Oromia education bureau
Photo
Feestivaaliin Barnootaa Manneen barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Adda Sad.2ffaa Magaalaa Asallaatti haala ho'aa ta'een jalaqbee jira.
Feestivaalichi gosoota waldorgommii ispoortii garaa garaa, walfalmii barattoota gidduuttifi gaaffiifi deebiin ni gaggeeffama. Akkaatuma kanaan waldorgommiin taphootaa barattoota dhiiraafi dubartoota gidduutti gaggeeffamaa jira.

Kalandarii Barnootaa Bara 2017 (2).pdf
2.8 MB
Kalandari barnootaa bara 2017