👇👇 👇👇👇👇👇https://play.google.com/store/search?q=jechoota%20hayyoota%20oromoo&c=apps
QABXII QORMAATA BIYYOOLESSAA KUTAA 12FFAA TELEGRAM IRRAAN ILAALUUN AKKAMITTI DANDA'AMA??

🔴🔴🔴
QABXII QORMAATA BIYYOOLESSA KUTAA 12FFAA TELEGRAM IRRAAN ILAALUUF TARTIIBA KANA HORDOFAA.
#share waliif godhaa!

🔴
1. Telegram irraan gara 'bot' 👇
@grade_12_placement_bot yookiin gara @MatricResultBot deemi.
🔴
2. START kan jedhu tuqi.
🔴
3. "Registration number" barreessii ergiif.

Sana booda 'bot' kun odeeffannoo hunda qabxii waliin siif erga.

🔴
@orosoft
🔴

#share waliif godhaa.
@orosoft , kan keessani...
Akkaataa Design gara garaa Bilbila keenyaan hojjachuun danda'amu!
#orosoft #adobespark #sparkapp 👇👇
https://youtu.be/X3VSzlF4BRA
BARATTOOTA KUTAA 12ffaaf

Yunivarsitii kam akka isin gahe ilaaluun akkamitti danda'ama.

@orosoft

1. Jalqaba gara @MatricResultBot deemi.
2. START kan jedhu tuqi.
3. Admission number barreessii ergi.

👉 sana booda bakka si gahe bot kun ufumaan siif erga.

@orosoft
@orosoft
#orosoft
Maqaa Oromoo for windows hojjachaa jirra..
akkam jirtu guyyaa hardhaa app bilbilaa Tv akkasumas sirboota fi fiilmii kallattiidhaan ilaaluu isin dandeesisu qabannee isiniif dhihaannee jirra.
App kana Buufattanii TViilee Oromoo Kanneen akka OMN, OBN, OBS, ONN Kallattiidhaan ilaaluu ni dandeessu. Dabalataan immoo TViilee Amantaa Kanneen akka NURALHUDA , Africa TV, IFA FAYYINAA, MO'AA ARARA hordofuu Dandeessu. Gama Biraatiin immo sirbootaa fi Fiilmii haarawa akkasumas TV biyya alaa kanneen akka ALJAZEERA, BBC, CNN FI VOA daawwachuu dandeesisa.
liinkii isa gadii kana fayyadamuun buufachuu ni dandeessu.
https://apkpure.com/odaa-tube/com.batudevs.odaa
Forwarded from oromoimages.com (Ibra ilma abbaa gadaa)