Forwarded from Islam is peace โค
OSOO HIN DHIHIN DHAQQABADHU
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
ยฉ Abu Ibtisam
Hiriyyaan kiyya kan facebook Baharudiin Jamal Viidiyoo takka karaa inbooksiin natti erge. Wallaahi dhaamsi Viidyoo Sanirraa dhagahe akkaan qalbii na tuqe. Waan dhagahe san guutumaan guututti isiniif dhiheessuun na rakkisus, dhaamsa achirraa dhagahe takka isinii qooda.
Ergamaan Rabbii ๏ทบ โkaraan salphaan jannata ittiin seenaan Haadhaa fi Abbaa ofii gammachiisuudhaโ jedhan.
Ilmi Abdallaah ibn Zubeeyr abbaan isaa jalaa duunaan booye. Ilmi Abdallaah ibn Zubeeyr, โAn Waan Abbaan kiyya duโeefii miti kan booyu. An waan karaan salphaan gara jannataa ittiin seenu na jalaa cufameef booyaโ jedhe.
Hubannoo isaa laalaa mee. Abbaan isaa duโuu isaatiin karaan salphaan gara jannataa ittiin seenu waan jalaa cufameef booye. Haga guyyaa duโa abbaa isaatti haala gaarii kunuunsaa akka ture nu agarsiisa. Dubbii ergamaa Rabbii ๏ทบ dhugoomsee dalagaa irra oolchaa ture. Abbaa fi haati keenya yeroo hangamiif nu waliin akka turan hin beeknu.
Kanaafuu Namni Haadhaa fi Abbaan kee lubbuun jiran, kidimaa isaanii jabeessi. Isaan dallansiisuu fi mufachiisuu irraa of qusadhu. Yoo waa si gaafatan isaan hin didin. Waan isaan gammachiisu hojjachuudhaaf carraaqi.
Yoo akka carraa Abbaa fi Haati keenya gara aakhiraa deeman ammoo, duโaaโii isaanii haa goonu. Maqaa isaaniitiin kheeyrii gurguddaa haa hojjannu. Ilmaan gaarii isaaniif haa taanu. Inni bar ilma abaluuti, Isiin bira intala abaluuti jedhaa, Maqaa Abbaa fi haadha keenyaa namni haala gaariin akka kaasan haa goonu.
YAA ALLAAH
โบ Nama Abbaa fi haadha keenyaaf ajajamnu nu taasisi
โบ Abbaa fi Haadha keenya nuu gammachiisi
โบ Haqa isaanii eeguu nuuf laaffisi
โบ Waan hundaa olitti jannata kee bareeda san keessa nuu qubsiisi
โJoinโ
โฏโโ โ โฟโโฅ๏ธโโฟโ โ โโฏ
https://t.me/joinchat/AAAAAEl3hGJVQ6E9aXlp3g

Telegram
Islam is peace โค
~Dubartiin salaata shanan salaattee
~Baatii Ramadaanaa soomantee
~Qaama ufii haraama irraa tiyifate
~Abbaa manaa ishetifi ajajamate, guyyaa qiyaamaa " Balbala jannataa tan barbaaddeen senti jedhan,
~Yaa rabii wara sana irra nuu godhi โ๏ธ
~Baatii Ramadaanaa soomantee
~Qaama ufii haraama irraa tiyifate
~Abbaa manaa ishetifi ajajamate, guyyaa qiyaamaa " Balbala jannataa tan barbaaddeen senti jedhan,
~Yaa rabii wara sana irra nuu godhi โ๏ธ
Only three days left for remadan. My Allah reached this ramadan All muslim ummah ๐
Anonymous Poll
100%
Amen yaa Allah
0%
๐
๏ทฝ
Barnoota hadiithaa
Kรปtรฃรฃ โชffรฃรฃ
ุงูุญุฏูุซ ุงูุญุงุฏู ุนุดุฑ
Hadiitha โชffรฅรฅ
ุงุชุฑู ู ุงุดููุช ููููููููููู
Waan shakkite ufirraa dhiisi
ุนู ุฃุจู ู ูุญูู ููุฏู ุงููุญูุณููู ุจูู ุนูููู ุจูู ุฃุจู ุทุงููุจู
ุณูุจูุทู ุฑุณููู ุงูููู ุตููููู ุงูููู ุนููููููู ููุณููููู ู ูุฑูููุญุงููุชููู ุฑูุถูู ุงูููู ุนูููููู ุง ูุงูู
Abuu Muhammad Hasan binu Aliyyii binu Abiixaalib (R.I.L.H) kan Rassuulli akaakayyuu ta'uuf urgoo isaa (kan Rassuulli Rabbii jaalala keessa ufitti qabee urgeeffatu) irraa odeeffamee ni jedhe:
ุญูููุธูุชู ู ููู ุฑุณููู ุงูููู ุตููููู ุงูููู ุนููููููู ููุณููููู ู:
Rassuula Rabbii (N.R.I.H)akkana kan jedhu dhagahe
ุฏูุนู ู ูุง ููุฑููุจููู ุฅูููู ู ูุง ูุงู ููุฑููุจููู
Waan sishakkisiisu dhiisii; waan si hin shakkisiifne dalagi.
ุฑูุงูู ุงูุชููุฑู ุฐููู ูุงููููุณุงุฆููููุ ููุงูู ุงูุชููุฑู ุฐููู: ุญุฏูุซู ุญุณููู ุตุญูุญู
Tirmiizii fi Nasaa'iitu gabaase.
Tirmiziin hadiisni kun gaaridha jabaadha jedhe.
Qalbiin dubbisaa
Sultan Beshuka
warra Yeroo waa shakke ykn itti walfakkaate waan dalaguu qabu beeku Rabbiin nuhaa taasisu
ittii fuufa
https://t.me/kamela8462

Forwarded from Islamicbot
Islamicbot:
๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

Yaa nama if wallaale dhufte baatiin of baratan.โ
Yaa nama if dagate dhufte baatiin of yaadatan.โ
Yaa nama dilii garaa garaan dhukkubsate dhufte baatiin of wal'aanan.โ
Yaa nama ibaadarraa laaffate dhufte baatiin ibaada jajjabaatan.โ
yaa nama yeroo ofii qisaaseessaa jiru dhufte baatiin yeroo ofii saammatan.โ
Kan baranaa kan bara hegeree
Baga jala bultii Ramadanaa gettan ๐๐ Ramadaan mubaraak
โO Allah forgive me,
โhave mercy on me,
โguide me,
โ support me,
โprotect me,
โprovide for me and
โelevate me.
โAmen ya Rabbii
โุงูููู ุฅูู
โ ุฃุณุฃูู ุฅูู ุงูุง ุฏุงุฆู ุง
โูุฃุณุฃูู ููุจุง ุฎุงุดุนุง
โูุฃุณุฃูู ุนูู ุง ูุงูุนุง
โูุฃุณุฃูู ููููุง ุตุงุฏูุง
https://t.me/oromoQuen

Shamarran jannata ๐๐
โO Allah forgive me,
โhave mercy on me,
โguide me,
โ support me,
โprotect me,
โprovide for me and
โelevate me.
โAmen ya Rabbii
โุงูููู ุฅูู
โ ุฃุณุฃูู ุฅูู ุงูุง ุฏุงุฆู ุง
โูุฃุณุฃูู ููุจุง ุฎุงุดุนุง
โูุฃุณุฃูู ุนูู ุง ูุงูุนุง
โูุฃุณุฃูู ููููุง ุตุงุฏูุง
โhave mercy on me,
โguide me,
โ support me,
โprotect me,
โprovide for me and
โelevate me.
โAmen ya Rabbii
โุงูููู ุฅูู
โ ุฃุณุฃูู ุฅูู ุงูุง ุฏุงุฆู ุง
โูุฃุณุฃูู ููุจุง ุฎุงุดุนุง
โูุฃุณุฃูู ุนูู ุง ูุงูุนุง
โูุฃุณุฃูู ููููุง ุตุงุฏูุง
Forwarded from Deleted Account
โป๏ธChaanaalota barnootaa guddina ariifachiisaarra jiru kan afaan oromootiin isn bira dhaabbataa jiru woliin taanee haguddifnu ofiis
โคต๏ธJOINโคต๏ธ goonee hiriyoottan keenyaafis hagumaachinu kunoo kanneen gadii kanaโคต๏ธ๐๐โคต๏ธ
โคต๏ธJOINโคต๏ธ goonee hiriyoottan keenyaafis hagumaachinu kunoo kanneen gadii kanaโคต๏ธ๐๐โคต๏ธ
Forwarded from Deleted Account
Ana beektuu laata...?
Ji'a sadi guute
An ergan dhaladhee
Miseensa baay'isee
Humna dabaladhee
Yeroo gabaabdutti
Addunyaa qabadhee
Qilleensarra kaadha
Ijaan hin mul'adhuu
Sagalees ol fuudhee
Namatti hin dubadhuu
Osoo hin mul'atin
Hojii koo eegalee
Eenyus hin sodaadhu
Rabbii guddaa malee
Guddinni Ameerikaa
Dhaloonni chaaynattii
Dhiifama naaf godhaa
Kan aartanis nattii
Ammaaf ana qofa
Eenyu mootin biraa
Mootummaan addunyaa
Harka kan koo jiraa
Warra samii bahee
Ji'a gubbaa yaabee
Manatti dachaasee
Sochii jaraa dhaabee
Mootota addunyaa
Kan qaban dhageettii
Waarra misaa'elaa
Warra taankif jeettii
Anoo harka duwwaa
Hunda jaraa cabsee
Ol aantummaa kan koo
Addunyaadhaf labsee
Rabbii guddaa malee
Homtuu na hin dandeenyee
Ammas itti fufaa
Bakka yaade hin geenyee
Mootin Ameerikaa
Inni dhugaa haalee
Ummata musliimaa
Boombiidhan awwaalee
Lubbuu musliimotaa
Miliyoonan nyaatee
Anoo mataa yaabnan
Kinoo harka laatee
Kan musliimarratti
Dur shira foo'anii
Har'a harka laachuun
Imimmaan boo'anii
Na dhaabuu hin danda'u
Ammas namni kamuu
Mirgi musliimotaa
Hanga kabajamuu
Hojiin koo hin dhaabbatu
Ammas itti fufaa
Osoo ati hin beekin
Tasa loo'ee dhufaa
Wanti isinii dhaamu
Ummata musliimaa
Tooftaa na mootaniin
Mee isiniif himaa
Rabbitti deebi'aa
Araarama kadhaa
Dilii guddoof xiqqoo
Hundumaa toowbadhaa
Du'aayii baay'isaa
Ibaadaa jabeessaa
Darbuu yoo barbaaddan
Yeroo kana keessaa
Beellamni koo ga'ee
Hamma bahuu biyyaa
Hunduu na baqadhaa
Amma yeroon kiyyaa
Maqaa koo barbaannan
Koroonaa jedhamaa
Galaafachaan jira
Lubbuu kumaatamaa
Ammallee hin quufne
Beelli natti jiraa
Lubbuu namaa malee
Hin nyaadhu waan biraa
Eenyulleen hin bahu
Ana jalaa dheessee
Meeqa galaafadhee
Meeqa ammoo madeessee
Inshallah ni gala
Gaafa yeroon geessee
Ani koroonaadha
Hundinuu na baraa
Anoo dhufaa jiraa
Naaf gadhiisaa karaa....
Waan dubbiftaniif galatoomaa.....!!!!
Qaasim Kadiir Arsii Asakoo
Join godhaa irraa baradhaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://telegram.me/Ibnutemiya6
Ji'a sadi guute
An ergan dhaladhee
Miseensa baay'isee
Humna dabaladhee
Yeroo gabaabdutti
Addunyaa qabadhee
Qilleensarra kaadha
Ijaan hin mul'adhuu
Sagalees ol fuudhee
Namatti hin dubadhuu
Osoo hin mul'atin
Hojii koo eegalee
Eenyus hin sodaadhu
Rabbii guddaa malee
Guddinni Ameerikaa
Dhaloonni chaaynattii
Dhiifama naaf godhaa
Kan aartanis nattii
Ammaaf ana qofa
Eenyu mootin biraa
Mootummaan addunyaa
Harka kan koo jiraa
Warra samii bahee
Ji'a gubbaa yaabee
Manatti dachaasee
Sochii jaraa dhaabee
Mootota addunyaa
Kan qaban dhageettii
Waarra misaa'elaa
Warra taankif jeettii
Anoo harka duwwaa
Hunda jaraa cabsee
Ol aantummaa kan koo
Addunyaadhaf labsee
Rabbii guddaa malee
Homtuu na hin dandeenyee
Ammas itti fufaa
Bakka yaade hin geenyee
Mootin Ameerikaa
Inni dhugaa haalee
Ummata musliimaa
Boombiidhan awwaalee
Lubbuu musliimotaa
Miliyoonan nyaatee
Anoo mataa yaabnan
Kinoo harka laatee
Kan musliimarratti
Dur shira foo'anii
Har'a harka laachuun
Imimmaan boo'anii
Na dhaabuu hin danda'u
Ammas namni kamuu
Mirgi musliimotaa
Hanga kabajamuu
Hojiin koo hin dhaabbatu
Ammas itti fufaa
Osoo ati hin beekin
Tasa loo'ee dhufaa
Wanti isinii dhaamu
Ummata musliimaa
Tooftaa na mootaniin
Mee isiniif himaa
Rabbitti deebi'aa
Araarama kadhaa
Dilii guddoof xiqqoo
Hundumaa toowbadhaa
Du'aayii baay'isaa
Ibaadaa jabeessaa
Darbuu yoo barbaaddan
Yeroo kana keessaa
Beellamni koo ga'ee
Hamma bahuu biyyaa
Hunduu na baqadhaa
Amma yeroon kiyyaa
Maqaa koo barbaannan
Koroonaa jedhamaa
Galaafachaan jira
Lubbuu kumaatamaa
Ammallee hin quufne
Beelli natti jiraa
Lubbuu namaa malee
Hin nyaadhu waan biraa
Eenyulleen hin bahu
Ana jalaa dheessee
Meeqa galaafadhee
Meeqa ammoo madeessee
Inshallah ni gala
Gaafa yeroon geessee
Ani koroonaadha
Hundinuu na baraa
Anoo dhufaa jiraa
Naaf gadhiisaa karaa....
Waan dubbiftaniif galatoomaa.....!!!!
Qaasim Kadiir Arsii Asakoo
Join godhaa irraa baradhaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://telegram.me/Ibnutemiya6
Telegram
HOJII KEE
HOJII KEEยซ
Forwarded from Islamicbot
Islamicbot:
๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Forwarded from Walaa_Meme (Wรกlร รค๐ รrรณmรณ)
โช๏ธโซ๏ธ๐ดโช๏ธโซ๏ธ๐ดโช๏ธโซ๏ธ๐ดโช๏ธโซ๏ธ๐ด
โโโโโโโโโโโโ
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
โโโโโโโโโโโโ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
โป๏ธโ Filadhaa fayyadamoo ta'aa ๐๐
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan galmaa'u dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
โ @walaaoromo
๐ @walaaoromo
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
โก๏ธ: @walaaoromo
โก๏ธ: @walaaoromo
โก๏ธ: @walaaoromo
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
JOIN

Sagantaa ramadaanaa eegallee jirra dafaa itti dhihaadha ๐
Forwarded from Deleted Account
โ Yaa rabbi boohartii taraawiihaa san nun hanqisin.๐
โ Sagalee qur'aanaa babbareedduu san yaa rabbi nun agabsin.๐
Fayyaa guutuudhaa fi gammachuudhaan ramadaanaan nu gahi ๐๐๐ฅบ
Aamiiiiiiiiiiiiiin ๐๐
โ Sagalee qur'aanaa babbareedduu san yaa rabbi nun agabsin.๐
Fayyaa guutuudhaa fi gammachuudhaan ramadaanaan nu gahi ๐๐๐ฅบ
Aamiiiiiiiiiiiiiin ๐๐
Forwarded from Deleted Account
โป๏ธChaanaalota barnootaa guddina ariifachiisaarra jiru kan afaan oromootiin isn bira dhaabbataa jiru woliin taanee haguddifnu ofiis
โคต๏ธJOINโคต๏ธ goonee hiriyoottan keenyaafis hagumaachinu kunoo kanneen gadii kanaโคต๏ธ๐๐โคต๏ธ
โคต๏ธJOINโคต๏ธ goonee hiriyoottan keenyaafis hagumaachinu kunoo kanneen gadii kanaโคต๏ธ๐๐โคต๏ธ
Forwarded from Walaa_Meme (Wรกlร รค๐ รrรณmรณ)
โช๏ธโซ๏ธ๐ดโช๏ธโซ๏ธ๐ดโช๏ธโซ๏ธ๐ดโช๏ธโซ๏ธ๐ด
โโโโโโโโโโโโ
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
โโโโโโโโโโโโ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
โป๏ธโ Filadhaa fayyadamoo ta'aa ๐๐
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan galmaa'u dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
โ @walaaoromo
๐ @walaaoromo
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
โก๏ธ: @walaaoromo
โก๏ธ: @walaaoromo
โก๏ธ: @walaaoromo
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
JOIN
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
โโโโโโโโโโโโ
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
โโโโโโโโโโโโ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
โป๏ธโ Filadhaa fayyadamoo ta'aa ๐๐
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan galmaa'u dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
โ @walaaoromo
๐ @walaaoromo
๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ๐ฃ
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
โก๏ธ: @walaaoromo
โก๏ธ: @walaaoromo
โก๏ธ: @walaaoromo
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
JOIN
โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ โ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Harmee Rabbin umrii isii nuf haa dheressuu ๐ญ๐ญ
Forwarded from Deleted Account
๐ทGaaffii kanarratti hirmaadhaa mee
โ Lolli ykn waraanni u'hdii kan muslimootaafi Qure'yishii gidduutti hijiraa woggaa 3ffaa geggeefame ji'a ykn baati kam keessa?
A. Ji'a Rajab
B. Ji'a Ramadan
C. Ji'a Shawwaal
D. Ji'a Zul hijjaa
Carraa gaarii ๐ก
โ Lolli ykn waraanni u'hdii kan muslimootaafi Qure'yishii gidduutti hijiraa woggaa 3ffaa geggeefame ji'a ykn baati kam keessa?
A. Ji'a Rajab
B. Ji'a Ramadan
C. Ji'a Shawwaal
D. Ji'a Zul hijjaa
Carraa gaarii ๐ก
Forwarded from Deleted Account
โ
Baatii ramadaanaa keessa maaltu nubarbaachisa
โ Baatii ramadaanaa akkamitti dabarsina ๐๐