Preezidaantiin Oromiyaa duraanii Doktar Lammaa Magarsaa boqochuu Artist Alii Birraatiin gadda itti dhagahame ibsan.
Aliin bu’uureessitoota qabsoo Oromoo ammayyaa bifa ammayyaan muuziqaadhaan qindeessan keessaa hayyuu hangafa jedhu Doktar Lammaan.
Ummatoota gaanfa Afrikaa keessati cunqurfamaa turaniifis sagalee ta’uun nama jaalala horate jechuun ibsan.
Walaloo fi yeedaloon isaa sagalee kiilolee isaatiin dhiyaachuun qilleensa bilisummaa fi jaalalaa ta’uun Oromiyaa jaarraa walakkaaf tajaajilaa tureera kan jedhan Doktar Lammaa Magarsaa, Oromiyaa fi jaalala biyyaa qora qalbii uummataa keessatti ijaareera jedhan.
Preezdaantiin duraanii Oromiyaa kun Aliin barsiisaa Oromummaati jedhu.
“Barsiisaa Haqaa fi obbolummaati, Baran Oromiyaa gaggeessaa turetti hayyoota dhiyeenyaan na gorsaa, na utubaa, na sirreessaa turan keessati” jedhu.
Oromoo fi Saboonni biroo hayyuu guddaa dhabani, ta’ullee Aliin ilmaan hedduu guddiseera, sanyiin inni facaaase ija godhatee jira jedhan.
Hojiiwwan isaatiin tarree duraa gootota keenyaa keessatti yaadatamaa tura. Ni leellifama. Qaaliiwwan akka Haacaaluu Hundeessaa, Nuhoo Goobanaa, Daadhii Galaan, Usmaayyoo Musaa, Eebbisaa Addunyaa fi kannee biroo waliin bara baraan faarfama jedhan doktar Lammaan Magarsaa.

OMN(oromia media network ) pinned «Preezidaantiin Oromiyaa duraanii Doktar Lammaa Magarsaa boqochuu Artist Alii Birraatiin gadda itti dhagahame ibsan. Aliin bu’uureessitoota qabsoo Oromoo ammayyaa bifa ammayyaan muuziqaadhaan qindeessan keessaa hayyuu hangafa jedhu Doktar Lammaan. Ummatoota…»
የአንጋፋው የጥበብ ሰው አርቲስት ዓሊ ቢራ የቀብር ሥነ ስርዓት በድሬዳዋ ከተማ ተፈፀመ፡፡
አርቲስት ዓሊ ቢራ ከአባቱ አቶ መሐመድ ሙሣ እና ከእናቱ ወይዘሮ ፋጡማ ዓሊ በ1940 ዓ.ም በድሬዳዋ ከተማ ገንደ ቆሬ እንደተወለደ የሕይወት ታሪኩ ያስረዳል፡፡
ባለፉት 60 ዓመታትም ለሙያው ታምኖ የኖረው ዓሊ÷ ከድሬዳዋ እና ጅማ ዩኒቨርሲቲዎች የክብር ዶክትሬት ተበርክቶለታል፡፡
አርቲስቱ ባጋጠመው ሕመም ምክንያት በሕክምና ሲረዳ ቆይቶ ጥቅምት 27 ቀን 2015 ዓ.ም በተወለደ በ75 ዓመቱ ከዚህ ዓለም በሞት ተለይቷል፡፡
ዛሬ ጠዋት የአርቲስቱ አስክሬን ቢሾፍቱ ከሚገኘው መኖሪያ ቤት ሽኝት የተደረገለት ሲሆን÷ በአዲስ አበባ ወዳጅነት አደባባይም የጀግና የክብር ሽኝት ተደርጎለታል፡፡
እንዲሁም በድሬዳዋ ስታዲየም የሽኝት መርሐ ግብር ከተካሄደ በኋላ የቀብር ሥነ ስርዓቱ በለገሀሬ የሙስሊም መካነ መቃብር ተፈፅሟል፡፡
አርቲስት ዓሊ ቢራ ከወይዘሮ ሊሊ ማርቆስ ጋር ትዳር መስርቶ ይኖር ነበር፡፡

Watch "namoota karaa irraa jiran haa gargaarru namoon gargaru barbadan Comment dhan nu dubbisa" on YouTube
https://youtu.be/xFG8UpA_bmI
#like_share_subscribe
https://youtu.be/xFG8UpA_bmI
#like_share_subscribe
YouTube
namoota karaa irraa jiran haa gargaarru namoon gargaru barbadan Comment dhan nu dubbisa
@OromiaMedia @OBNoromiyaa @seifuonebs @visionentertainment4507 @ebstvWorldwide #ebc #ebs_worldwide #omn #oromiamedianetwork #oromo #oromiamedianetwork #oromo #jawarmohammed
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
F-aannoon; Godina wallagga bahaa fi Horroo Guduruu wallaggaa keessatti haala suukaneessaa akkasitti uummata keenya f-ixaa jirti.
Morma nama kuta
Morma nama kuta
Barattoonni Yuunvarsiitii Dirre Dhawaa duula qinda'aa hidhattoonni Faannoo Oromiyaarratti banan balaaleffachuun hiriira mormii guddaa adeemsisan.
Hiriirichi galgala kana sa'a sadii hanga sa'a sadiifi walakkaatti akka adeemsifame barataan Yuunvarsiitii Dirre Dhaawaa OMN-tte hime.
Duulli qinda'aa kun walta'insa mootummaa naannoo Oromiyaafi Amaaraatiin adeemsifamaa jiraachuusaaf ragaan guddaa callisuu mootummaa naannoo Oromiyaati kan jedhan barattoonni Yuunvarsiitii Dirre Dhaawaa, ajjechaafi buqqaatiin Oromoo aanaalee naannawaa daangaa jiran keessa jiraatu irratti raawwatamaa jiru, miidhama Oromoo maraati waan ta'eef, ajjechaan nurraa haa dhaabbatu jennee gaafachaa jirra jedhan.
Barattoonni Oromoo Yuunvarsiitii Dirre Dhawaa sagalee tokkoon yakka duguuggaa sanyii kana balaaleffachuuf dirreetti akka ba'aan himanii, hiriirichi ajjechaafi buqqaatii hidhattoota faannoo balaaleffachuun cinatti, yakka hammaataa Oromiyaa guutuu keessatti raawwatamaa jiru akka gurri addunyaa dhaga'uuf gaafachuu dabalata jedhaniiru.
Hiriirri kun daqiiqaa soddomaaf erga adeemsifamee booda, humni poolisii federaalaa mooraa Yuunvarsiitii seenuun dhukaasa banee hiriiricha bitinneessuu kan himan maddeen, barattooti bittinnaa'uufi mooraan ammallee hin tasgabbaa'in jiraachuu OMN-tti himaniiru.
Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://omnglobal.com/or/19533/