Shamarran jannata 😍😘
1.18K subscribers
154 photos
31 videos
843 links
O Allah forgive me,
have mercy on me,
guide me,
support me,
protect me,
provide for me and
elevate me.
Amen ya Rabbii

اللهم إني
أسألك إيمانا دائما
وأسألك قلبا خاشعا
وأسألك علما نافعا
وأسألك يقينا صادقا
Download Telegram
Forwarded from Al-risala-tube
KUTAA 5ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.


●KUTAA 5ƒƒαα.

★Jalqaba jihaadaa

Gazwaan maali?
Daldatu qureysh maaltu mudate?
Lolli jalqaba rasuulli godhe?
Ramadaan 9?

Kaayyoo
-gazwaa bawaax - gazwaa badri -
https://telegra.ph/Jalqaba-jihaadaa-04-26

Website: https://alrisalatube.blogspot.com/2020/04/jalqaba-jihaadaa.html?m=1

Maallummaa kanneeni fi kan biroo of keessaa qaba.⤵️
Forwarded from Al-risala-tube
KUTAA 6ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

●KUTAA 6ƒƒαα 

Duula Badrii Guddoo.

*Yoom gaggeefame.
* sababni maal ture.
* injifannoon kan eenyuu ta'e.
* Duula birootiin maaltu adda taasisa.

※ website gubbaan osoo daawwattani isinitti tola.

-Maallummaa kanneeni fi kan biroo of keessaa qaba.
Asumarraan ilaaluuf
Instnat view tuqaa
https://bit.ly/3c3bXyC
Forwarded from Al-risala-tube
KUTAA 7ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

●KUTAA 7ƒƒαα 

●Duula Uhud irraa hanga duula Banii Nadiir.

•Duulli Uhud irra ulfaattuu duuloota Rasuulli s.a.w duulaarrayyi.
•ilkeen isaa ni caphsamte, kooffiyyaan Sibilaa mataa Isaa irratti caphxee mataa urte.
•Balaan gaafa san akkaan jabaatte.
•Duulli Uhud Sahaabootaaf qormaata guddaa turte.

●Duula sana irraa wanti guddaan sahaabonni baratan maali?
●Hamzaan Uhud irratti wareegamee Shahiidee tahe.
●Wanti ajaa'ibaa dubartiin takka raawwatte maali?
●Namni sahaabii irraa malaa'ikaan dhiqamee eenyu?

Waan heddu argattu seenaa dubbisaa⤵️

instant view tuqaa

※ website gubbaan osoo daawwattani isinitti tola.
Forwarded from Al-risala-tube
KUTAA 8ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

●KUTAA 8ƒƒαα 

●Duula Banii An-Nadiir irraa hanga Khandaq.

•eenyutu rasuula s.a.w ni ajjeesna jedhanii shira xaxan?

Jaartii rasuulaa s.a.w boodarra gara aakiraa deemte?

Duulli badrii xiqqoo maali?

Maal raawwatuudhaan rasuulli s.a.w Aadaa warra jaahiliyyaa faallesse.

Waan heddu argattu seenaa dubbisaa⤵️

□instant view tuqaa

※ website gubbaan osoo daawwattani isinitti tola.
Forwarded from Al-risala-tube
KUTAA 9ƒƒαα SEENAA RASUULAA IRRAA.

Duula Khandaq irraa hanga Sulhii Hudeeybiyyaa.

*Ahzaab jechuun maali?

*Maaliif naannoo madiinaatti boolli qotamte?

*mu"ujizaalee rasuula s.a.w gaaf sana argamte?

*Qixaatni nama nama ganee akkaan jabduu.

* Nama sababaa du'a isaatiin arshiin sochoote kana beektaa?

❗️Dhugumatti seenaa kana qalbiin dubbifnaan, "Namni islaamaa tokko badii malee ajjeefamuu irra addunyaan tun osoo baddee wayya" jecha kana ni hubattu.

Waan heddu argattu seenaa dubbisaa⤵️

□instant view tuqaa

※ website gubbaan osoo daawwattani hedduu isinitti tola. Suuraalee tokko tokkoonis qindaawee jira.
Forwarded from Al-risala-tube
༄ 𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒
𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚 1𝐟𝐟𝐚𝐚


༄ Aqiidaa jechuun maali?
༄ i'itiqaad jechuun?
༄ iimaana jechuun?

༄ Allaahaatti amanuun: waan afur of keessaa qaba isaanis?


༆ Ijoon dubbii
#Laa'ilaaha_illallaah Muhammadun_rasuulallah {A.s.w}

⤵️instant view tuquun, Seenaa dubbisaa
Forwarded from Al-risala-tube
༄ 𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒
𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚 2𝐟𝐟𝐚𝐚
༄ Sifa rabbii yoo jedhamu, maal jechuudha.
༄Aayaanni bu’uraa ykn dustuura sifa Allaahaa ibsitu tami.
༄Adeemsi sirrii sifa rabbii keessatti.

༆ Ijoon dubbii
#{wanni takkalleen Fakkaataa Isaa hin taane, Allaahaan dhagayaadha, argaadha}. 

•inshaa'allaah waan hedduu hubattu.
⤵️instant view tuquun, Seenaa dubbisaa
Forwarded from Al-risala-tube
📚𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-7
 Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 7ffaa.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 7ffaa.

Waan hedduu irraa hubattu inshaa'allaah.
---------

•Gaafileen Torbee dhufuu hundumtuu asuma keessaa qofa bahu, dubbisaa qophaawaa dursa deebisaa.

Daqiiqaa gabaabduu isinirraa fudhata..

❗️Tuutti tuni maali jarri? Jaahmiyyaan,Mushabbihaan,
Jabriyyaan,Qadariyyaan, Murji’aan,Wa’iidiyyaan, Mu’tazilaan, kanaaf kan biroos sirnaan hubachuuf seenaa dubbisaa.
⤵️

https://t.me/iv?url=https%3A%2F%2Frss.bestbot.me%2Ftdil%2Fposts%2F16731250&rhash=27521eb450c138
Forwarded from Al-risala-tube
📚𝕃𝕖𝕖𝕟𝕛𝕚 𝕓𝕒𝕣𝕟𝕠𝕠𝕥𝕒 𝔸𝕢𝕚𝕚𝕕𝕒𝕒 K-8
 Leenjii barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 8ffaa.
~~~~~~~~~~~~~~~~
barnoota Amntii Waa'ee Aqiidaa.   Kutaa 8ffaa.

Waan hedduu irraa hubattu inshaa'allaah.
---------

•Gaafileen Torbee dhufuu hundumtuu asuma keessaa qofa bahu, dubbisaa qophaawaa dursa deebisaa.

Daqiiqaa gabaabduu isinirraa fudhata..

ilaalchi sirrii sahaabaa, siraaxa, Qiyaamaa qabaachuu qabda , kanaaf kan biroos sirnaan hubachuuf seenaa dubbisaa.⤵️