https://youtu.be/NCTEQGcnab4
YouTube channeli keenya like shre subscribe godha galatoma

YouTube
Dhaamsaa ajajaa ol'aanaa ABO_WBO Jaal Marroo Dirribaa Lammeessaa
Watch "Abiy maalifi akka jawar Mohammed ajjeesuu barbadeefi ka'umsa wal dhabdee isaan maal akka ta’e jawar" on YouTube
https://youtu.be/fJFylP8LU4U
Like share #subscribe godha nu hordofa
https://youtu.be/fJFylP8LU4U
Like share #subscribe godha nu hordofa
YouTube
Abiy maalifi akka jawar Mohammed ajjeesuu barbadeefi ka'umsa wal dhabdee isaan maal akka ta’e jawar
Walta’iinsa WBO fi Humnoota Tigiraay
Waraanni Bilisummaa Oromoo Humnoota Tigiraaayi waliin walta’iinsaan hojjechuun Itoophiyaatti Sirna Aangoorra jiru maqsuuf walii galtee waraanaarra gahuu, Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo Marroo Dirribaa himan jechuun Associated Press gabaase.
Ajajaan waliigalaa Waraana Bilisummaa Oromoo Marroo Dirribaa, daandiin ittiin sirna aangoorra jiru aangoorraa maqsuu dandeenyu waraanaan qofa, Afaan isaan dubbachuuf filatan dubbachuuni jedhu.
Gaaffii walta’iinsaan hojjechuun diina waloo kuffisuu Humnoota Tigiraayi irraa nuuf dhihaate bu’uura godhannee marii taasifneen, torban muraasaan dura walta’iinsaan hojjechuuf walii galteerra geenyeerra kan jedhan Marroo Dirribaa, Haata’u malee waliigalteen kun ammaaf sadarkaa mariirra jiraachuu ibsan.
Waliigalteen taasifame odeeffannoowwan dirree waraanaa wal jijjiiruu, kallattii mataa mataa ofiitiin qabsaa’uu, yoo barbaachisaa ta’ee argame ammoo wal maddii hiriiruun loluu of keessatti kan hammatu ta’uun ibsameera.
Walta’iinsa waraanaan cinatti Qindoomina Siyaasaa uumuuf mariin dandeessisu itti fufee jiraachuus Ajajaan Waraana BIlisummaa Oromoo ibsaniiru kan jedhu Associated Press, Humnoota biroo waliinis mariin itti fufuu, Sirna aangoorra jiru buqqisuuf qabsoon qindaa’e kan itti fufu ta’uu dubbataniiru jechuun gabaaseera.
Walta’iinsa Humnoota Tigiraayii waliin uumame jedhame irratti gama Humnoota Tigiraayiin Roiters’f deebii kan laatan, Hogganaan Humnoota Tigiraayi Debretsiyon G/
Milkaa’el (PhD) Waraana Bilisummaa Oromoo waliin wal ta’iinsa uumuuf mariitti jiraachuu mirkaneessaniiru.
TPLF yeroo aangoorra turetti ummata Oromoo irratti dhumaatii hamaa raawwachuun ni beekama. Haata’u malee dogoggora kanaan duraarraa barataniiru jedheen abdadha, dogoggora sana irra deebi’u jedhee hin yaadu jedhan Marroo Dirribaa. Dogoggorri ture kan irra deebi’amu taanaan galmisaa biyyattii unkuruun diigumsa kan hordofsiisu ta’uu hubachiisaniiru.
Itoophiyaan akka biyyaatti akka itti fuftu kan barbaadamu taanaan gaaga’ama biyyattiitti mudatee jiruuf Mootummoonnii fi Hawaasni Addunyaa yeroon akka fala dhahuu hubachiisaniiru.
Waraanni Bilisummaa Oromoo Tibbana Duula Bobbaa kallattii sadiin labsuun, Imala gara magaalaatti taasisaa jiru itti fufeera. Yeroo dhihoottis Waraana walii galaa labsuun, gabrummaa ummata Oromootti xumura gochuuf kan karoorfate ta’uu Ajajaan WBO Marroo Dirribaa ibsuun isaanii ni yaadatama.

OMN(oromia media network ) pinned «Walta’iinsa WBO fi Humnoota Tigiraay Waraanni Bilisummaa Oromoo Humnoota Tigiraaayi waliin walta’iinsaan hojjechuun Itoophiyaatti Sirna Aangoorra jiru maqsuuf walii galtee waraanaarra gahuu, Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo Marroo Dirribaa himan jechuun Associated…»
Abukaatoofi Gorsaan Seeraa Obo Abdujabbaar Huseen lubbuun darbuun dhaga'ame.
...
Gorsaa seeraafi Abukaatoon hidhamtoota siyaasaa Oromoo Obbo Abdujjabbaar Huseen galagala har'aa jechuunis Hagayya 11, 2021 magaalaa Adaamaa keessatti lubbuun isaanii darbuu OMN waayila hojii isaanii kan ta'an Obbo Tuulii Baayisaarraa odeeffate.
Obbo Abdujjabbaar du'uun isaa utuu hin dhaga'amin sa'atiiwwan muraasaan duratti marsaa Hawaasummaa Facebook dhuunfaa isaaniitiin, dhimma walii galtee Waraana Biliisummaa Oromoo fi TPLF ilaalchisee yaadasaanii qoodanii turan.
Guyyaa har'aa fayyaa guutuutiin socho'aa kan turaniifi nagaatiin akka oolan namoonni itti dhiheenyaan beekan marsaa Hawaasummaa irratti maxxansaa jiru.
Obbo Abdujjabbaar Huseen abukaatoo hidhamtoota siyaasaa Oromoo ta'uun dhaddacha Federaalaa fi naannoorratti falmuun hidhamtoota siyaasaa hedduuf abuksttummaa dhaabbachuun beekamu. Jawaar Mohammadfaa dabalatee qondaalota ABOfis gurmuu Abukaattotaa waliin ogummaa isaaniin saba ofii nama tajaajila turanidha.
Sababa lubbuun darbuu Obbo Abdujjabbaar Huseen OMN adda baafachuuf yaaliin taasise hin milkoofne. Maatiifi namoota keessa beekan akkuma arganneen oduu guutuu kan isin qaqqabsiifnu ta'a.

ከነጀዋር መሃመድ የህግ ጠበቆች መካከል አንዱ የሆኑት አብዱልጀባር ሁሴን ከዚህ አለም በሞት መለያታቸው ታወቀ
የፖለቲካ እስረኞችን በጥብቅና ሞያቸው ሲያገለግሉ የቆዩት አቶ አብዱልጀባር ሁሴን ዛሬ ምሽት ህይወታቸው አልፏል።
አቶ አብዱልጀባር ከኦሮሞ የፖለቲካ እስረኞች በተጨማሪ ለፖለቲከኛ ልደቱ አያሌው በነጻ ጥብቅና ቆመው ነጻ ካወጡት የኦሮሞ ጠበቆች መካከል አንዱ ነበሩ።
አቶ አብዱልጀባር ለፍትህ ባላቸው ተቆርቋሪነት እና ለኦሮሞ የፖለቲካ እስረኞች ሲያደርጉ በቆዩት የሞያ ድጋፍ ከህዝቡ ዘንድ አክብሮትንና አድናቆትን አትርፈዋል።
እስካሁን ድረስ የህልፈታቸው ምክንያት አልተረጋገጠም።
OMN በአቶ አብዱልጀባር ህልፈት የተሰማውን ሀዘን እየገለጸ ለቤተሰቦቻቸው እና ዘመድ ወዳጆቻቸው መጽናናትን ይመኛል።

https://youtu.be/AkTjZq7yfW8
Like share subscribe gochuun nu hordofaa
Like share subscribe gochuun nu hordofaa
YouTube
sirna Awwalcha Abduljabar irratti icciitii bahe
https://youtu.be/a83plA5Lrx8
YouTube channel kenya like share #subscribe gochun odeeffannoo garaa garaa argadha galatoomaa

Shihaab Suleeymaan - dargaggoo konkolaataa kalaqeKonkolaataan Shiihaab hojjate kun namoota 8
Shihaab Suleeymaan - dargaggoo konkolaataa kalaqe
Konkolaataan Shiihaab hojjate kun namoota saddeeti fe'uu kan dandeessu yoo ta'u, hojiisaa kana gara indastirii guddaatti ol guddisuuf karoora qabaachu BBC'tti himeera.

Artist Zerihun Wodajo faana haa dhaabbannuu!!
CBE Account number :- 1000369044126
Phone - 0925867392
Nama Seenaa guddaa Dalage kana hin dagatinaa!

Godinaalee Wallaggaa keessatti misoomawwan bu'uraa Daandiifi Interneetiin cufaman.
...
Godinaala Wallagga Bahaafi Horro Guduruu Wallaggaa keessatti tajaajilli Interneetii yoo adda citu, Godina Qellem Wallaggaafi Wallagga Lixaatti ammoo guutummaa guutuutti tajaajilli Interneetiifi tajaajilli geejibaa dhaabbachuu jiraattonni OMN-tti himan.
Godina Qellem Wallaggaafi Wallagga Lixaa keessatti tajaajilli geejibaa erga adda citee torban lama ta'uuf akka jedhu kan himu jiraataan magaalaa Gimbii OMN dubbise, daandiin biyyoota qaxxaamuru dabalatee daandiin Aanaalee walitti buusus dhaabbatee jiraachuu hima.
Jiraataan magaalaa Najjoorraa OMN dubbise kan biraan akka jedhutti, cufamuu daandiitiif ajajani eenyuurraa akka darbe akka quba hin qabne dubbatee, dhukkubsattoonni hedduun gara Hospitaalaatti rifeer ta'aan daandii ittiin deeman dhabuufi haajaa garaagaraaf namoonni imalanis rakkoof saaxilamuu hima.
Itti dabaluunis beelaaf saaxilamaa jirra kan jedhu jiraataan magaalaa Najjoo kun, konkolaataan midhaaan fiduufi tajaajila adda addaa dhihessu erga magaalaa Najjoo qaxxaamuree halkanoonni 9 darbuu hima.
Barataa Yuunvarsiitii Wallaggaa Kaampaasii Gimbii ta'u kan himu namni OMN dubbise kan biraan, sababa daandiin cufameef, eebba barattoota Yuunvarsiitii Wallaggaa bara kana geggeeffamee irratti kaampaasiin Gimbii akka qooda hin fudhatin himuudhaan "Nutillee eebbifamtoota turre. Haa tahu malee sababa kanaan eebbarraa hafne" jechuun dubbata.
Jiraataan magaalaa Dambi Doolloo kan biraan ammoo cufamuu daandii ilaalchisee, uummatni rakkoof saaxilamaa jiraachuu himuudhaan gocha kana kan raawwachaa jiru mootummaadha jechuun qeeqa.
"Waraana Biliisummaa Oromootiif nyaata dhiheessitu, geejbinis tajaajila isaaniif oolaa jira' jechuun bu'uraalee misoomaa kan nurraa uggure mootumnaadha" kan jedhu namni kun, qaamolee nageenyaatu abbootiin qabeenyaa konkolaataa akka hin bobbaasne akeekkachiise jedha.
Gama biraatiin mootummaan ammoo Waraana biliisummaa Oromootu daandii cufsiise jechuun kan qeequ yoo ta'u, Waraanni Biliisummaa Oromoo dhimma kana ilaalchisuun haga ammaatti ibsa addatti baaseefi labsii uggura daandii keessoo godinaalee Walagga Lixaafi Qellem ilaalchisee kenne hin qabu.
Imatoonni hedduun Buufata Konkolaataa magaalaa Naqamtee keessatti walitti qabanuun, gara qe'ee ofiitti deebi'uuf tajaajila geejiba gaafatanis hanga yoonaa qaama deebii isaaniif kennu kan hin argatin jiran yoo ta'u, namoonni humna qaban Naqamteerraa gara Gimbii deemuuf imala miillaa eegaluu OMN odeeffateera.

OMN satellite irraa hin buune maalt ta’e?
===========================
Yeroo heddu OMN #nilesat irra yoo hin jiraanne akka tamsaasa satellite dhaabbate fakkata. Akkas miti ,OMN nilesat irraa malee satellite hin buune. Nilesat irratti OMN ilaaluun fedhii ummata keenyaa isa guddaa dha. Haa ta’u malee maaliif OMN achirra Yeroo heddu bu’a kan jedhu namni heddu hin gaafatu. Abiyyi OMN nilesat irratti akka tamsaane gochuuf birri $ miliyoonootaan kafala.
Tamsaasa OMN achirraa Buusuuf jechaa miidiyaalee biyyattii hunda copmany Kanaaf koontiraata kennee OMN jiraannaan garuu akka woligaltee isaa haqu itti himee dadhabe, achi meeshaa #Jam itti godhu duri worri TPLF itti fayyadamaa turan Maqalee gara BaharDaar , amma immoo mooraa kiiloo 4 keessatti dhaabee jira.
Dhimmuma kana itti dhiyeenyaan hordofuuf jecha hojjattoota damee #INSA tiif waajjira masaraa Mootummaa keessatti baneef. Abiyyi media akka malee sodaata. Sana waan beekaniif management OMN Yeroo tokkotti baasii guddaa baasuun satellite 3 hanga 4 irraa jiraata. Yeroo ammatti OMN channel Intelsat irraa tamsa’aa jira. Yahsat tiis hanga kaleessaa tamsaasaa ture.
Intelsat 20
Position: 68.5 E
Freq: 12522
H 30000
Eegaa Kuni qabsoon waan gaafatu waan ta’eef hanga atakaaroon nilesat wojji jiru dhumatuuf kallattii diishii keessanii gara kana gochuun ilaaludha. Iddoo tamsaasani kuni tuqu guutuu Afrikaa wolakkaa oli , Europe guutuu fi Asia iddoo muraasa.

OMN(oromia media network ) pinned «OMN satellite irraa hin buune maalt ta’e? =========================== Yeroo heddu OMN #nilesat irra yoo hin jiraanne akka tamsaasa satellite dhaabbate fakkata. Akkas miti ,OMN nilesat irraa malee satellite hin buune. Nilesat irratti OMN ilaaluun fedhii ummata…»
Watch "sagantaa BBC Afaan oromo guyyaa hardha itti dhiyaadha" on YouTube
https://youtu.be/27u4xKzrJgU
#Like_share_subscribe godha nu hordofaa
https://youtu.be/27u4xKzrJgU
#Like_share_subscribe godha nu hordofaa
YouTube
sagantaa BBC Afaan oromo guyyaa hardha itti dhiyaadha