Forwarded from Odaa App Store
seenaa_goototaa_oromoo.apk
4.8 MB
Seenaa gabaabaa Gootota, hayyoota, Sabboontota, Artistoota, wareegamtoota, Qabsaa’ota…. Oromoo Baranee wal barsiisuuf martinuu irratti haa hirmaanu.
Forwarded from Odaa App Store
Seenaa gabaabaa Gootota, hayyoota, Sabboontota, Artistoota, wareegamtoota, Qabsaa’ota…. Oromoo Baranee wal barsiisuuf martinuu irratti haa hirmaanu. https://play.google.com/store/apps/details?id=com.redfox.seenaagootota
❤1
Forwarded from Odaa App Store
Forwarded from Odaa App Store
Forwarded from Odaa App Store
Forwarded from Odaa App Store
Garee 'oro coders' linkii kanaan seenaa!
https://t.me/joinchat/Fuiv11DxtlthNpOJbOdi3w

Forwarded from ABDU CREATIVE™ (Abdul-rezak Abiti)
Garee Coding Guddicha Afaan Oromoodhaan Barumsa kennu kana link armaan gadii kana cuqaasuudhaan itti dabalamaa!
Oromiyaa Saayinsii fi Teeknolojiin Qaroomte Haa Uumnuu!
..
O R O CODERS!
....
@oro_coders

@orosoft #orosoft
Uf eeggannoo yeroo interneetii fayyadamnu gochuu qabnu!
-
-
Yeroo interneetii fayyadamnu uf eeggannoo gahaa yoo hin taasisnu ta'e, haakaroonni akkuma salphatti odeeffannoowwan keenya gara garaa argachuu danda'u. nutis har'a interneetii irratti uf eeggannoowwan godhamuu qabamu haala armaan gadii kanaan isiniif tarreessinee jirra.
-
1. Linkii ykn attachment argite hunda irratti click hin godhin.
-
Malli sobanii linkii nama tuqsisuu kun mala baay'inaan haakaroonni fayyadamaniidha. isaanis linkichi yoo tuqame, marsaa gaarii hin taanetti nu geessuu danda'u. dabalataan attachment gara garaa akka bannu nu ajajuun kompiitara keenya miidhuu danda'u. isa kana salphumatti jala darbuuf ergaan siif ergame kun eennurraa akka ta'e adda baafachuufi barreeffamicha xiinxalaa dubbisuudha.
-
2. Marsariitii hundaafuu jechi darbii (password)n kee gara gara ta'uu qaba!
-
password wal fakkaataa fayyadamta taanaan akkaawuntiin kee tokko yoo cabe, hundi isaanii akka cabetti fudhachuun ni danda'ama. gaafiin biraa immoo weebsaayitii hundaaf jecha darbii gara garaa akkamitti yaadachuu dandeenya? kan jedhuudha. jecha darbii gaarii kan jedhamu isa baay'inni isaa 8 fi isaa ol ta'e, kan qubee guguddaafi xixiqqaa, laakkofsa akkasumas mallattoolee uf keessaa qabuudha. fakkeenyaaf mala tokko kan passwordii cimaa ta'eefi salphumatti yaadatamuu danda'u ittiin filattan isinitti haa himu.
-
jalqaba jecha gaarii ta'e kan yeroo hunda yaadattu fudhu. an jecha AfoolA jedhu fudheera.sana booda jecha kana keessa bakka "A"(4), "O"(0) fi "l"(1) haa buusu. innis 4f0014 kan jedhu ta'e.dhuma jecha kanaa irratti mallattoo doolaaraa "$" haa galchu! innis "4f0014$" ta'e.qubee jalqabaa weebsaayitii sanaa(Qubee guddaa) fudhee passwordii filadhe san jalqabasaa irratti galcha! fakkeenyaaf twitter yoo ta'e passwordiin koo "T4f0014$" ta'a jechuudha. passwordii cimaa! salphatti yaadatamu! mala salphaan filannee jirra!
Hubadhaa:- an passwordii keessan kan armaan olii kana taasisaa hin jenne. passwordiin an fayyadamu kan armaan olii kanas hin jenne! kun fakkeenya qofaaf barraa'e. passwordiin kee hanga fedhe cimaa ta'us ati uf eeggannoo gahaa yoo hin taasisin... 'gowwaa dirra dhahan, qaruutee bira dhahan!'... dhiifama jedheera. ☺
-
3. mala 'Two step verification' fayyadamuun dirqamaa?
-
Eeyyen dirqama!
'two step authentication(2SA)' kan jennu kun fuula haaraa jecha darbii kee erga galchitee siif dhufu yoo ta'u, ergaa barreeffamaa bilbila kee irratti siif ergame akka achirratti guuttu si gaafata. kana jechuun ati 'two step verification' fayyadamta taanaan namni tokko passwordii kee yoo beekes hanga bilbila kee harkaan gahatutti eenyummee kee saaqee seenuu hin danda'u jechuudha. dhaabbatoonni gurguddaan kanneen akka google, facebook, twitter fi kanneen biroo heddu mala kana ni qabu.
-
5. Yeroo public WiFi/ wifi hawaasaa fayyadamtu eenyummee kee login/signup hin taasisin, hin gabayatin
-
namni si waliin neetworkii tokko fayyadamaa jiru salphumatti wantoota ati walii gadi ergitu kanneen akka username, password, credit card info...) arguu danda'a. kanaafuu yeroo WiFi hawaasaa fayyadamtu haakariin tokko Odeeffannoowwan kee hatuu akka danda'u beekaa fayyadami.
-
6. 'Find my mobile' bilbila keef banadhu.
-
bilbilli keenya yoo nu jalaa bade, akkaawuntii keenyaan bilbila keenya cufsiisuu akkasumas format gochuu fa'aaf nu gargaara.
-
7. 'Anti virus software'/mosajjii farra qinqanii fayyadami.
-
faaydaan moosaajjiiwwan farra qinqanii fayyadamuun argannu inni guddaan qinqaniiwwan kanaan dura baraman gara garaa akka salphatti too'achuudha. sooftweeriiwwan kanneen yeroo yeroon fooyyessuun nageenyummaa maashinootaafi eenyummeewwaniif gaariidha.
-
8. Nama ta'uu kee hin irraanfatin
-
Gochi eenyummee hatuu gara garaa hedduun kompiitaroota osoo hin taane, nama gowwoomsaniiti kan raawwataman. waa'ee dhuunfaa kee interneetii irratti fe'uu hin baay'isin. yoo hatames kan sin miine qofa upload godhi. Interneetii irratti nama, marsariitii fi sooftweerii kamuu hin amanin. sababnisaa sooqiddaafi sukkarri bifaan wal fakkaatu.
-
'share' gootaa ree? hayyee ni danda'ama. Galatoomaa!

Forwarded from OS tech solutions ($name)
Sirboota Afaan Oromoo kallattimaan asirraa dhaggeeffachuu dandeessu. 👇👇
http://www.ethiomusic.net/genre/oromiffa

KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA, CHAANAALIIN OROSOFT AKKUMA KANAAN DURA ODUUF ODEEFFANNOOWWAN TEEKNOLOJII AKKASUMAS BARNOOTA GARA GARAA KENNAA TURE, AMMAS BIFA HAARAAN HOJIISAA ITTI FUFUUF BIFA HAARAAN DHUFEE JIRA.
🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐
WEB BROWSER MAALI?
🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐🌐
Web browser kan jedhamu sooftweerii yookiin Appilikeeshinii kompiitaraa yookiin bilbilaa kan weebsaayitii gara garaa ittiin ilaaluuf fayyadamnuudha. Sooftweeronni kunneen fuula marsariitii/wen page erga download godhanii booda, gara wontoota(layout) gara garaatti jijjiiranii nutti mul'isu. Web browser bebbeekamoo muraasa keessaa yoo maqaa dhoofne:-
🌐CHROME
🌐OPERA
🌐FIREFOX
🌐SAFARI
🌐INTERNET EXPLORER fi kkfdha.
🌐🌐🌐🌐🌎🌎🌎🌎🌎
Share gochuun namoota biraan gahaa..
🌎🌎🌎🌎🌎🌎
GALATOOMAA!!
🌎🌎🌎🌎🌎🌎
#orosoft
@orosoft

Appilikeeshinin Fayyaan Faaya jedhu kun Barnoota Fayyaa ibsa gaha wojjiin kan of keessaa qabudha. Osoo dhukkubni nu hin qabnen dura of eggaanno godhu qabnu . Yoo dhukkubni nu qabe gargarsa akkami akka argachu qabnu Mallattole dhukkuba Karalee dhukkubni itti daddarbu Akkamitti dhukkuba irraa akka of eeguu qabnu kan nu barsisudha. 👇👇👇👇👇 https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gulelesoft.Oromo_Health_Tips
Garee guddicha afaan Oromoo kana namni hunduu seenuu qaba!!!
⚫⚫⚫🔴🔴🔴⚪⚪⚪👇👇
@qeerroofqarree
@qeerroofqarree
@qeerroofqarree
⚫⚫⚫🔴🔴🔴⚪⚪⚪👇👇
@qeerroofqarree
@qeerroofqarree
@qeerroofqarree