๐—ข๐—ฅ๐—ข-๐—๐—˜๐—ก_๐—ข๐—™๐—™๐—œ๐—–๐—œ๐—”๐—Ÿ ๐Ÿน
1.36K subscribers
821 photos
53 videos
289 links
๐Ÿ—ฃ HUBADHU๐ŸงQALBIFADHU๐Ÿ™‡โ€โ™‚๏ธ
Hangamuu Nama Gaarii Taatus Ati namoota Biratti Gaarii hin Taane numa Qabda.Warri Si Qeeqanis Inuma jiru  Garuu ๐Ÿซ  Ati Qeeqaaf Osoo Hin Taane Dhugaadhaaf โค๏ธโ€๐Ÿฉน jiraadhu Bilchina Qabaadhu๐Ÿ‘ŒSiin ja'a Obbolessi ke โ˜ž๏ธŽ๏ธŽ๏ธŽJEN๐Ÿ‘Š๐Ÿค›
Download Telegram
Sirra Beeke miti Kaniin An Si Gorsuu ๐Ÿฆ

Garuu Gorsaa fi Kennaan ๐Ÿ’ Abbaaf Xiqqo Hin Qabdu ๐Ÿป
๐Ÿฅ€๐Ÿค

@OroNej
๐Ÿ‘8โค2
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”

Namootarraa Nama Yeroo Namaa Wajjiin Haasawu Dubbii Keessatti Afaan Namarratti Dhadheerate ๐Ÿ˜Ÿ Namoota Fuul~Duratti Waan Isa Afaan Dhufe cufa Namaan Jechu Akka Moo'ichaatti Lakkaawwatu Meeqaatu Jira ๐Ÿ˜ข

Warri Akkanaa Kun Osoo Namummaa Qabna Jettanii Dubbachuu Baattani Gaarii Ture!!!๐Ÿ’”

@oroNej
๐Ÿ’”4๐Ÿซก3โค2
Jireenya Kee Eegi

โ€œWaan si hin ilaallanne keessa harka galchuun, yeroo kee qofa osoo hin taane, nagaa sammuu, kabajaafi jireenya kee illee si jalaa balleessuu dandaโ€™a. Kanaaf, waan siif malu irratti xiyyeeffadhu; waan si hin ilaallanne immoo dhiisii. ๐Ÿ™Œ

nagaa kee tiksi, daandii kee qofa irra deemi.โ€

@oroNej
โค7๐Ÿ‘2
๐Ÿน.............

Hubatamuun ๐Ÿ‘Œ Gosa Nageenya isa Bareedaadha ๐Ÿ’–

๐Ÿค๐Ÿฅ€
@oroNej
๐Ÿ‘8โค1
Forwarded from Hakaan Bakri
Addunyaa tanarra namoota gaggaarii tokkootu jira, Gammachuu namaaf kannuuf jecha gammachuu isaanii kan wareegan, Ofii Rakkatanii namoota jaalatan kan kunuunsan. Heddumminni namoota hammenya yaadanii, gara bal'inaaf gaarommina namoota gaggaarii saniinini akka hin dhoysinen barbaada
๐Ÿ‘7๐Ÿฅฐ3
**โ€œBara haaraa kana keessatti ๐Ÿ“…
- Ofii koo nan amana.
Waanan jalqabe nan xumura.
- Yeroo kufe nan kaโ€™a; yeroo dadhabe nan boqodha malee hin dhaabbadhu.
- Namni na amanuu dhiise illee, ani ofitti amanuu hin dhiisu.
- Harโ€™a irraa kaasee, jireenya koo jijjiiruuf tarkaanfii nan fudhadha.
- Milkaaโ€™inni koo guyyaa tokko ni dhufa.

- Ani qophii dhaโ€ฆ ๐Ÿ”ฅ
Hanga milkaaโ€™utti hin dhaabbadhu!
- Dhaabbiin hin jiru! ๐Ÿ–ค๐Ÿ”ฅโ€

Dammaqi Barri kun bara jijjiiramaa siif haa tahu. Bakka kana caalu irrattiin si arguu hawwa jabaadhu ๐ŸŒŸ

2019

Bara Itti Nageenya Argannu Nuuf Haa Godhu๐Ÿ™๐Ÿ™Œ

@oroNej
โค7๐Ÿ‘1
Ani niin barreessa isin immoo like gootan, yoo yaada qabaattaniis keessaan na dubbistan... Akkam haa akkasi das hin ja'uu? ๐Ÿ˜‰๐Ÿ˜…

Namni dubbisu ni xiqqaateen saha๐Ÿคทโ€โ™€

Like, comment minaamin minaamin godhaatii shaashaa nu godhaa kaa sa๐Ÿ˜

Yaadaaf reaction keessan yoo xiqqaate... nutti hin tolu bar๐Ÿ˜…๐Ÿ˜‰
๐Ÿซก7โค4๐Ÿ‘2
Akkaata Kamiinuu โค๏ธโ€๐Ÿฉน

๐Ÿ’ฌ#MOTIVATIONAL_ORO_โ„š๐•Œ๐•†๐”ผ๐•‹๐•†๐•Š๐Ÿ’ซ๐Ÿคด
โžชแดแด€แด€แด›ษชแดกแดกแด€ษด ๐Ÿซถ โ˜ž๏ธŽ๏ธŽ๏ธŽJOIN & SHARE Gแดแด…สœแดœแดœษด ๐—ก๐˜‚ ๐—๐—ฎ๐—ท๐—ท๐—ฎ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ฎโค๏ธโ€๐Ÿฉน๐Ÿ”‹
๐—๐—ข๐—œ๐—ก ๐Ÿ””๐—–๐—›๐—”๐—ก๐—ก๐—˜๐—Ÿ ๐Ÿ“ข & ๐—ฆ๐—›๐—”๐—ฅ๐—˜ ๐—Ÿ๐—œ๐—ก๐—ž โšก๏ธŽ
@oroNej

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
โค5๐Ÿฅฐ3๐Ÿ‘1
Yaa Ummata Isinii Kana Moo ๐Ÿค

๐Ÿ’ฌ#MOTIVATIONAL_ORO_โ„š๐•Œ๐•†๐”ผ๐•‹๐•†๐•Š๐Ÿ’ซ๐Ÿคด
โžชแดแด€แด€แด›ษชแดกแดกแด€ษด ๐Ÿซถ โ˜ž๏ธŽ๏ธŽ๏ธŽJOIN & SHARE Gแดแด…สœแดœแดœษด ๐—ก๐˜‚ ๐—๐—ฎ๐—ท๐—ท๐—ฎ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ฎโค๏ธโ€๐Ÿฉน๐Ÿ”‹
๐—๐—ข๐—œ๐—ก ๐Ÿ””๐—–๐—›๐—”๐—ก๐—ก๐—˜๐—Ÿ ๐Ÿ“ข & ๐—ฆ๐—›๐—”๐—ฅ๐—˜ ๐—Ÿ๐—œ๐—ก๐—ž โšก๏ธŽ
@oroNej

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
๐Ÿ’”3๐Ÿ‘2โค1๐Ÿคทโ€โ™‚1
Forwarded from Hakaan Bakri
Ilma namaa biratti beekkamnaadhaaf busy taanee Rabbii Kheenya biratti wallaalamuun sodaadhe.

Yaa Rabbi nu sattari โ˜๏ธ๐Ÿคฒ
๐Ÿ’”10โค4๐Ÿ‘1
Rabbiin Ikhlaasaa fi Ittibaa'a โœจ๏ธ Sidqii fi Istiqaamaa โค๏ธโ€๐Ÿฉน nuuf haa kennu. ๐Ÿ™

#Aaaamiiin๐Ÿคฒ

@oroNej
.
โค11๐Ÿซก1
'Allhamdulillah ๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ

Yaa Rabbii Kiyya As Gahuun Kiyya kun Sumaani
Galanni kee Hin Badin ๐Ÿ™โค๏ธโ€๐Ÿฉน

> @oroNej
๐Ÿฅฐ11
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๏ทบ

โค๏ธุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ู‡ ูˆุตุญุจู‡ ุฃุฌู…ุนูŠู†โ€ผ๏ธโค๏ธ

@OroNej
โค5
(โ˜ž อกยฐ อœส– อกยฐ)โ˜ž

Nama badaa of irraa eeguu dhiisaa ofuma kessan
irraa ofuma keessan Eegaa ๐Ÿ˜ข
isinuu Nama Badaadhaa ๐Ÿ˜Ž

@oroNej
๐Ÿ˜6๐Ÿ˜Ž4
๐Ÿ“ŒCallisi!!!๐Ÿคซ

๐Ÿ’ฌ#MOTIVATIONAL_ORO_โ„š๐•Œ๐•†๐”ผ๐•‹๐•†๐•Š๐Ÿ’ซ๐Ÿคด

โžชแดแด€แด€แด›ษชแดกแดกแด€ษด ๐Ÿซถ โ˜ž๏ธŽ๏ธŽ๏ธŽJOIN & SHARE Gแดแด…สœแดœแดœษด ๐—ก๐˜‚ ๐—๐—ฎ๐—ท๐—ท๐—ฎ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ฎโค๏ธโ€๐Ÿฉน๐Ÿ”‹
๐—๐—ข๐—œ๐—ก ๐Ÿ””๐—–๐—›๐—”๐—ก๐—ก๐—˜๐—Ÿ ๐Ÿ“ข & ๐—ฆ๐—›๐—”๐—ฅ๐—˜ ๐—Ÿ๐—œ๐—ก๐—ž โšก๏ธŽ
@oroNej

โ™ก ใ…ค   โŽ™ใ…ค    โŒฒ      ๐Ÿ”•         โœ‰๏ธ   
หกแถฆแตแต‰    หขแตƒแต›แต‰    หขสฐแตƒสณแต‰   แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰   แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
โค6
๐Ÿน
Dubbachuun ๐Ÿฅต Hin Caalu Callisuurra!!! ๐Ÿค
#Khalas

@oroNej
๐Ÿ‘7๐Ÿคทโ€โ™‚2โค1
Forwarded from Hakaan Bakri
Hojii kheetiin akka ati hin kabajamne jalqabarratti Warri jaalatu, Warra gatii Hojii kheetii beeku ๐Ÿ˜Œ

So be patient, stay strong ๐Ÿ™
๐Ÿ‘Œ6๐Ÿ‘3
โค๏ธุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ู‡ ูˆุตุญุจู‡ ุฃุฌู…ุนูŠู†โ€ผ๏ธโค๏ธ

@oroNej
โค7
Forwarded from Hakaan Bakri
Gaaromminni Nama Biraa qofa Irraa hin eeggamu, jalqabbiin Gaaromminaa matuma kheeti. Yoo ati gaarii taate namni gaarii siif taโ€™a. Be good for ur self and other ๐Ÿ™
โค8
"Waan akkaan jijjiiruu hin dandeenye hubatte irratti dhaamsaas, yaadaas naaf hin kannin."

Yoo siif taate akkanatti !

@oroNej
๐Ÿ‘8