OS tech solutions
2.17K subscribers
134 photos
3 videos
138 files
262 links
Download Telegram
Forwarded from OS tech solutions ($name)
Sirboota Afaan Oromoo kallattimaan asirraa dhaggeeffachuu dandeessu. πŸ‘‡πŸ‘‡
http://www.ethiomusic.net/genre/oromiffa
KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA, CHAANAALIIN OROSOFT AKKUMA KANAAN DURA ODUUF ODEEFFANNOOWWAN TEEKNOLOJII AKKASUMAS BARNOOTA GARA GARAA KENNAA TURE, AMMAS BIFA HAARAAN HOJIISAA ITTI FUFUUF BIFA HAARAAN DHUFEE JIRA.
🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐

WEB BROWSER MAALI?

🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐

Web browser kan jedhamu sooftweerii yookiin Appilikeeshinii kompiitaraa yookiin bilbilaa kan weebsaayitii gara garaa ittiin ilaaluuf fayyadamnuudha. Sooftweeronni kunneen fuula marsariitii/wen page erga download godhanii booda, gara wontoota(layout) gara garaatti jijjiiranii nutti mul'isu. Web browser bebbeekamoo muraasa keessaa yoo maqaa dhoofne:-
🌐CHROME
🌐OPERA
🌐FIREFOX
🌐SAFARI
🌐INTERNET EXPLORER fi kkfdha.
🌐🌐🌐🌐🌎🌎🌎🌎🌎
Share gochuun namoota biraan gahaa..
🌎🌎🌎🌎🌎🌎
GALATOOMAA!!
🌎🌎🌎🌎🌎🌎
#orosoft

@orosoft
@orosoft
@orosoft
Appilikeeshinin Fayyaan Faaya jedhu kun Barnoota Fayyaa ibsa gaha wojjiin kan of keessaa qabudha. Osoo dhukkubni nu hin qabnen dura of eggaanno godhu qabnu . Yoo dhukkubni nu qabe gargarsa akkami akka argachu qabnu Mallattole dhukkuba Karalee dhukkubni itti daddarbu Akkamitti dhukkuba irraa akka of eeguu qabnu kan nu barsisudha. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gulelesoft.Oromo_Health_Tips
Garee guddicha afaan Oromoo kana namni hunduu seenuu qaba!!!
βš«βš«βš«πŸ”΄πŸ”΄πŸ”΄βšͺβšͺβšͺπŸ‘‡πŸ‘‡

@qeerroofqarree
@qeerroofqarree
@qeerroofqarree
Watch "Haala facebook irratti bifa feeneen barreessuu dandeenyu!!" on YouTube
https://youtu.be/SJZQYrlzuW0
βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”
AKKAATAA DESIGN GARA GARAA BILBILAAN HOJJACHUUN DANDA'AMU BEEKUU BARBAADDUU??
βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”βœ”
Forwarded from Odaa App Store
Ashamaa akkam jirtuu Fayyadamtoota app Oromoo Video music akkuma kanaan dura kilippotaa Afaan Oromoo harawa isin biraan ga’a turre amma immo dabalataan asuma app kana keessatti :oduu ,diramota garaagara kannen :OMN,OBN fi OBS fi video channelota garaagaraa irra app kana keessatti isiniif dhiyeessineerra ittin boharaa.
Application kana link armaan gadii kana irra argachuu dandeessu. share fi rate gochuu hin dagatiina.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gulelesoft.oromomusic
Akkaataa Design gara garaa Bilbila keenyaan hojjachuun danda'amu!
#orosoft #adobespark #sparkapp πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/X3VSzlF4BRA
Forwarded from Odaa App Store
Sirboota Afaan Oromoo 5000+ ol kallattimaan asirraa dhaggeeffachuu dandeessu. Link kana irraa Dhaggeeffachuu dandeessu.πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ http://www.ethiomusic.net/genre/oromiffa
Application kana keessatti hiriyaan keessan hagam dhibbantaadhan (percentage) akka isin jaallatuu beekuf kan isiin gargaaruu fi akkasumas jalalleewwan(michoonni),hiriyyonnii hagam akka isaan wal jaallatan dhibbantaadhan kan isaanitti agarsiisa bashannansiisudha fayyadamtoota app kana waan taatanif galatoomi isinan jaalladha!πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡https://play.google.com/store/apps/details?id=com.kofiapps.lovecalculator
Forwarded from Odaa App Store
Aadaalee mimmiidhagoo Oromoonni ittin bekkaman kessaa inni tokko mammaaksa. Oromoonni dubbii cimsanii fi gabaabsanii fixuuf mammaaksatti fayyadamu.Enjoy Afaan Oromo Qoutes, Mammaaksa Oromoo and Oromo Proverb.πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://play.google.com/store/apps/details?id=gulalesoft.mammaaksa.oromoo
Forwarded from Odaa App Store
Applicationii kana kessaatti Jechoota Hayyoota Oromoo
dubbatan isiniif dhiheessinerra
Ashamaa harka fuune jaalatamtoota fi kabajamtoota ilmaan oromoo. Applicationin kana kessaatti Jechoota Hayyoota Oromoo dubbatan isiniif dhiheessinaa. Appin kun Jechoota Jechoota Hayyoota Oromoo dubbatan gosoota heddu kan qabu yommuu ta’u , akkasumas Hayyoota Addunyaa garagaratiin kan dhiyaateedha.
Isaanis:-
-Jechoota Jawar Mohammed
-Jechoota Abiy Ahimed
-Jechoota Waaqoo Guutuu fi Jechoota Hayyoota Addunyaa dubbatan heddu kan of kessa qabudha.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡https://play.google.com/store/search?q=jechoota%20hayyoota%20oromoo&c=apps