OROMIA HD️
105 subscribers
284 photos
95 videos
4 files
187 links
Join
Download Telegram
“Wakjiraa jedhaa eda galgala qabamee mana hidhaa burayyuutti argama maloo qofa galaa wanta'eef post godhii matti biraa nuf ga'i bartaa kutaa kudha lamadha”
“ቤንሻንጉል ጉሙዝ

የቤንሻንጉል ጉሙዝ ክልል ልዩ ሃይል ዋና አዛዥ የነበሩ ፈረዴ ቦጅ በአማፅያን ቁጥጥር ስር በምትገኝ ሰዳል (ሲርባ አባያ ) ወረዳ መንግሥትን ወክለው ለድርድር እንደሄዱ ከእነ አጃቢዎች እዛው ተገደሉ ። ፈጣሪ ነፍሳቸውን ይማሪ !

Hoganaa Humna addaa Naanno Beenishangul Gumuz durii Obbo Faredee Boojjii Jaarsumaaf Gara aanaa siirbba Abayaa jaarsumaaf mootumma bakka bu'ee akka deemetti eegdota isaa waliin Riphe Loltoota Gumuziin ajjeefame .”
#Dodolaa
Ijoollee woraana kaayyoo hin qabnetti oofuuf waajjira bulchiinsa aanaa keessatti wolitti qabanii jiru. Maatiin ijoollee fuuldura sanatti bahee boohaa jira. Konkolaataa Izuzu (Qixqixii) ijoollee fe'uuf achi seenee jira. maatiin ijoollee achii haa deemuu eeganii halkan kana fe'uuf deemu.
“Guyyaa hardhaa shashamanne kessattii ijjollee makalakayaa haa demtuuf galmessaan osoo matiin isanii ijjollee isanii hambisuuf hawwotiin boyaan polisiin ari'amanii turaan ammaa halkaan kanan fe'anii demaaraan kunoo”
ወንድሜ "ጉድጉዋድ ለሰው አትቆፍር"። ከ"ቆፈርክ አታርቅ " ልትገባበት ትችላለህና!
Seenaan Bara dargii deebi’ee…. Maatiin ijoollee ofii Kaadiroota Bilxiginnaa jalaa dhoksuuf iddoo baay’eetti rakkachaa akka jiru Odeeffannoon nu gahu ni Ibsa.
Falli isaa Fincila wolirraa hin cinnee eegaluu qofa.

Taa’anii gara du’aa deemuuf murteessuu irra!
Yanet Dinku Official
Ani Artistii yaannet Dinquuti Channel koo kana join godhaa yaada keessan immoo naf dhiyeessa.
https://t.me/YaannetDinquuOfficial
Artistiin Jafar Yusuf - TOKKICHA -New Afaan Oromo Music Vedio 2021 Hojii bareedan deebi'ee jira share gochuun Views isaa Milliyoona 10 galuu qaba Artist Keenya kana Haa jajjabeeffannu share gochuun Views isaa dabaluun Rikerdii haaraa cabsun diina garaa gubuu qabna!
https://youtu.be/aKeN_m9Zaso
https://youtu.be/aKeN_m9Zaso
Artist Etika Teferi - Barana -New Afaan
Oromo Music 2021 Wallee Haaraa Baay'ee kan namatti tolu Views isaa 10M galuu qaba Wallee isaa dawwadha share godhaa nama hunduma biraan ga'aa rikeerdi Haaraa cabsuu qabna Oromoon hundinuu irratti hirmaachu qaba Oromoo koo! Dhaamsa Etika Teferi dabarse.
https://youtu.be/ju4gBhvGSBk
https://youtu.be/ju4gBhvGSBk