Jaal Dope ๐ซ pinned ยซโโโโโโ BEKELE_GARBA โโโโโโ @orodope Mee dhiisaa nan gaafatinaa Waan biyyi itti jirtu Hundumtuu lagaaf gandaan Waan hin beekne injirtu Natu beekaan baayyatee Hunduu dhuunfaan shubbisu Haadhootu wal ficilaa Afaaniin wal dubbisu Guddaanโฆยป
Icciitii jaalallee keessanii karaa salphaa ta'een akkaataa itti bartan๐๐๐๐
๐๐๐๐ค๐ค๐ค๐ค๐
๐๐LOVE CHAT๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
AKKAATA SHAMMARREE JAALALA QABSIISAN BARUUF
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Chat with girl friend
๐๐๐ต๐ต๐ต๐ตโ๏ธโ๏ธ๐๐๐๐ด
๐๐๐๐ค๐ค๐ค๐ค๐
๐๐LOVE CHAT๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
AKKAATA SHAMMARREE JAALALA QABSIISAN BARUUF
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Chat with girl friend
๐๐๐ต๐ต๐ต๐ตโ๏ธโ๏ธ๐๐๐๐ด
Asjirra_Naan_Jedhaa !!!
Attam bulte dachee ?
Yaa dachee hin dachaane Angafa uumamaa
kan ofii madooftee
qotamtee soqamtee
soortu dhala namaa
Hunduu sirraa nyaatee sumarra jiraatee
sumattimmoo gama
Atis garraamiidha
haaloos hin qabattu
hojiinkee suutuma
Garuu homaa miti
Deebii laachuuf jiru
dhumni isaaniis suma
Attam bulte mukaa ?
muka mukuu hin qabne
gaaddisa hundumaa
Garuu si hamatu
jallattee budoomtee
of cirtaan dhugumaa?
Lafaa yoo ol baatu
sorooroo fakkaattee
Qajeeltee biqilta
Garuu yoo bubbultu
Jallattee haqaaqamtee
qottoo firoomfattee
hiddakee ciccirta
Sanyiikee haxooftee
ofiis qoraan taatee
daaratti deebita
Attam bulte aduu ?
Ibsituu addunyaa
kan namni simalee
dalagatee hin galle
Gufuuf hallayyaa siโiin baraaramnee ifaaf hoโa kees walduubaan dhandhamnee kan homaa hin kafalle
Silaa ijakee duraa
dhokachuu hin dandeenyu
hafuura dhokfattee
achii gadi nu ilaalta
Mee akka itti jirru
yommuu sakattaatu
maal taajjabdaa laata?
Ana waan baayโeetu
wal najalaa make
ati attam calaltee
seeccaatee hin agartaa?
Maaloo natti himimee Yookiimmoo uumaakeetti Dhaamsa naaf dhaamimee
itti dhiyoo jirta
Attami yaa uumamaa?
Tarii nadhageessuu
Hundumtuu al tokko?
Naman itti haasaโu
Barbaadee dhabeetan
Haasaโaam qofaakoo
Eessa jirtuu maaloo kan Budooma hin beekne
uumamni qajeelaa
Firaafuu ormaafuu
Takkaa eebba malee
Yaaddoo kan hin taane
warri akka ilmoo hoolaa
Inni kaan wal nyaatee duguugee wal fixeetu
orma irratti olola
Keessikoo waan baayโeen muddameetu jira
utuun bulgaafadhe
Furamuu nan fedha
Garuu eenyu wajjin Dhaabadhee dubbadhuu?
Mee maaloo uumamni as jirra naan jedhaa...
@orodope @orodope @orodope

โWaan Natti Toluufiโ
Maaloo qalbiidhaan dubbisaa
# Jechoota_jaal_Daawud_Ibsaa
1_ Qeerroo fi qarreekoo # abdadheen
biyyakootti gale.
2_ Niitii ofii # sabbata hiikkachiisuu fi WBO
hidhannoo hiikkachiisuun wal adda.
3_ Imaanaa uummataa baachuufi borsaa
harkatti baachuun wal adda. 4_Namumti
guyyaa tokko qorra keessa bulee hin beekne,
WBO tti afaan banuu hin qabu ture.
5_ Qabsoon akka afaaniin odeessan kana miti.
6_ Utuun qabsoo dhiisee, barumsakootti
fufeera ta'ee yoona iddoo guddaan jira ture.
Ta'us bagan qabsaa'e.
7_ Qeerroo fi qarreeko, ani utuu baay'een
keessan hin dhalatiin qabsootti gale. Amma
garuu isiniin argachuukootti nan gammada.
8_ Utuu waan ani keessa darbe beeku ta'ee,
namoonni tokko tokko afaan natti hin banani
ture.
9_ Ba'aa ani waggaa 30 oliif ofiikoo baadhe,
akka dhaloonni ammaa na gargaaru abdiin
qaba.
10_ Waan nuti wal miinu, waan ormi ni
miidhu irra caaluu hin qabu.
11_ Qabsoon hadhooftuu ta'uu irra darbitee,
obsa guddaa akka barbaaddu ana irraa baraa.
12_Uummatakoo Oromoo, biyyakoo Oromiyaa
sin jaalladha. Wareegama lubbuus siif
kaffaluuf ani yoomiyyuu qophiidha.
13_ Itittuu bilisummaa kutannee nyaachuuf
akka jirru hin dagatiinaa!

Jaal Dope ๐ซ via @like
๐ฅGaaffii fi deebii Obbo Daawud OMN waliin
godhan daawwadheen jira. Qabxiiwwan
armaan gadiis hubadheen jira.๐ฅ
1. Qabxiiwwan walii galtee Asmaraatti walii
galan sana ifa gochuu dhiisuun madda rakkoo
hundumaa akka taโe. Waan irra dhaabannee
dubbanullee hinqabnu. So, we are forced to
base our arguments on conventional theories.
2. Rakkoo uummame kanaraa ODPn illee
qulqulluu akka hintaane hubadheera. Maaliif
rukutuuf ariifatan? Maaliif araara
hindursine?
3. Obbo Daawud qabsoo karaa nagaa fi qabsoo
hidhannoo adda addaa baasanii ilaaluuf
qophii akka hintaane
Akka hayyu duree dhaaba guddaa tokkootti
qaamni hidhate lama wal bira jirachuu akka
hindandeenyee fi qabsoon karaa nagaa
hidhannoo akka hinfeene hinbeekan jedhee
hin yaadu. Kun fedhii dhabuu qofa.
4. Obbo Daawud qaama biraa himachuu fi
hadheessuu malee kara isaanii carraaqqii
godhan arguu dhabuu
5. Obbo Daawud akka Hogganaa Jaarmiyaa
tokkootti waan nagaa buusuu dandaโu
murteessuuf qophii taโuu dadhabuu isaanii.
As a leader, he could have taken the risk and
disarm his army. By so doing he could have
garnered support and sympathy from all peace
loving Oromos and others. We understand that
there exist other mischievous actions from the
ruling party, but he could have won by doing
the right thing. We expect something above
average from an experienced leader like him.
6. Rakkoo guddaan Obbo Daawud bira jiru
tokko, ofuma qofa bakka buโaa Uummata
Oromoo of godhanii jiru. This wrong self-
perception (self image), I think, is taking
them to a no-man-land.
7. Waan tokkotummoo na dhibe: Obbo
Daawud mootummaadhuma balaaleffatan
biraa aangoo ni barbaadu. โNuyi qooda hin
qabnu isaan bira, yoo qooda nuu kennan
isaan gargaarraโ jedhan daqiiqaa 43:59 irratti.
Asirratti maqaa Obbo Daawud kan baayyatee,
gaaffii fi deebiin isanumaa waliin waan taโe
qofaafi.
Furmaata
โข Mariโachuu, Mariโachuu, Mariโachuu,
Mariโachuu,
โข Mootummaan hatattamaan morkii keessaa
bahee itti gaafatamummaa qabuun nagaa
buusuu
โข Waraan isa ajaja hinfudhanne marii
keessatti akka qooda fudhatu gochuu.
Obbo Daawud waaโee kanaa tooftan bira darban Rabbi nu haa gargaaru!

Jaal Dope ๐ซ pinned ยซ๐ฅGaaffii fi deebii Obbo Daawud OMN waliin godhan daawwadheen jira. Qabxiiwwan armaan gadiis hubadheen jira.๐ฅ 1. Qabxiiwwan walii galtee Asmaraatti walii galan sana ifa gochuu dhiisuun madda rakkoo hundumaa akka taโe. Waan irra dhaabannee dubbanullee hinqabnu.โฆยป
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Merry Christmas ๐
๐๐Chat with different campus girl๐๐๐๐๐
Link
๐โโ๐๐๐โโ๐๐โโ๐๐โโ๐๐โโ๐
Link
๐โโ๐๐๐โโ๐๐โโ๐๐โโ๐๐โโ๐
Icciitii jaalallee keessanii karaa salphaa ta'een akkaataa itti bartan๐๐๐๐
๐๐๐๐ค๐ค๐ค๐ค๐
๐๐LOVE CHAT๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
AKKAATA SHAMMARREE JAALALA QABSIISAN BARUUF
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Chat with girl friend
๐๐๐ต๐ต๐ต๐ตโ๏ธโ๏ธ๐๐๐๐ด
๐๐๐๐ค๐ค๐ค๐ค๐
๐๐LOVE CHAT๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
AKKAATA SHAMMARREE JAALALA QABSIISAN BARUUF
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Chat with girl friend
๐๐๐ต๐ต๐ต๐ตโ๏ธโ๏ธ๐๐๐๐ด
@orodope
Jaalalleenkoo isheen duraa
Rifeensishee gabaabduu
Bifaaf mudhii bareeddi
Qeensa miillarraa hin qabdu
Jaalalleenkoo isheen ammaa
Umuriin narra guddoo
Miidhaginni waan addaa
Garuu mudhiinshee furdoo
Jaalalleenkoo isheen haaraan
Barnoota kudhan fixxee
Osoon fuudhuuf murteessuu
Laga Kamaashii lixxe
Jaalalleenkoo isheen ammaa
Yuunveersitii baratti
IMO fi WHATSAPP gubbaa
Biraa waliin burraaqxi
Jaalalleenkoo isheen tokkos
Qeensi miillaa caccabduu
Bifaan baayyee bareeddus
Amala dansaa hin qabdu
Hundaan yoomuu hin guutanii
Dhugaadha ijoolleen durbaa
Osoo waliin madaaltuu
Dhaabaattee hin hafiin gurbaa
#Yadesa_Begna_Dufera_YBD
@orodope
@orodope
@orodope
Jaalalleenkoo isheen duraa
Rifeensishee gabaabduu
Bifaaf mudhii bareeddi
Qeensa miillarraa hin qabdu
Jaalalleenkoo isheen ammaa
Umuriin narra guddoo
Miidhaginni waan addaa
Garuu mudhiinshee furdoo
Jaalalleenkoo isheen haaraan
Barnoota kudhan fixxee
Osoon fuudhuuf murteessuu
Laga Kamaashii lixxe
Jaalalleenkoo isheen ammaa
Yuunveersitii baratti
IMO fi WHATSAPP gubbaa
Biraa waliin burraaqxi
Jaalalleenkoo isheen tokkos
Qeensi miillaa caccabduu
Bifaan baayyee bareeddus
Amala dansaa hin qabdu
Hundaan yoomuu hin guutanii
Dhugaadha ijoolleen durbaa
Osoo waliin madaaltuu
Dhaabaattee hin hafiin gurbaa
#Yadesa_Begna_Dufera_YBD
@orodope
@orodope
@orodope