Shamarran jannata 😍😘
1.17K subscribers
157 photos
32 videos
851 links
O Allah forgive me,
have mercy on me,
guide me,
support me,
protect me,
provide for me and
elevate me.
Amen ya Rabbii

اللهم إني
أسألك إيمانا دائما
وأسألك قلبا خاشعا
وأسألك علما نافعا
وأسألك يقينا صادقا
Download Telegram
Forwarded from Deleted Account
"በኢትዮጵያ ተጨማሪ 268 ሰዎች በኮሮና ቫይረስ መያዛቸው ተረጋግጧል፤ የ8 ሰዎች ህይወት አልፏል።" - ዶክተር ሊያ ታደሰ

@oromotoo
Forwarded from Deleted Account
💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴

Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa

❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

♻️ Filadhaa fayyadamoo ta'aa 👋👋
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan galmaa'u dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
@walaaoromo
😜 @walaaoromo

🗣🗣🗣🗣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣🧣
🌹🌹🌹🌹🌹
Chanaalota Gurguddoo Aadaa Seenaa fi Duudhaalee umaaata Oromo Dagaagsan Kan Isiin Join Gochuu qabdan

🌹JOIN 🌹
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣

Channel Keessan bekksifachuuf galmaa

⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo

JOIN

📖 Hikmaa Qur'aanaa keessaa, kana beektaa? 📖
෴෴෴෴෴෴෴෴෴෴෴

|1| «Malaa'ikaa keessaa kan qur'aan nabiyyii keenyatti s.a.w geesse jibriili.
➦Innis irra caalaa malaa'ikaa ta'e.»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

|2| «Qur'aannis rasuula keenya Muhamed s.a.w irratti buufame.
➦Isaanis irra caalaa rasuulaa ta'an.»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

|3| «Qur'aannis gara ummata keenya ummata muhaamed s.a.w buufame.
➦Ummanni keenyas irra caaltuu ummataa taate.»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

|4| «Qur'aannis baatii ramadaanaa keessaa buufame.
➦Baatiin kunis irraa caalaa baatii hundaa ta'e.»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

|5| «Qur'aannis halkan leeylatul qadrii keessa buufame.
➦Halkan tunis irra caaltuu halkan hundaa taatee.»
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

❝ Osoo qur'aanni qalbii kan kee keessa qubatee, Rabbiin imaanaan si badhaasee, atis irra caalaa namaa taata.

Rabbiin qur'aanaan sadarkaa keenya ol nuuf haa fuudhu.❞
Beekkumsaa fi hikmaa isaa nuuf haa dabalu.
@islamtub
@islamtub
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━by @abdetuor
Forwarded from Deleted Account

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa.

💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🌹 Filadhaa fayyadamoo ta'aa!!!
Maal barbaaddu?
🙏Hunduu jiraa. Waliin taane afaan keenya haa gudiisnu🌲
🌹Warren Channel kessan nu walliin beeksisuu barbaadan gara kanaan galmaa'u dandeesan👇👇👇🌹 🔛@abdetuor
🔛@abdetuor
👇👇👇👇👇👇
@abdetuor
@abdetuor

👇👇👇👇🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
🌹🌹🌹🌹🌹
Chanaalota Gurguddoo Aadaa Seenaa fi Duudhaalee Ummata Oromoo Dagaagsan Kan Isiin Join Gochuu qabdan Qabannee dhufnerra!
👇👇👇👇👇👇👇👇
🌲 JOIN @abdetuor
👆👆👆👆👆👆👆👆

Channel Keessan bekksifachuuf galmaa kana JOIN gochuu hin dagatinaa.💯💯💯💯💯💯💯
🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕
🆕⚡️: @abdetuor👈 🆕
🆕⚡️: @abdetuor👈 🆕
🆕⚡️: @abdetuor👈 🆕
🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕

JOIN JOIN JOIN @abdetuor
Forwarded from Deleted Account
🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥
Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegramidhaan JOIN Godhadha.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻
👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Keyralumma
Isinumti of oolchaa!

Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.

Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.

Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.

Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
👇 👇
Forwarded from Deleted Account

🌲AS WR WB Akkam jirtu fayyadamtoota Telegiram hundi keessan. Akkuma beekamu Chaanaalota Islaamaa barnoota gurguddaa qaban qabadhee isiniif dhufaa turuunkoo niyaadatama.
___________________
Ammas Chaanalota bebbeekamoo Qabadhee isiniif dhiyaadheera.

Chaanaalota kanneen irraa barnoota Amantii islaamaatii fi Oduuf odeeffannoo waytawaa niargattu #Join godhaa
___________________
Chanaala ykn Group beeksifachuuf ➡️ @ABDETUOR nu Qunnamaa.
__________
⤵️⤵️⤵️

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Keyralumma
@keyralumma @Ibnutemiya6
AS WR WB
obbolewwan koo kan akkiraa nagaf rahmanii rabbii isn birra ha jiratuu

NAMOOTA GAGGAARITTI HIRIYYOOMI

▪️Haalaa-amala Salafootaa keessaa inni tokko namoota gaggaarii wajjiin hiriyyoomuudha Yoo karaa deemanis yeroo mana taa’anis bakka haasawaattis namoota haalaa-amalli isaanii gaggaarii ta’e filatan Akkasumas namoota Rabbii isaanii isaan yaadachiisanii fi namoota karaa qajeelatti isaan qajeelachan filatan.
🔹Namoota gaggaarii wajjiin ooluun gaaroomina namaaf dabala Qalbiidhaafis qulqullina dabala.

🔹Namoota hamaa wajjin ta’uun ammoo hammeenya namaaf dabala Qalbiinis hamtuu akka yaaddu isii taasisa.
✍️Ahmad ibn Harb (rahimahullaah) akkana jedhe Qalbii Muslima tokkoof namoota gaggaarii wajjiin ooluu caala wanti faayidaa qabu hin jiru Akkasumas onnee muslimaatiif wanti akka namoota hammeenyaan guutamanii waliin ooluu fi dalagaa isaanii laaluu caala miidhaa qabu hin jiru.”

Yaa Obboleewwan aakhiraa
▪️Mee Eenyu wajjiin akka hiriyyoomnee jirru haa xiinxallinu Ammaan kana silaa Hiriyyoomni qaamaa hafeeti hiriyyoomni #Facebookaa daran dabalee jira Hiriyyaan kee kan Facebook irraa Waa’ee amantii keetii si yaadachiisaa jira moo Suuraa isaa maxxansee Maashaa Allaah naan jedhaa siin jedhaa jira laata? Kanaafuu Mee hiriyyoota keenya haa filannu.

🔹Guyyaa Qiyaamaa Sakandii nuti Facebook kanarratti dabarsineef itti gaafatamuun keenya hin oolamu Kanaafuu yeroo dabarsaa jirru kana namoota gaggaarii wajjiin hiriyyoomuun kheeyrii irraa haa haasofnu.
🙏 Yaa Allaah 🤲
► Hiriyyaa gaarii kan aakheraa keenyaaf tolu nuuf kenni
► Hiriyyaa hamaa kan karaa kee irraa nu jallisu nurraa qabi
► Warra Waliin ta’ee, Milkaahee jannata seenu nu taasisi.
(By Xaalibul ilm)
Forwarded from Deleted Account
ODUU Gammachiisa
Breaking news

Ministeerri barnootaa federaalaa walgahii ariifachiisaa har'a taa'een
Waa'ee Adda cituu barnoota baranaa irratti ibsa baase.
Ibsa kana keessatti inni ijoon waa'ee barattota university jiranii fi qormaata biyyoolessaa fudhatan kutaa 12ffaa fi 8ffaa irratti xiyyeefateera.
Kanuma irraa ka'uun barattoonni kutaa 12 qorumsa baatii 11 gaafa guyyaa 2 .....see more
Forwarded from Deleted Account
Gorsa Dargaggoota Keenyaa !!!

Gorsa dargaggoota zamana keenya kanaa bakka Afuritti qoodnee laaluu dandeenya.

1. Warra haraaraa ( suusii) adda addaatiin rabbiin isaan mokkore.

2. Rabbiin haraaraadhaan isaan hin mokkorre, garuu hidhannoon isaanii warra dhihaati ( west) . Yoo isaan uffatan innis ni uffata, yoo isaan maraatan innis wajjii maraata!!!
Waan isaan achii hojjatan cufa innis asii hujitti hiika!!!

3. Rabbiin haraaraa fii akkasuma warra dhihaa
hordofuudhaan isa hin mokkorre, garuu rakkinni isaa hamilee hin qabu. sadarkaa amma irra jiru kanarraa gara sadarkaa guddootti dabaruudhaaf hin tattaafatu!!!!

4. Gosti afraffaa tun gosa ammaan duraa cufaan adda, jireenya isaa keessatti karoora qaba, akkasuma haqa rabbii tiifii haqa namaatiis ofirraa eega.

Obboleessa kiyya !!!! Ati gosa afraffaa kanarraa tahuu qabda. hadaraa hadaraa !!!! gosa sadeen duraa sanirraa hin tahin !!!!!

Rabbiin dardara addunyaarratti isa sodaatee Aakiratti jannata argaturraa nu haa godhu!!!!??
Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Allahan Qaba)
AS WR WB🤚

SADARKAA NAMA AZAANA BOODA DU'AA'II TANA KADHATEE

Dhaala Ergamaa Rabbii
S.A.W
Kutaa Sadaffaa

ASAD SH/A/QAADIR

🌟🌟🌟👇🌟🌟🌟
عن جابر بن عبدالله - رضي الله عنه - أن رسول الله ﷺ قال : « من قال حين يسمع النداء : اللهم ! رب هذه الدعوة التامة والصلاة القائمة آت محمداً الوسيلة والفضيلة ، وابعثه مقاماً محموداً الذي وعدته . حلت له شفاعتي يوم القيامة » 
ــــــــــــــــــــــــــــــــــــ
[رواه البخاري ( ٦١٤ )].

🌟🌟🌟👇🌟🌟🌟
Jaabir Bini Abdullaahii Irraa Odeeffamee Ergamaan Rabbii S.A.W Akkaan Jedhan👇

Namni Azaana Dhagahee Booda Azaanaatiin ALLAAHUMMA RABBA HAAZIHI ADDA'AWATITTAAMMAH WASSALAATIL QAA'IMAH ATI MUHAMMADN ALWASIILATA WALFADIILAH WABA'AS-HU MAQAANMAHMUUDANILLAZII WA'ATTAH Namni jedhee du'aa'ii Tana kadhate
Maanguddummaan Kiyya Isaaf Sabatte jedhan Ergamaan Rabbii S. A.w
__
[Bukaarii ( 614 )]

Waan Hadiisa Kanarraa Argannu
1, Azaanni Yoo Azaanamu Dhageeffachuudhaa Qabna
2, Yeroo Mu'azzinni Ykn Lallabaan Lallabu Waan Inni jedhe Duuba Isaatiin jedhuu Qabna HAYYALASSALAATI FI HAYYA ALALFALAAHII Malee
Kana lamaaniif
LAAHAWLA WALAAQUWWATA ILLAA BILLAH Jenna
3,Namni Azaana dhagahe Du'aa'ii Asii Olitti Dubbanne San Jedhuudhaa qabaata
4, Du'aa'iin Sun Hiikni Isii
Yaarabbi Abbaa Waamicha Guutuu kanaa Abbaa Salaata dhaabamtuu Taate tanaa Muhammadiif Kenni Sadarkaa Guddoo Beellamteef San Eddoo faarfamtuu Sanis Qubsiisi
Jechuudha
5, Nama Du'aa'ii Tana Kadhatee Ergamaan Rabbii S.A.W Maanguddummaa Isaaf Dhaabbatanii Isaaf Rabbiin Kadhataniif Guyyaa Qiyaamaa

🤲 🤲 🤲 🤲 🤲 🤲
Yaarabbi Nama Shafaa'aa Nabi Muhammad saw

@islamtub
@islamtub
@islamtub
Forwarded from Walid 🥷
Mee Maal barbaaddu?

Ergaa Jaalalaa mimmiidhagoo Jaalala dachaadhan cimsan

Walaloo babbareedoo gurraaf mijatan

Dubartoota Oromoo aadaafi seenaa isaanin boonan

Odeeffannoo waltawaafi haaraa

Qoosaalee adda addaa fi kolfa
Forwarded from Deleted Account
Amma daqiiqa muraasa Dura finfineeti Mottummaan bilxiigina namoota oromo 31 Oso Atoobis keesa jiranii .....see more
Forwarded from Deleted Account

🌲AS WR WB Akkam jirtu fayyadamtoota Telegiram hundi keessan. Akkuma beekamu Chaanaalota Islaamaa barnoota gurguddaa qaban qabadhee isiniif dhufaa turuunkoo niyaadatama.
___________________
Ammas Chaanalota bebbeekamoo Qabadhee isiniif dhiyaadheera.

Chaanaalota kanneen irraa barnoota Amantii islaamaatii fi Oduuf odeeffannoo waytawaa niargattu #Join godhaa
___________________
Chanaala ykn Group beeksifachuuf ➡️ @ABDETUOR nu Qunnamaa.
__________
⤵️⤵️⤵️

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Keyralumma
@keyralumma @Ibnutemiya6
AS WR WB
obbolewwan koo kan akkiraa nagaf rahmanii rabbii isn birra ha jiratuu

NAMOOTA GAGGAARITTI HIRIYYOOMI

▪️Haalaa-amala Salafootaa keessaa inni tokko namoota gaggaarii wajjiin hiriyyoomuudha Yoo karaa deemanis yeroo mana taa’anis bakka haasawaattis namoota haalaa-amalli isaanii gaggaarii ta’e filatan Akkasumas namoota Rabbii isaanii isaan yaadachiisanii fi namoota karaa qajeelatti isaan qajeelachan filatan.
🔹Namoota gaggaarii wajjiin ooluun gaaroomina namaaf dabala Qalbiidhaafis qulqullina dabala.

🔹Namoota hamaa wajjin ta’uun ammoo hammeenya namaaf dabala Qalbiinis hamtuu akka yaaddu isii taasisa.
✍️Ahmad ibn Harb (rahimahullaah) akkana jedhe Qalbii Muslima tokkoof namoota gaggaarii wajjiin ooluu caala wanti faayidaa qabu hin jiru Akkasumas onnee muslimaatiif wanti akka namoota hammeenyaan guutamanii waliin ooluu fi dalagaa isaanii laaluu caala miidhaa qabu hin jiru.”

Yaa Obboleewwan aakhiraa
▪️Mee Eenyu wajjiin akka hiriyyoomnee jirru haa xiinxallinu Ammaan kana silaa Hiriyyoomni qaamaa hafeeti hiriyyoomni #Facebookaa daran dabalee jira Hiriyyaan kee kan Facebook irraa Waa’ee amantii keetii si yaadachiisaa jira moo Suuraa isaa maxxansee Maashaa Allaah naan jedhaa siin jedhaa jira laata? Kanaafuu Mee hiriyyoota keenya haa filannu.

🔹Guyyaa Qiyaamaa Sakandii nuti Facebook kanarratti dabarsineef itti gaafatamuun keenya hin oolamu Kanaafuu yeroo dabarsaa jirru kana namoota gaggaarii wajjiin hiriyyoomuun kheeyrii irraa haa haasofnu.
🙏 Yaa Allaah 🤲
► Hiriyyaa gaarii kan aakheraa keenyaaf tolu nuuf kenni
► Hiriyyaa hamaa kan karaa kee irraa nu jallisu nurraa qabi
► Warra Waliin ta’ee, Milkaahee jannata seenu nu taasisi.
(By Xaalibul ilm)
Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @abdetuor qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Allahan Qaba)
YOO ARRA DUUTI SITTI DHUFTE MAALTU SI SHEENEYSA ?
••••••••••••••••••••••••••••••••

1. Quraana qara'uu dhabuu
2. Salaatuu Dhabuu
3. Da'waa godhuu dhabuu
4. Haadhaa abbaaaf tola oluu dhabuu
5. Islaamaaaf tumsuu dhabuu
6. Badii irraa towbachuu dhabuu
7. Obbolummaa Islaamaa jabeeysuu dhabuu
8. Bid'aa dhiisuu dhabuu
9. Rasuula s.a.w kallaafuu
10. Ammas waan ati har'a addunyaa irratti qabdu bor nama biroo harkatti arguu( sadaqachuu dhabuu) fi k.k.f
======================
« يَوْمَ تَجِدُ كُلُّ نَفْسٍ مَّا عَمِلَتْ مِنْ خَيْرٍ مُّحْضَرًا وَمَا عَمِلَتْ مِن سُوٓءٍ تَوَدُّ لَوْ أَنَّ بَيْنَهَا وَبَيْنَهُۥٓ أَمَدًۢا بَعِيدًاۗ...»
========================
«Guyyaa namuu waan Adunyaa irratti dalage if duratti argu, hamtuu taatuu toltuu taatuu, Guyyaan sun guyyaa nabseen hamtuun isiin adunyaa irratti dalagde isirraa fagaachuu jaalattu. Rabbiin qixaata isaatiin isin sodaachisaa akka isinitti hin dalanne, waan dallansuu fidu irraa fagaadhaa. Rabbiin kan gabroottan isaati rahmata godhu.»
Aal-e-Imran 3:30
====================