OMN(oromia media network )
19.4K subscribers
223 photos
8 videos
513 links
Download Telegram
Channel name was changed to «OMN(oromia media network)»
Channel photo updated
የኦሮሞ ነፃነት ግንባር/ኦነግ/ አመራሮች መስከረም 15 2018/መስከረም 5 2011/ ፊንፊኔ እንደሚገቡ የኣቀባበል ኣስተባባሪ ኮሚቴ አስታወቀ፡፡
ለኦነግ አመራሮች ከቦሌ አለምአቀፍ አውሮፕላን ጣቢያ ጀምሮ ኣቀባበል እንደሚደረግላቸው ኣስተባባሪ ኮሚቴው ለጋዜጠኞች በሰጠው መግለጫ አስታውቋል፡፡
ኮሚቴው እንዳለው በዚያው ዕለት ለኦነግ አመራሮችና ከውጭ ለሚመጣው የኦነግ ሰራዊት በመስቀል አደባባይ ልዩ ኣቀባበል ይደረግላቸዋል፡፡
በአቀባበል ስነስርኣቱ ላይ የኦሮሞ ህዝብ ከፊንፊኔና ከፊንፊኔ ውጭ በብዛት ይሳተፋል ብሏል ኮሚቴው፡፡
ኦነግ በቻርተር ጊዜ የተዘጋብኝን ጉላሌ ያለውን ቢሮዬን ኣድሼ መቀመጫዬን ፊንፊኔ ኣደርጋለሁ ብሏል፡፡
ከሌሎች የኦሮሞ ፖሊትካ ድርጅቶች ጋር ግንኙነት እንዳለው ገልፆ፤ ከኦሮሞ ፌዴራልስት ኮንግረስ ጋር ጥምረት ለመፍጠር ውይይት ላይ ነኝ ብሏል፡፡
Channel photo updated
Hooggansii fi Waraanni ABO Fulbaana 15, 2018 (Akka Lakkofsa Itoophiyaatti, Fulbaana 5, 2011) gara biyyaatti akka galu koreen qindeessituu Simannaa Adda Bilisummaa Oromoo beeksise.
Hooggansaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo alaa galuuf Buufata Xiyyaaraa Booleerraa eegalee simannaan ho'aan kan taasifamu ta'uus ibseera.
Guyyuma kana simannaan addaa Hooggansaa fi Waraana Adda Bilisummaa Oromoof Finfinnee Adda Babba'ii Masqalaatti qophaa'uunsaas ibsameera.
Sirnicha irratti Uummanni Oromoo Finfinnee fi Finfinneen Alaa aadaa fi duudhaa isaan miidhagee bal'inaan qooda akka fudhatutu eegama jedhe koreen.
Fulbaana 17, 2018 ammoo Siimpooziyeemiin hayyoonni biyya keessaa fi alaa irratti hirmaatan Finfinneetti qophaa'aa jiraachuus ibseera.
Sirni yaadannoo wareegamtootaa, Daawwannaan Iddoowwan seenaa fi sirni galataa Artistoota Oromoof qophaa'e, Akkasumas mariin garaa garaa kan geggeeffaman ta'uus ibseera.
Uummanni Oromoo Eenyummaasaan miidhagee tokkummaan ba'uun Hooggansaa fi Waraana dhaabichaa simachuu akka qabuufis waamichi dhiyaateera.
Kana booda qabsoon hidhannoo akka hin barbaachifne walii galteerra geenyeerra kan jedhan miseensi koree Hoji-raawwachiiftuu ABO Obbo Ibsaa Nagawoo, Murni Jijjiiramaa sirna biyya bulchu keessatti uumame yaalii nagaa buusuuf taasisu ni deeggarra jedhan.
Sirni Diimokiraasii biyyattii keessatti akka dhugoomu, Uummanni qaama filateen akka bulu, gaaffiin uummata Oromoo karaa nagaan deebii argachuu akka malu dhaabichi karaa nagaan kan qabsaa'u ta'uu fi Mootummaa waliiniis dhimmoota kanneen irratti waliif galamuu ibsaniiru.
Dhaabbilee Oromoo fi kanneen biroo waliin hariiroo qabna kan jedhan Obbo Ibsaa Nagawoo, walitti dhufeenya qabnu fayyadamnee fuulduraaf qindoomina uumuuf karoora qabna jedhan.
KFO waliinis mariirra jiraachuu irra deebiin ibsaniiru.
Dhaabichi Teessoonsaa Finfinnee ta'a, waajjirri isaa seena qabeessi Finfinnee, Gullalleetti argamus deebi'ee banama jedhameera.
Miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo gara biyyaatti deebi'an 1,300 ta'u kan jedhan Obbo Ibsaa Nagawoo, Muuxannoo qabaniin hojii Nagaa Kabachiisuu irratti hirmaachuu akka danda'an akeekaniiru.
Yihun Ingidaatu gabaase
Seenaa siyaasaa addunyaa keessatti dhaabni akka OPDO hiree ishiin hin mallee argate waan jiru natti hin fakkaatu. Kan akka isaaniitti hiree lootoriin argatan san qisaasaa jirus argees dhagehees hin beeku!!
Jawar Mohammed
OMN: Turtii Gaazexeessaa Raadiyoo Daandii Haqaa Hamzaa Booranaa wajjin kutaa xumuraa(Ful,9,2018)
Link as gadii tuqun odeeffaanno gutu argadha
Oromia Media Network was live.
OMN: Imala Aartii!
Seenaa Fiilmii Addunyaa.
Fiilmiin Yoom akka jalqabee fi eessatti akka jalqabe baranna.