Forwarded from ģţ cartoon illustration
✋ Ashamaa Akkam jirtan?
Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha

Forwarded from Keyralumma

Forwarded from Gaddisa_dhuga
Forwarded from Anuwar Shafi Official
Forwarded from Aliyye islamic channel (Baredduu Arsii Dida'aa.)
Hikkaa qur'anaa Ykn tafsiraa Qur'anaa Suraa Annaazi’aat
بسم الله الرحمن الرحيم
Maqaa Rabbitiin Eegalaa maqan isaa Rahmaniin kan tahee maqan isaa Rahimiin kan tahee .
وَٱلنَّـٰزِعَٰتِ غَرۡقٗا
1, [Maleykaa lubbuu kaafiraa] humnaan buttuunin (kakadha
وَٱلنَّـٰشِطَٰتِ نَشۡطٗا
2, [Kan lubbuu mu’uminaa] luqqisuu suuta luqqiftuunis.
وَٱلسَّـٰبِحَٰتِ سَبۡحٗا
3, [Kan ajaja Rabbii geessuuf] adeemuu demaniinis.
فَٱلسَّـٰبِقَٰتِ سَبۡقٗا
4, Maleykota] dorgommii wal dorgomaniinis
فَٱلۡمُدَبِّرَٰتِ أَمۡرٗا
5, (Kan) ajaja Rabbii gara dachii geessaniininis (nan kakadha
يَوۡمَ تَرۡجُفُ ٱلرَّاجِفَةُ
6, sochootuun [afuuffiin xurumbaa nama] sochooftu;
تَتۡبَعُهَا ٱلرَّادِفَةُ
7, Hordoftuutu (afuuffii biraatu) ishee hordofa.
قُلُوبٞ يَوۡمَئِذٖ وَاجِفَةٌ
8, Onneen gariin guyyaa san rifattuudha.
أَبۡصَٰرُهَا خَٰشِعَةٞ
9, Ijji ishee salphattuudha
يَقُولُونَ أَءِنَّا لَمَرۡدُودُونَ فِي ٱلۡحَافِرَةِ
10, Ni jedhu: "sila nuti dhugumatti haala jireenya duriitti ni deebifamnaa?
أَءِذَا كُنَّا عِظَٰمٗا نَّخِرَةٗ
11, Sila erga lafee dhumte taanee moo?
قَالُواْ تِلۡكَ إِذٗا كَرَّةٌ خَاسِرَةٞ
12, Yoo akkas ta'e sun deebii hoongooti" jedhan.
فَإِنَّمَا هِيَ زَجۡرَةٞ وَٰحِدَةٞ
13, Isheen iyya (afuuffii) tokko qofa.
فَإِذَا هُم بِٱلسَّاهِرَةِ
14, Yeroma san isaan gubbaa dachii irratti ta'u .
هَلۡ أَتَىٰكَ حَدِيثُ مُوسَىٰٓ
15, Sila haasofni waa’ee Muusaa sitti dhufee?
إِذۡ نَادَىٰهُ رَبُّهُۥ بِٱلۡوَادِ ٱلۡمُقَدَّسِ طُوًى
16 , Yeroo Gooftaan isaa laga qulqulleffamaa "Xuwaa" jedhamu keessatti isatti lallabe.
ٱذۡهَبۡ إِلَىٰ فِرۡعَوۡنَ إِنَّهُۥ طَغَىٰ
17 , Gara Fir'awn deemi; inni daangaa darbee jira.
فَقُلۡ هَل لَّكَ إِلَىٰٓ أَن تَزَكَّىٰ
18, Jedhiin: "sila gara (shirkii irraa) qulqulleffachuutti fedha qabdaa?
وَأَهۡدِيَكَ إِلَىٰ رَبِّكَ فَتَخۡشَىٰ
19, Akka sodaattuuf gara Gooftaa keetii si qajeelchutti (fedha qabdaa)."
فَأَرَىٰهُ ٱلۡأٓيَةَ ٱلۡكُبۡرَىٰ
20, [Muusan] mallattoo guddaa isa (Fir'awniin) agarsiise
فَكَذَّبَ وَعَصَىٰ
21, Inni (Fir’awn) sobsiisee faallesse.
ثُمَّ أَدۡبَرَ يَسۡعَىٰ
22, Ergasii ariifataa gara gale.
فَحَشَرَ فَنَادَىٰ
23, Sana booda walitti qabee lallabe:
فَقَالَ أَنَا۠ رَبُّكُمُ ٱلۡأَعۡلَىٰ
24, “Ani gooftaa keessan isa ol aanaadha” jedhe.
فَأَخَذَهُ ٱللَّهُ نَكَالَ ٱلۡأٓخِرَةِ وَٱلۡأُولَىٰٓ
25, Sana booda Rabbiin adabbii [badii] boodaatiifi jalqabaatiifis isa qabe.
إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَعِبۡرَةٗ لِّمَن يَخۡشَىٰٓ
26, Dugumatti, kana keessa nama Rabbiin sodaatuuf gorsatu jira.
ءَأَنتُمۡ أَشَدُّ خَلۡقًا أَمِ ٱلسَّمَآءُۚ بَنَىٰهَا
27, Sila uumaa keessantu irra jabaata moo samii dha? Inni (Rabbiin) ishee ni ijaare.
رَفَعَ سَمۡكَهَا فَسَوَّىٰهَا
28, Ijaarsa ishee ol fuudhee, ishee wal qixxeesse.
وَأَغۡطَشَ لَيۡلَهَا وَأَخۡرَجَ ضُحَىٰهَا
29, Halkan ishee dukkaneessee guyyaa ishee ibse.
وَٱلۡأَرۡضَ بَعۡدَ ذَٰلِكَ دَحَىٰهَآ
30, Dachii sana booda sirreesse.
أَخۡرَجَ مِنۡهَا مَآءَهَا وَمَرۡعَىٰهَا
31,Ishee irraa bishaan isheetiifi biqiltuu ishee ni baase.
وَٱلۡجِبَالَ أَرۡسَىٰهَا
32, Gaarreenis dachii irra ni dhaabe.
مَتَٰعٗا لَّكُمۡ وَلِأَنۡعَٰمِكُمۡ
33, Isiniifi beelladoota keessan qanansiisuuf [kana godhe].
فَإِذَا جَآءَتِ ٱلطَّآمَّةُ ٱلۡكُبۡرَىٰ
34, Yeroo balaan guddoon (Qiyaamaan) dhufte,
يَوۡمَ يَتَذَكَّرُ ٱلۡإِنسَٰنُ مَا سَعَىٰ
35, Guyyaa namni waan hojjate hunda yaadatu,
وَبُرِّزَتِ ٱلۡجَحِيمُ لِمَن يَرَىٰ
36, (Guyyaa) ibiddi jahannam namuma arguuf mul'atte,
فَأَمَّا مَن طَغَىٰ
37, Namni daangaa dabree,
وَءَاثَرَ ٱلۡحَيَوٰةَ ٱلدُّنۡيَا
38, Jireenya addunyaa kanaa filate
فَإِنَّ ٱلۡجَحِيمَ هِيَ ٱلۡمَأۡوَىٰ
39, Dhugumatti, teesson isaa jahannami.
وَأَمَّا مَنۡ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِۦ وَنَهَى ٱلنَّفۡسَ عَنِ ٱلۡهَوَىٰ
40, Namni Gooftaa isaa dura dhaabbachuu sodaatee, lubbuu isaa waan isheen hawwitu irraa dhorge,
فَإِنَّ ٱلۡجَنَّةَ هِيَ ٱلۡمَأۡوَىٰ
41, Dhugumatti, jannanni bakka qubannaa isaati.
يَسۡـَٔلُونَكَ عَنِ ٱلسَّاعَةِ أَيَّانَ مُرۡسَىٰهَا
42, [Yaa Muhammad SAW!] Qiyaamaa irraa, yoom argamtii ishee si gaafatu.
فِيمَ أَنتَ مِن ذِكۡرَىٰهَآ
43, Ati beekumsa ishee irraa maal keessa jirta?
إِلَىٰ رَبِّكَ مُن

تَهَىٰهَآ
44, Beekumsi ishee kan dhumaa garuma Gooftaa keetiiti.
إِنَّمَآ أَنتَ مُنذِرُ مَن يَخۡشَىٰهَا
45, Dhugumatti, ati akeekkachiisaa nama ishee sodaatuuti.
كَأَنَّهُمۡ يَوۡمَ يَرَوۡنَهَا لَمۡ يَلۡبَثُوٓاْ إِلَّا عَشِيَّةً أَوۡ ضُحَىٰهَا
46, Isaan guyyaa ishee argan waan galgala tokko yookiin ganama tokko malee (addunyaa irra)
https://t.me/barsistu

Hikkaa qur'anaa Ykn tafsiraa Qur'anaa Suraa An-Nabaa
بسم الله الرحمن الرحيم
Maqaa Rabbitiin Eegalaa maqan isaa Rahmaniin kan tahee maqan isaa Rahimiin kan tahee.
عَمَّ يَتَسَآءَلُونَ
1, [Warri hin amanin] maal irraa wal gaafatuu?
عَنِ ٱلنَّبَإِ ٱلۡعَظِيمِ
2, Oduu guddaa irraa [wal gaafatu.
ٱلَّذِي هُمۡ فِيهِ مُخۡتَلِفُونَ
3, Isa isaan isa keessatti wal dhaban [irraayi].
كَلَّا سَيَعۡلَمُونَ
4, Haa dhowwamanu! fuula dura beekuuf jiru .
ثُمَّ كَلَّا سَيَعۡلَمُونَ
5, Ammas haa dhowwamanu! fuula dura beekuuf jiru.
أَلَمۡ نَجۡعَلِ ٱلۡأَرۡضَ مِهَٰدٗا
6, Sila Nuti dachii firaasha hin goonee?
وَٱلۡجِبَالَ أَوۡتَادٗا
7, Gaarreenis shikaala [hin goonee]?
وَخَلَقۡنَٰكُمۡ أَزۡوَٰجٗا
8, Cimdiis goonee isin uumne
وَجَعَلۡنَا نَوۡمَكُمۡ سُبَاتٗا
9, Hirriba keessan boqonnaa goone
وَجَعَلۡنَا ٱلَّيۡلَ لِبَاسٗا
10, Halkan uffata goone.
وَجَعَلۡنَا ٱلنَّهَارَ مَعَاشٗا
11, Guyyaas yeroo jireenyaa (keessa hojjatan) goone.
وَبَنَيۡنَا فَوۡقَكُمۡ سَبۡعٗا شِدَادٗا
12, Gubbaa keessanittis [samii] jajjaboo torba ijaarre.
وَجَعَلۡنَا سِرَاجٗا وَهَّاجٗا
13, Ifaa boba'aas uumne.
وَأَنزَلۡنَا مِنَ ٱلۡمُعۡصِرَٰتِ مَآءٗ ثَجَّاجٗا
14, Duumessa irraas bishaan dhangala'aa baay'ee buufne.
لِّنُخۡرِجَ بِهِۦ حَبّٗا وَنَبَاتٗا
15, Isaan fuduraafi marga baasuuf jecha [buufne] .
وَجَنَّـٰتٍ أَلۡفَافًا
16, Ashaakiltii damee wal keessa seensifattes.
إِنَّ يَوۡمَ ٱلۡفَصۡلِ كَانَ مِيقَٰتٗا
17, Dhugumatti, guyyaan fooyamaa yeroo beellamamaa ta'e.
يَوۡمَ يُنفَخُ فِي ٱلصُّورِ فَتَأۡتُونَ أَفۡوَاجٗا
18. [Guyyaan sun] guyyaa Garriin (xurumbaan) afuufamee isinis garee gareen dhuftanuudha.
وَفُتِحَتِ ٱلسَّمَآءُ فَكَانَتۡ أَبۡوَٰبٗا
19, [Guyyaa] samiinillee banamtee hulaalee taatuudha.
وَسُيِّرَتِ ٱلۡجِبَالُ فَكَانَتۡ سَرَابًا
20, Gaarreenis deemsifamtee siribii (siribduu) t
إِنَّ جَهَنَّمَ كَانَتۡ مِرۡصَادٗا
21, Dhugumatti jahannam waldaa taateetti .
لِّلطَّـٰغِينَ مَـَٔابٗا
22, Warra daangaa dabraniif iddoo deebiiti.
لَّـٰبِثِينَ فِيهَآ أَحۡقَابٗا
23, Yeroo dheeraaf ishee keessa turu.
لَّا يَذُوقُونَ فِيهَا بَرۡدٗا وَلَا شَرَابًا
24, Ishee keessatti qabbanas ta'ee dhugaatii hin dhandhamanu
إِلَّا حَمِيمٗا وَغَسَّاقٗا
25, Bishaan akkaan danfaafi malaa malee [dhugaatii biraa hin argatanu] .
جَزَآءٗ وِفَاقًا
26, Mindaa wal madaalu [mindeeffaman]
إِنَّهُمۡ كَانُواْ لَا يَرۡجُونَ حِسَابٗا
27, Isaan qormaata hin sodaatanu turan.
وَكَذَّبُواْ بِـَٔايَٰتِنَا كِذَّابٗا
28,vKeeyyattoota keenyas kijibsiisuu kijibsiisan.
وَكُلَّ شَيۡءٍ أَحۡصَيۡنَٰهُ كِتَٰبٗا
29, Wanta cufaayyuu haala barreeffameen walitti qabne.
فَذُوقُواْ فَلَن نَّزِيدَكُمۡ إِلَّا عَذَابًا
30, “Dhandhamaa; azaaba malees isiniif hin daballu” [isaaniin jedhama].
إِنَّ لِلۡمُتَّقِينَ مَفَازًا
31, Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif milkiitu jira
حَدَآئِقَ وَأَعۡنَٰبٗا
32, Ashaakiltiifi inabatu [jira].
وَكَوَاعِبَ أَتۡرَابٗا
33, Dubartoota harma guntuttuu hiriyaa ta'antu [jiru].
وَكَأۡسٗا دِهَاقٗا
34, Geeba (xoofoo) guutamtuu.
لَّا يَسۡمَعُونَ فِيهَا لَغۡوٗا وَلَا كِذَّـٰبٗا
35, Achi keessatti dubbii badaafi wal kijibsiisuu hin dhaga'anu.
جَزَآءٗ مِّن رَّبِّكَ عَطَآءً حِسَابٗا
36, Mindaa Gooftaa kee irraa ta’e kennaa ga’aa [mindeeffaman].
رَّبِّ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِ وَمَا بَيۡنَهُمَا ٱلرَّحۡمَٰنِۖ لَا يَمۡلِكُونَ مِنۡهُ خِطَابٗا
37, Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaanii jiru, mararfataa kan ta'e [irraa mindeeffaman]Isaa wajjin dubbachuu hin danda'anu.

38, Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaanii jiru, mararfataa kan ta'e [irraa mindeeffaman]Isaa wajjin dubbachuu hin danda'anu.
ذَٰلِكَ ٱلۡيَوۡمُ ٱلۡحَقُّۖ فَمَن شَآءَ ٱتَّخَذَ إِلَىٰ رَبِّهِۦ مَـَٔابًا
39,Sun guyyaa [dhufaatiin isaa] haqaatiNamni fedhe [hojii gaarii hojjachuun] gara Gooftaa isaatti deebii tolfata.
إِنَّآ أَنذَرۡنَٰكُمۡ عَذَابٗا قَرِيبٗا يَوۡمَ يَنظُرُ ٱلۡمَرۡءُ مَا قَدَّمَتۡ يَدَاهُ وَيَقُولُ ٱلۡكَافِرُ يَٰلَيۡتَنِي كُنتُ تُرَٰبَۢا
40, Nuti adabbii dhihoo kan guyyaa namni waan harki lamaan isaa dabarfatte arguufi ka

afirris "yaa hawwii kiyya! odoon biyyee ta’ee maal qaba" jedhu san isin sodaachifneerra.
https://t.me/barsistu
https://t.me/barsistu
Seenaa ergamaa Raabbii (SAW) kutaa 11faa
<==================//////============>
Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam Xaa’ifii akka malee gaddaa bahe. Achii bahee hanga Qarna As-Sa’alab gahuutti Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam gaddaa fii yaada kheeysaa hin beeyfanne. Jibriil nageenyi irratti haa jiraatuu Malaaykaa Gaaraatii wajjiin.Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam itti dhufe, Warra Makkaah balleeysuu fii Obsuu kheeysaa Isa filachiise. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam Obsuu filate.Rasuulli sallallaahu Aleeyhi wasallam Makkatti deebi’uuf waasiitti haajame. Mux’im bin Adiyyi akka inni Makkatti deebi’u waasii Isaaf taheef.Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam Xaa’if irraa Makkatti deebi’uun dura nama waasii Isaaf tahu barbaade. Mu’xim bin Adiyyii hoggaa Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam nama itti erge, Waasii Isaaf tahuuf if qabe.Ganama Rasuulli salallaahu aleyhi wasallam Makkatti deebi’e san Mu’xim bin Adiyyi Ilmaan isaa 6 ykn 7 wajjiin seeyfii fannifatanii, meeshaa lolaa uffatanii Rasuula sallallaahu aleeyhi wasallam hoggaa ka’abaan naannawu nama irraa eegutti seenan. Damiinni Qureeyshii Abuu Sufiyaan ni amante moo waasii tahuuf deemta? Jedheen. Mux’im bin Adiyyi “waasiin tahaaf” jedheen. Abuu Sufiyaan “akkas taatu nama ati waasii taateef hin tuynu, waasummaa tee hin diiynu” jedheen.
.
.
.
■KUTAA 12ffaan seenaa Raasulaa SAW
●Israa’i fii Mi’raaj jedhuun inshaa'allaah walitti deebina share waliif godhaa jzk.
@shammarranjannata

Forwarded from Deleted Account
Forwarded from Tooftaa Jireenyaa
⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
♻️✅ Filadhaa fayyadamoo ta'aa 👋👋
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan galmaa'u dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
✅ @walaaoromo
😜 @walaaoromo
🗣🗣🗣🗣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣
🌹🌹🌹🌹🌹
Chanaalota Gurguddoo Aadaa Seenaa fi Duudhaalee umaaata Oromo Dagaagsan Kan Isiin Join Gochuu qabdan
🌹JOIN 🌹
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
♻️✅ Filadhaa fayyadamoo ta'aa 👋👋
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan galmaa'u dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
✅ @walaaoromo
😜 @walaaoromo
🗣🗣🗣🗣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣
🌹🌹🌹🌹🌹
Chanaalota Gurguddoo Aadaa Seenaa fi Duudhaalee umaaata Oromo Dagaagsan Kan Isiin Join Gochuu qabdan
🌹JOIN 🌹
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Forwarded from Keyralumma
Forwarded from ģţ cartoon illustration
✋ Ashamaa Akkam jirtan?
Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha
Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha
Forwarded from Fayisal isper Jimma via @Feysal_bot
SEENAA NABI MUHAMMAD S.A.W KUTAA 8⃣FFAA
By Ibnu_surur ✍️
KUTAA 8⃣ FFAA
DURA KUTAA 7️⃣FFAA DUBBISUU KEE HUBADHU
✅G81-Hamzaan akkamitti islamawe?
D>gaaf tokko Rasuulaa S.A.W Safaa bira dhaabbachaa jiru Abuu Jahal irra dabree arrabsee azaa godhe,Rasuulli Rabbii S.A.W..itti fufa guutuusaa argachuuf
kunoo 👉 OPEN 👈 as qubuma keessaniin tuquun argachuu dandeessu👇
By Ibnu_surur ✍️
KUTAA 8⃣ FFAA
DURA KUTAA 7️⃣FFAA DUBBISUU KEE HUBADHU
✅G81-Hamzaan akkamitti islamawe?
D>gaaf tokko Rasuulaa S.A.W Safaa bira dhaabbachaa jiru Abuu Jahal irra dabree arrabsee azaa godhe,Rasuulli Rabbii S.A.W..itti fufa guutuusaa argachuuf
kunoo 👉 OPEN 👈 as qubuma keessaniin tuquun argachuu dandeessu👇
Forwarded from Anuwar Shafi Official
Forwarded from Anuwar Shafi Official via @Bashasha_bot
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
NABIYYU ARRAHMAA
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Bismillaah maqaa Rabbiitiin eegalla
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤
#Kutaa_2ffaa fi kan Xumuraa
Erga dubbiftanii hiriyyoota keessaniif share godhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🌹Haati Abuu bakri Ummu Jamiilitti dhufte “Abuu Bakri Muhammad maalitti jira sin je’e” jechuun itti himte. Ummu Jamiil “Ani Mucaa keetii fii Isa sanis beeku garuu yoo wajjiin akka deemnu feete si wajjiin dhaqee mucaa kee laala.” Jetteen. Tole je’anii wajjiin dhufan. Abu bakri akka malee tahee cisaa jira. “Rasuulli s.a.w maalirra jira, nageenyi isaa akkami” jechuun ammaa amma gaafata. Nagaya qaba jechu himteef. Isin lamaan na gargaaraati gamaa gamana na qabaa itti na geeysaa jechuun kadhate. Halkan hoggaa miilli namaa cal je’e fuudhanii itti geeysan. Abu Bakri hanga kana hunda hin nyaanne, hin dhuyne. Yaanni Isaa guddaan, nyaanni Isaa, dhugaatiin Isaa hundi Rasuula s.a.w ijaan arguu qofa.
Rasuulli s.a.w hoggaa Isa argu ifitti qabe, Muslimoonni gaafas adunyaa tanarra jiran nama 40 hin guutan ture. Hundi hoggaa haala Abu Bakri keeysa jiru argan booya if qabuu dadhaban.
Abu bakri Yaa Rasuula Rabbi s.a.w atummaan nagaya naaf qabaannaan ani humaa miti jechuun booye.
Manni Isaan keeysatti dhukatanii wal gayan ganda Ibnul Arqam( daarul arqam) je’ama.
Haati Abuu Bakrii guyyaa san Rasuulli s.a.w du’aaii godheefii Islaamummaatti yaamnaan amante.
Abuu Bakri Jaalala Rasuulaaf qabu rakkoon irrisuu hin dandeenye. Osoo gaggabee jiruu Rasuula s.a.w arguuf hawwa, Karaa Isaarratti nama yaamee cafaqamus amantii Rabbii sakandii takkaaf hin shakkine. Kaabineen Isa tumtee itti dhaadattus hin kafarre. Jaalala Rabbii fii Rasuulaatu onnee Isaa guute.
Mee obboleessa koo atis obboleettii too
Seenaa kana irraa maal hubannaa!!!!!!!!!!!
Harra meeqaatam keenyatu otoo maqaan ergamaa Rabbii (s a w) isa biratti arrabsama.
Meeqatu ofumaafuu islaama ofiin jechaa ergamaa Rabbii (s a w) arrabsaa oola.
Harra jaalalli nuti ergamaa Rabbiitiif agarsiisuu qabnu sunnaa isaanii bid'aa irraa adda baafne
Sunnaa sana qarrinfaan qabannee hordofuudha, amma amma salawaata irratti heddummeeysuudha, seenaa isaanii isa sirrii fi qulqulluu baruu fi maatii keenyas barsiisuudha.
Hunda caalaa immoo ergama(Amantii) isaan Rabbii irraa nuuf fidanii dhufan kana irratti jabaannee ittiin milkaa'udha.
@Kennaapost @Kennaapost
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost

Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf
Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf
Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
NABIYYU ARRAHMAA
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Bisimillaahi maqaa Rabbiitiin eegala.
Jaalala Sahaabaan Rasuulaaf qaban.
#KUTAA_1FFAA
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤
Dubbisii share hiriyyaa kee/tee tiif qoodi
Gaafa Ergamaan Rabbii (Nagaa fi Rahmanni Rabbii isaanirra haa jiraatuu) Makkatti lafaa ka’ee da’waa godhe.
✅Islaamummaatti koottaa, haqaan gabbaramaan Rabbii tokkicha malee hin jiru, wanni biraa Rabbi wajjiin waammachuun shirkiidha. Jechuun Qureeyshiitti lallaba. #Abu_Jahal kan jedhamuu fi Firo'oownaa ummata kanaa kan jedhame dhufee aariidhaan ergamaa Rabbii (s a w) duubaan qabee carqiidhaan morma isaanii hudha.
#ABUBAKRI_ASSIDDIIQ Dhufee Abujahal ergamaa akka gad dhiisuuf jedhee darbatee lafatti kuffisee akkana jedhe
"Muhammed (s a w) ajjeeftuu?, waan rahima maxxanfadhaa jedheef, waan Rabbii tokkicha gabaabaa jedheef, waan namni wal qixa jedheef??"
Waaqeefattoonni Makkaa wal guurratanii dhufanii ergamaa Rabbii (s a w) dhiisanii Abubakri reebuu jalqaban.
✅Hanga if wallaalee lafa dhahutti. Kaabineen biyya Makkaa kan Utbaa binu Rahii’aa je’amuun beekkamu tumee aara bahuu dadhabnaan kophee Isaatiin fuula Abu Bakrii irra dhaabbatee lafatti tumuun waan biraatti deebise. Hanga dhiiga Isarraa yaa’uuf funyaanii fii waan biraa addaan wallaalan gahe. Gosti Abuu Bakrii dhufanii kan gaggabe fuudhanii manatti galchatan. Yoo Abuu Bakri du’e akka Utbaa ajjeesan dhaaddatanii beeysisa baasan. Abuu Bakri guyyaa guutuu if wallaalee humaa hin dubbatu. Halkan hoggaa dhiyaate xiqqo beeyfatee dubbachuu jalqabe.
Maaluma dura dubbate sitti fakkaata?
✅“Rasuulli Rabbii s.a.w nagaya qabaa?, Rasuulli s.a.w maalirra jira?” jechuun haasawa isaa jalqabe. Kan Inni tumameef, cafaqameef Amantii Rasuulaa s.a.w qeebaluu fii itti nama yaamuudha. Eega balaan guddoon akkasii Isa qunnamte booda gaafiin inni gaafate gosa Isaa tan du’a Isaa eegaa jirtu waan dallansiiseef dhiisanii biraa kutan. Haadhaan waan dandeeysu gargaari, kuni nama faayidaa qabuu miti je’anii biraa dabran.
Abu Bakri haadhaan maal jedhe sitti fakkaata?
✅“Rasuulli s.a.w maalirra jira, nageenyi Isaa?” jechuun gaafate. Haati isaa akka hin beyne itti himte. Abu Bakri “yoon Rasuula s.a.w hin agarre nyaata takka afaaniin akkan hin tuyne Rabbii kiyyaan kakadha” jechuun haadhatti hime. Haati maal akka gootu wallaalte teeysi. Haati Isaa Ummul Kheeyr mala wallaate osoo teeysu, Abu Bakr mala yaada Isaa ittiin guuttatu himeef. “Ummu Jamiil bintul Khaxxaab bira dhaqii waa’ee Rasuulaa s.a.w naaf gaafadhu.” Jechuun haadha Isaatti himate!!
Maaltu itti aana laata???????👇👇👇👇👇
#Kutaan_2ffaan_itti_fufa
Join 👉@Kennaapost