The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 20 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
Lubbuu ufii caalaa diinni guddaan hin jiruu beeki,yoo waan dalagdu sirritti addaan hin beekne,kan Ormi sirratti dalagurra waan ati ufirratti dalagdutu caalaa si miidhaa beeki.
Osoo barumsa tokko hin qabne barataa uf fakkeessita taanaan,osoo qabeenna hin qabne qabaataa uf goota taanaan,osoo ilmii tokko hin qabne Aalima ufiin jetta taanaan,osoo jaalala namaa hin qabne jaallatamaa uf fakkeesita taanaan ati badde.
Ufii umriin kee hedduu deeme,ati ijoollee uf taasista, ufii dulloomte,ati dargaggeesa uf fakkeessita,fuudha barbaadda,filatamaa uf goota,heeruma barbaadda filatamtuu uf fakkeessita,ilma barbaadda jibbaa uf fakkeessita.
maal akkanatti uf sobuun,maal barbaaddeetti laata akkanatti ufitti taphachuun,maal argachuufi laata jiruu ufii akkanatti qisaasuun,uf hin sobda,maatii kee hin sobda,ilmaan kee hin sobda,Rabbii si kalaqes sobuu barbaadda,maal kun? Mee laphee gadi qabadhu
Eenyummaa kee sirritti ufitti himi,humna kee sirritti beeki,dandeettii kee qoradhu,beekkumsa kee madaali, maaliin cimina akka qabduufi,eessatti dadhabaa akka taate adda baafadhuu uf qoradhu.
Uf toohachuun waa hedduunii beeki,eddoo hundattii hubadhu,mana namaa yoo seente,ija kee gadi qabadhu,arraba kee toohadhu,garaa kee guduunfadhu, mana keetitti yoo deebite,onnee tee sammuu keetiifi gocha keetis guyya guyyaan madaaladhu.
Waa sadi keessaa tokko qabaadhu,yookaa barnoota guddaa faayidaa siif fidu qabaadhuu nama hedduu caalii argami,yookaa qabeenya guddaa horadhuu waa hunda akka sirraa bakka bu'u,arjoomaan caalii nama horadhu,sana lamaan dhabdu,jaalala ummata baldhaa horadhuu isa lamaan duraa caalchifadhu,sadiinuu hinqabne taanaan atuu jiruu ilma namaa keessa hinjirtuu,jireenya ilma namaa barbaadadhu.
Horaa bulaa.

Forwarded from Obsaa Abdiisaa (OSA)
Mari'ataan gowwaa hin qabbu.
Miseensotni channel kanaa marii hunda galeessa tahe kan twitter irratti adeemsifamaatti jiru, irratti akka hirmaattan kabajaanan isin affeera.
https://twitter.com/i/spaces/1nAJEYNErwAJL
Miseensotni channel kanaa marii hunda galeessa tahe kan twitter irratti adeemsifamaatti jiru, irratti akka hirmaattan kabajaanan isin affeera.
https://twitter.com/i/spaces/1nAJEYNErwAJL
Forwarded from Obsaa Abdiisaa (OSA)
Namootni Hiikkaa Afaan Oromoo irratti hirmaachuun, guddina afaan keenyaaf gahee keessan bahachuu feetan geessituu(link) argmaan gadii fayyadamuun,
👇🏿
translate.google.com/contribute
👇🏿
Qindaa'ina/setting keessaa Afaan Oromo filattu.
👇🏿
Achi booda feetan hiikuu, feetan gulaaluu, feetan mirkaneessuu irrattii hirmaachuu dandeessu!

Namootni kaleen isaanii dhukkubu kaleen isaanii dhiiga qulqulleessuu waan dhaabuuf dhiigni isaanii kara tuubboo isa diimaa ba'ee maashinii dialysis tiin qulqullaa'ee kara tuubboo isa blue sanaa itti deebifama process'n kun dhiqannaa si'a tokkoof sa'atii 4 fudhata. Torbanitti immoo marsaa sadii miiccisiifatu. Yoo kana godhan qofa kan lubbuun turuu danda'an🥺.
Anaaf ati nagaadha.
- kaffaltii tokko malee sombi keenya Oksijinii Argata.
-Tola kaleen keenya dhiiga qulqulleessa.
- Baasii tokko malee onneen keenya dhiiga raabsa.
Yeroo Dhukkuffannu ykn rakkannu qofa Osoo hin taanee Yeroo Nagaa Qabnu Waaqa Uumaa Galateeffachuu haa barru.
Hamma Nurra ga'utti nuuf hin Galu...
Allahmadullah yaa Allah