Fayyummaa Firii Shunburaa
FAAYDAA SHUNBURAA
1.Dhukkubbii mataaf.
2. Jijiiraamu sagaleetiif,
3. Dhukkuubbii laagaaf.
4. Dabaliinsa qaamaaf, (dabaluu qamatiif.)
5. Daballii sparm (rakkiina walqwalqunnaamtii saala damma waliin makaa nyaadha )
6. Raammo garachatiif.
7. Dhukkuubbii lappee irriisuf.
8. Dhukkuubbii dugdaaf, kessaattu warreen lapii toppi fayyadamaaniif.
9. Dhibee sonbaatiif.
10. Cirraacha kalee basuuf, kessaattu gurrattiin isii yoo dammaan makaani nyataan.
11. Dhรฌibbaa dhiigaatiif.
12. Gogaa kenyaaf.
13. Ciixxoo (Hoqsiisu qaama) irrisuuf..
14. Fayyaa rifeensaaf.
15. Dhibee ilkaaniif.
16.dhiiguu irgoo keenyaatiif.
17. Fayyaa onneef.
18. Fayyaa sammuu keenyaatiif.
Galatooma lammii koo!
Sanbata Gaarii qabaadhaa!

Barattoota 12tiif
Share godhaa obboleeyyan keeysaniif
Rabbiin isin haa gargaaru firii keeysan lafa bada isin jalaa hin godhin. Inni irkoof tolu isin waliin haa jiraatu.
โค๏ธAkka dhaamsaatti๐
1,Sa'aa ammaan tanaa irraa kaasaa online irraa fagaadhaa akka tasgabbooyatniif.
2,Qormaataatu hatame, yeroo isaatu dabre... ka ja'u hin dhagahinaa.
3,Barana akka tolutti akka isin hin baratin ni beeyna kanaaf suuta ja'aa waan dandeeysan yaalaa.
4, Deebiin qormaataa akka tasaa yoo isiniif ergame jarjartee itti lixxee akka sin dogongorsiifne.
5, Deebii alaa irratti irkoo takka hin godhatin haga dandeeysu yaaluuf if amansiisi.
6, yerotti fayyadamii ariitiin xumuruuf yaali. Deebii hedduu sitti ulfaate irra hin turin.
7, Ganamaan qa'ee mana barumsaa sanitti argami.
8, qormaata duraas tahee boodaas waa'ee qormaataa namootaa waliin hin odeeysin.
9, Wantoota guuttachuu qabdu duursii guuttadhu tasgabbiin bobbahi.
#Akka jabaa๐
โค๏ธGanama san dhiira yoo taate subhii jammaan salaati, achuma turi Qur'aana haga siif laafe qara'i, zikriilee jajjabduus godhi, du'aa'iis godhadhu, yeroo aduun ol baatee xiqqo ol jatte sunnaa lama irra buufadhu masjiidaa bahi, haadhafi abbaa kees fitti tufsiisi. Isaan yoo hin jiraannees namuma bira jirtu, akkasitti manaa bahi, haga karaa mana barumsaa deemtuus zikriilee godhaa deem, yeroo qorumsa jalqabdees "bismillaah" Yaa Rabbi na gargaari ja'iitii jalqabi. #Shamara yoo taatees bakka takkitti Subhii jammaan masjiidatti deemu san malee kanuma hordofta.
Iinshaallaah fadha Rabbiitiin irra aantanii abdii Rahmaaniin guutamaa !
โค๏ธ @jechootahayyoota

Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
YouTube
NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !
LIKE SHARE SUBSCRIBE GODHU HIN DAGATINA#
Dev@:
๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐ณ๐๐๐ ๐ณ๐๐๐๐๐๐๐
1. ๐จ๐ ๐ ๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐........ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
2. ๐ฑ๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐................. ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
3.๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐............ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
4.๐จ๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐................... ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
5.๐ด๐๐ ๐ ๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐..... ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
6.๐ซ๐๐๐ ๐ซ๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.............๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
7.๐จ๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐........................๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
8.๐ด๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.................... ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
9.๐พ๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐..................๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
10.๐ซ๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.........๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
11.๐ฉ๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.................๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
12.๐บ๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐....................๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
13.๐ถ๐ ๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐..........๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
14.๐ฉ๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐..............๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
15.๐ฒ/๐ด๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐......๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
16.๐ฏ๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.................๐๐ข๐๐๐ฆ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
17.๐จ๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.............๐๐๐๐๐
18.๐ซ๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.........................๐๐๐๐๐
19.๐ด๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐...............๐๐๐๐๐
20.๐พ๐๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐๐จ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.....................๐๐๐๐๐
21.๐ฉ๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐........................๐๐๐๐๐
22.๐พ๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐......................๐๐๐๐๐
23.๐ฑ๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐..........................๐๐๐๐๐
24.๐พ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐......................๐๐๐๐๐
25.๐พ๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐...................๐๐๐๐๐
26.๐ฎ๐๐๐ ๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐..................๐๐ฆ๐ก๐๐ซ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
27.๐ฉ๐๐๐๐ ๐ซ๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐..............๐๐ฆ๐ก๐๐ซ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
28.๐พ๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐......................๐๐ฆ๐ก๐๐ซ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
29.๐พ๐๐๐ ๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐...................๐๐ฆ๐ก๐๐ซ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
30.๐ซ๐๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.........๐๐ฆ๐ก๐๐ซ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
31.๐ซ๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐..........๐๐ฆ๐ก๐๐ซ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
32.๐ซ๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐....................๐๐ฆ๐ก๐๐ซ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
33.๐ด๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.......๐๐ฆ๐ก๐๐ซ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
34.๐ฐ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐...................๐๐ฆ๐ก๐๐ซ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
35.๐ซ๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐............๐๐ฆ๐ก๐๐ซ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
36.๐ฑ๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.....................๐๐ฎ๐ฆ๐๐ฅ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
37.๐ฒ๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐............๐๐ฎ๐ฆ๐๐ฅ๐ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
38.๐จ๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐......................๐/๐๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ณ
39.๐บ๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.....................๐๐๐๐ซ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
40.๐ฎ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐..................๐๐๐ฆ๐๐๐ฅ๐ฅ๐
41.๐น๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.......................๐๐ข๐ ๐ซ๐๐ฒ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
42.๐ด๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐...................๐๐ข๐ ๐ซ๐๐ฒ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
43.๐จ๐ ๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐...................๐๐ข๐ ๐ซ๐๐ฒ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
44.๐จ๐๐๐ ๐ผ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.....................๐๐ข๐ ๐ซ๐๐ฒ ๐๐๐ ๐ข๐จ๐ง
๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
1. ๐๐๐๐ฆ๐ ๐ฌ๐๐ข๐๐ง๐๐ ๐๐ง๐ ๐ญ๐๐๐ค๐ง๐จ๐ฅ๐จ๐ ๐ฒ ๐ฎ๐ง๐ข๐ฏ๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ญ๐ฒ (๐๐๐๐)...........๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
2. ๐๐๐๐ข๐ฌ ๐๐๐๐๐ ๐ฌ๐๐ข๐๐ง๐๐ ๐๐ง๐ ๐ญ๐๐๐ค๐ง๐จ๐ฅ๐จ๐ ๐ฒ ๐ฎ๐ง๐ข๐ฏ๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ญ๐ฒ (๐๐๐๐๐)............๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
@OROMOTOO

Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
OSOO HIN HUBATIN NAMATTI HIN MURTEESSIN
Mucaan umri 24 tokko maatii isaati wajji baaburan deemu Jira.
mucaanis Akkuma daa'imatti fuulli isaa ifee
"Abbaa ko laal!! Mukkeen hundi gara Duuba fiigu jiranii! " ja'en.
Namoonni baabura keessa naannoo isaani jiran amala daa'imummaa mucaa isaan ajaibu eegale.
Tiqqo turee ammas Mucaan gammachuudhan guutamee, "laal abbaa duumessi nu wajjiin fiigu Jira " ja'en,
Hoggaa kana namtichi fuula isaani dura taa'u tokko amalli daa'imummaa mucaa kun itti heddumannaan abbaa mucaatin "maalif ilma kee kana doktora bira geessite hin laalchifne " ja'en ,
Abbaanis "geessetin laalchisee deebi'uu jirra. Ilmi kiyya dhaloota isarraa eegalee arguu hin danda'u ture, har'a baqaqsanii yaaludhan (opprassion) arguu danda'e " ja'en!!!
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Share godhi

Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan
Channela banattani gudiisun yoo isin rakkise ta'e
Yero gabaabaa kesatti Gudifachu dandessu.
Promotion VIP
1000member ---- 200birr
2000member ---- 400 birr
3000member ---- 650 birr
4000member ---- 840 birr
5000 member _ _ _980birr
Gati isinirra gad xiqqessun Guddifachu ni dandessu
Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.

Kaayyoon, ejjannoon keefi dhugaan ati qabdee itti deemtu sagaleewwaniif waca nannoo kee jiruun adda si baasu. Dhugaanis, kaayyoo ofiif jiraachuunis jaallatamaa sin taasisan. Haqa kana simattee kaayyoo keef dhugaa qabdee jirtuun imala kee itti fufi.
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
WAROOTA HIDHAAN DU'A ISINITTI FAKKAATTE HUNDAAF.
LEENCONNI OROMOO NI HIDHAMAN MALEE HIN DUUNE WAAN TA'EEF KAN HIDHAME NI BAHA KANAAF HIDHARRAA HIIKKAMANIIT JIRANII GODA SEENTAN LAALLADHAA!!!
IJA BANADHUU LAALI!!!!!

#AKEEKKACHIISA_CIMAA.
Oromoon #Hidhamtoota_Siyaasaa Hardha hikkamanitti gammadee Bakka hedduutti Miira ofii to'annoon ala baasaa Jira.
Biyyi waraana keessa akka jirtu yaadadhaa. Girrigirriin gammachuu keenya Ibsachuuf taasisnu gatii Akka nun kanfalchiifne. Badhoon Ummata Abbaa Gadaa rashanu ta'uun yaadatamee hiriiraa fi Baanee dhichisuun duura naannoo keenya xiyyeeffannoo keessa galchuu barbaachisa.

Anis Karrayyuudha
Madda Oromummaan
imala namummaan
Miti naan hin jedhin
Karrayyuudha an
Karrayyuu karra haayyuu
Hortee Baarentuudhaa
Ilmaan saba guddaa
Ilmaan Oromoodhaa
Enyuummaa keessaniin
kan jiraattan boonaa
Dirree milkiif karraa
maaf godhanii foonaa?
Gootummaa kee beeku
boriif sodaatanii
Kaanaaf qaallichaa
si furaa nyaatanii
Labatni uma fufa
Anis Karrayyuudha
Dhiigni kee dhiigaa koo
Lafeen kees kan koodha
Du'a jagnaa duutan
du'a gadhee motii
Silas dur gootummaa
kan abbaa keeti
kan abbaa kootii
Deemsi keessan unuuf
baraan dirmammuudha
Godaannisan qaba
Anis Karrayyuudha
#Share
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Madda Oromummaan
imala namummaan
Miti naan hin jedhin
Karrayyuudha an
Karrayyuu karra haayyuu
Hortee Baarentuudhaa
Ilmaan saba guddaa
Ilmaan Oromoodhaa
Enyuummaa keessaniin
kan jiraattan boonaa
Dirree milkiif karraa
maaf godhanii foonaa?
Gootummaa kee beeku
boriif sodaatanii
Kaanaaf qaallichaa
si furaa nyaatanii
Labatni uma fufa
Anis Karrayyuudha
Dhiigni kee dhiigaa koo
Lafeen kees kan koodha
Du'a jagnaa duutan
du'a gadhee motii
Silas dur gootummaa
kan abbaa keeti
kan abbaa kootii
Deemsi keessan unuuf
baraan dirmammuudha
Godaannisan qaba
Anis Karrayyuudha
#Share
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Situ karaatti hafe๐ข
Kan abbaa yeroo ta'e
Haa godhu waan fedhe,
Kan hidhame hiikame
Gaafuma rabbi jedhe...
Kan dhukkubsates fayya
Ogeessaan wal'aanamee,
Madaakeetu nutti ulfaata
Madaa tasa wallaalamee...
Kan rukutames jiraata
Cabees ta'u lafee,
Madaa nutti taate
Madaa garaatti hafee
Haacee qaalii Oromoo
Situ karaatti hafee ๐ข
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Kan abbaa yeroo ta'e
Haa godhu waan fedhe,
Kan hidhame hiikame
Gaafuma rabbi jedhe...
Kan dhukkubsates fayya
Ogeessaan wal'aanamee,
Madaakeetu nutti ulfaata
Madaa tasa wallaalamee...
Kan rukutames jiraata
Cabees ta'u lafee,
Madaa nutti taate
Madaa garaatti hafee
Haacee qaalii Oromoo
Situ karaatti hafee ๐ข
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Nama goota jechuun nama Yeroo hunda an hin dogogoru, an beekaa dha ifin jedhu San osoo hin ta'in,
๐ Nama Yeroo dogogore dogogora ofii beeke fi amanee irraa baratu sani !!
Kun ofitti amanamummaa qabaachu agarsiisa!
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
๐ Nama Yeroo dogogore dogogora ofii beeke fi amanee irraa baratu sani !!
Kun ofitti amanamummaa qabaachu agarsiisa!
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Nuuf kenneera rabbi
jabina isa guddaa
Dirra ittiin baannu
rakkoo hamaa hunda
Osuma watwaatnu
boolla qilee lixnee
Galata Waaqayyoo
seequurraa'n fagaanne
Rakkoon dabalamuus
guyyuun akka jiruu
Imimmaan roobsudhan
barri yoomuun taru
Guyyaan har'aa kuni
darbee seenaaf hafa
Boo'uu qofa miti
falli biraa kolfa
#Share
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
jabina isa guddaa
Dirra ittiin baannu
rakkoo hamaa hunda
Osuma watwaatnu
boolla qilee lixnee
Galata Waaqayyoo
seequurraa'n fagaanne
Rakkoon dabalamuus
guyyuun akka jiruu
Imimmaan roobsudhan
barri yoomuun taru
Guyyaan har'aa kuni
darbee seenaaf hafa
Boo'uu qofa miti
falli biraa kolfa
#Share
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
#DoktarGarramawuHulluuqaa
Doktar Garramawu Hulluuqaa pirezidaantii Yunvarsiitii Naannoo Oromiyaa akkasumas hogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Doktar Tolaa Bariisoo walittiqabaa boordii yunivarsitichaa ta'uun ramadaman.
Yunvarsitichi Akkaadamii Hoggansa Naannoo Oromiyaa waliin akkaataa labsii Caffee Oromiyaan walitti makamuunsaanii ni yaadatama.
Maddi: Fb yunivarsitichaa
ABDII UMMATA BAL'AA!!
๐กMIIDIYAA๐ก