Oromia Land - ๐ŸŒ€
144 subscribers
135 photos
16 videos
22 files
79 links
Channel keenyaa Oromia Devilopment Media oromoo fi Addaa oromoo kan barsisuudha. Kottaa irraati baradha.
Download Telegram
Forwarded from Huzee Entertainment 1
โ€œSaamii akkam nagaa jirta,
Workuu Abbate jedhama baraata Jimma University turee ykn Eebbifaama bara kana Kani guyyaa Mohammed D Jimmati qabamu sani wajjin turee ykn hiriyyaa dhiyootti garuu Eebbifaame osoo Dadhabiin irraa hin qoorin kaadiroota Magaalaa Bulbulaatiin hidhaame jira qillensaa irraa nu Oolchi hadaara.

Dhaamasa Magaalaa Bulbulaatiif ; Hidhaan Furmaata hin taatu gadii nuf hiika hidhamtoota siyaasaa hundaa.
Mucaan kun Oromummaaf Sabboonummaa isaa malee balleessaa takkittii hin qabu nagaan gad dhiisaa

Free All political Prisonersโ€
Forwarded from Huzee Entertainment 1
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee roorrisa Mana Sagadaa Ortodoksii kutaa Afaan Amaaraa deggeruudhaan Musliimonni sagantaa faxaraa Abiyoot Addabaayiitti qabatanii jiran xalayaa barreessee ugguree jira. Dubbisaa. As geenyee jirra.
Forwarded from Ferhan Abdulselam
โ€œAkkam Ferhan? An amma Dambi Dollo irraan siif barreessaa jira. Filannoon walqabatee haalli jiru baayโ€™ee jibbisiisaa dha. Guyyaa lamaan kana erga kaardii filannoo hiruu jalqabanii. Namni kaardii filannoo harkaa hin qabne karaa irra deemuu hin danda'u. Kun oduu jette jettee utuu hin taane qabatamaadha. Isaan gabaasa sobaa "namoonni haganaa kaardii filannoo fudhataniiru" jedhanii addunyaa sobuuf watwaataa jiru. Waan nama dhibu paartiin Oromoo bakka bu'ee dorgomaa jiru hin jiru, yoo warra abbaa garaa ta'e malee. Uummanni keenya guyyaa guyyaan manaa gad fuudhamee du'aa jiraโ€ t.me/FerhanAbdulselam
University of marriage final exams: Attempt all questions

Instructions

Attempt all questions.

All questions carry equal marks.

1. You are a married man and you have dated somebody's wife for two years, busy spending on her like there is no tomorrow. eventually she drops you and concentrates on her innocent husband. Calculate the percentage of time wasted. (20 marks)

2. You bought a phone for your friend's wife and she gave it to her husband. Using trigonometric identities, derive a general formula for this type of love. (20 marks)

3. For Men You're dating around 15 ladies and every lady is demanding for a Samsung Galaxy and an iPhone 6s

(a) Plot a graph of detoothers against prices of phones. (15marks)

(b)Use your graph to estimate your future poverty (5marks)

(c) Plot the percentage shame against volume of apologies to your family members. (5 Mks)

4. You are whatsapping and facebooking other people's wives yet you don't want to see your wife on the social network. Calculate the Percentage Error in your thinking capacity. (20 marks)

5. You are a civil servant, your wife is a petty trader, your combined household income is less than N1,000,000. Your daughter who is awaiting WASSCE result is using iPhone 6s and Samsung Galaxy worth N700,000 each. Calculate the Percentage of your Parental Negligence. (20 marks)

*6. *For ladies* You're a married woman and you have dated 20 guys with hard labour, use the law of diminishing Return to calculate the substance that will be left for your husband to enjoy. *(20 marks)*

*7.* You can't give your wife N10,000 for a pot of soup, but you spend over N50,000 in bars and restaurant.

Calculate the radius of your 'stupidity', take ฯ€=3.142 *(20 marks)*

8.* You have been in the church and in your fellowship for years but your name is not in the book of LIFE because of the above secret sins. Calculate the years you will spend in HELL? (30 mark)

_*BEST OF LUCK!*_

*SECTION B: Theory.*

In one word give 5 reason why is difficult for Ladies to propose.

Your Time Starts Now. But remember to share to all your friends because the question papers are not many to go round..


https://t.me/oromiaodm

https://t.me/oromiaodm
Channel photo updated
Channel photo updated
Channel name was changed to ยซOromia Land - ๐ŸŒ€ยป
Forwarded from Gadaa Post
#HaacaaluuHundeessaa

Albama haaraa Artiist Haacaaluu Hundeessaa "Maal Mallisaa" jedhu yeroo dhiyootti gabaarra ni oola. Fuulli Fesbuukii haaraa maqaa isaatin banameera. Dhimmoota waa'ee hojiisaa darbaniifi fuuldura dhufan, maatiisaa, hojiilee maqaasaatiin hojjetamaniifi kaanis fuula kanarraa argattu. Like, follow fi share gochu hin dagatiinaa.

๐Ÿ‘‡
https://www.facebook.com/hachaluhundessaofficial

โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข

Hachalu Hundessaโ€™s new album, โ€œMaal Mallisaaโ€, will be coming out soon. This (below) is official facebook page of artist Hachalu Hundessa. You can get all informations about his past works and the upcoming ones through this page. Don't forget to like, follow and share.

๐Ÿ‘‡
https://www.facebook.com/hachaluhundessaofficial
Forwarded from Gadaa Post
Oromoo ๐Ÿ”Š xiiqii beektu mitireeโ‰๏ธ

Dubbiin Haacaaluu dubbii xiiqiiti. Silaa waa'ee Haacaaluu namni hin gaabbine hin jiru. Odeeffannoo dogoggoraan kan jiraatti isa arrabsaa ture, kan jaalala fi kabaja isaaf qabu sirritti osoo hin ibsiniif hafe, jireenyasaa kaasee hanga du'a isaatti kan carraa isa bukkee taa'uu sababa adda addaan dabarse.... maatiirraa jalqabe hanga nama ijaan isa arge hin beeknetti waa'ee Haacaaluu kan hin gaabbine hin jiru. Maal godhu silaa, kan darbe takkaa darbe.

Gaabbiin hidhaa sammuuti, xiiqiin ammoo onnee bilisummaa sammuuti. "Xiiqiin dammarraa mi'oofti" jedhu mitiree! Kanaafuu gaabbii hin mallee keessaa baanee jaboo haa xiiqeeffannu. Albama haaraa Haacaaluu Hundeessaa torban dhufu eebbifamuuf jiru xiiqiin #Original qofa gabaarra bitachuun jaalala fi kabaja isaaf qabnu agarsiisaa, seenaa bareeda Haceen qabu ofii keenya himanna.

"...seenaa keenya himannu malee ormi nuuf hin himu, hin du'a malee..." - Haacaaluu Hundeessaa

๐Ÿ‘‡
www.facebook.com/HachaluHundessaOfficial

@Gadaapost
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
OMN : แˆˆแАแŒปแАแ‰ต
https://t.me/oromiaodm
https://t.me/oromiaodm
Goota koo
#Haacaaluu_Hundeessaa

Eebba albamii "Maal Mallisaa" fi yaadannoon waggaa tokkoffaa ajjeefamuu isaa Wiixata dhufu Waxabajjii 28, 2021 sagantaa guddaan bakka keessumootni kabajaa, maatii fi jaallatootni isaa argamanitti Finfinnee Hoteela SkyLight keessatti akka geggeeffamu koreen eebba Albamii Hacaaluu fi maatiin ibsa har'a laataniin beeksisaniiru.

Albamni kun CDdhaan gabaatti dhiyaachuuf biyya keessatti CDn gara walakkaa miliyoonaa ykn 500,000 dhiyaatu kan qophaaโ€™e yoo ta'u, biyyoota alaatti ammoo โ€˜onlineโ€™ gama Amazon, itunes, Spotify fi kkf irratti gurguruuf qophaaโ€™u kan ibse koreen kun, biyya keessatti guyyaa Wiixataa irraa eegalee godinaalee Oromiyaa, Finfinnee fi naannolee biraatti raabsuuf qophiin kan xumurame ta'u beeksiseera.
Namootaaf Dhiifama Godhi!

Biyya lafaa kanarra Hamma jiraattutti akka namni si tuqne gochu hin dandeessu. Namoonni tokko tokko ittuma yaadanii beekaa simiidhuu ni danda'u. Namoonni biroon Immoo tasumaa utuu hin beekin waan simiidhuu hojjechuu ni danda'u. Haala isaan kana yeroo itti dhiyaattee ilaaltu, hundumti keenya namoota nutti dhiyaatani jiraniin miidhamna. Nama guutuumaan guutuutti Naan miidhu jennee irratti of gannen akka tasaatti miidhamni cimaan utuu nurra ga'uu ni argina. Bu'aa ba'ii kana Hundumaatiif furmaanni tokkichadha. Innis DHIIFAMA gochuu dha!
Namoonni tokko tokko utu hin beekin simiidhanii akka simiidhanis utuu of irratti hin beekin bilisa ta'ani jiraatu. Ati garu haalloo isaanitti qabattee jiraatta yoo taate miidhaan isaa sumaa miidha.

''Namni dadhabaan haa hafu jechuu hin danda' u. Dhiifama goochuun Amala Namootaa Gurguddaati. ''

Namni dhiifama namaf Godhu nama ofii isaa injifateedha. Waantoota namni injifachuu dadhabee rakkatu keessa a Inni cimaan Eenyumma ofii isaati. Ajajjooni waraanaa gurguddoon, Abbootin siyaasaa, geggeessitoonni Amantiifi ogeeyyiin namoota hedduu injifatanii, dhuma irratti ofii isaanii injifachuu dadhabanii utuu kufanii ni argina. Suusii qabaachuun miiraan hoogganamuun, Shaakala gadheen, dheebuun Aangoo jaalalli maallaqaafi K. K. Fakkaatan injifachuun Haal duree of injifachuuf gargaaraniidha. Isaan kana keessaa darbanii adeemuuf kan gargaaru jalqabatti miira ofiin injifachuudha.
Dhiifama Naaf Godha.

OLMAA GAARII
https://t.me/oromiaodmhttps://t.me/oromiaodm
Forwarded from Lami
Albumaa hacalu haaraa argachuf karaa you tube maqa isaan banamen argachu dandessu.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/HachaluHundessaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Forwarded from Odaa Electronics (Abdi Zerihun)
โ€ โ€ข ๐ŸŒŸHUDHAA๐ŸŒŸ โ€ข
Akkuman waadaa isiniif gale kitaaba HUDHAA! Jedhu qabadhee isiniif dhufeera. Buufadhaa dubbisaa share gochuun woliin gahaa.

Gosa:
Asoosama
Hanga: 1MB
Barreessaa: Abdii Zarihuun

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Dugaa Danqitee,
WaahilaDarbitee,
Haqa Awwaaltee,
Hayyuu sakaaltee,
Qeerroon Dhiibamee,
Roorroon Dhiifamee,
Atuu barana hin baatuu,
Gadaan Si haa waakkaattu..
Dhalli kee haa dabudu,
Milkiin si haa gantu......
Abboo salphadhu.
Saree hanqadhu...
Muka Qoree san,Harkumaan qabadhu.
Waan dura didde,Booda kadhuu nyaadhu...
https://t.me/oromiaodm
https://t.me/oromiaodm